Nagenyii waqayyoo mana kanaaf haa bayetuu ❤ameen ameen ameen waqayyoo f wanti dadhabanu hin jiru galanni kan isaati cubbu kenyaa walin nu jalattee nu egee akka arjumma isaatii sa'atii kanan kan nu ga'e ❤ameen ameen ameen Galata waqayyoo wan hundumaa kessa kan si dabarsee asin si gahe obboletti koo kanuma calaa umurii tajajilaa Sif haa dherressu akkanumatti olmaa waqayyoo nama ragaa ba'u guyyaa gara guyyatti olmaa waqayyoo sif ole nama dubbatu kan ittin jirattuu Sif haa ta'u . qulqullonni tolonnii waregamtonni .ergamonni si haa egaan ❤ Elelelelelelelelelelelelelelele