السلام عليكم ورحمة الله وبركاته ani kan jedhuu ati sabiyii hadhaan adaan bafatee mal yodhu heda y maal si gotee akana gotaa silaa Yaa bobolesaa ko ati ilma dhiratii haga harmeen té sif qalbiin isi raratuu hin beytuu Rabiin si haa qajelchuu
Wori yaman jiruu hundinu marataadhaa dhugaa Rabbii isini haa fayisuu inshallah mee Namini Aka An wori yaman jiruu ka Faya qabufi ka fayaa hin qabnee Ada wolalee Layki godhaa
Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Akkana midiyaa irra oftee da'imaa akkana waan hin tane iraani getaa ati boruu akiraa mali egata hadhaafi ilmoo adaan baftee guyaa qiyama iraa gafatamta 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Mashaa Allah Qashtii ijaraa hafli mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah Qashtii ijaraa hafli mashaa Allah mashaa 🥰 💖 ❤ 😊 ♥ 🙏 🥰
Wollahii wotakkaa sirraa hin gammanu gamachuun qopha tetii maal siif gotii nama kana hundaa qalbii cabsitee isii akkasitii azabdee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Yaa boo yoo Nama iraa dhalatee Daa'ima kichuu oli gad Hin ofiin haadhara Mal Kun Horii Moo Nama Subahana Allah 😭 walahi ilmii Nama binesaa Caalaa Wal balesuuf deema😭