💖 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Gorsi kun Gorsa Ajaa'ibaati mata dureen isaa Aadaa Jaartii Ofii Social Media Irratti Baasuu je'a. Irra hedduun keenya khanuma Jaartiin teenya yookaa obboleettiin teenya umrii isii #Niqaaba uffataa turte guyyaa #Aruuzaa ni qeeba ofirraa baasuun maali? Maal godhaa jirra mee lubbuu teenya haa gaafannuu?
● Wallaahi Vidiiyoo tun Beekumsa Guddaa qabdi Daawwadhaa waliifis share godhaa. Baarakallaahu fiikum 👏♥
#subscribe #hakimhassen34 #islam #jafarbeyan
23 сен 2024