#Nabiil #Situ #rakkoo qaba osoo duuteefuu hedduu si kadhannee homaa wonni jennu in jiru bar isiin haadha manaa teetii diina keetiimitii bar ilmoo tiyyaan addaan nan baasin jette malee badii biraa in goonee akka dubartii biroo ilmoo sirratti gattee in deemnee bar dhiira sirratti mana in fidannee ati osoo fuudha in gayin osoo inuu in guddatin fuutee maal akka godhaa jirtu homaatuu sii galaa in jiran garuu gaafa guddatte ufii keetiifuu ni qaanffatta sila anumatu kana hodhee jetta maraafuu atuu nama si guddisu feeta