Said Jireenyaa keetii qosaa jirtaa ati dhugaa maalii Abboo Hadhaa mana kee jabduu qabdaa maalii si jala fiigdii Dubartoonni ofiirraa block godhii Ofii hin xiqqeessin dhugaa umaata million meeqaatuu kabbajaa sif qabaa. Deebii'i gara Yamaaniitti
wollaahi wontii godhamaaru kun nadhoon ni maraate mo maal irraa gooti jarsaa namarraa dhiiratu lafarra dhume mo of xiqqesitani nus hin arabsisina dhiisa of kabajaa maal kun bara maali kessaa jirraa yaa rabbii ko 😢
Ati Jarasa Nama Tate Shamara Baye Wajii Mafii Hiriya Tata Aba ilimaniti miti Ati Basa Ada Wani Adunyarati Hin Aragine Siratii Mulacha Jira ifii Siresii Atumani 😢❤😮
Kani bara kana marachadha dubaratiin MAA maratii in sila hadha mana Qaba ijoollee Qaba 😢😢😢😢😢😢 esati goraa Yoo Akka kotii gara hadha mana kee debiyi ishii ijollee ketii by 👍👍👍👍
Sa'id wallah anillee heduun si jaladhaa Waggaa 5 gutu ijaa kessaa si Lalaa jiraa kan jalalaan nuu moteef wan namaa Qulquluu tateef wan ilmaa namaf Hamenya hin qabneef nama hunda wan jalatuuf anillee dhugun yadaa jiraa Baharin 🇧🇭 irraaa😢😢😢😢😢😢