Dhugaan isin haardhaallee borullee jaartii umar esa jira dhaalan faaskii goodhun heera raabbii keessa jiru raabbii sodaadhu nu sii kaabajina birraa kun wan sii faakkaannee wan sirraa baareedu miti
Birraa yoo inni ofiin hiikee abbaa feete heerumi je'een fuudhi. Yoo inni hin hiikhin lakkii hin fuudhin mashaakila biraa hin seenin. Namichi nama sitti biteeti si ajjeesa😢😢 hadaraa hin jarjarinaa
Yaa birraa dhisii dubiin Kun sirii Mitti oromoon safuu qaba gargaruufi demtee Amma haadha mana dhirraa akka kee siin fudhaa jechuun garii Mitti booda Ile dhibaa sirraati qaba Nama Kan baraati haa herumtuu demtee rakooti of hin galchiin