Тёмный
No video :(

😭Raajii Eyu Chufa Ajjeesisuuf.. Yitbarek Jaallattee Dhabnaan Ortodoksii taate..Joe Ciroo Kalee 

CHRISTIAN MEDIA
Подписаться 109 тыс.
Просмотров 38 тыс.
50% 1

Odeeffannoowwan Kiristaanummaa Argachuuf Subscribe, Like,Comment,Share taasisaa #Christianmedia #Christiannews #Faarfannaa #FaarfannaaAfaanoromoo
የተወደዳችሁ ተመልካቾቻችን ሁሌም ትኩስ እና እውነተኛ አዳድስ መረጃ እንድደርሳችሁ ዩቲዩባችንን Subscribe አድርጉ።
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbeta #Dawitmorka #Bikilakebede #Solomonadugna #Bilisekeresa #kefamideksa #Mesfingutu #Oromomusic #Ethiomusic #Oromofilms #Habeshafilms #Yadenimerga #Faaruuchristianmedia #Egereemedia #Wakjiratube #Jawarmohamed #Omn #Top5StunningEthiopianArtistsByRank #Mezmurtube #EthiopianChriatianmedia #Ortodoxmezmur #Protestantmezmur #Yonatanaklilu #Marsiltv #CJTV #Betheltv #Moaatv #Araratv #Christarmytv #Pressenctv #Pressenctube #Eyuchufa #Mesfinbeshu #Meserettaye #Gemechisdesta #Leadstarcollage #Ethiopianprophets #Oromogospelsong #MaramawitAbate #Ethiopianews #Gelanagaromsa #Hachaluhundesa #FryatYemane#ethiopianmovie #Addisalem #ZerituKebede #DanaitMekbeb #waziworld #mikishow #senseletdrama #SaronAyelign #HuluDaily #FryatYemene #Seifufantahun #seifufantahunonebs #Ashurka #ashruka #ashrukaamharic #ethiopianewmusic #hopeentertainment #ashrukachannel #ethiopianartist #ethiopiancomedy #ebs #ashrukamedia #Akukulu #nahooTv #Nahoo #ethiopia #ethiopian #addisneger #diretube #DrAbiy #Ahmed #Abiy #አብይአህመድ #ህውሃት #መቀሌ #SeifuonEBS #Seifufantahun #NewEthiopianMusic #tigrignamusic #ebstv #JTVEthiopia #HopeMusicEthiopia #AbyssinyaVine #ZEMENTV #SundayWithEBS #LTVWorld #MinewShewaTube #ADMASMUSIC #EBS #Amharictube #FanaTelevision #Ethiopia #EthiopianTV #EBC #betoch #comedy #ethiopiancomedy #sitcom #betochcomedy

Опубликовано:

 

22 авг 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 109   
@ShambalSinke
@ShambalSinke Месяц назад
Waaqayyoo nama isaa dabrsee hin kennuu🙏🙏🙏🙏
@user-hb5di6oq1w
@user-hb5di6oq1w 13 дней назад
Amen Yesus gooftaaadha qabenyi kenyaa yesus qofa
@abdullaalzarouni9643
@abdullaalzarouni9643 2 года назад
Iyuu koo baayee akumaa lubu kiyaatii sii jaladhaa dhugaa waqaayoo saa eguu
@miratmanindra1451
@miratmanindra1451 2 месяца назад
Iyesus / maalii maaloo gurrakenya nuuf ergi waqayyoko🙌🙌🙌☝️🙏🙏🤭 tebarekulign bertulign geta yibarkachu christ media👏👏👏☝️☝️🙏🙏🙏♥️♥️♥️
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 года назад
Marree in didee malee ishee waliin hin kufnee,ammayyuuu akkumaa Yoseef inbii warraa jedhaan nuufaa baayyisuu wqy,Ofuumaa barbaadanii yoo akka yaadan ta'uufi baatee gara ta'uufitti deebi'uu ayiiiii yaa bara keenyaa
@tigistitube6405
@tigistitube6405 2 года назад
Waaqayyoo araraa isaatin nu haa yaddatuu barii keenyaa kun waalinsaan bekkamuu🙇‍♀️🙇‍♀️
@hawwiikennaalove5724
@hawwiikennaalove5724 2 года назад
Raajjii Iyyuu Baay'een Sii jallaadhaa Gootaa Wangeelaa Waqaayyoo gooftaan sii haa Tiksuu
@user-yj8of3qc4p
@user-yj8of3qc4p 2 года назад
Waaqayyoo dabarse hin kennuu mucaa isaa 🙅🙅
@ShomiMm
@ShomiMm 9 дней назад
❤❤❤❤❤❤
@baqqee4962
@baqqee4962 2 года назад
Waaqayyo namaa isaa dabrse dinafi in kenuu 🙇🙇🙇🙇
@fiqaaduuuddeessa3689
@fiqaaduuuddeessa3689 2 года назад
Nama Waaqayyo wanti tuquu danda'u hin jiru.hin sodaatan jabadhu
@halimabosona6110
@halimabosona6110 2 года назад
Waqayyoo dabarsee harkaa dinatti isaan nama waqayyoo
@sisaysis1602
@sisaysis1602 2 года назад
Waaqayyoo ulee isaa yaa kasuu ararara gara biyyaa keenyaa yaa deebbi'uu waaqayyoo isin hin olichaa Eyu eebbifama
@romanmaro1300
@romanmaro1300 2 года назад
Ebbifamiii mucaa Yesus
@asterlemmadabalee4004
@asterlemmadabalee4004 2 года назад
Eyu bayyee bayyen sijaladha kiristoos yesus dabarsee isa hin latuu! Goftaa yesuus
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 года назад
Eebbifamaa.dacha dachaa maaqa yesuusiin
@aayanayan570
@aayanayan570 2 года назад
Isera'el eggu hin muggu harki waqato issa wojji jirra
@warqeebeauty5357
@warqeebeauty5357 2 года назад
Yaa waqayyoo ijoolee kee wantaa hamaa kannaa irraa nu eegii maloo eyuu cufaa Fi warraa maqaa keetii wamamman ulee keen tikkisii
@cawofficial7549
@cawofficial7549 2 года назад
Oduudha namtiittin dhaggeettii argaachuuf jettee malee rajii iyyuu kana eeguu yesuusiidha rajii sobduudha
@meetiitolera8914
@meetiitolera8914 2 года назад
Yaa waqqayyoo atii namaa kaan dabarsite dinnaf hin keenin 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@GeteS-sg8wi
@GeteS-sg8wi Месяц назад
Anaa kaan naadhibuu biridhaa jechaa waldaa kesatii danazuu waqaa dhisanii wanumaa haraa dhagenyaa
@mryamm6582
@mryamm6582 2 года назад
Wow wow wow wow bay'ee bay'ee namati tolee guda galatomii Jesus eleeeeeeeeeeeeee eleeeeeeeeeeeeee eleeeeeeeeeeeeee
@tsehaybejiga617
@tsehaybejiga617 2 года назад
Waqqayo ishedhafi haa Dhissu Kuni hubbana dhabuu ishii argissaa R// iyuu waqqayo dabareee dintti hin lattu inni issa eguu hin muguu hin rafu dinni hin karorossa malle hubanna hin qabu huddumati kessanu kadhadhafi
@Charlto1234-fj8vc
@Charlto1234-fj8vc Год назад
Waqayyoo sinyii eguu waqayyoo
@Remasaremasa
@Remasaremasa 2 года назад
Waqaayyoo dhiifama isii haa godhu
@kumemiessa9007
@kumemiessa9007 2 года назад
Warra kan isa ta.an waqayyo dabarse isan hin kennu dinni kenya yaada dhama.a 🙅🙅‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️
@user-tq9dv9db2m
@user-tq9dv9db2m 2 месяца назад
Maaf sobdaa ortodosii jechuun karaa dhugaa jechuun atii iyyuu waaee isaa hin sin gallee karaa barbaadi ortoo irratti. Qaldiin hin jiru sobduu kun
@asterlemmadabalee4004
@asterlemmadabalee4004 2 года назад
Ati dachaa dachaadhan Ebbifam
@demisotemesgen8527
@demisotemesgen8527 2 года назад
Dhugaadha kiristoos ofi danda,adhaa namaa ilalitee maalif deemte
@chaltochalto0609
@chaltochalto0609 Год назад
Maaloo.abbaa.aderaa.taajilootaa.waaqayoi abbaa.koo.attii eegii iyesus Koo malloo aderaa
@mryamm6582
@mryamm6582 2 года назад
Wow wow wow wow
@sangitulu6926
@sangitulu6926 2 года назад
Namnii waqqayyoottii hamanee harkaa dinnattii in nyatamuu Ameen ameen obbollottaa koo hundumaa waqayyoo sii yaa egguu inni nu eggu in muggu in dagatuu Ameen Ameen
@almiyoutube
@almiyoutube Год назад
Sangi tulu mati nafi tayi
@tigistgodebo8659
@tigistgodebo8659 2 года назад
Eyu bayyee sii jaladha waqaayyoo sii haa eguu. Garu wubalami soba dubatii mataa eshee nagaa mitti
@hawwiwaqayyo5528
@hawwiwaqayyo5528 2 года назад
Waaqayyo namasaa dabarsee dinatti hin kennu🙇‍♀️
@kennaakidanu178
@kennaakidanu178 2 года назад
Namani waqaayyoo dibee enyuyuu hin danda'u waqaayyoo egaa isati
@siibiraayoutube9067
@siibiraayoutube9067 2 года назад
Waaqayyoo ija kenyaa haa banuu
@jjkk2245
@jjkk2245 Год назад
Kaan isaa wajii jiru jabadhaa in sodatinaa
@kombikombii4029
@kombikombii4029 2 года назад
Karooraa jaloota waqaayyoo diguuuti beeka maqaa yesusin nhin milkaa'in
@beauty0503
@beauty0503 2 года назад
Wow
@biraaneeayyaanaa2995
@biraaneeayyaanaa2995 2 года назад
Maloo waaqakoo harki kee haa eegu adaraa dabarsitee nama kee diinatti in laatiin 😭😭😭😭
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 года назад
Nagaan wqy isiniif haa ta'uu akkam jirtuu maatii wqy
@user-by3ns7cu3t
@user-by3ns7cu3t 5 месяцев назад
🎉
@TamireGemechu-vw2pg
@TamireGemechu-vw2pg 3 месяца назад
Baabilooni kuni
@yordiyeesisaay6511
@yordiyeesisaay6511 2 года назад
Gofta koo ati nama kee egii maloo
@user-rc7qp9zm1i
@user-rc7qp9zm1i 2 года назад
𝒀𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒒𝒂𝒚𝒚𝒐𝒐 𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂 𝑨𝒅𝒂𝒓𝒂𝒂 𝒅𝒂𝒃𝒂𝒓𝒔𝒊𝒕𝒆𝒆 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒆𝒏𝒊𝒊
@caalaamirgaa7009
@caalaamirgaa7009 2 года назад
Ilaa obboleessa koo sababa nama tokkoof hordoftoota Waldaa tokkoo hundaa xureessuun sirrii miti...........Ani Miidiyaa kana sirrittin hordofa, garuu pirooteestaantii miti.........waldaa Ortodoksiin hordofa, Iyyasuuf kiristoos fayyisaa kooti....dukkana keessa hin jiru..................kanuma....................
@ChristianMedia1
@ChristianMedia1 2 года назад
Eebbiifami Dhiifama
@caalaamirgaa7009
@caalaamirgaa7009 2 года назад
@@ChristianMedia1 jabaadhuu hojjedhu....waaqayyo si haa eebbisu
@BarakaMfrk
@BarakaMfrk 3 месяца назад
Waqayoo isin haa ebbisuu jabbadha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
@marthafayee3190
@marthafayee3190 2 года назад
Isaa kan eguu waqayoo malee namaa mitii hojin dinaa yomuu galamaa hin gahuu yadaa xaruu malee
@berhanuhabtamu
@berhanuhabtamu 9 месяцев назад
100 ture tabaraku kanaa duwaa mittii namoni maqaa namotaa gafachaa maqaan kee abballu mitti Waqayoo akkaas Nan jedhaa jedhani dubataan gafataan bayettuu jiruu.galattomaa
@berhanuhabtamu
@berhanuhabtamu 9 месяцев назад
100 ture tabaraku kanaa duwaa mittii namoni maqaa namotaa gafachaa maqaan kee abballu mitti Waqayoo akkaas Nan jedhaa jedhani dubataan gafataan bayettuu jiruu.galattomaa.Rajji Eyuu waqayoo dinaa isa fanaa millaa isatti gaddii yaa tasisuu.
@chaltochalto0609
@chaltochalto0609 Год назад
Maqa.iyesus.yaadnii.seexaana.kararatii.haa.haafuu.maqa.iyesus Yaawaqayoo iyuu.cufaa.attii.eegii.abba.koo.maaloo.aderaa
@ameens7edge607
@ameens7edge607 2 года назад
Yaa waqayyo atii dabarsite harka dinati hin kenini nama kana 🙇‍♀️🙇‍♀️😢😢🙏🙏🙏🙏
@ewqekk7326
@ewqekk7326 Год назад
Wushata nash ara tay kalela saw gara tanyitash iyun simunaxafiuuuuuuuu
@shekhw6937
@shekhw6937 2 года назад
Eyu.chufa.hin.duu.bala.tassan.hin.duu..hin.dha.biyya.lafa..gan.hin.kaa..
@dagandarje1914
@dagandarje1914 2 года назад
Waqayoo sifi yaa dhisuu
@RobeeBekela
@RobeeBekela 25 дней назад
😢😢😢😢😢😢
@abyya2271
@abyya2271 11 месяцев назад
Yaa waqqaayyoo atii ijjoolee kee egii ❤❤❤❤
@eshalemethiopian3231
@eshalemethiopian3231 2 месяца назад
Waqqaayyoo Nama Kaana Bakka inni Jiruu Hundumaatii Nuuf Egii Adaraa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@user-gb6dk5uq7i
@user-gb6dk5uq7i 3 месяца назад
Waw nama farsuu irraa waaqayyoon farfaachuun hin caalu ati garuu har'a ganabii keessatti ofi argita dafii qalbii jijjiraadhu waaqayyoo siif haa dhisuu .
@adugnaderesa3990
@adugnaderesa3990 Год назад
Nama ani raajiidha jedhee maqaa ofitti baasee uummata saama jiru kun jedhe jedhee erga bakka waaqeffannaatti daansi jalqabsiise uummanni wajjin dannasu kun qalbii qabamo hin qabu ? kan waaqeffannaaf manaa ba'ee daansii jalqabu. Raajii sobduu wajjin.
@dirbegemechu8451
@dirbegemechu8451 2 года назад
Iyun mucaa waqaayyotti sexanni naani ajessaa jedhee himaa soba garuu humni isaa zerodhaa ijooleen wqy ajeesuf kanni bahee offii du.aa
@singitaanyesus8479
@singitaanyesus8479 2 года назад
Bagaa inni isheen yaade hin milka'ifin
@rebumabedada5478
@rebumabedada5478 2 года назад
waaqayyo sii haa eebbisu.waanin jechuu barbaadu waaqayyo alaabaa itoophiyaa irraa dhimma hin qabu.alaabaan harka namaatin hojjetame harka namaatin diigamuu danda'a.kuni siyaasa miti,lubni bal'ina sarkaa waa'ee biyya kanaa mul'ata yeroo argan waaqayyo kaartaa itoophiyaa itti mul'ise isaanitti maaliif alaaba hin mul'isne?waa'ee biyyaa keenyaatif kadhachuun dirqama hunda keenyaati.jalqabumaa jalqabee maqaa alaabaa kanaatin dhiiga dhaloota baay'etu dhangala'e,barbaachisaa taanan aasxaan alaabaa kana irra jiru maal mul'isa? waaqayyo akka yaada namaa miti, hunduu waaqayyoon duratti walqixa.rakkoowwan waggoota kurnan dhufanitti furaman keessa tokko waa'ee alaaba kana natti fakkaata; kun tilmaama kooti.waaqayyo isin haa eebisu!
@ahmadsaddam9806
@ahmadsaddam9806 Год назад
yaa yesus koo Tajajillota kenyyaa Atti Eggii Abbaa koo🙏🙏🙏🙏
@kiyyaailluu7482
@kiyyaailluu7482 2 года назад
Obboleessa keenya F/ yoseef waaqayyo bara kee haa ebbisuu ebbifamii jecha Waaqayyo warra ulfinan isaa itti bu'ani hin dhisuu warra iddoo arasaa irratti dansi dansuu akkasumas saba isaa kan xureessan waaqayyo gatii kafalchiisa☝️☝️☝️
@almazgalana6606
@almazgalana6606 Год назад
Waaqaayoo araraa nuf haa busuu Namaa waaqaayos nuf haa olchuu🙏🙏
@smartsix4121
@smartsix4121 2 года назад
Waaqayyo issa yaa eguu ,🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@hkkoqabiyesus3238
@hkkoqabiyesus3238 2 года назад
Waqaayyoo goftaan dabarsee isan latuu inii ijolee isa eguu hin rafuu hin muguu kayyoo dinaa karaatii hambisaa goftaan karoora isa matumaa isaniiti debisaa 👆
@siibiraayoutube9067
@siibiraayoutube9067 2 года назад
Obboleessa kenyaa iyuu Waaqayyoo isa haa eegu🙏🙏🙏🙏
@ewqekk7326
@ewqekk7326 Год назад
Amanatan,ufata,miti,waqayoti,quluquluman,amana,hin,dobina,malo,iyuyen,homa,hin,ta,u,iyasusu,isa,walin,jira
@SaraA-wx7zn
@SaraA-wx7zn 2 года назад
Yaa waqayo koo nuf egii eyu cufa
@KaruKaru-dp3rs
@KaruKaru-dp3rs Месяц назад
Dhukkuba kale😮😅wayo nutti ararami🤣😒😁
@Hanankenya
@Hanankenya Год назад
Aja'ibaa bayyee nama garama
@gizuutube413
@gizuutube413 2 года назад
OMG yaa waqayoo atti kessaa nama qorotee beekitaa nama kana irraa kan hamma yadduu atti durusii hojji isaani digii,
@halimabosona6110
@halimabosona6110 2 года назад
Worii bola namaafi qotuu Ofumaa isaatti itti galaa
@user-rw2yb5mt9m
@user-rw2yb5mt9m Год назад
𝑾𝒒𝒚𝒐 𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒐𝒇𝒊 𝒅𝒊𝒃𝒆𝒆 𝒌𝒂𝒂𝒔𝒆𝒆 𝒉𝒂𝒓𝒂,𝒂 𝒊𝒍𝒆𝒆 𝒃𝒐𝒓𝒖𝒍𝒆𝒆 𝒘𝒒𝒚𝒐𝒕𝒖 𝒘𝒂𝒂𝒋𝒊𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂
@Hawwine
@Hawwine 6 месяцев назад
Yaa waqqayyo ATI ijolle Kee EEGUMSA ken eggi malo dabarsite Hin kennini
@ganetjesusganetjesus7838
@ganetjesusganetjesus7838 2 года назад
Waaqayyo isaa yaa eguu 🙏🙏🙏
@hawwiikennaalove5724
@hawwiikennaalove5724 2 года назад
waqaayyoo Dabarsee Warraa kan saa ta'an Hamaattii hin kennuu Hin dandeessaanii ofiif Dhamaatuu malee Warrii Iyyuu Gootaa Waqaayyoo Nuuf keennee Ajjeesuuf Warrii Yaaltaan hin dandeessaaani innii Du'ee Du'a Mo'ee Ka'ee IYesus Wajjiin jiraa ofii hin Dhama'eenaa
@TamireGemechu-vw2pg
@TamireGemechu-vw2pg 3 месяца назад
Kun holola seexanni sobee walitti nama naqudha namichi abjo 'ate kun ammas irra deebee haarafu
@gantiasafa8837
@gantiasafa8837 Год назад
🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@IrranaaTolaa
@IrranaaTolaa 6 месяцев назад
Warra maqaa waaqaa dhahatnii daldalan kana seeratti nuuf dhiyeesaa adaraa isiniin jena
@nurebarecha138
@nurebarecha138 2 года назад
Waaqayyo dabarsee hinkeennu yomiyyu tajaajiltoota kenya kamiyyu🤲🤲🤲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️
@bontukonju6249
@bontukonju6249 2 года назад
Eshii ofifu balagedha amantaa jequuf waalif gadi demte namaa waqayyo homtu iddora hin busu dubarti duru dogogrsitudha
@eshalemethiopian3231
@eshalemethiopian3231 2 месяца назад
Iyuu Koo Waqqaayyoo Dabarsee In Keennuu Isaa Wajjiin Kan Jirutuu Caalaa Waanan Ta.eef Jaloonnii Hin Yaduu Malee Kayyoon Isaanii Galmaa Ga.uu Hin Danda.auu Waqqaayyoo Adaraa Nama Kana Nuuf Egii 🥹🥹🥹🥹🥲🥲🥲🥲🥲🥲
@jesusislordtube4188
@jesusislordtube4188 2 года назад
EYU AJJEESU MITTI TITISA IRRA KAASU AKKA HIN DANDENYE BEKKKA!
@waqaayoowayekobekadhaa9805
@waqaayoowayekobekadhaa9805 Год назад
Safuuu
@Werke-cw2ov
@Werke-cw2ov 3 месяца назад
Waaqayyoo ihiti ya Araaramuu😢😢😢😢
@HabtamuGudisa-tq2mp
@HabtamuGudisa-tq2mp 4 месяца назад
Sareen marate hunda cininu barbaadii kanafu namonnii waaqayyoo of gadhaa waaqayyoo sina tiksu maatii waaqayyoo.
@meetiitolera8914
@meetiitolera8914 2 года назад
Nagahan isinif haa ta.u maloo dhifama waajiin wa.ee dubartikana midiyaratii hin dubatina gaatishi hin argatii tufadha birraa darbaa Kun maqaa amantii kenyaa xurresuf malee waqqayyoo ishee haa maruu ergaa biirra qabdii kun
@genetbelachew7574
@genetbelachew7574 2 года назад
Yetba...bemnfes..yaltetklch Men...yadrgltal..aya..atashgrwemm....so..eswA..mjamrya..sdekun..ena..menyestun..teflg..kzya..lalaw..yyzabhr..setotota..yektlall..kaluu...yegbat..hamtga...yawnyal...kanhrr
@almazgalana6606
@almazgalana6606 Год назад
Waaqaayoo hubanaa sif haa kenuu
@zinashyilmaa2335
@zinashyilmaa2335 2 года назад
Maloo waqqayyoo ko harkii ke ya eguu Eyu Eyu iyesus lubbuu isaa egii 😭😭😭
@almiyoutube
@almiyoutube Год назад
Zinash mati nafi tayi lubu
@senneetube2680
@senneetube2680 2 года назад
Waqayyoo ko maloo dabarsiti hin laati😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@user-by3ns7cu3t
@user-by3ns7cu3t 5 месяцев назад
❤❤❤❤
@lammiigammachis7880
@lammiigammachis7880 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤
@ayegame4944
@ayegame4944 2 года назад
Ufffuuu namaa gaddiisisuu🙄🙄🙄namnii ganasisee dhibee ittii naqee🤔🤔yaa jaara harkii hin hojjiitii hin nyaatni jedhaa sagalee waaqayyoo,kanafuu otoo hin hojjitiini qarshiini esaa dhufee bukii irraa namaaf gala🤔🤔🤔waaqayyoo isaa atii hojjitee siif Esbbiisa malee iddoo biraatii fidee waantii irraa siif galuu hin jiruu .hirimii bafadhaa🤣🤣🤣
@jireenyaaabdetaa4110
@jireenyaaabdetaa4110 Год назад
Gedel gibii' Birr hindiyasgebulish new betekiristiyan yemithejiwu? Elikunis sile zefenuna betekiristiyan wust kechifera bet baltenanese yemidenisum hone yemiyasdenisu yasibubet.
@kikigulma2326
@kikigulma2326 Год назад
😁😁😁😁😁😁
@waqaayoowayekobekadhaa9805
@waqaayoowayekobekadhaa9805 Год назад
🤔🤔🤔🤔🤔🤔
Далее
2359- የልጇን ገዳይ ነብዩ አጋለጠ!
14:40
2215-  ቸርች ውስጥ ተደብቃ ተያዘች!
30:14