Тёмный
Qaanqee Show
Qaanqee Show
Qaanqee Show
Подписаться
Qaanqe Show is an Oromo Late Night show airing weekly on RU-vid and Geda Bilisumma Satellite in Ethiopia. The show is hosted by singer and comedian Habtamu Lamu. The channel also features and produces Ethiopian Oromo music.
Barattuu Siinboonee Hangaasaa waliin
0:55
9 часов назад
Matta'aa Fudhatte mitii!!
1:01:19
День назад
Gaazexeessaa Anuwaar Jamaal waliin
2:37
День назад
Aartisti Leencoo Gammachuu Waliin
2:18
21 день назад
August 30, 2024
2:05
Месяц назад
Sanyii Haacaaluu waliin
2:17
Месяц назад
Aartist Ibraahim Mohaammed Waliin
1:48
Месяц назад
Maaltuu Alagaadhaan Fira jedhe.
6:02
Месяц назад
Aartisti Kadijjaa Hajii waliin
1:41
Месяц назад
Aartisti Ibroo Ibsaa Waliin...
2:03
Месяц назад
Aartist Awwal Usmaan Waliin!!
2:49
2 месяца назад
Abbaaf Haadhakoo sababa qabsoonin Dhabe!!!
58:46
2 месяца назад
Комментарии
@seifuadem626
@seifuadem626 7 секунд назад
Galatoomii Habtish waan baay'ee nuuf kaaste keessattu waa'ee nageenya fi album Andualem irratti ,itti nuu jabaadhu rabbi sii haa eebbisu
@NasirFeyisa
@NasirFeyisa 14 минут назад
❤❤❤❤ Qaxalee kenyaa
@addoyye
@addoyye 18 минут назад
Gafii oromoo namni oromoo tokko masaraa seenudha moo oromoon oromiyya irrati nama ofii filaten buluu qabadha?😂Hay farsee bultota😂 Sanyiin kayyoo diigaa kessani galmaan gahuu dadhabnan VOA ti kan haala mijjessef qaama Mootummaa akka jedhan ati hin dhageenye moo nama hundaa doofama akka kee seete😂 Isaa bira ammo ati finfinne teete qubaa marroti qabda nafxanyaan warra kee kiraamu,gidda ayyana fii gandoota biroo kessati morma murtee gondar galateni irrati sirbiiti😢 Shimaliis osoo oromoo bulchuu gandaa isaa kessati nafxanyaan mana wajjin ummata isaa gubdii 😢 Dangaan oromoo walaggan gandooni heddu shawaan gandii baayee werarameera Isiin farsooni waayee lafaa oromoo kana hin dubatan yoo dubatanis gatii kessan bektuu. Nafxanyaan ammo kan ijaree hangaa jijjigati bobasuu dandeenya kan jedhee marroo nan jechuu hin dandessu ani akka kee sodaf yoki garaa gutatuf nama namaa farsuu miti waan ta'efi Xumura irrati isin duris osoo wayyane waa isini goote akka isin oromoti quba qabdan hubadhe garuu wayyanne baruumsaati hajjomti male dofaa hundaa waliiti qabdee saba irrati balaa gizee hin goone😂😂✋
@AbdiKedir28
@AbdiKedir28 20 минут назад
❤❤❤
@danielabidisa3872
@danielabidisa3872 21 минуту назад
Idiot bullshit
@ChalaGelalcha-rq4hp
@ChalaGelalcha-rq4hp 27 минут назад
Eenyuyyuu oromoof gaarii gochaa Hin jiru.
@amadinabrahim8473
@amadinabrahim8473 30 минут назад
Gararaa atii dhugaa fakkeysituu
@ChalaGelalcha-rq4hp
@ChalaGelalcha-rq4hp 32 минуты назад
Habte yaannikee gaariidha garuu adaraa of eeggadhu waayee Saba keenyaa dubbadhu maaliif marroonis guddaa keenya Abiyyis guddaa keenya kanaaf adaraa nagaa itti nuuf himi.
@KiyaKiya-wn6jz
@KiyaKiya-wn6jz 42 минуты назад
👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻💯💯💯💯💯❤❤❤❤
@JiroAmenu
@JiroAmenu 44 минуты назад
Fuchii hadhake haa gingilchani farse bula
@NuradinGammechuu
@NuradinGammechuu 46 минут назад
Wwwwwwwwwww bareddaa
@XiyyoJamaal
@XiyyoJamaal 47 минут назад
Dhugaa ketii ❤❤❤❤🎉🎉
@Sagni_Graphics
@Sagni_Graphics 47 минут назад
🥰🥰🥰
@BURTKANGURMESA
@BURTKANGURMESA 51 минуту назад
Jabba oromo galatom ❤❤❤
@MoataGudeta
@MoataGudeta 52 минуты назад
Haptamu qaroo ilmaa Oromoon I appreciate you
@haadhadaraartuu
@haadhadaraartuu Час назад
afuufi egaa😂
@tgsam891
@tgsam891 Час назад
Guys more view ❤😊😊😊
@abditube-1
@abditube-1 Час назад
Manager andualemtu rakko qaba
@gelayeeticha-wv9ed
@gelayeeticha-wv9ed Час назад
Welcome jabaadha Oromo koo
@Bereda100
@Bereda100 Час назад
JURADHU HABTEE KENYA! ELALICH KEE 👉🏾Expired HINQABU🤩
@Hawai-h3w
@Hawai-h3w Час назад
Malif siribita atii nama gamachisura waqayyoof jirachu hin wayuu amma basataridha sin jena mo sirabadha jenaka
@NaimaaAmaan
@NaimaaAmaan Час назад
🤪🤪🤪🤪🤪🤪🤪
@zaharasirage5233
@zaharasirage5233 Час назад
Yesssssssssss
@HbdHhd-uz2sm
@HbdHhd-uz2sm Час назад
Galatomi ❤
@Hawai-h3w
@Hawai-h3w Час назад
Atii garruu abataamu wanati gotuu kun dhuguman waqayoon gamachisaa jetet yada
@do-u-know-that
@do-u-know-that Час назад
habtish abbaa garaa gaararraa
@BekanAlemayehu-bj8zq
@BekanAlemayehu-bj8zq Час назад
Abiy erga ati biyya galtee aangootti dhufeeyii sumarraa dhagahaa turreem waa'ee Abiy yeroo ala turte yaadadhumee maaloo ykn irra deebi'ii dhaggeeffadhu waan jechaa turte dhiiro kkkkk safuuuuu!!!!
@BekanAlemayehu-bj8zq
@BekanAlemayehu-bj8zq Час назад
Gingilchaa Gingilchaa afaan hamma gurraatti.
@kedirusman8158
@kedirusman8158 Час назад
Habtee dhugaa ati qulqulluu namaati. Jabaadhu qaroo Oromoo Obboleeysa Hacceeti Ati.
@awolamdihun9057
@awolamdihun9057 Час назад
Kaadireen hojii ishee elaaltee farsee bultoota
@essraaessraa8380
@essraaessraa8380 Час назад
Akka bara darbee ijoolle akka diichirra in bulchine dhaamsi keenya kana oromoon lafa oolanirra lafa bulantu caala jedha
@fekaduerena3356
@fekaduerena3356 Час назад
Dhuga taanan kuun siiri miiti. Andualem responsii goodhii
@awolamdihun9057
@awolamdihun9057 Час назад
Aduukoooo kkkkk
@AdugnaNagomsa
@AdugnaNagomsa Час назад
Ilmi kee bosona Jira Jedhani haadha ijoollee Ajjeesuun,Mana Qotee bulaa gubuun ,Nama gafii mirgaa kaasuun Hiraarsuun Ajjeesuun Salphina mittii ,mee wa'ee Tayyee,Milkeesa,Lammaa,Biraanu Tsagayee,Biranameskel Fi Warra kaan irraa duubadhu
@adugnafetena618
@adugnafetena618 Час назад
Gingilichi
@JamaaabbaajifariiNadaa
@JamaaabbaajifariiNadaa Час назад
Dhugaa keti
@DaanJfguddee
@DaanJfguddee Час назад
Nama akkakee Afuuftuu hin dhalannes,hin dhalatuus.....
@gemechismosisaoro8730
@gemechismosisaoro8730 Час назад
Dhimma nagaa kanarratti jabaadhu dubbadhu siduukaa jirra, Bilisoomneera bilisummaakeenya immoo eegachuun dirqama tokkoon tokkoon keenyaati,
@anasdiamond8197
@anasdiamond8197 Час назад
dhugatti oromoo mee gamta ijaaranne makiinaa bareeda tokko gazeexessa keenyaa Anwar jamaaliif makinaa adii san ha binnuf warri hawwi akkasii qabdan pls kuttannon irratti hojjennee waliin haa badhaafnuu
@endalkachewsolomon7731
@endalkachewsolomon7731 Час назад
Galatoomi Habtish Waaqayyo si haa eebbisu!
@gemechismosisaoro8730
@gemechismosisaoro8730 Час назад
Habtish jabaadhu
@segnifikr1
@segnifikr1 2 часа назад
Himm Garuu sirbii dawwit Hojjetee Bayyee Bareedaaa Dhugaa Màaf akkas godhee Garuu Mucichii
@lammaaalamuu
@lammaaalamuu 2 часа назад
Alba'aa wahii qarshiituu akkana si godhaa jiraa atii osoo sabaaf quqamuu osoo hin taanee
@FetenaDisasa
@FetenaDisasa 2 часа назад
Baga dhuftee Gingilchaa. Nujala baddee turtee🎉🎉🎉
@Getnishmangistu-xq8qv
@Getnishmangistu-xq8qv 2 часа назад
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@modinali3987
@modinali3987 2 часа назад
Galatoomi ❤️ ❤❤🌹 🌹 🌹
@AbdullahSss-r8s
@AbdullahSss-r8s 2 часа назад
Yes
@tamratroba3142
@tamratroba3142 2 часа назад
This important message everyone should listen to know and accept!
@dalilabdu46
@dalilabdu46 2 часа назад
galatomii
@sabaliddi5542
@sabaliddi5542 2 часа назад
Oromiyaa loolii hadhabatuu