Тёмный

1991 : M/K/H/R ABO Jaal Nadhii Gammadaa Yeroo isaan WBO magaalaa Dadaritti eebbisiisan. 

Finfinnee Tube
Подписаться 93 тыс.
Просмотров 97 тыс.
50% 1

M/K/G ABO Jaal Nadhii Gammadaa Bara 1991 Yeroo isaan WBO leenjii xumuratte magaalaa Dirre Dhawaatti eebbisiisan. Haasawaa Gabaabduu fi Ergaa jajjabduu uummata isaaniif dabarsan ture.

Опубликовано:

 

11 апр 2017

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 91   
@IfaaOromiyaa
@IfaaOromiyaa 6 лет назад
Yaa obboleeysa keenya goota goonni dhalche qabsaawaa dhugaa,,,Rabbiin rahamata siif haa godhu...
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 3 года назад
Uuuuuuuufffffffff garaan nu gubatee yaa rabbi maal taanaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@zenetzenebmylovekalid8452
@zenetzenebmylovekalid8452 5 лет назад
Yaaaaa. Rabbiiii. Galiiich ummattaa kooooooo. Gamaachiiis
@wabiitadasaabiruu9398
@wabiitadasaabiruu9398 4 года назад
Essaa jirtaa jaal nadhii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@abdurahmandawid6153
@abdurahmandawid6153 6 лет назад
Wow oromoon nama akkana qabaacha turu fi biyya teenyaa keessatti Wal tajjin akkana jirachaa Turun heddu nama boonsiisa
@kidanefikadu9364
@kidanefikadu9364 5 лет назад
Esumma jirta maaloo asiin jirra nuun jedhi. ayyiiiii oromo maa miixuu siitti baay'isee gaaruu.
@shariamedia5029
@shariamedia5029 4 года назад
Laaluun dadhabe ani uufff garaa nama raasa😭😭😭
@Sabboontuu563
@Sabboontuu563 7 лет назад
wayyi baraa saani yoo duteef seenaa sii hin dagaatuu yoo jirtee Rabbi ummataa oromoo ijaan sii haa garsisuu
@afandiimuttaqii2894
@afandiimuttaqii2894 2 года назад
Thank you for uploading this historical video. But take these corrections. 1. The video was recorded in Dadar, not Dire Dawa. (ABOn magaalaa Dirre Dhawaa keessaa waajjira malee mooraa waraana hinqabu ture). 2. Jaal Nadhii was a member of the Politburo of OLF, not a member of central committee (Jaal Nadhiin miseensa waajira siyaasa ABO ykn miseensa "Koree Hojii rawwachiiftuu ABO" ture. Miseensa koree gidduu ABO kan jedhu sun dogoggora).
@hawiyeetube5346
@hawiyeetube5346 5 лет назад
😭😭😭😭😭😭
@abdiyoobakrii8185
@abdiyoobakrii8185 7 лет назад
mashahlaaa
@wabiitadasaabiruu9398
@wabiitadasaabiruu9398 4 года назад
Anii obsaa dhabee ijaa jedhii mee Atii dutulee seenaa bosaa qadaa dutee hin jedhuu jiraa Abbaa koo jedhee dubadhaa 💪
@adisulongaleweneedfreedomg3615
@adisulongaleweneedfreedomg3615 2 года назад
GOOTA OROMOO JAAL NADHII
@mesfinyilma4032
@mesfinyilma4032 5 лет назад
Tokkummaan oromoo yeroo sanaaf har'aa ilaala.
@sahra4091
@sahra4091 5 лет назад
My hero, you are in our hears.
@hassanabamadi6019
@hassanabamadi6019 5 лет назад
We never forget you RIP
@jaalmarroomoogor6849
@jaalmarroomoogor6849 11 месяцев назад
Ana nyaatuu😢😢😢😊
@anisaanyijawee556
@anisaanyijawee556 4 года назад
Uuuuuuuuuuuuffff yaa raabbii naadhii gotaa arsii senaan sii dagatuu yomilee😭😭😭😭😭😭😭
@marimagudato5952
@marimagudato5952 4 года назад
Rip our hero we never forget you 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@sabontu3936
@sabontu3936 Год назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔😭😭😭😭
@zain66zain88
@zain66zain88 3 года назад
Uuuuuuuffffi nadhii koo😭😭😭😭
@ekmaekma9239
@ekmaekma9239 2 года назад
Kana hunda kakaafaltan nuf jechaa senana isiin hidagatu 😭😭
@RashaadMuhammed
@RashaadMuhammed 10 дней назад
Nadhii koo 😢😢😢
@veryrelitrans3025
@veryrelitrans3025 6 лет назад
Kuni Dadaritti godhame achiin ture
@ekmaekma9239
@ekmaekma9239 2 года назад
Nadhii Gamada yoomu sidaganu 😭😭😭😭
@sarakokobe2977
@sarakokobe2977 5 лет назад
የኔ ምስኪን ኡፍፍፍፍ
@muraadtemam6284
@muraadtemam6284 5 лет назад
Sara Kokobe wwwwww
@raheemamoh334
@raheemamoh334 5 лет назад
Ayiiiiiii Ayiiiiiiii Ayiiiiiiii Esumaa sii awallatee Woyyaneenii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@marimagudato5952
@marimagudato5952 4 года назад
Opdo ajjasa
@saadhussein7330
@saadhussein7330 Год назад
Congratulations.❤
@zamzamarsii6045
@zamzamarsii6045 5 лет назад
😭😭😭
@badriyaaliyyi9385
@badriyaaliyyi9385 5 лет назад
😭😭😭😭😭😭😭😢😢😭😭
@teshekiya430
@teshekiya430 5 лет назад
Yaa Rab jaal Nadhii Gammadaa nagaan nuif fidii
@jaalmarroomoogor6849
@jaalmarroomoogor6849 11 месяцев назад
😢😢😢😢
@jaalmarroomoogor6849
@jaalmarroomoogor6849 11 месяцев назад
😢😢
@tadelehunde8992
@tadelehunde8992 5 лет назад
I bilve dawede ibssa know about neaa gemedaa
@janetsy7857
@janetsy7857 5 лет назад
Yaa rabbi yoo nabseen jirate nu argisisi
@sffderkgdwu48gn5
@sffderkgdwu48gn5 5 лет назад
Winchester to u
@99dadina
@99dadina 3 года назад
Magaalaa dadariitti
@summayyasummayya810
@summayyasummayya810 6 лет назад
Masha Allah
@tigistbirru4622
@tigistbirru4622 4 года назад
Opdo maal nu hiingone wayaneef ergamtu tayeet umsta gotta tenya fixxe
@gedefameserat801
@gedefameserat801 3 года назад
SEenaan si yaadata
@fooziiwollegga9932
@fooziiwollegga9932 2 года назад
😭😭😭😭
@sumee7720
@sumee7720 2 года назад
💔💔💔💔💔💔😭😭😭
@ALamudin718
@ALamudin718 5 лет назад
Waayii nadhii
@ibsachanal2016
@ibsachanal2016 2 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@sifaansifaa497
@sifaansifaa497 6 лет назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭uuuuuuuffff wayyoo
@dineabdi-nj1gy
@dineabdi-nj1gy Год назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭✔️
@girmaamare2283
@girmaamare2283 5 лет назад
Eessa jirta Nadhii dubbadhu maloo?
@abdiisaaabrahim6470
@abdiisaaabrahim6470 4 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@salmanabdo1079
@salmanabdo1079 7 месяцев назад
Akka laaftutti as hin geenye, jaallan qaqqaalii akkanaa itti dhabne, arra garuu nafxnyaan eegee nutti raasaa jirti
@feyruzaabdalla636
@feyruzaabdalla636 5 лет назад
yaa lencaa koo esa jirta lataa
@sarakokobe2977
@sarakokobe2977 5 лет назад
የኦሮሞ ጅግና
@sadamhuseen792
@sadamhuseen792 4 года назад
abshir ilmii kee jawween dhufee Oromo
@salmanabdo1079
@salmanabdo1079 4 года назад
Jaallan akkanaa kana hunda dha bne, laaftutti as hin geenye
@amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696
@amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696 4 года назад
Seenaan sinaa yaadatu yaa goototaa ilmaan oromo
@biyensazeleke8852
@biyensazeleke8852 7 лет назад
dhallii itti fufa.
@musxeeqorichoo877
@musxeeqorichoo877 5 лет назад
Woyii gotaa koo imimatuu naa dhufaa yero atii akanatii dubatuu malumaa tan ree
@abdiasisoromo7793
@abdiasisoromo7793 Год назад
Wabbii sabaa
@hashimabdurro8941
@hashimabdurro8941 3 года назад
Nadhii koo
@aanoleetube952
@aanoleetube952 5 лет назад
Silaa Bakka kee Ani biyyee tahee maal qaba
@raheemamoh334
@raheemamoh334 5 лет назад
Abshir qomuuu ko😢😢😢😢😢😢😢😢 Rabinnii isaallee nufii haa mulisuu bakaa jiruu
@jamilajamila449
@jamilajamila449 7 лет назад
qabsawan ni kufaa qabson ittifufaa
@Welabu2002
@Welabu2002 5 лет назад
Justice for Nedi Gemeda
@yordanosalemayehu7920
@yordanosalemayehu7920 4 года назад
Wayi nadhii sanyii leencaa
@khuloodalbedwawi9322
@khuloodalbedwawi9322 5 лет назад
Rabii sii galachu gotaa kenyaa jaal nadhii gamada yaa rabii galchii uuuuuu ???? Iftuu eda.oo wotichaa oromiyaa biyaa koo
@kmlp4273
@kmlp4273 3 года назад
Nadhi
@abera.gudetagudeta9351
@abera.gudetagudeta9351 5 лет назад
Nadhin abgu kotti
@abdiasisoromo7793
@abdiasisoromo7793 Год назад
Eeeeeeee saa jiirta
@hawiitube3654
@hawiitube3654 3 года назад
Sanyikoo
@mesysabbona4789
@mesysabbona4789 5 лет назад
qabsa'aa keenyaa maal gonaa gaaran nuu gubbatee yeroo sagalee kee dhagenyuu wayyanenn oromo hundaa awaltee yeroo sittin mittee malooooooooooooo maloooooooo......qerroon offi du'ee gummakee baasuf yommu of qophessinaa
@fuhdiinaasir2594
@fuhdiinaasir2594 4 года назад
OPDO ❌❌👹😭😭😭😭😭😭😭😭😰😰😰😰
@maryeth7773
@maryeth7773 3 года назад
Amarri fi tigre,yoomu dina oromotiiii
@ketemananecha8591
@ketemananecha8591 5 лет назад
abida maxxaa jalaa nadhii gammaa goota ijaa barbaada..essaa jirta?
@muraadtemam6284
@muraadtemam6284 5 лет назад
Ketema Nanecha
@shagaabdala7063
@shagaabdala7063 5 лет назад
Uuuuuuuuuuufffffffiiiiii لامي كو كه
@dagagaabdisa1415
@dagagaabdisa1415 5 лет назад
Oromiyaan in boossi eessa jirtaa Jaal. Nadhiu Gammadaa goota ijaa barbadaa .Ejjenno fi murannon kee ummaata Oromo boonsa.
@sabontuuwaallookaamiseesab3376
@sabontuuwaallookaamiseesab3376 4 года назад
Uuuuuuuhffff yoo jiiraatee nuufii gaaliii hhhhhhhhhhhh😭😭😭😭😭😭😭
@fooziiwollegga9932
@fooziiwollegga9932 2 года назад
oromoo kaan bara san hin bilisoomi yoomu hin bilisomuu
@ashuanole6488
@ashuanole6488 3 года назад
Wayi leencaa oromiyaa koo jaal naadhi gammad koo waqayoo dhigaa kee nuu yaa basu gubbane manaa bate manati nuu debiyuu dadabede aresaa oromoo nuu kafalite senani bara barani sii yaa yadatu
@girmafaye8376
@girmafaye8376 4 года назад
Nuttis onnee tessan santuu nuu kessaa belbelaa jiraa yoomille hin daganuu
@sabontuuwaallookaamiseesab3376
@sabontuuwaallookaamiseesab3376 4 года назад
Yaallh MeeAtii duusi ifaa nuu godhii yoo jirate nuufi gaalichii yaallh😭😭😭😢😢😭😭
@tadelehunde8992
@tadelehunde8992 5 лет назад
im taling to jawar mohamed about nee gemeda you belive or not daweed ebsaa konw about it belive me
@abduregraphicsdesign6990
@abduregraphicsdesign6990 6 лет назад
😭😭😭OPDO 🔫🔪🔫🔪
@omerahmed9233
@omerahmed9233 5 лет назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@alemahutayu710
@alemahutayu710 5 лет назад
Leenca ija barbadaa kana, Guyyaan xumura waa'ee keessanii yoom laataa................?
@devadebala4375
@devadebala4375 4 года назад
Ayi.... Goota dhugaa. Guuman kee in baha gaaf tokko
@lindadire6222
@lindadire6222 3 года назад
Oromo caraa khee yomumaa bilisuma Agaraa
@aliyaarsiassal9410
@aliyaarsiassal9410 Год назад
😭😭😭😭😭
@farihanbintislamfarihanbin6539
@farihanbintislamfarihanbin6539 4 года назад
😭😭😭😭
Далее
Jaal Nadhii Gammadaa 1991 Diree Dhawaa Oromiyaa
13:44
Seenaa Leenjisoo Diigaa  qophii Gola Oromiyaatiin
35:23