Тёмный

4 Kiilo jedhee waan sirbeef Ummanni Oromoo guutuu nurratti labse..Faannoon bakka bu'a ummataati🙂Ajab 

abdu mobilapp
Подписаться 316 тыс.
Просмотров 30 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

21 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 154   
@HasanMuhammad-f4w
@HasanMuhammad-f4w 4 дня назад
Komenti jalqabaa namni akka koo abduu jaalatta and liki godhaa
@masaratmaryam
@masaratmaryam 4 дня назад
Sola Takele jabaa ofii leencaa keenyaa umurii dheeraa nuuf jiraadhuu ❤
@AbdiiTuraa-mp2lo
@AbdiiTuraa-mp2lo 4 дня назад
Ati nuuf warra afun jaraa hin beeyneef hiiki oke afaaan oromootti oke ❤❤❤❤❤❤
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 4 дня назад
Baga sirbaa Leencaa Oromoo 💪💖
@purplestars029
@purplestars029 2 дня назад
Thank you Abdu Mobile, I am so happy 😊 for bringing this out!!!!!!
@MuraadMahammad-k3m
@MuraadMahammad-k3m 3 дня назад
ماشاءالله تبارك الله ❤❤❤ jabaadhu qaalii kenyaa rabbiin siihaa laaffisuu
@HamidMamee
@HamidMamee 3 дня назад
Jarattiin hinaaffaa guddaa qabdi hinaaffaa qofaa mitii jibbaa oromootiiniis guutamanii jiru namni oromoo tahee Afaan oromootiin sirbee sadarkaa guddaarratti argamuuniis hedduu isaan guba sirbichi miliyoonotaan laalamuu fi jaalatuutu akka malee dhukkubbii mataa itti tahe jarattii budaa kana
@lemijemal960
@lemijemal960 3 дня назад
Warra Boolee. Boolee Yaa Boolee(×2 Boolee Yaa Boolee (×2 Yaa warra Shaggar Yaa warra Shaggar Shaggaa yaa warra Boolee Yaa warra Boolee Yaa warra Boolee Xiqqoo taphannuu moo ree...!!!❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 18 часов назад
❤❤❤Eegumsaa Allaattiinis kanu dura buutee ija Duudhaa art Boona Takkalee Galatoomii hayyuu. ULFAADHUU. Ka'unsa garreef yaa'iin boru kufuu. Beekaan walii liberates #haqa walii dabsinaa Guyyaan sifaana jirraa. Komattuu Deemsis tariikaa
@purplestars029
@purplestars029 2 дня назад
Thank you Ayaana!!!! the way you explained it is priceless if people can understand ❤❤❤❤❤❤❤ very proudly
@bisra7025
@bisra7025 4 дня назад
Sona Takala Siyasaalee sirbitu umataa filee sirbitu ati ija kenyaa nuf jiradhuu oboleessaa koo❤❤❤❤ Rabbii umarii kee nuf haa dherresuu ijii hamtun si hin argin, hamtun sin argin gariin si hin darbiin
@AnesaDaba-xp2pn
@AnesaDaba-xp2pn 4 дня назад
Baguma bakkaa hacee nuuf bu.ee ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 sonee koo
@MuraadMahammad-k3m
@MuraadMahammad-k3m 3 дня назад
❤❤❤
@enatyefalke9555
@enatyefalke9555 3 дня назад
እውነት አያና ግን ጀግና ነው ሀሳቤን ነው የገለፀልኝ
@meseretnigusee6109
@meseretnigusee6109 4 дня назад
Weellisaa sola rabbiin sii haa eeguu 😢😢🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻
@OromooFirst-k5o
@OromooFirst-k5o 4 дня назад
abdu keenya baay'ee si jaalanna nuuf jiraadhu qaalii nama❤❤❤
@TesfayeZergawu
@TesfayeZergawu 3 дня назад
Fano never able to seize power for ever.
@FgdhhfrGhxghdg
@FgdhhfrGhxghdg 4 дня назад
soonaa lecaa fakkii nama🦁💪 Issaan gubee nu aduree jetee marataa jirtii amaraan
@REDIMANTUBE
@REDIMANTUBE 4 дня назад
Dhiisi abo kun Ummanni duranu waan oromo mata ol qabachisa hin jallattu. Artstota oromo jajjaba isaanumatu fixa ture bar. kan hacaaluyyu gana Guman sa bahuf jira daganne sehina. sona takkale nyachuf wacu miti kan Hacetu gana ihi jettani fiduf teessu. Ummata kenya kan oromotif wantin dhaamu. Jaba ofi abbatu eggata wan tahef gamessa kenya haacalu hundessa akka itti dhabne waluman beyna. warabessi yero belawe yuusa bayyisa wan tahef. bakka warabessi irra yuusu oso beknu maalif akka inni yuusu oso beknu. akkuma gamessi kenya Hacaalu hundessa waraabessan nyaadhametti. kuno sona takkaletis nyaachuf waarabessi yuusa isaa egale jira. amma yoo gurban kun rabbi itti fedhini nyadhame. Akkuma Hacaalu hundessatti dhigni isaa lafumatti bada. Booda warri motummatis yo gafatte shakkama wahi tokko qabne qorata jirra siin jedhu. Sana booda nuti oromonni hanga iyyinu iyyinetuma yerodha jenne callisu qofatti hafna. knf booda bohicha jabadhan iyyurra. Ammuma egumsa jabadhan Arts sona takkale egutu caala. Gltoma...🎉
@zinatiioromo9332
@zinatiioromo9332 4 дня назад
Hin guubatee barii jarii🤗 jedhii Achii jedhaa Ee badaa qomceee😂🤣😁🥱
@Gezayeinatu
@Gezayeinatu 4 дня назад
Jarii maratee jitii dhiisaa sagalee oromoo yoo dhagayi nii maratii
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 4 дня назад
Oromoo may king gubadhugaa
@gaaddisadhugaaoromoo
@gaaddisadhugaaoromoo 4 дня назад
❤❤❤ aay sonaa taklee !! Nuuf jiraadhu baga gubatan baga gubatan. Yaa ilmaan tedy gubadhaa laalaan isinitti haa qabatu.
@ifiyyfhuj1615
@ifiyyfhuj1615 4 дня назад
Welcome abdu kenyaa qalii jaariitin hiribadhabdee solaa gotaa ija barbada bagaa itti cabsitee walakani mitii akka kalesa dhufaan soban jirachuu baranii gubatuu malee rabbii siha tiksu jaba hummaata ❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪💯💯✅✅
@JamalIbrahim-c7s
@JamalIbrahim-c7s 3 дня назад
Yeroo,bayee,sihordofaa,jabadhu.sii,jalaanaa,.still,hordona
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 18 часов назад
❤Nagaya isinif haatatuu duraa fi nodaas
@TesfayeZergawu
@TesfayeZergawu 3 дня назад
We love Sona Takale he did the best duty.
@samsongetachew7466
@samsongetachew7466 4 дня назад
Guddina afaan oromoo argisiisa kaleessa wasanuu didoonfaa alii birraanfaa akka itti dhufan agarsiisa Namatti tola view guddaa argatee jira sirbichi
@Abduba-m3f
@Abduba-m3f 4 дня назад
Ohantii Rachaa Loon Bishaan Dhugu Hin Dhowartu Sona Gamnaa Koo Jabadhu kaa ❤
@HamidMamee
@HamidMamee 3 дня назад
Artist sonaa takkale ammallee kana caalaa akka isaan gubataniif sirba akkana jedhu dabaluufii qaba waccu wacci malee Kankeenyaaf hinjiru Abbaan numalee Finffinneen finffinnumaa Addisaba jedhamuun himmallee Kan akkana jedhu dabaluufi qaba
@tasfayyazo3797
@tasfayyazo3797 3 дня назад
Dhugaa ketii yada ketiif guddaa galatomii Dhugaa ani nama akka kee ilaalchaa garii qabu hin argiine jabaadhu jaba nama
@GenaIbsa
@GenaIbsa 4 дня назад
Haa albaatuu Oromoon amma artiistii keenya sagalee teenefiii eegachuudha
@YasribAbabiyaa
@YasribAbabiyaa 3 дня назад
Dhugaa ketii Abduu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Awel-ti3li
@Awel-ti3li 3 дня назад
Dhugaa keeti Abdu dubadhuu akkasiti naati tolta
@HamidMamee
@HamidMamee 3 дня назад
Artisti Sonaa takkale osoo isaan sirba warra boole jedhuuf gubachaa jiranii kan biraa kan waccu wacci malee jedhu dabaluufi qaba yeroo gabaabaa keessatti Eerga gubachuun gubachuu taate daransaa haa gubatanii
@Oman-kr6jt
@Oman-kr6jt 4 дня назад
Sona takele hisbi amra.jibisa oromo wani qabanif wan kan hasahani male homa hinibalesine wanikana wani hasahanif wani finifinee maqa dhoftefi sona takele abolesako dhifama aka hini gafane garu wana sidhamu ofegadhu asumanisi hiszibi oromo ti dhamsa sinidhamu muca kana dhabadha karumahuda❤
@ToofiqAbdii-lz8gt
@ToofiqAbdii-lz8gt 3 дня назад
Namni xiyya dhahuu hin beeyine ofitti dhaha ja'an❤❤❤❤❤
@ElhaamAbdulqaadir
@ElhaamAbdulqaadir 3 дня назад
😂
@MilkiiKamli
@MilkiiKamli 4 дня назад
Dhugaadha keeti ❤❤❤❤💚💚💚💚❤️❤️❤️❤️💪💪💪💪💪💪💪
@AlqadirHajidalu
@AlqadirHajidalu 4 дня назад
Good
@MdJabed-ki2kx
@MdJabed-ki2kx 3 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤yes.dhuga.jedhe
@HayatAhmed-bk6pw
@HayatAhmed-bk6pw 4 дня назад
Dhugaa keetii bro jabaadhu ❤
@ZainabZainab-te4qm
@ZainabZainab-te4qm 4 дня назад
Mucaa rarasinaa takka bilxigina takka jara jechu dhisa bagaa jedhe 4kilo🎉
@Gumbichuu
@Gumbichuu 4 дня назад
Dhugaa ketii Abduu
@youtuberiioromo
@youtuberiioromo 4 дня назад
Maltuu dhugaadhsa 😮
@AyanaaJiraata
@AyanaaJiraata День назад
Wendeme kaltesemama wede mexahbeti agre mhedi techelalhi
@AamiinAadan-ds8yq
@AamiinAadan-ds8yq 3 дня назад
S.T leenca sabaa ❤
@MohameOmar-z8u
@MohameOmar-z8u 3 дня назад
Akka nama tokkooti mucaan kun eegamuu qaba.🙏🙏🙏🙏👉💪👈
@ZobaydaZobayda-kj8dw
@ZobaydaZobayda-kj8dw 3 дня назад
As wr wb Abdii Shukuranii
@mafa2217
@mafa2217 4 дня назад
Ani sirbaa kana hojjii madamii dhiisee isumaa laalee🎉🎉🎉
@hikowako5884
@hikowako5884 3 дня назад
Tole,abdu kiyyaa
@aishaaisha6968
@aishaaisha6968 4 дня назад
Warrii ani amaara ofiin jedhu kuni warraa Sammuun dooma kana harkaan barreessa ijan warqaa adii dubbiisu warraa jaama kan garaan summii warraa siyyaasa dhoqqee bukeesu
@MohammedAbdallaa-q1f
@MohammedAbdallaa-q1f 4 дня назад
Welcome Abdu
@sifaanorotube9416
@sifaanorotube9416 4 дня назад
Oso Rabiin gargaree Kara Alaa deme wayaa tureyu😢❤
@TujubeTadeseHundesa
@TujubeTadeseHundesa 4 дня назад
Oduu dhisaatti yoo dandeessan mucaakana biyyaa kana basa akkumaa hacee nyaachuu danda'uu
@taammiregammachu
@taammiregammachu 3 часа назад
Baguma ishii qaanesse
@waliikenya5169
@waliikenya5169 4 дня назад
Afaan gara ofii fedhuti hikkatee ykn afaan hinbekutaha . Oromoon wan inni jalatu sirbuf dirqama hinqabu.
@مومنهابراهيم-ف7س
Rabin umridheerraa isnihakkennuu isaffaannaahajiratu sona kenya
@AdamBulloo
@AdamBulloo 4 дня назад
Galatoomi Abduu❤❤❤❤
@wanduufayyeeraa-fq2gl
@wanduufayyeeraa-fq2gl 4 дня назад
Dhugaajiruuhitiihimmii💯💯💯💯💯👍👍👍👍❤❤❤❤
@MekdesBeshada-h9h
@MekdesBeshada-h9h 4 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@youtuberiioromo
@youtuberiioromo 4 дня назад
Ashaam! Chanella kiyaa ilaalaa, achitti wayootaa faran oromiffan kanjiree hojadhafaa, fakenafii akkataa laptopii itii fayadamamniifa barsissa vloggi biyootaa adha adda fa hojadhaa. Galatomaa isinin jedha umataa koo❤
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 4 дня назад
bariibadere koliikole fariiden wayaane fi fannoo rip
@Abduuhussen-qf8pb
@Abduuhussen-qf8pb 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SamsungDuos-dl1qn
@SamsungDuos-dl1qn 4 дня назад
gallatomi abduu ❤❤❤
@Wabiisabaa-p6f
@Wabiisabaa-p6f 4 дня назад
🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙
@JamalIbrahim-c7s
@JamalIbrahim-c7s 3 дня назад
Namanii,xiiyaa,dhahuu,hinbeknee.ifiti,dhahaa
@مومنهابراهيم-ف7س
Afarinyuu gojammitti galii
@Kya-vu3iz
@Kya-vu3iz 3 дня назад
Ormoon. Ufita,aa. Gizemaaraa. Hayee. Nafxanyaa. Hin ta,inaa
@mariyqmmariyqmmari2498
@mariyqmmariyqmmari2498 4 дня назад
🙏🙏🙏🙏👌👍
@haea8936
@haea8936 День назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@MuhammadSaid-ls2xg
@MuhammadSaid-ls2xg 4 дня назад
As wr wb itti muddi abduu
@ZawiyaHusen
@ZawiyaHusen 4 дня назад
kuni jibbinssa dhalootarrra saba oromootiif qabanirraa madda. Sirba sirbe amaara jedhee hinsirbine .sidama jedhee hinsirrbine sumaalee jedhee hinsirbine. Jarri sun hoo maaliiif ufitti fudhatan yoo jettan isinuu nektu
@SufianAbdulahi-e7h
@SufianAbdulahi-e7h 2 дня назад
4K (biyya bulchuun) jaalattee moo jibbitee kana booda dhimma uummata oromooti ::
@aishaaa1904
@aishaaa1904 4 дня назад
Jarii maratee
@GalanebalchaGalana
@GalanebalchaGalana 4 дня назад
Eduu tokon galatomi dhugaa
@abdisiraj9025
@abdisiraj9025 4 дня назад
Sirbi Kaa badhadhiti gaa eee
@MasaratNuguse
@MasaratNuguse 4 дня назад
Galatoomi❤❤
@faxumaimamu2259
@faxumaimamu2259 3 дня назад
ammaa maalltuu tee,e akbarbadeni srbuu hindadauuu
@adugnalemu8572
@adugnalemu8572 3 дня назад
Jarri [neftegya] kun sammuu akka hin qabne hin hubannee sin ammayyu.
@JamalJamal-g1o
@JamalJamal-g1o 2 дня назад
Jechii kun ummata hin lallatu
@ebsamohamed5845
@ebsamohamed5845 4 дня назад
Abdu don’t make a terrible mistake the OPDO is made by TPLF not Oromo . But the singer as Oromo singer to tell the Fano& their Neftenas not to come to Finfinne and warning them about if they do try to come it is not going to be allowed is right . That is our waqqa given birth right
@Sabboonticha430
@Sabboonticha430 4 дня назад
Welcome abbaa gadaa
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw 4 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@zivjccuczkgiguf6862
@zivjccuczkgiguf6862 4 дня назад
Ok
@FlAZ55
@FlAZ55 4 дня назад
Si eega ture maaliif ibsa hin kennin jedhee
@Motivatioonly
@Motivatioonly 4 дня назад
Malltu galcheere gubadhaa jedhiin
@SiadSiad-pi2bd
@SiadSiad-pi2bd 4 дня назад
👍👍👍💪💪💪💪💚❤️💚❤️
@JamaalMahamad-fk5il
@JamaalMahamad-fk5il 4 дня назад
Abdu maal sodaatee qooyii
@AlmazWondimuZeru
@AlmazWondimuZeru 3 дня назад
👇👇👇👇
@muktaraballa5643
@muktaraballa5643 4 дня назад
❤🤔🤔💪💜💜💜💜
@purplestars029
@purplestars029 2 дня назад
Guy's open your eyes 👀 this is serious 😳 👀
@AdisGirma-g1j
@AdisGirma-g1j 4 дня назад
Abdu Gafi kiya maf naf dabisu dide😔😔 Sura toko qofa fayadamun akamit Video warabu danda You tub pls naf himi🙏
@MuldhisaaHsqaa-x8t
@MuldhisaaHsqaa-x8t 3 дня назад
Amaarri yaroo Mataa Oromoo Mukatti fannifttee itti sirbbitu Oromoon maalif Transe lation iratti hin hojjatin, Yaroo Oromoo Mana Waliin itti cufttee gubdu Oromoon maalif Transe lation iratti hin hojjatin, Oromoon duguuggaa Sanyii kan Amaarri iratti raawate irra kunnaanif amma kana haasawanii, Eega dubbiin kaan dhufe Nutis gochaa Amaarri nuratti raawate Suuraa wajjiin Bakka inni Nuratti raawate waliin Transe lation iratti hojannee Addunyaratti irraa kaffalna.
@CuctbGih
@CuctbGih 4 дня назад
✊✊✊✊💪💪💪💪💪✊✊✊💪💪💘💘💘❤️❤️❤️❤️
@mideksahora8453
@mideksahora8453 2 дня назад
Maali Gary sosobaan kuni...ashuu baga sirbee jechurraa sosobutti dhamaatu? Waan Oromoon sirbu isaanitu nufilatamoo. Dogongora qabaannan seratti haa dhiyessan tanuma dubin, jala fiigaa him boboyinaa...
@AbdiiOromo-z2v
@AbdiiOromo-z2v 2 дня назад
Hunda amaaraa haa baanuu amaarri maal fiddi abbee
@KennaaKennaa-l6o
@KennaaKennaa-l6o 3 дня назад
An kan na dhibe bar ummanni amaara jedhamu kun nu malee juchuu tana yoomuma dhiisan laata, amma sirbi kun dhuguma sirba sadarkaa isan jan kanatti sirba duguuggaa dabarsu? Me amma sirbi jibba ibsu kan warri amaaraa warra harkaaf harma oromoo kalessa mure fi arrallee muraa jiru lellisanii sirbuunii caalaa kan jibba fi hammenyummaa ibsu hin jiru garuu saniifu kan isaanii isaanif waan sirriiti ture jechuudha akka yaada isaanitti, garuu hayyoota isaani warri ofin jedhan kun hangam takka akka sammun duwwaa nama dhibu dhugaa😒😏😏😅. Ummata dubbii nama dhunfaati fi tan mootummaati fis yeruma takkalle ummatuma baldhaa Oromoo kana qaqqabatu kolkolow maali jibbi ummata nafxanyaa kanaa Oromummaan tun jiruun isii isaan jibbisuu akka malee. Bineensa bifa namaa qabu binensi gariinillen namummaa namaa ni beeka.
@salahhoussein-vb9pf
@salahhoussein-vb9pf 4 дня назад
Arii malif waccisiisa hinaftu
@AleeA-l8s
@AleeA-l8s 4 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 4 дня назад
Kuni afaan hikuf kuni mali ini enyu eysa hi dhufe
@AyanaaJiraata
@AyanaaJiraata День назад
Kkkkkkk 4 kilo kauni bhola le amahare gahanmi nati atemguti
@AbdoSultan-p1q
@AbdoSultan-p1q 4 дня назад
Nafxanyaan hinaafte akkana taatti
Далее
Gingilchaa 4ffaa: Biyyi Abbaan bareeddi!
32:49
Просмотров 2,7 тыс.
skibidi toilet multiverse 042
20:57
Просмотров 4,7 млн
How to get skins for FREE? #standoff #skins #coins
00:34