Тёмный

😭😭uuff 

Bultum TV ♡
Подписаться 23 тыс.
Просмотров 26 тыс.
50% 1

Приколы

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 626   
@bultumtv
@bultumtv 3 месяца назад
ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-l0BTNHQcr4Y.htmlsi=FVc8KF_PvT51WJoF😢😢😢
@osetube
@osetube 25 дней назад
@@bultumtv glt naf gotee jaabdhu
@user-or5yn5de8y
@user-or5yn5de8y 3 месяца назад
Uuufff safuu rabin si hararamuu ya mucaa nana oso isi yadee akas hin gotuu mucanan me namani aka ko yasminin gara isin nyate like godhaa me hin lala hagam isi jalatan yo aka kiyaa te heduu gadee ani gizee ini bishan kinini iti buse san
@MuneeraMuneera-tm6nh
@MuneeraMuneera-tm6nh 3 месяца назад
Anu illaalliiaahee imimin qabachuu dandaabee akkan video saana yeroon arguu garan na dandaabee jenen laakofissaa abdii you tube isiihraa fudhee ittii bareese turee wollahii umaan yamen kuni birii malee namumaa dhisee jiraa lubbuu nama laafaatee iraa demaa ergmaa kenyaa saw saw saw dubaritn amanadha jedhaani amana nyatee malaqa barbadaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄
@najatnaja1401
@najatnaja1401 3 месяца назад
uuuuuuuuuuuuu miskiina koo garaa nanyaatte 😢😢😢😢😢😢
@user-or5yn5de8y
@user-or5yn5de8y 3 месяца назад
@@MuneeraMuneera-tm6nh uuuuuuu fff
@user-or5yn5de8y
@user-or5yn5de8y 3 месяца назад
@@najatnaja1401 uuuuuufff
@umuubadhasa5764
@umuubadhasa5764 3 месяца назад
Yasmin atii yutuba mata keti banadhu sabasiraibi siif goona kana boda sira fudhachuf taa wlh 😢😢🎉🎉🎉❤❤❤oke 🎉🎉🎉❤❤
@sofiadefu3063
@sofiadefu3063 3 месяца назад
Uufiiii bagaa Rabii si fayisee kunii mujirima ofira dhisii yasiminii 😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@user-xp9bv4gs2u
@user-xp9bv4gs2u 3 месяца назад
Guruu Nabili Rabbiin jazaa sifi haakafalluu yaasimin akkaa Rabbiin jirtee ara gesse
@berkeberkeyyy6215
@berkeberkeyyy6215 3 месяца назад
😢😢dhugaa waqayyoo kun nama oso hin tane bineesa ati bira batee hin deemitu kun boda lubbu isii basa dhugaa yaa waqayyoo dhira akkan narra qabi😢😢
@zamzamoram
@zamzamoram 3 месяца назад
Wly kuni haa jaa sitti qabuu irraa deem abboo afaa numa bayee deem siin jechuu dhbee malee 😭😭😭😭😭
@abdulhamiidmahammad7719
@abdulhamiidmahammad7719 3 месяца назад
😢😢baga rabbi sibaase yasmiin miskiina too gurbaa kana biraa deemi siajeesuu hedaa
@lesaawallaggaa9342
@lesaawallaggaa9342 3 месяца назад
Sagaadaahoo akkamittii sagaadii akkamiittii manaa ficaanii fayaadaamtii kun naaf gaafiidhaa 😢😢😢😢😢
@ramlamusxafa2725
@ramlamusxafa2725 3 месяца назад
Saltaamalsalatii tun hamuraaqabdii silasalatanihii akkanagodhaatanii najisniicufutii
@user-cl1jx9jc4d
@user-cl1jx9jc4d 3 месяца назад
Gurbaa ak yadee sifi hini tanee ati akaa ketitii ajesuu fetee turitee sifi milikeninee lubuuun harikaa rabbii jitii bari ati bekituuu dajizaaa
@hdte4893
@hdte4893 3 месяца назад
Rabii sodatuu kunii dhisifii demii ilimoo isaa 😭kenifii fayanii biraa demii ciqii dhisii lubuu tee barabadadhuu😭😭
@Hawwiishow1234
@Hawwiishow1234 3 месяца назад
Bagaa Rabbiin sii basee bareedu too 😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤
@adamashoo2427
@adamashoo2427 3 месяца назад
Bassii ofiiraa bayee isii yanee waan inii sitti keenee hin dhugiin
@user-gj6rc9jt9u
@user-gj6rc9jt9u 3 месяца назад
Bagaa Rabbii sii fayyisee oktii tiyaa dhugaa heddu garaa naa nyaatee wallaah 😢😢 garruu obboolleeysaa kiyaa rabbii sii haa qajeelchu badii qabdaa
@Jamiila275
@Jamiila275 3 месяца назад
Rabbiin nama akkanaa rabbii nurraa haa qabu😢😢😢
@munatube2
@munatube2 3 месяца назад
Muucaan baareduun kuun jaarsaa hinaargaanee dhuugaraabii 😢😢😢😢😢 yeeroo hudaa arsaa taahaa utuu jalaalaasii qabatee muucaa dhiigaa biiyaatii gaalchaa jeedhaa dhaamaa😢😢😢😢😢😢
@aloveanas
@aloveanas 3 месяца назад
Baga Rabbin Sii Dhagesise Nabil Rabbin Jazza Kee Sif Yaa Debisu😢😢😢😢😢
@makfiraaMusxafaa-wm7nq
@makfiraaMusxafaa-wm7nq 3 месяца назад
dhugaa ketii qalii too abshiri 💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@user-gu8yo3fk1r
@user-gu8yo3fk1r 3 месяца назад
Baga rabbiin sii basee yaa obboleeti akiraa ofi egadhu wani sif kene harkaa fute hin nyatin hin dhuginis
@Nuriya-jy8rt
@Nuriya-jy8rt 3 месяца назад
Baga Rabbiin sibaase wallahi amma booda uf eegi Rabbiin sihaa sattaruu yoo hin taane bira deemi hireen qooda rabbiiti😢😢😢😢😢
@amirgill7170
@amirgill7170 3 месяца назад
Basi.ofi.irra.kun.mujirma❤❤❤😢😢😢
@jggt1110
@jggt1110 3 месяца назад
Nih kate jedhan sanu akuma ishiin katuhu fetuu jechudha sila ini boru galfatu dema atii itii kanan akanati rifatee 😢😢😢😢😢yaa yasmiin tiyaa baga rabbin sih kase aka isatin miti aka rabbitin kate😢😢😢alhamdulila ya rabbii
@user-zg7jx7lz5g
@user-zg7jx7lz5g 3 месяца назад
Wly rabbinni umurroi kee haa dheresuu lubuu tiyyaa ufiiiiiii 💔💔💔💔💔💔💔💔💯💯
@user-zy8pi1zt7t
@user-zy8pi1zt7t 3 месяца назад
Mashallah bagaa rabbii sii dhaqabee habibatii dhisii biraa demii hirren qoddaa rabbitii😢😢😢😢😢😢
@umuubadhasa5764
@umuubadhasa5764 3 месяца назад
Baga Rabbiin sii fayyise qalii too abshiir rabiin siif haa qajelchu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@mamaajman7526
@mamaajman7526 3 месяца назад
Yaa rabbii kiyaa bagaa rabbii sii basee lubu tiyaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-ye8me7rh2s
@user-ye8me7rh2s 3 месяца назад
Amaa achii biishani inii sii keene hin dhuugini uuuuuuuufffff raabii koo baguma kaatee yasimi too 😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-zg4fx1pb1b
@user-zg4fx1pb1b 3 месяца назад
Waallah Anu Akka badaa garaan naa gubatee kanaa gowaa namichaa😢😢😢
@Sabontu750
@Sabontu750 3 месяца назад
Yaa nabinl oso gafa sana dute akam tayu demta rabin mal sin jedha garu ati oboleti hin qabdu kan wojin dhalate rabin hin sodatu abaramu barbada gafa dura jalate fute ama yoo jibite sin barbadu hin jetuni malif ajesu feta garu isin wori dhira hin betanu isin aka itti ddhalte beti hadha hkn qabdu ati xiqoo hin yadu
@imatutube8759
@imatutube8759 3 месяца назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Garaa namaa nyataa wly dhugaa Rabbii
@qamaruabdii7412
@qamaruabdii7412 3 месяца назад
Rabbii haa lafisuu garuu nabilii sirii hin gonee 😭😭😭😭
@Sabbontu609
@Sabbontu609 3 месяца назад
Wly rabii jazzaa nabilii hadebisuu #urjiyee amanitee wanii nabilii sitii kenee iraa futee nyatinnii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔
@user-fm9bv1tb5c
@user-fm9bv1tb5c 3 месяца назад
ini hoji baredaa godhe sihe jiraa sif yaadeti garuu ini ni balese 😢😢😢yadi namatis wal ada yaa yasmin tenyaa 💔💔💔💔🥹🥹🥹😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@saraabdu9691
@saraabdu9691 3 месяца назад
Rabbiin siih irraa hafudhuu nabiil
@user-ew5ls7bp7z
@user-ew5ls7bp7z 3 месяца назад
Uuuuuf ❤❤❤❤😢bagaa Rabii si fayisee dhugaa waqayyoo ❤❤Uuuuuf
@OromoOromoo-ju2sk
@OromoOromoo-ju2sk 3 месяца назад
BGaa Rabii sibasee sanyii kuniima Auzbillayi😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@BaleRobe-bu1wj
@BaleRobe-bu1wj 3 месяца назад
Ani wanni warri media kun haasawu kun dhugaa fi soba tahuu adda baaffachuu dadhabe Wollaahi
@almaz373
@almaz373 3 месяца назад
Hundii isanii sobaa you tobe dalagatuu😅
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw 3 месяца назад
Yasminii abshirii jabadhuuu rabii sii haa gargaruu ishallaa ♥️ ❤
@MawradiiTaHamzaa
@MawradiiTaHamzaa 3 месяца назад
Abarasii Rabii siratii ha buuu walahi bilahi gurba dhamaha ilmo isiti bar amasii guya afuru boda lafa oli kate amasii itin debiisa jedhe mana isati nyata hin nyatin bishan hin dhugin amasii bishan kesa sif busa walahi gize guya afuru boda itin debiisa jedhe agan muca galfadhu jedhe 😭☝️🤲😭 ira demii walahi yo nama qabate achii kesa
@user-wx2lp4rn6q
@user-wx2lp4rn6q 3 месяца назад
Dhugaa ketii qalii tiyaa fudhadhuu waraqaa tee siti kafaree kunii ❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢
@MuneeraMuneera-tm6nh
@MuneeraMuneera-tm6nh 3 месяца назад
Habibiti fuli sii jijiraamee jiraa ayii ani abditi bareese turee yeroon.inni video siiraa worabee gaadisuu saana illaalluu garan na dandaabee jenen laakofissaa abdii you tube ishaaraa fudhee yaa abdii yasimin biraa dhaqii adraa obolumaa jedhen imimin qabachuu dandaabee ayii wari yamen😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@MakaJfdjnd
@MakaJfdjnd 3 месяца назад
bagaa rabbisin sii baasee lubbu too😢😢😢😢😢😢😢namni addan bahuun gaariidhaa waal midhuun bu,aa hin qabuu 😢😢😢😢💔💔💔💔💔💔💔
@user-tq3sd9lk1s
@user-tq3sd9lk1s 3 месяца назад
Uuuuuuuffee sila ma mucati baredu kan akasitii cinqita qoyii rabiin sin dhisu wlh nabil😢😢
@madina5747
@madina5747 3 месяца назад
Biraa hin deetuu waalahii gaaraa naamaa gubaa saaree kunii😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@saamiraajamaal4716
@saamiraajamaal4716 3 месяца назад
Subahanalah dhiraa zabanaa Rabinii jezaa kee sifii haa kafaluu hangaa mucaa kanatii xabachuti jirtuu yoo isidha yadee kininaa saatii 24 olii Rafisu itii hin kenitu turee
@rttf6018
@rttf6018 3 месяца назад
😭😭😭😭😭😭😭bagaa Rabbii sii basee.urjiiye too.Habibitii❤❤❤
@barakqsxsw90
@barakqsxsw90 3 месяца назад
Miskinaa tiyaa Raabbi si haa tisuu bareduu too ❤❤❤😢😢😢😢
@ZuzuuTube
@ZuzuuTube 3 месяца назад
Waa harka futtee hin nyatin ya giftiko malilee bishanis asirasa addaraa😢😢😢😢
@ZeddKml
@ZeddKml 3 месяца назад
Yaa ummata dubbi dhiisa duruma Yoo dawaa San godhuf dhifama isimaafi jedhe turee isin maalif waan hin gutannee haasoftan me dura video inni guyya 3 dura warabe laala isin nama diigu malee ijaara beytanu😢😢😢😢 auzubillah Yasmin sumaafi inni Akka ATI rafin waan argef si yaade abbaan mana ke❤🎉
@MawradiiTaHamzaa
@MawradiiTaHamzaa 3 месяца назад
Usii gasiba dhifama isa samiti dhine hagan hala mijafadhuti dhifama naf godha jedhe bar daima tiyan galfachu dema dhifama naf godha jedhe bar yon akatii rafisu badhe natii hin dhiftu jedhe 😭☝️🤲😭
@itiigaftuufiqir3790
@itiigaftuufiqir3790 3 месяца назад
Sirii gonee nabiil situu badii qabaa hadhaa ilmo teetii malf Akas gotaa silaa xiqolee garaa sii nyatuu subahnAllh 😢😢
@Iftuutube96684
@Iftuutube96684 3 месяца назад
Situu rakoo qabaa 😢😢😢😢😢Nabiili 😢😢😢😢😢😢😢😢
@mskh4667
@mskh4667 3 месяца назад
Uuuuuuuuuuuuuff bagaa Rabii sii basee obboletii koo😢😢
@najatnaja1401
@najatnaja1401 3 месяца назад
wlhii utuu ana taa, ee tuma gaafii kana hin gaafadhu
@NayimaMuhammad
@NayimaMuhammad 3 месяца назад
Ayyiiiii😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@jamila-jc1uo
@jamila-jc1uo 3 месяца назад
Rabii sini halafisu wan akana itti hidebi,in garu gabade jirta bada nagahan.rafte xarate jirta❤🎉
@UaeUae-zn8eg
@UaeUae-zn8eg 3 месяца назад
🤲😭🤲😭🤲😭☝🏽☝🏽☝🏽🤲
@comsystem3029
@comsystem3029 3 месяца назад
Uufii. Bagaa Rabii sin Fayisee kunii mujirimaa😭😭😭☝️☝️☝️☝️☝️
@aishamohamed4496
@aishamohamed4496 3 месяца назад
💔💔💔💔💔💔 yaaa hadhaa uuuuuufffffiii
@user-xe6ld2es7n
@user-xe6ld2es7n 3 месяца назад
obbolettii tiyaa bagaa nagayaan rabbin uf sii beysisee
@sofiadefu3063
@sofiadefu3063 3 месяца назад
Uufiiii alhmidilhaa bagaa Kate garuu kan bodaa jarasaa jetee hini egatin yasiminii 😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔
@MawradiiTaHamzaa
@MawradiiTaHamzaa 3 месяца назад
Baga Rabin si basu Urjii ye to 😭😭🤲☝️😢😢😢 Allhamdulilhi galata Rabii 😭🤲☝️ walahi bilahi hin amanini gana nyata isa hin nyatin bishan isa hin dhugini wahunda ofifi godhadhu 😢😢😢 subahanallaha ya Rabii ya Allah nu qajelichii atii 💔🥲😭
@ZeddKml
@ZeddKml 3 месяца назад
Nabil ATI waan akkana midiyarra fiduu balleesite😢😢
@aantuukamal4181
@aantuukamal4181 3 месяца назад
Wlh sirri hiin jirtu maluma taahe sah kun gurban bira deemi kaan nama mitti kuun wlh tiish baaga siin jeete nama sii waliin jiratti
@zarazr3403
@zarazr3403 3 месяца назад
Deemii biiraa atti baareedu daaima taan siirtti laaltta Deemii biiraa
@user-yk1iv6oh7t
@user-yk1iv6oh7t 3 месяца назад
Rabin akka namaa mitti bagaa rabin si basee yaa oboletii koo lamataa waa naf keeni jetee hin gafatin ofi keetii godhadhuu nyadhuu dhugii lafaa gotee hin demin ganaa si ajesaa kun bulguun😢😢😢😢😢
@CxBaha-lp1ns
@CxBaha-lp1ns 3 месяца назад
Mucaan waan sharrii qabu hin fakkaatuudha ummata comantii mucattii gorsaa malee Bayyee hin haasayina
@HaniiAhmad-fu8ke
@HaniiAhmad-fu8ke 3 месяца назад
Yaa Yaa Allah maal kunis dhiraa Amaa 😢😢😢😢yaboo Raabii hiree nama ha tolchu mucayoon tun oso dhiraa faydaa qabutii gortee Ashetaa yero hundaa garuu hireen waan xarqee tanaraa buftee😢😢😢😢😢
@JiraaAmayuuJiraaAmayuu
@JiraaAmayuuJiraaAmayuu 3 месяца назад
Bagaa rabii sibasee hadhoo koo dhirsaa akkana rabii namaa irra haa qabuu yaa rabii nuraa qabii dhiraa akaana garaa jabessa
@Foziya.Arsii2259
@Foziya.Arsii2259 3 месяца назад
Taa duraa tana rabbii sibasee aboo kana wajii jirate midhanii nyata mana toko kesa tii subaahan 😢😢😢😢😢
@MmMm-up8yt
@MmMm-up8yt 3 месяца назад
Bagaa rabii si basee wly ya urjii kanaa gurbaa mujrimaa kanaa rabii isaa qacelchuu😢😢😢😢😢
@noornoor-ou2xy
@noornoor-ou2xy 3 месяца назад
Alhamdulillahi baga fayyitee kana mujrimaa irraa deemii habiibtii
@user-yk1iv6oh7t
@user-yk1iv6oh7t 3 месяца назад
Adaraa nyataa nyadhuu seran😢😢
@MariamAli-qg5nf
@MariamAli-qg5nf 3 месяца назад
Bagaa raabii SI baadee obboleeti uuuuuuffff 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@HawwaaNagawoo-ek5ou
@HawwaaNagawoo-ek5ou 3 месяца назад
Suubaan Allah kuni guurbaan mujirimaa wly 🥺
@aminabuta1684
@aminabuta1684 3 месяца назад
Uuufi yarabbii namni yo qol jibe nagayan ada demus
@user-jx4gg8nl9g
@user-jx4gg8nl9g 3 месяца назад
Yoo jibitee dhisii malee akkan hiin godhiin hireen qobaa rabbiitii 😢😢😢😢😢yasliim dimaa Ganaa jirtii😢😢😢😢
@Hamdiyaorotu
@Hamdiyaorotu 3 месяца назад
Yayasmin firadhisi fayate ijisikesa bubute egadhuu😢😢😢😢😢😢 uuuuuuuuuuu rabii kiyaa
@user-qq6yu6jf5m
@user-qq6yu6jf5m 3 месяца назад
Uuuuuuuuuufi akka na arse baga nagayn katee Obboleti tiyaa 😭😭😭😭😭😭😭
@felmetajemal1064
@felmetajemal1064 3 месяца назад
Atiis jaartii jaarsa tumtu hin tahin dhugaa rabbii amala fokkotaa qabda amala kee sirreeffadhu...✌
@hdte4893
@hdte4893 3 месяца назад
Demii Rabii sii debisinii saree dhaa atii😭😭😭
@user-dd7fp9nd1p
@user-dd7fp9nd1p 3 месяца назад
Yaa rabbii dhira gowwa nara qabii😭😭😭
@ZuzuuTube
@ZuzuuTube 3 месяца назад
Silum kuni Abaa mana fakkatu abba mana hin argane mucan baredun kunii😢😢😢😢
@BaleRobe-bu1wj
@BaleRobe-bu1wj 3 месяца назад
Yoo RU-vid guddifachuu akkana goshattan Rabbiin isin haa qajeelchuu
@JamilaHaHaajii
@JamilaHaHaajii 3 месяца назад
Abshiiri Bareduu Ko❤
@user-op3je2oh9y
@user-op3je2oh9y 3 месяца назад
Dhaalaa guutuu dhifaamaa gaafaatuu qabda 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-dc7tm4ju4t
@user-dc7tm4ju4t 3 месяца назад
Yassimin lubbu kee of egii kuni gurbaan mujjirrima icciiii
@osetube
@osetube Месяц назад
Atis subscribe naf godhi bro ani hedu si hordaaaf
@faximamahamad5150
@faximamahamad5150 3 месяца назад
Habibti of egii gurban kun si ajesuu hin oluu wan ini siti kanee hin nyatin hin dhugin ama baga rabin si fayisuu😢😢😢😢😢😢😢
@user-xc8bf7jy8c
@user-xc8bf7jy8c 3 месяца назад
Sa ati isi marachufi mo nf hin gale br 😭😭😭😭😭😭😭
@ronialii142
@ronialii142 3 месяца назад
Rabbiin siif haa araramuu walahii
@caaltuuasfuu1439
@caaltuuasfuu1439 3 месяца назад
Egaa ishidhafii natee Malifii daimaa iraaqamidee irafisiree Amaaqorichaa itiigotuu Otooboletiikee tatee wayii Akanatii ititabataagaruu Waaqaayoo dachaadachaadhaanii sifii kenaa Ojikee lubuunii gafaainiijedhee malee ibatuu😢😢😢😢😢😢😢
@user-yt1ov6lb9s
@user-yt1ov6lb9s 3 месяца назад
Bagaa rabbiin sibasee.rakaneejiraa ya urji😢😢😢😢😢😢😢to
@user-dh5eb6xe2t
@user-dh5eb6xe2t 3 месяца назад
😢😢😢😢 l love you y ❤❤❤❤
@saraabdu9691
@saraabdu9691 3 месяца назад
manaa yaalaa deemiiy of ilalchisiiy habibtiiy
@ማራናታ-ከ5ጘ
@ማራናታ-ከ5ጘ 3 месяца назад
እውነት በጣም ባላጌ ሳው ነክ Nabil Yasmin Habibti siif waqqayyo jira አይዞሽ qaxita garaa duwwattii nyaata yero nyaatu ofegannoon jiraachu qabda
@singerbiraanedhaaba857
@singerbiraanedhaaba857 3 месяца назад
Uuufff dhuga baga Waaqaayoo sii gargare garu ofi egadhu hadho koo waqaayyon gaditi aban ofi egun bareda😢😢😢😢😢
@dgdf8522
@dgdf8522 3 месяца назад
Sa Dhugaa keetii 😢😢😢😢qallii too 😢😢😢😢😢
@Sumayaa183
@Sumayaa183 3 месяца назад
Uuuuuuf bagaa fayitee katee❤❤woyii caraa😭😭
@sufuhalseeb830
@sufuhalseeb830 3 месяца назад
Bagaa Rabbini sii basee Oboleti too😢❤
@AliAli-ps2jd
@AliAli-ps2jd 3 месяца назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Abshiir habibitii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@zarazr3403
@zarazr3403 3 месяца назад
Osso daaiima saan kiin suun midhaame hoo haarrama hodhaa miitti 😭😭😭😭😭😭😭☝️
@Sabbontu609
@Sabbontu609 3 месяца назад
Nabilii mujirmaa kanaa zeyitaa itii naqanii biraa demanii kunii dhiraa amaa beraa nanesuu baratee hadhaa ilimoo irraa bafitee jireenyi jiratuu malii 😢😢😢😢😢😢😢dhugaa urjiyee uuuuuuuuffff 💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Далее
Cute kitty gadget 💛💕
00:23
Просмотров 17 млн
Аруси Точики ❤️❤️❤️
00:13
Просмотров 389 тыс.
Ammas Deebi'i Deemii Hojjedhu Deebi'i Naan Jedhe😭
19:09
+251913335473
2:16
Просмотров 16 тыс.
🛑caaltuu bayee gamade jirti www💞💞
19:45
Просмотров 45 тыс.
Yeroo Jaalalaa
25:56
Просмотров 216 тыс.
Марго Роби Уничтожила Уила
0:53
ЭРИ КАЛТАКЛАР ЭКАН 😨
0:34
Просмотров 2,6 млн
Egg roll trap part 1
1:01
Просмотров 43 млн