Тёмный
Robso Media
Robso Media
Robso Media
Подписаться
Robso Media is a private media works on afan Oromo,Ada Oromo and Sena Oromo developments.
Miidiyaan Roobsoo Miidiyaa dhuunfaa yoo tahu kaayyoon isaas walleewwan Afaan Oromoon wallifamaniifi kanneen dagaagin Afaan, Aadaafi Seenaa Oromoo dhabamarraa oolchaniifi darbees akka dagaagee sadarkaa amma irra jiru kana gahu taasisan akka hin banneefi hin irraanfatamneefi darbees Seenaa,Aadaafi Duudhaalee Oromoo dhaloota dhufuuf dabarsuuf hojjachuuf kan hundaa'e waan ta'eef isiniis kana hubachuun Miidiyaa kana akka hordoftaniifi subscribe,like,sharefi Comment gochuun jajjabeessitaniifi hamilee taataniif asumaaniis isin afeerreerra!
#robsomedia #robso #oromomusic@robsomedia

Комментарии