Тёмный
JABAANNEE HAA DHAABBANNUU
JABAANNEE HAA DHAABBANNUU
JABAANNEE HAA DHAABBANNUU
Подписаться
Kabajamtoota maatiwwan Waaqayyoo nageenyi Waaqayyoo bakka jirtanitti isiniif yaa baay'atu akkan jirtu nagaa keessanii? Egaa Karaa RU-vid Koo kana kan Faarfannaan,Barnoonni,Ergaawwaan mana Kiristaana keenya Ortodoksi_Tawaahidoo waan isiniif darbuuf,isinis Subscribe share like comment taasisuun maati ta'aa nu cinaa dhaabbadhaa.Maatin Ortodoksi👉✥ Tawaahidoo hundumtuu🙏,Waaqayyoo nu haa gargaaruu Ameen.

Links

Tiktok.com/@Jabaannee haa dhaabbannuu

T.me/JABAANNEE HAA DHAABBANNUU

Facebook.com/Jabaannee haa dhaabbannuu

RU-vid.com/JABAANNEE HAA DHAABBANNUU
🛑Samona_Himamat(Tibba_dhukkubbii)
4:39
4 месяца назад
❣️HOSAA'INAA_Amma fayyisii🙏
1:18
4 месяца назад
Faaru  Ortodoksi Tawaahidoo
4:02
8 месяцев назад
Комментарии
@chalanegash-g9f
@chalanegash-g9f Месяц назад
Ameen Ameen Ameen
@BekeleHailu-kj4gr
@BekeleHailu-kj4gr Месяц назад
Waaqayyoo sagalee jireenya sii haa dhageechisu!
@user-si5ko3sx1h
@user-si5ko3sx1h Месяц назад
አባታችንቃለህይወትያሰማልን❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu Месяц назад
❤😂🎉😢
@addisendu3177
@addisendu3177 Месяц назад
ቃለ ህይወት ያሰማልን
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu Месяц назад
❤😂🎉
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu 2 месяца назад
❤😂🎉
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu 2 месяца назад
❤ Galatoomaa obboloota Koo hundumti keessanuu🎉.
@BekeleHailu-kj4gr
@BekeleHailu-kj4gr 2 месяца назад
Bagaa gammaadan obboleessa koo sagalee jireenyi SI hadhagechisu!
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu 2 месяца назад
❤AMEEN Galatoomi obboleessa koo 🎉
@SenaRorisa
@SenaRorisa 2 месяца назад
Eebbbi waaqayyoo siif Yaa bay'atu ❤❤❤❤
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu 2 месяца назад
❤#Ameen🎉 obboleessa koo hunduma keenyafuu nuuf yaa baay'atu❤
@bukubakubukubaku4560
@bukubakubukubaku4560 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤😊
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu 2 месяца назад
❤ Galatooma🎉
@user-mm7qs2zl3j
@user-mm7qs2zl3j 2 месяца назад
❤Waaqayyo sagalee jireenya si haa dhageechisu jabaadhu🎉
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu 2 месяца назад
❤ AMEEN 🎉
@MathiowsShalema
@MathiowsShalema 2 месяца назад
Waaqayyoo sii haa gargaruu jaabadhuu.
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu 2 месяца назад
❤ AMEEN Galatoomi obboleessa koo 🎉
@user-ll4xf5hb7x
@user-ll4xf5hb7x 2 месяца назад
😢😢😢😢😢😢❤❤❤
@Miidiyaa_Qaraaniyoo
@Miidiyaa_Qaraaniyoo 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu 2 месяца назад
Galatoomi obboleessa koo 🎉
@YeshiTsehayu
@YeshiTsehayu 3 месяца назад
❤barta wandime🎉
@user-mm7qs2zl3j
@user-mm7qs2zl3j 4 месяца назад
❤Hosaa'inaa Aariyam irratti
@BezabignBirhanu-zf7zc
@BezabignBirhanu-zf7zc 4 месяца назад
Bakka jirrutti waldaa kana haa deeggarru dhugumattii! Waaqayyoon isaan waliin haa ta'u!
@user-mm7qs2zl3j
@user-mm7qs2zl3j 4 месяца назад
Eeyyeni dhugaa keessani❤ hamma danda'ameef gahee isaa bahachaa jira
@mariyaamhadhaakoo
@mariyaamhadhaakoo 6 месяцев назад
🤲🤲🤲🤲
@user-mm7qs2zl3j
@user-mm7qs2zl3j 6 месяцев назад
❤Xiqqoo qulqullinaan hin mul'atuu sirreessu yaali🎉
@user-mm7qs2zl3j
@user-mm7qs2zl3j 6 месяцев назад
❤Babeetu yaqoyillin🎉Mana isa keessa nuuf yaa tursiifatu
@gebremariamgirma
@gebremariamgirma 7 месяцев назад
Jabaadhu🙏🌹💓
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu 7 месяцев назад
#Baga geessa baga geenye#Inkuwan aderesachu🙏✤⛪❤
@user-qx3ur3ov9p
@user-qx3ur3ov9p 8 месяцев назад
Jabaadhu jabaa keenya
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu 7 месяцев назад
Jabaannu nu haa jabeessu hunda keenya hundaa
@user-mm7qs2zl3j
@user-mm7qs2zl3j 8 месяцев назад
❤🙏🙌✨️
@user-mm7qs2zl3j
@user-mm7qs2zl3j 8 месяцев назад
❤Jarri Kunis Hanna yoomuma dhiisuu? Maalif of hin dandeenyee? HANNA MALEE HIN TA'UUF MOO😂
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu 7 месяцев назад
❤Hamma gaafa itti dukkanaa'utti maal dhiisu jetteeti koode?
@kanotube1092
@kanotube1092 8 месяцев назад
❤❤❤
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu 8 месяцев назад
Qal hiywet semmalin❤😊🎉
@user-mm7qs2zl3j
@user-mm7qs2zl3j 8 месяцев назад
❤Ameen Ameen Ameen🎉
@user-mm7qs2zl3j
@user-mm7qs2zl3j 8 месяцев назад
Sagalee jireenya si haa dhageechisu❤
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu 9 месяцев назад
❤Qulqullina dhabus gaaridha yaada keessan kennaa anis sirreessuf Nan yaala🎉😊