Тёмный
Burka Tech
Burka Tech
Burka Tech
Подписаться
Burka Tech chaanaalii beekumsa teknooloojiitiin dhaloota qaruuf hundaaye yoo ta'u, odeeffanoowwan teknooloojii haarawaa dhiyeessuu, rakkoolee kompiitaraan walqabatan haala itti furru barsiisuu, website akkaataa develop itti goonu barsiisuu, odeffannoo AI waliin walqabata qooduu akkasumas akkaataa online business garaagaraa eegaluu itti dandeenyu fi mata dureewwaan kanaan walqabatan chaanaalii keenya kana irratti ni baratama. Kanaaf wantoota kana irratti fedhii kan qabdan taanaan SUBSCRIBE gochuun nu faana bu'aa.
Комментарии
@amanuelolika2840
@amanuelolika2840 9 часов назад
galatoomi jaal
@BikilaOljira
@BikilaOljira День назад
Barnoota isaa baradhee xumuree certificate download naaf gochuu didee.
@GaroTamasgen
@GaroTamasgen День назад
Sms galuu didee bayee tureraa 10062200950628526240518115046
@AbdurhamanBadirudin
@AbdurhamanBadirudin 2 дня назад
Kan it anuu nuf hojedhu
@bedasogelgelu1462
@bedasogelgelu1462 3 дня назад
Video itti aanu akkamitti banna
@burkatech
@burkatech 2 дня назад
ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-1K5gPHnMRJY.htmlsi=knHSOv73Lp2Q6pJa
@jemalmohammed711
@jemalmohammed711 3 дня назад
Nagaa gargaruu dandeessan mobile koo na banuu didee
@jhonlara2
@jhonlara2 3 дня назад
Cuando intento acceder desde el celular, entro a Xampp sin problema. Pero cuando voy a moodle no abre!
@kenenichali
@kenenichali 4 дня назад
Restriction naan jedhe
@kenenichali
@kenenichali 4 дня назад
Telegram wallet...yeroo baayye waan gooteetef banachu dandeessuu nan jedhaa please maal naaf wayya?
@habtamudereje5176
@habtamudereje5176 4 дня назад
akkamitti iddoo itti dhaabnee jalqabuu dandeenya
@burkatech
@burkatech 2 дня назад
ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-1K5gPHnMRJY.htmlsi=knHSOv73Lp2Q6pJa
@MitikuBekele-ki4jv
@MitikuBekele-ki4jv 4 дня назад
Barnoonnii kennamu video Dhani moo kan barreeffaman jiru qofa dubbisuun baratama
@burkatech
@burkatech 3 дня назад
Video jirus daawwachuun irraa ni baratta akkuma kan barreeffamaan jiru sanaa jechuudha
@MitikuBekele-ki4jv
@MitikuBekele-ki4jv 4 дня назад
Barnoonnii kennamu video Dhani moo kan barreeffaman jiru qofa dubbisuun baratama
@burkatech
@burkatech 2 дня назад
lamaaniinuu
@jesuswillcome
@jesuswillcome 5 дней назад
best dha ati
@burkatech
@burkatech 3 дня назад
🙏
@GedaTube
@GedaTube 6 дней назад
❤❤❤❤❤ Hayyee Jabaadhuu Saanyii koo
@burkatech
@burkatech 3 дня назад
🙏
@oromotivational
@oromotivational 6 дней назад
ok
@oromotivational
@oromotivational 6 дней назад
galatoomi
@remedanjemal3650
@remedanjemal3650 6 дней назад
Wallet irraa dafee hin galuumo? Mee addaa nuuf baasi ammuma karaa comment kanaan
@burkatech
@burkatech 6 дней назад
Ee bro xiqqoo turuu danda'a. Guyyaa list itti ta'uun duratti akka galu malee specific godhani yeroo itti galu adda hin baasne.
@remedanjemal3650
@remedanjemal3650 6 дней назад
Hye galatomi
@remedanjemal3650
@remedanjemal3650 6 дней назад
Hanga ammaa wallet irraa hin gallee malifi? Dogs jalaatti withdrawing jedha huma achirra hin jiruu
@irreetube6606
@irreetube6606 9 дней назад
Nuuf jabbadhu bro
@KidusSitotawu
@KidusSitotawu 9 дней назад
ካቆምንበት መቀጠል አልቻልንም እባካችሁ እርዱን
@YosefAsefa-f6g
@YosefAsefa-f6g 9 дней назад
Namenii wanta lema berchu berbadu akem ta ???
@mustaqimacabdi
@mustaqimacabdi 10 дней назад
wanin hojadhe akkamittin Toni irratti galfadhe gurguru dandaha
@afizahimad5635
@afizahimad5635 14 дней назад
❤❤❤
@FinteShow
@FinteShow 15 дней назад
​ Odeeffanno ko akkan anii gutee irra jijjirameeraa likki mitii jechuu ko anii baratadhaa dhibbaa hedduu naa irratii qabaa akkamitii jijjirachuu dandahaa please naaf himii
@EsmaelJebelu
@EsmaelJebelu 15 дней назад
Yeroo gutnee fixnee birri kafalee kane Fkn silkii birratin kafaluu dandenyaa Order number kalchine Sana boddee Yeroo itti debbihuu jenne akkam gonaa ??
@kiilolee5451
@kiilolee5451 15 дней назад
Ani xumureen jira, assesment isaallee darbeen jira,ulaagaalee inni barbaadu hunda xumureen jira, garuu Certificate koo naaf hin kennine akkamiinan argahuu danda'a?
@gareekootube6313
@gareekootube6313 16 дней назад
akkamittan yeroo workspace naaf kenname bane nadida akkam godhu
@AbdiSaba-c6g
@AbdiSaba-c6g 16 дней назад
Banotii abashach tahaa
@mohammedhassan-s9d
@mohammedhassan-s9d 17 дней назад
bakka email irrat waxiqqa toko sii gaafadha email baayee erga qabate dhiba hinqaba
@burkatech
@burkatech 17 дней назад
hundinuu gargar waan ta'eef rakkoo hinqabu
@ChaletBrho-gj7mz
@ChaletBrho-gj7mz 17 дней назад
Galatoomi broko
@NimonaLenjisa
@NimonaLenjisa 17 дней назад
Hy
@AbdiGemechu-p6r
@AbdiGemechu-p6r 18 дней назад
Submit naa gochuu didee
@SharifoAbdirahman-ll8sq
@SharifoAbdirahman-ll8sq 19 дней назад
I've completed the course and passed the exam I'm unable to access my certificate how do I get it
@AyeleHailu
@AyeleHailu 19 дней назад
About data science programming
@AbdulkerimEbrahim-y7d
@AbdulkerimEbrahim-y7d 19 дней назад
Galmaa'ee dhumarratti FINISH & SUBMIT ka jedhu naaf dalaguu didee maalif
@AbdulkerimEbrahim-y7d
@AbdulkerimEbrahim-y7d 19 дней назад
Galatoomi
@TerefeAferu
@TerefeAferu 20 дней назад
Erga galmofne booda seenne barachuf akkamitti seenna
@burkatech
@burkatech 20 дней назад
learn.udacity.com/my-programs Link kana fayyadamuun sign in godhi seeni
@QaraniyooTube-ct6bq
@QaraniyooTube-ct6bq 22 дня назад
Galmaa'ee barumsa barachuu ergan eegalee booda guyyaa lammaffaa yeroon itti deebi'u na galshuu dide furmaaanni isaa maali?
@QaraniyooTube-ct6bq
@QaraniyooTube-ct6bq 22 дня назад
isa naaf hojjedhumee
@burkatech
@burkatech 17 дней назад
ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-1K5gPHnMRJY.html
@QaraniyooTube-ct6bq
@QaraniyooTube-ct6bq 17 дней назад
Afuuftuuu
@socialhelp2100
@socialhelp2100 22 дня назад
Not working in my Android browser
@BirhanuKumsa-cb7qk
@BirhanuKumsa-cb7qk 23 дня назад
Ani yeroo lamaa ol deemee guutera garuu haga yoonaa naaf hin dhufne. warra foormii computer irratti guutantu dogongora moo maalinni rakkoon? Immigration yeroo deemnee foormii guunnu ulaagaa maal nubarbaachisa? Dhiifama natti himuu dandeessaa?
@Yerogirma
@Yerogirma 23 дня назад
Pc ni barbaachisaa
@Yerogirma
@Yerogirma 23 дня назад
Pc ni barbaachisa????
@milkoentertainment3467
@milkoentertainment3467 23 дня назад
Jabaadhu💪
@oromotivational
@oromotivational 23 дня назад
ok
@Kemozorise
@Kemozorise 24 дня назад
Akkami egala barumsa isa bakka seran nut argisis
@GemechisNeshad
@GemechisNeshad 24 дня назад
Galatoomi nu beeksisuu keetiif
@Kemozorise
@Kemozorise 24 дня назад
Barums isa amma jalqabera?
@burkatech
@burkatech 24 дня назад
een jalqabeera
@sebonahirko6654
@sebonahirko6654 24 дня назад
Galatoomi 🙏
@TeferiGidebo
@TeferiGidebo 25 дней назад
V.interesting
@totalnaol
@totalnaol 25 дней назад
Thank you.. certificate fudhachuuf barnooticha seeraan xumuruu qofti ga'aadhamoo dhuma irratti exam qaba?
@burkatech
@burkatech 25 дней назад
Een Xumura irratti exam qaba.
@ZelalemGeleta-t3p
@ZelalemGeleta-t3p 25 дней назад
Deebiftee banattee hojjechuuf xiqqoo rakkisaa jira.
@burkatech
@burkatech 25 дней назад
link kana fayyadami 👉learn.udacity.com/my-programs