Тёмный
Fayyinaa TV
Fayyinaa TV
Fayyinaa TV
Подписаться
Nagaa fi ayyaanni waaqayyoo hunduma keessaniif haa bayyatu, hordoftoota channelii Fayyinaa TV maraaf. Channeliin RU-vid keenya kun hojii dinqisiisaa gurguddaa waaqayyo Waldaa Idil Addunyaa Fayyinaa Naqamtee Keessatti hojjetee fi barumsa wangeelaa kan soora lubbu kenyaa ta'e, ergaa Macaafa Qulqulluu hidhaa baayyeettii waaqayyo Kara Abbaa Muldhataa Alamuu Bantii saba isaa hiike isinis akka daawwattanii fi akka ittiin eebbifamtaniif akkasumas kan isin qabee jiru hundumaa irraa akka bilisa baataniif kan isiniif qophaa'e dha. Channelii keenya kana daawwachuudhaan gombisaa eebba waqayyoo irraa hirmaadhaa. Waldaa Keenyas qaamaan dhufuudhaan guyyaa sanbata duraa (qidaamee) sa'atii 1 - 6 tti akkasumas sanbata guddaas sa'atii 1 - 6 tti dhuftani akka nu wajjin waaqeffatan yeroo isin affeerru jaalala Waaqayyoonidha.
Fayyinaa Tv Channel is worldwide Christian Television Network. Our mission is outreaching good news of Jesus Christ to all people of the World. Our Channel presents Powerful
Yeroo Raajummaa | Abbaa Mula'ata Alemu Banti
11:05
2 месяца назад
Yeroo Raajummaa |  Abbaa Mula'ata Alemu Banti
8:05
5 месяцев назад
Комментарии
@bonagirma-o3n
@bonagirma-o3n 2 дня назад
Waaqayyo olchadha.
@Prophetalexo
@Prophetalexo 2 дня назад
Waaqayyo baga dafee si yaadatee
@Prophetalexo
@Prophetalexo 2 дня назад
Waaqayyo namaf dhabbaanan ga'adha
@Prophetalexo
@Prophetalexo 2 дня назад
Waaqayyo gaariidha ❤
@bonagirma-o3n
@bonagirma-o3n 20 дней назад
Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen
@bonagirma-o3n
@bonagirma-o3n 20 дней назад
Ameeeeeen
@bonagirma-o3n
@bonagirma-o3n 20 дней назад
Uffeeeeeee . Waaqayyo dhuguuma. Iddoo koo jijjiireera. Ameeeeeen.
@Prophetalexo
@Prophetalexo 20 дней назад
Dad😊😊😊😊😊 I 💕💕💕💕💕💕💕💕💕 Love you 💞💞💞💞 Dad.
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 20 дней назад
Ammmmeen Ammmeen ebbifamaa ♥️♥️♥️🙏🙏
@MonetAlemu
@MonetAlemu 20 дней назад
Wow my God🎉
@Prophetalexo
@Prophetalexo 29 дней назад
Waaqayyo isin haa eebbiisu Abbaa Mul'aata Nama kana waan hafeertaniif
@Mim-i5s
@Mim-i5s Месяц назад
Walida fayinaa koo❤❤❤❤❤❤❤❤
@TigistFikadu-xp5um
@TigistFikadu-xp5um Месяц назад
Baay'ee waqaayo bara keessani habisu
@Prophetalexo
@Prophetalexo Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@bonagirma-o3n
@bonagirma-o3n Месяц назад
Waaqayyo guddaa haa eebbiifamuu
@MonetAlemu
@MonetAlemu Месяц назад
Waaqayyo Waldaa fayyinaaf utuu midea bane saba heeddutuu acuuca seexxannan daraarama jira. Namni hojii qulla'aa kanaaf innaafu hundi haa kadhanuuf
@MonetAlemu
@MonetAlemu Месяц назад
Mali malo dhugaa dha baay'ee naatii dhaga'ameen bo'ee😢 Waaqayyo baga si olchee. Abbaa Mul'ataa Waaqayyo bara keessan nuuf ha eebbiisu.isin jaalannaa❤❤❤❤❤
@bonagirma-o3n
@bonagirma-o3n Месяц назад
Ameen. Nan bo'ee dhugaa. Maqaan Waaqayyo haa eebbiifamuu. Inni dhaloots kanaaf dibee isin Kase Waaqayyo haa eebbiifamuu
@bontubeyene-wb1tq
@bontubeyene-wb1tq Месяц назад
Ameen
@MimiMimi-t3x
@MimiMimi-t3x Месяц назад
Ameeeeen maqaan waaqayyoof galannii guddaan haa tahuu. eebbifamaa nm waaqayyoo ayyaaniisaa dachaa sif haa baay'atuu
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 Месяц назад
Ammmmeen Ammmeen ebbifamaa dachaa dachaan ebbifamaa ♥️♥️♥️🤲🤲🤲🤲
@WaddaaWaddaa
@WaddaaWaddaa Месяц назад
Amee Amee
@WaddaaWaddaa
@WaddaaWaddaa Месяц назад
Ameen Ameen Ebbaaf nuftaa,a
@WaddaaWaddaa
@WaddaaWaddaa Месяц назад
Ameen Ameen Ebbaaf nuftaa,a
@WaddaaWaddaa
@WaddaaWaddaa Месяц назад
Ameen Ameen Ebbaaf nuftaa,a
@WaddaaWaddaa
@WaddaaWaddaa Месяц назад
Nuf jiradhu Hadhako
@Prophetalexo
@Prophetalexo Месяц назад
Konfiiransi baay'ee hirmaadheera, garuu kan akka alaana dhugaadha argee hin beeku, Waaqan Waaqeessa turee ijaannan argee. Maqaan Waaqayyo haa eebbiifamuu 🎉 Abbaa Koo haafa naaf jiradha.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MonetAlemu
@MonetAlemu Месяц назад
Dhugaa dubachuuf, Waldaan Fayyinaa Hospitaala Fayyinaatii. 1.Buurqa fayyinaatii 2. Burqaa Eebba atii 3. Burqaa Ogummaatii 4. Lallaabni dhugaa ifaani dhugaan iddoo jiruufi hedduudha. Waaqayyo bara keessaan haa eebbiisu Dad❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Tekilu-z5p
@Tekilu-z5p Месяц назад
Ameen, Ameen ebbifama
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 Месяц назад
Ammmmeeen Ammmeen Ammeen Ammeen ebbifamaa dachaa dachaan ebbifamaa 🙇🙇🙇🙇🙇🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@TafariTasisa-rf6rn
@TafariTasisa-rf6rn Месяц назад
Waaqaayyoo bara 2016 kana keesati waan baay'ee hamaa fi sodachi saa keesati nu wajiin tahe ji'a dhumaa kana keesati warra galateefatan ammas waaqaayyoo abdii saba isaati nutis fayyuu duwwaa miti Nama waaqaayyoo saba isaaf keenne, iddoo itti hiboon hikamu Nama waaqaayyoo bira dhaabachuu qabna har'as Boris Bara baraan ...
@bontubeyene-wb1tq
@bontubeyene-wb1tq Месяц назад
❤❤❤❤
@bontubeyene-wb1tq
@bontubeyene-wb1tq Месяц назад
Amen🙏
@bontubeyene-wb1tq
@bontubeyene-wb1tq Месяц назад
❤❤❤❤
@Tekilu-z5p
@Tekilu-z5p Месяц назад
Ameen, Ameen
@Tekilu-z5p
@Tekilu-z5p Месяц назад
Ameen
@Tekilu-z5p
@Tekilu-z5p Месяц назад
Ameen
@Tekilu-z5p
@Tekilu-z5p Месяц назад
Ameen
@Tekilu-z5p
@Tekilu-z5p Месяц назад
Ameen
@Tekilu-z5p
@Tekilu-z5p Месяц назад
Ameen
@Tekilu-z5p
@Tekilu-z5p Месяц назад
Ameen
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 Месяц назад
Ammmmeeen Ammmmeen Ammmeen ebbifamaa ♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏
@qaluuyeegetaalijjii7686
@qaluuyeegetaalijjii7686 Месяц назад
Ameen ebifamii dachaa dachaa ❤❤❤
@bonagirma-o3n
@bonagirma-o3n Месяц назад
Ameen. Waaqayyo Baga ittin isin ga'ee! Nuuf kadhadha Waaqayyo akka nu gargaaruu fagoo irraa dhufnee irrmanaa
@MonetAlemu
@MonetAlemu Месяц назад
Waaqayyo nun ha gargaaruu irraatti hirmaana. Nuuf kadhadha
@Prophetalexo
@Prophetalexo Месяц назад
Malooooo, Maqaan Waaqayyo haa eebbiifamuu Abbaa Koo. Bagaa Waaqayyo ittin isin ga'ee
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 Месяц назад
Ammmmeen Ammmeen ebbifamaa waaqayyoo siinf haa ebbisuu ♥️♥️♥️🙏📖💯✅
@DararatuDararatu-f9t
@DararatuDararatu-f9t Месяц назад
Dhugaa waqyyoo gudadhaa abba mulata ebifama
@DararatuDararatu-f9t
@DararatuDararatu-f9t Месяц назад
Woww waqayyoo sin haa ebisuu goftan sin haa gargaruu waldaa koo
@KabadeDinsaa
@KabadeDinsaa Месяц назад
Ameen !!!!!