Ciinqii Ummata Yemanii kana dadhabne wly 😢😢Fayyaa hin qabdu oromoon Yamanii tun subahaanallah😭😳😳 Qiyaaman Gaafa buutu Yamaniti buuti dura😳 Yasmiin maa Affaan dheerati garuu inni kun homa fedhee tahuu abbaa mana keetiti bar 😳 Ati araba itti dheerachuun isati qanyisuun akka inni tana daraan si miidhu uf godhaa jirta Yasmiin😢😳 Affaan hin dheeratiin jaarsa keetiti Jaarsa kee ssgalee itti ol fuutee hin iyyin miyaoo😢🥺🧐❤❤
Miciyoon tun Amalaa qabduu bar J kee Amalaan hin horatuu yoo Inii Wan fedhee sii godhee kabajuu qabdaa Dem naraa bahii yoo jeteen Akkamiiti godiftaa mee Eessaa futaa ree Amaa😢
بسم الله الرحمن الرحيم Yaa namticha kana yoo ati mucattii tana jalaa ilmoo kana fuute Rabbiin musiibaa ati quba hin qabne sitti haa buusu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 Miskiina tiyya ta ofiitifuu kaleessa deette qaamni isiituu hin jabaanne 😢😢😢😢😢😢😢 Dubrtiin durii deettee waggaa tokko guutuu waan gaarii nyaatti waan gaarii dhuuydi Haadha ofii irraa hin fagaattu 😢😢😢😢😢😢😢 Yaa Allaah maalumatuu nu muudate nuhii kana 😢😢😢😢😢 Ani homaa hin jedhuu mucattii tanaa Rabbiin haa tumsu yoo akki itti jirtan kuni dhugaa ka ta'u taate 😢 Yoo akkuma beeytan viidiyoo nurratti dalagataa jiraattan Rabbiin jazaa keessan isiniif haa kafalu. 😢 Kanuma jedha gama kootin حسبنا الله ونعم الوكيل لا حول ولا قوه إلا بالله سبحانه