Тёмный

🛑Hafllaa Baredaa Atikkaf Keenaan Maana Gutte Birii Dubai Iraa Ergaan Surprise Nugodhaan Wow 

ADAMA TUBE
Подписаться 156 тыс.
Просмотров 12 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

21 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 93   
@Makkiqashitioro
@Makkiqashitioro 2 месяца назад
Ani kan naa dhibee hati sabontuu nama guddaa tatee maa kijibdii astfiralah sabontuu tiyyaa jechaa midiyyaa irraa maa nu rifachisitii baga arginee summaayya masha Allah jeneraa❤❤❤
@LenseArarsa
@LenseArarsa 2 месяца назад
😂😂😂😂 wly ananillee nadhibee maaf sobaa namni
@Kalid-kp1ul
@Kalid-kp1ul 2 месяца назад
Warii yamana gutun akka kijibu qata bare bar nutii
@mahiethiopiyawi4088
@mahiethiopiyawi4088 2 месяца назад
Marti jaraatu kijibdoota, birri youtube tiif jedhanii homa taane godhatan
@makkiyaaaabdurqadirii9957
@makkiyaaaabdurqadirii9957 2 месяца назад
Video kani duraa tatuu olluu
@kbb7557
@kbb7557 2 месяца назад
Wooooooooow yasimin essa batee yeroo hundaa sin yadaadha isaa atti diramaarratti sa'idoofi kamilaa jiddu cisteen yadaadha
@ummumuradi
@ummumuradi 2 месяца назад
Umataa kijibaa sabotun essa batee birii jetanii rabbi kessani ilee waliti bu.aa jirituu hojadhaa ofii jijira malitu soba fidee
@Zenabadube-zo7vm
@Zenabadube-zo7vm 2 месяца назад
Yaa rabbii kiyyaa dhegaadaa sabootu badee jedha jirtu haati
@ZeddKml
@ZeddKml 2 месяца назад
Auzubillah lesh sobdan sabbontu oso jirtuu qalbii nu cabsitan ummata kijibaa😢😢😢😮😮
@sumearsi8095
@sumearsi8095 2 месяца назад
Anaa hadhaa fatuu naa ajibee sababaa issi suxuwaa bulaa jiraa jeete kijibaadi
@WaqayooBeekadha
@WaqayooBeekadha 2 месяца назад
Yesimiin essati bade dhufte baga deebite
@Oroomoo11
@Oroomoo11 2 месяца назад
Hadhaa saboontuu kijiibdiitii galgalaa qarbiitiinii kijibduu tunii saboontuu mitii badaa gowaa
@abdushow583
@abdushow583 2 месяца назад
Hin kijiba umani qabrii hin bekuu malaqafi jecha wonti isani hin laqane hin jiru😢😢😢😢
@Makkiqashitioro
@Makkiqashitioro 2 месяца назад
😂😂😂argitem.wly nama gudda akkati kinibbu😅😅😅
@Oroomoo11
@Oroomoo11 2 месяца назад
@@Makkiqashitioro hunduu warii yemaan ni kijiibanii Anii ergaa fayoo fi hajiin sobanii jarsafii jartii jedhaanii isaanii jibee
@hayaathussein2001
@hayaathussein2001 2 месяца назад
Video kun kaa duraa mo akkam saboontu essa dhuftee hoo taa badee jedhani kk
@zamzamiiArsii
@zamzamiiArsii 2 месяца назад
Wwwoooo yasimii esahaa batee mashallaa Tabarakallaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢❤❤❤❤
@Zamu-h5c
@Zamu-h5c 2 месяца назад
sabboontu rifeensa qulla maa deemtaa
@tigisthailu3786
@tigisthailu3786 2 месяца назад
Mashaa Allah rabbii isiinif haa guddisuu S & S❤❤❤❤❤ Yaa rabbii hatii sabboontuu maa sobdii nama guddaa tatee tishii na jibisistee Dhugaa rabbii maa nuu cinqinaa turtee rabbii jaza kee sif kafalaa si waliin boohaa turee safuu namii birrumaaf jirataa edaa Kijibdoota waan😏
@yaaallahaa712
@yaaallahaa712 2 месяца назад
An kanadhiibee sabontun badeejatanii adiiraa nutii iyiitan tunyo isiimiitii maliif kiijiibdan jaraan rabumalee sodatanii moo oson isiin hiinbafiin warabdanii viidiiyotana
@MariyaaMuhamed
@MariyaaMuhamed 2 месяца назад
Durumayuu ani aka sabontuun badde jedhan sana hin Amanee wly 😂😂😂❤❤
@siniBonaOroo
@siniBonaOroo 2 месяца назад
Masha Allah Masha Allah Masha Allah ❤❤❤❤❤
@WaqayooBeekadha
@WaqayooBeekadha 2 месяца назад
Yaa rabii na basa kan ummata yeman kan soba male beekanu wanti video jedhamu hundii kijibaa sabontuu bade jenne ati sabontuu yaa rabii
@ayatube6744
@ayatube6744 2 месяца назад
Masha Allah rabbiin sif haa guddissu
@fayookush140
@fayookush140 2 месяца назад
Masha allha masha allha masha allha
@faxumatube5843
@faxumatube5843 2 месяца назад
Amiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiin ❤❤❤❤❤
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw 2 месяца назад
MAshaallaa MAshaallaa ❤❤❤❤❤❤
@MeroMero-v1z
@MeroMero-v1z 2 месяца назад
Yaa soba hadhaa sabotuun sabontuun badde hin jennee😂😂😂😂
@mekoaman-rg8jt
@mekoaman-rg8jt 2 месяца назад
Mashaalaa ❤❤❤
@sumearsi8095
@sumearsi8095 2 месяца назад
Sabotuun badee jeete kijibaadi ati saboitu😮🤔🤔🤔
@makkiyaaaabdurqadirii9957
@makkiyaaaabdurqadirii9957 2 месяца назад
Mashalhaa mashalhaa🎉🎉❤❤
@zamzamz6773
@zamzamz6773 Месяц назад
Maashaallaa
@SifaanSifaan-vv6yi
@SifaanSifaan-vv6yi 2 месяца назад
Namittiin mattaa arii dhabdee ma kijibddii subahanallaahii sb t😅😅😅😅
@Zamu-h5c
@Zamu-h5c 2 месяца назад
Masha Allah
@zerahajo4591
@zerahajo4591 2 месяца назад
Masha.Alaa ❤❤❤❤
@RosPoutaa
@RosPoutaa 2 месяца назад
Aswrwb ❤❤❤🎉🎉🎉🎉Mashaslasllaa🎉
@makiyamakiya5608
@makiyamakiya5608 2 месяца назад
Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin 🤲🤲🤲🤲
@HaniJamal-kc3yq
@HaniJamal-kc3yq 2 месяца назад
Ee bada soba wara yaman sabontun essa bate
@Alfanuur-tube
@Alfanuur-tube 2 месяца назад
😂😂😂😂😂😂 Kuni ummaanii gubaa jannani kijibaa 🤭🤭
@Alfanuur-tube
@Alfanuur-tube 2 месяца назад
😂😂😂
@MuhamadaJalala
@MuhamadaJalala 2 месяца назад
Hin kijiban RU-vid Gudifachufi 😂😂😂😂😂😂
@Warqee-ei3yk
@Warqee-ei3yk 2 месяца назад
Kkkkk anillee waa jedhuun dhabee maal garuu namnii guddaanis hin qaanfatuu safuu wallaahii
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw 2 месяца назад
Wolahii analee kaa nadhibee kanaa umataa gowaa kanaa icccii
@ibsashowG7
@ibsashowG7 2 месяца назад
wowowow congratulation🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
@HadhaaHamzaa-w8g
@HadhaaHamzaa-w8g Месяц назад
Sabontu malii subahanallaa mataa qullaa
@HnanHnan-z6u
@HnanHnan-z6u 2 месяца назад
Wow wo Maas Jason ❤❤❤
@MaryamMaryam-nn5lb
@MaryamMaryam-nn5lb 2 месяца назад
Sabotuu badee jetani umaataa iraati tapachaa jirtuu namni isini ammanu hin jiruu
@Oroomoo11
@Oroomoo11 2 месяца назад
Mashalaah Mashalaah ❤
@fathema9437
@fathema9437 2 месяца назад
Maashaala Maashaala ❤❤❤❤❤🎉🎉
@makiyamakiya5608
@makiyamakiya5608 2 месяца назад
Ws wr wb
@VipVip-x7f
@VipVip-x7f 2 месяца назад
Kamelanii wanii
@maeeyutubi9669
@maeeyutubi9669 2 месяца назад
Kani hawaho sahidoo wojici ifateho
@abdushow583
@abdushow583 2 месяца назад
Sabontun bade jetani hadha esa bate ree afala sumayatifi argamte😂😂😂😂😂😂😂 wolhi wora yamani kan hin lalin a yaa ilmani oromo hudii isanitu kijibani nuu masetatii nuu naqanii😮😮😮😮😢😢😢
@shamsiyaamuhammad3256
@shamsiyaamuhammad3256 2 месяца назад
Anisii ajaibe
@MuhamadaJalala
@MuhamadaJalala 2 месяца назад
Dhugaa ketii 😂😂😂hin kijiban RU-vid Gudifachufi 😂😂😂😂😂
@Hilwaa504
@Hilwaa504 2 месяца назад
Sabontun tabadee malii taa as jirtuu malii inumaa kinibdan 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@Rozii758Arsii
@Rozii758Arsii 2 месяца назад
Anatu duraa laale❤❤❤❤🎉🎉🎉
@karimaaHuseni
@karimaaHuseni 2 месяца назад
Auzubilahii soabotuu huno😢
@Shuremi.Urjiii
@Shuremi.Urjiii 2 месяца назад
2 natu dura dhufe lale namnii Adama tub jallatan like godha🎉
@Kaskk123-ts7nw
@Kaskk123-ts7nw 2 месяца назад
❤❤❤❤❤
@lesaawallaggaa9342
@lesaawallaggaa9342 2 месяца назад
Ani durumaa baaree yaamaanin waalii gaaltee you tube gudiifaachuf waan isaan hin hojenee hin jiruu waan yamaanin kesaa jirtuu gutuun waalayii sobaadhaa saboontuun jirtii furmaatefaas hin sobuu you tube gudiifaachuuf akkas godhuu duniyaafas hin sobuu rabshaan yamaan kesaa gutuun kijibaa jiraa lahiikii hin godhiinaa waara waan haaqaa hojettuu bichaa isin waaliin jiraa😂😂😂
@FaaxiyeeShamsuu
@FaaxiyeeShamsuu 2 месяца назад
Videon kun kan durii refu gadi dhiistumo reefuma video waraabdan 😢😢😢😢😢 Rabbi isin haasattaruu wlh aduniyaan gabaabdudha adaraa adaraa rabbii ani erga fayon prank dha hajjitti inerumne yutuba guddifachuuf male jetterraakaase amanuu dhiisera 😢😢😢😢 Haadha sabboontu baadiyakeessa ademtu sana ilaale video musxafaaf nasimaas ilaalen qalbiin nashakke malee😢😢😢😢 hundaafu isin haqajelchu rabbi
@Kalid-kp1ul
@Kalid-kp1ul 2 месяца назад
Sabbontu Esaa batee attii Gara kessaa sibarbada Hin jiranii wahii sobaa war yamana Qaxa bare isinyu laluu dhifine nutii kijibdota
@ffaf126
@ffaf126 2 месяца назад
Umataa midiyaa kana gubaa kijibdotaa dhugaa rabii intalii badee jedhani esaa batee hardhaa
@UMUJ
@UMUJ 2 месяца назад
Wooooooooooo🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@FfFa-e8g
@FfFa-e8g 2 месяца назад
Haadha sabontu biyyee kijibi Ati haadha ilmaani yeroo akkanati mallaqa you tubetif jechaa kijbdu maal jenna subhan Allah sabontu 😂
@hawwiitube
@hawwiitube 2 месяца назад
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@jshdjdhd9848
@jshdjdhd9848 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@makiyamakiya5608
@makiyamakiya5608 2 месяца назад
❤❤❤❤🎉🎉❤❤❤❤❤❤
@HalimaaHalimaahalimaa
@HalimaaHalimaahalimaa 2 месяца назад
Sabontuu badeee kaa jetu kun enuu
@zamzamzamzam1363
@zamzamzamzam1363 2 месяца назад
Vidiyon kaa osoo isin hin badinitii
@Oroomoo11
@Oroomoo11 2 месяца назад
Hin kijiibdii namiitiin yutubii isii hin dawatiinaafi gowaa kunii
@TaybaAbdu
@TaybaAbdu 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
@shamsiyaamuhammad3256
@shamsiyaamuhammad3256 2 месяца назад
Sabotuu essaa batee
@HabibaEsf
@HabibaEsf 2 месяца назад
Malii intalii sabboontuu jedhan sun mataa duwaa maa demtii 😡😡😡😡hin dabaraa shafandhuu
@WABIITUBE526
@WABIITUBE526 2 месяца назад
Woooooowaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
@kamilajimmaa7972
@kamilajimmaa7972 2 месяца назад
Worraa Yemen kijibduu duwaa😡Sabontuu badee jetanii maa Afaan bantuu Birrii yutubii waan nama hin gonee hin qabduu😤😤😤👎👎
@Sabontu-w7l
@Sabontu-w7l 2 месяца назад
Oromoo tiyaa umaata kijiibaa wojiini boyaa batanii manaa madamii teetanii umataa yutubiin namaa gudiifatuu sabotuu badee jeetee midiyaa kanaraa iyitii jaratii mataa Arii
@Makiyaarsiihasasa
@Makiyaarsiihasasa 2 месяца назад
𝖬𝖺𝗌𝗁𝖺𝗹𝗹𝗮𝗮𝗵 𝘁𝗮𝗯𝗮𝗿𝗮𝗸𝗮𝗹𝗹𝗮𝗮𝗵❤❤❤
@FfFa-e8g
@FfFa-e8g 2 месяца назад
Masha Allah
@Kaskk123-ts7nw
@Kaskk123-ts7nw 2 месяца назад
❤❤❤
@sofiadefu3063
@sofiadefu3063 2 месяца назад
❤❤❤❤
Далее
heritage festival oromo edmonton Canada
2:26
Просмотров 13 тыс.
HIR-KOO - Marsaa 2ffaa Kutaa 12ffaa
30:45
Просмотров 109 тыс.
Yeroo Jaalalaa OBN Onkololeessa 10, 2017
24:29
Просмотров 7 тыс.
Lola jabbaa kulani fi roza jidduuti🥹
9:46
Просмотров 34 тыс.