Тёмный

Abbaa Lataa Acting show Qormaata Barattoota Marsaa 4ffaa Kutaa 4ffaa 

Abbaa Lataa Acting Academy
Подписаться 18 тыс.
Просмотров 13 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

22 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 39   
@AbdeeSharif
@AbdeeSharif 2 месяца назад
Namonni Akka ko jallattan like tuqa na agarsisi than you for ❤
@zxczxc3083
@zxczxc3083 2 месяца назад
Dubatee abbaa Isaa amansisuu barbadeti kaa abbansa akka inni hin baranef dhorkaa jiraa miti yadaa ijjoolee keessaati maaf hituu jabadhaa garuu namati tola ❤❤
@jaalalbekela7002
@jaalalbekela7002 2 месяца назад
Ijoolee abbaa lataa jabadha 💪 isiin hordoofna
@WabiDebela-fd1tq
@WabiDebela-fd1tq 2 месяца назад
Gaafa mata duree isaa Dubbisnu Afaan Oromoo Dagaagsuu fi Ganda Abbaa Lataa jedha.Garuu,ijoollee kana biratti Dogoggorri Afaanii achi qofaa jedhamee hin dubbatamu.Walumaa Galatti Afaan Kanaan sirriitti dhimma bahuu qabdu.kun dhaamsa hunda keenyaati Horaa Bulaa
@FayisaFayisa-j6t
@FayisaFayisa-j6t 2 месяца назад
Jajabewaan artii keessaa nu jabadhaa isin dukkaa jiraa❤❤❤
@zam3032
@zam3032 9 дней назад
❤❤😍
@gammemirkena721
@gammemirkena721 2 месяца назад
Maaliif warri abbaa seeraa afaan ingiliffaan yaada keessan kennitu?kun sirrachuu qaba .afaan Oromoon erga jalqabdanii afaanuma oromoo fayyadamaa.
@Oromiyarra
@Oromiyarra 2 месяца назад
Welcome Ilmaan Oromoo
@visionaire1704
@visionaire1704 2 месяца назад
Abban murti bayyumaan sinitti gammadaa jira..jabaadha.. ijoolle keenyaa drama mana barumsaa fidaan Canaria Abdi hin kutann8
@DarartuGizawu
@DarartuGizawu 2 месяца назад
Aja,ibaa dhugaa abdii gudda qabnaa nutis amma❤❤❤❤❤❤❤❤
@Hhgh-m9z
@Hhgh-m9z 2 месяца назад
Inni mataa goofaree maaf akkatti haara yeroo baayyee sireessidha😅😅😅
@SannayitGonfa
@SannayitGonfa 2 месяца назад
Qaboo iddon ati jirtu mee addumaa lencoo atille hin ariin dafte👉😀 dullomta kanarra sadan kessan dhuga bayyen sin jaladha 💯‼️‼️‼️‼️‼️‼️💓💓
@gallanigallani6065
@gallanigallani6065 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
@KulleeAddunyaa-qz9et
@KulleeAddunyaa-qz9et 2 месяца назад
Wow baay'ee namaati toltuu jabaadha ❤❤❤
@daratuudrastuu8290
@daratuudrastuu8290 2 месяца назад
👍👍👍👍👍👍🥰🥰
@JustWatchIt12
@JustWatchIt12 2 месяца назад
Abbootiin seeraa baay’ee dandeettii addaa fi movie modernized irratti xiyyeeffate akka beekan qabaachuu isaanii hubadheera
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 2 месяца назад
Welcome❤❤❤❤
@Nagesaterasa
@Nagesaterasa 2 месяца назад
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@Obsaan123
@Obsaan123 2 месяца назад
Jabbadha dhugaa ❤
@sukareatomsa8443
@sukareatomsa8443 2 месяца назад
Leenchoon baay'ee dafee aara kunimmoo jalalaaf kabaja inni guddina Aartiif qabu kan argisiisudha jabaadhaa
@burtukanasefa6069
@burtukanasefa6069 2 месяца назад
NA WAJIIN HAAREE OOFAA 😂😂😂❤
@JituAmbo-h6z
@JituAmbo-h6z 2 месяца назад
Mafii Artuuu
@LamessaBenti-p8x
@LamessaBenti-p8x 2 месяца назад
Bay yee bayyee hojii bareedadha jaabadhaa
@DdG-bs6wu
@DdG-bs6wu 2 месяца назад
Waqon garidhaa namaa hin ifatuu
@abebenegasa5348
@abebenegasa5348 2 месяца назад
maraadhu! maaltu maraache! leenjitee acting akkasitti dhiyeessitaayii?
@leenii694
@leenii694 2 месяца назад
❤❤
@LalisaAbaba
@LalisaAbaba 2 месяца назад
jabadha iti muda baranooticha barachudhaf bayyeen fedhi qaba
@Life11723
@Life11723 2 месяца назад
Please Narobika jajjabeessaa! Fedhii ishiin ogummaa kanaaf qabdu fuula ishii irraa ni dubbifama. Jajjabeeffamuu qabdi!
@SINGITAAN
@SINGITAAN 2 месяца назад
😂😂😂😂 😂😂😂😂😂😂😂😂 ani kolfumafii asii jalaa dhufee silas kolfee qufeehee bahee kuno
@rabihassan5945
@rabihassan5945 2 месяца назад
Oromoon ko akkanattii Taalanti qabda nattii hin fakkaatu waw good job itti tufa
@visionaire1704
@visionaire1704 2 месяца назад
Yaa jaraanaa mee oromoota hunda hirimaachisa
@abdulliitube8887
@abdulliitube8887 2 месяца назад
Waan gaarii nubarsiisaa jirtu joolleen kutaa oromiyaa hundarraa hirmaachisaa namoota dinqii baayyee arkattu Gola hundarraa funaanaa
@JituAmbo-h6z
@JituAmbo-h6z 2 месяца назад
Afiteniii dafitee mafi hartaaa
@Ofgea
@Ofgea 2 месяца назад
Hojiin kessan gaariidha, isa rifeensa gurguddan miira kessa hin galin jedhanii
@zxczxc3083
@zxczxc3083 2 месяца назад
😂😂
@abebenegasa5348
@abebenegasa5348 2 месяца назад
hiniyyituu? ciraankee haabadu
@bacha-oi6wx
@bacha-oi6wx 2 месяца назад
Nuu jabbadha nunis nuu jabessa ijjolle lixa biftuti nuti
@HilifMathewos
@HilifMathewos 2 месяца назад
subscibe goone jajjabeessuu qabna. namoota biraallee bira akka gahuuf socal media hunda gargaaramnee bira dhaabbachuu qabna. yaada tokkon isiniif qaba innis utuu dandahame gara TV tti fiddanii caalmaatti gurra uummata ballaa kanaan biraan geessanii baayyee natti tola. media oromoo muraasatu warrumti jiraniyyuu afaan mootummaa dha. hamma tokko waliif tv irratti utuu dhiheessuu yaaltanii jedheen yaada koo dhiheessa. baayyee galatoomaa.
@daraartuuoro6694
@daraartuuoro6694 2 месяца назад
❤❤❤
Далее
Direwood- makkoo- New Ethiopian oromo comedy 2021
12:20
DIY Pump Solutions
00:18
Просмотров 1,5 млн
MIILTOO - KUTAA 4ffaa
14:24
Просмотров 18 тыс.
Abbaa Lataa Acting Academy - Aartii Mo'aa
31:00
Просмотров 3,3 тыс.
ForX : Bashannana"Intala se'een Haadha Kabale"
45:17
Просмотров 46 тыс.
DIY Pump Solutions
00:18
Просмотров 1,5 млн