Nagaan gooftaa Hundaa kessaanif yaa bayyatu Mee yaa saba waaqayyoo barii kun bara wayee nama itti hasayaan mitti baraa fulla waaqayyoo itti barbadaan malee comantiifi jettanii waaqayyoon hin gadisisiinaa mee Doctor naaf yad nama baratee bar akka kessanii midiiyaa irra yeroo isaa hin fixuu malii yaa oromoo akkanatuu dhekkamsaan rukkutamaa jiraa yoo waal cabsuu dhisnee hoo😭