Тёмный
Hamileessaa tube
Hamileessaa tube
Hamileessaa tube
Подписаться
The fastest way of happiness is being away from the idiots.
Irreechaa vibe #Hamileessaatube
0:34
19 часов назад
Wako design #Hamileessaatube
1:31
21 час назад
Yesuus nagaakooti! Song written by Yadata
5:36
11 месяцев назад
Addaam waaqeffataa ture, Kefyalew Tufa
1:42
11 месяцев назад
the case
2:30
Год назад
Coocoo, callee, qorii
1:36
Год назад
Best Ethiopian Ģospel music
13:26
Год назад
fedhasaa & eebbaa on Carallaa tube
6:38
2 года назад
Mana uffata aadaa Waaqoo
1:14
2 года назад
#Horroguduruu
2:07
2 года назад
narrator #fedasa #carallaatube presents
11:34
2 года назад
waloo Soorettii
11:35
2 года назад
Комментарии
@sorinaabdisa960
@sorinaabdisa960 8 дней назад
#Wako_Design🥰
@مدينةاسافو
@مدينةاسافو 12 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SifenHenok
@SifenHenok 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@lenssaolana1486
@lenssaolana1486 4 месяца назад
Barco bayye ulfata jedee Abeben Gutema
@gurmexabdi4349
@gurmexabdi4349 4 месяца назад
Kkkkkkkkhuuuu
@MahamadaminMahmud
@MahamadaminMahmud 5 месяцев назад
uuuuu
@dammeeyoutube9513
@dammeeyoutube9513 6 месяцев назад
WOW namati tola🥰🥰
@Busamiteku
@Busamiteku 6 месяцев назад
Machoofnaan akkasii malee
@dammeeyoutube9513
@dammeeyoutube9513 6 месяцев назад
Ammeeeen Ammeeeen Farfannaa ergaa gudda qabudha Ebbifamii Dr.Fedhasa🙏🙏🙏
@DugumaDaba-sb7sf
@DugumaDaba-sb7sf 7 месяцев назад
Galatoomi Hirkoo
@ObsaAbdalaa
@ObsaAbdalaa 8 месяцев назад
Namati tolaa❤
@PeterTadasa
@PeterTadasa 8 месяцев назад
Ebbifamii Kitaaba keetti Baay'ee ijaarame jira G/Gujjii irraan
@Gadisa-lu1wx
@Gadisa-lu1wx 9 месяцев назад
Hin borcin kaffee lafa,dhaquu barbaaddeemmoo dhaqi oli gad fiiguun amala keeti
@SaladinRamadaan
@SaladinRamadaan 10 месяцев назад
Saaladdiin Ramadaan
@SaladinRamadaan
@SaladinRamadaan 10 месяцев назад
Saaladdiin Ramadaan
@TeferiMekonnin-l2w
@TeferiMekonnin-l2w 10 месяцев назад
ati waan uffata uffattee deemtuf fayyaadha yoo siin jedhan malee warra uffata keessatti maraate keessatti ramadamta,eegi yeroo dhihoo keessatti uffata baafattee akka deemtu ifatti natti mul'ata, garuu akka kootti si abaaruu hin barbaadu, qalbii siif yaa kennu!
@LamiKuma
@LamiKuma 10 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@SamuelWakjira-u4d
@SamuelWakjira-u4d 10 месяцев назад
Waaqayyo si haa fayyisu guddaa xinnate nana
@BosiKore
@BosiKore 10 месяцев назад
🥲🥲🥲🥲🥲😡😡😡🙉🙉🙉
@berehanabebe2010
@berehanabebe2010 11 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤wowwwww yesss😅😅😅😅😅
@berehanabebe2010
@berehanabebe2010 11 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@berehanabebe2010
@berehanabebe2010 11 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢
@berehanabebe2010
@berehanabebe2010 11 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉ማሻ አላህ የኔ ጀግና
@berehanabebe2010
@berehanabebe2010 11 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@habtaamuuxiyyaa7469
@habtaamuuxiyyaa7469 11 месяцев назад
Ufii! Waan hundaafuu,dhugaan dhugaadha!
@fedesagetachew
@fedesagetachew 11 месяцев назад
Hicc kaakaigan oducha
@leliseabdeta1378
@leliseabdeta1378 11 месяцев назад
Namchio karaa tokko qofa si baasaa,dhisii bakka meeqa hin dhabatin. sammutti deebii
@Yao40
@Yao40 11 месяцев назад
Bexenxertuun kun
@Milkooman-pk8vk
@Milkooman-pk8vk 11 месяцев назад
Waaqayyo gara sammuutti sihaa deebisu obboleessa koo!
@kenotesfaye6758
@kenotesfaye6758 11 месяцев назад
Yaada sirriidha
@Zinnaash
@Zinnaash 11 месяцев назад
Waqaayyoo siif haa dhisuu sammun maal yaada wayyoo maaltu dhufaa jaraana 😡😡😡😡😭😭😭😭😭😭😭😭😡😡😡😡😡🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔
@annanimer-xc6gh
@annanimer-xc6gh 11 месяцев назад
Gowwaan gara isattii waqayyo hin jiruu jedha 😁😁❌❌❌❌❌❌❌❌🙅🙅🙅🙅🙅🙅oduu tun
@AbrahamShugi
@AbrahamShugi 11 месяцев назад
Namni barate nama hin arrabsu. Nama arrabsuun wallaalumaadha. Kaaffee si jaaladha.
@filetimabera7135
@filetimabera7135 11 месяцев назад
Harree wadala kun
@Models-ir7xh
@Models-ir7xh 11 месяцев назад
Seexanni waan oftuulumman kufeef ani Waaqa naa Waaqessa jedhe. Jaloonnis fedhii isaanin Waaqesaniin. Kanaaf Waaqa biyyalafaa jedhame. Biyyi lafaa itti waaqessa. Amantonni garuu Waaqa miti Waaqayyon waaqessu malee. Takka jette ati ani waaqa naaf sagada jechuun kee hin oolu.
@Models-ir7xh
@Models-ir7xh 11 месяцев назад
Ati Waaqa miti namaa malee. Ergamonni Waaqa iyyu waaqa miti. Namnni uumama malee uuma ykn waaqa miti. Uumaan hin Uumamu kanaaf Uuma jedhame. Ati namaa garaa keef jiraatu budeenif jette dhugaa sagalee waaqayyo miciira jirtta.
@Models-ir7xh
@Models-ir7xh 11 месяцев назад
Hangafnni duriyye mandara kessa sidha. Ragaa barnoota kee nutti argisiisi istti? Miidiya irra baawani odessun waan gudda miti jarra kana kessa.
@Models-ir7xh
@Models-ir7xh 11 месяцев назад
Namichi kun ejjitu dha, amma immo marateera firaa Amanuel hospital gessu hin qabuu? Kun immo doctrine fi amantti kaffalo dha. Baraa dhummatti Raajonni fi Barsiisonni sobaa in Kawuu jedhaa macaafnni qulqullun.
@Models-ir7xh
@Models-ir7xh 11 месяцев назад
Kiristos Oromoo qofaaf due mitigate. Siachi Greek, garbanzo, birmaduu jechuun hin jiru Kesha Sagaleen Waaqayyo.
@abachoni1689
@abachoni1689 11 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤blessed
@adugnabulaofficialchanne2602
@adugnabulaofficialchanne2602 11 месяцев назад
❤❤❤❤
@samuelasefa8257
@samuelasefa8257 11 месяцев назад
Mal kiki yasaa Kun oddu qofa
@geletafile3198
@geletafile3198 11 месяцев назад
mal arguuf deemna? maalif akkasitti haasoofsista? innoo marateera.ani yaada akka kana dhaggeeffadhe hin beeku.waan gaafatamuufi waan haasuu hin beekuu.baay'een gadde.
@heywet
@heywet 11 месяцев назад
May God be with you our brother! We are blessed to have you! The time I had with you it is a wonderful thank you so much.
@seyoumalemu5424
@seyoumalemu5424 11 месяцев назад
Confusion the source of misunderstanding!Brother,kefelew your in big confusion , don't mix worldly spirit and Heavenly realm
@themagnet4305
@themagnet4305 11 месяцев назад
Naaf taatemmoi gurbaa Kaffee
@eborebira210
@eborebira210 11 месяцев назад
21 Waaqayyoon utuma beekanii, akka Waaqayyootti ulfina hin laanneef, galatas isaaf hin galchine; garuu yaada isaaniitiin waan waa'ee hin baafne duukaa bu'an, sammuun isaanii inni duudaanis in dukkaneeffame. 22 Ogeessota utuma ofiin jedhanii gowwooman; 23 ulfina Waaqayyo isa hin duunee, bifa nama isa du'uutti, bifa simbirrootaatti, bifa bineensa miilla afuriitti, bifa warra lafa irra munyuuqaniittis diddiiran. 24 Kanaafis Waaqayyo kajeellaa garaa isaaniitiin xuraa'ummaatti, walii isaanii gidduuttis dhagna isaanii salphisuutti dabarsee isaan kenne Rom 1:21-24
@EboRebira
@EboRebira 11 месяцев назад
16 Ani garuu, "Hafuuraan geggeeffamaa jiraadhaa malee, fedha foonii hin raawwatinaa!" nan jedha. 17 Fedhi foonii hafuuraan in morma; hafuurris fooniin in morma; isin waanuma jaallattan akka hin gooneef, isaan kun lamaan waliin in mormu. 18 Hafuurichaan yoo geggeeffamtan garuu, isin seericha jala hin jirtan. Galaatiyaa 5:16-18
@felmatabulto6863
@felmatabulto6863 11 месяцев назад
Baayyee kan nadhibe Yesuus Waaqeffataadha isa jettudha .Maccaafni garuu Yesuus Waaqa ta'uu isaa dubbata innis ani abbaa waliin tokko jedha Yoh.10:30 .daandii irraa akka gorte osoo beektuu namas dogoggorsuu hin yaalii dhgaan ni qallatti malee hin cittu biroo
@belyanjemal5144
@belyanjemal5144 11 месяцев назад
Maaltaate inni ilma waaqaatii mitii? Sana jechuu barbaadeeti
@olumaroba3108
@olumaroba3108 11 месяцев назад
26:25 with knowledge! If do not know something it doesn’t mean there is nothing beyond. Thank you Kefyalew T Yadate!!!