Тёмный

Artist Caalaa Bultumee Sumaatu Walaloo Kana barreessee? 

United Oromia
Подписаться 379 тыс.
Просмотров 90 тыс.
50% 1

Walaloo Artist Caalaa Bultumee Barreesserratti Yaadonni baayyeen Barraahuu gurra isin buufna

Опубликовано:

 

18 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 160   
@nabillaasulxaanmama9782
@nabillaasulxaanmama9782 3 года назад
Haccee ko gottaa Onnee sibilla yommuu Onnee ilmmani Orommoo keessa jitta ati senini kee hin dagatamuu Haccee dhirra guyya xiqqii Orommoo Tayyuu kee qofiaafi Luubbuu kee qallii Arassaa kafattee gottaa yommuu Senani hin daganee Haccee ko Yomillee sii hin daganunu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@seidkedirkedir1750
@seidkedirkedir1750 3 года назад
PP tu Ergee Wan Oromon Jalaatu Barreessi icciti Gurii Jedhanin. Basasumma Hojjatuf Mudamee. Hattichi
@ustazmobile5613
@ustazmobile5613 3 года назад
caalaa bultumee dhiisaatii abiyyi ahmad iyyuu ammallee seenaa ofii sirreeffatuu nidanda'a jedheetan yaada
@oromotube1love734
@oromotube1love734 3 года назад
Ani akka oromoo tokkoti wantin isinitti himu Waayee nama biraa haasayuu dhiisatii ofumaa of sirreessaamee
@munaorotube1709
@munaorotube1709 Год назад
Akkas dubbiin
@oziiliabdallah5742
@oziiliabdallah5742 3 года назад
Afuuftuu woyii waan gantuu taateef yoomu taanaan dhugaadhaf falmaadhu
@alhamdililla1361
@alhamdililla1361 3 года назад
Gaaru attii calaa duura walalo hacaludha baressuu miitt biitamu jalaa baii haacalu senna guudda qabaa yoomu hin daganu
@musaabumusaabu3123
@musaabumusaabu3123 3 года назад
Hin sobaa pptu ergee hacaaluu enyuutu ajessee calaan gantudhaa afuftuuu wayii dhugaa sittii himuuf sababaa kettif memory namaa meqatuu liqimsee gantuu wayii
@ماجدالمالكي-ح7ط
Rabii,iti,ararame,fakati,calaa,
@kalbakalba7071
@kalbakalba7071 3 года назад
Hacee koo Attii Oromoofii Qalidhaa Calala bultumee Oromoofii Qanidhaa
@SamiraSamira-lh9sf
@SamiraSamira-lh9sf 3 года назад
As wr wb yaa aboo rabbin sii haa qajechuu qajelumaa dhuga sifi haa tasisuu yaa umataa kecyaa obsaa mee obsan bakaa yade nii gayyaa inshallaa
@oabdnoabd3260
@oabdnoabd3260 3 года назад
Waleeykumussalaam woraahmaatullaah wobarakaatu dhugaa jette akkasitti obsanif laaludha waan ofiti
@rahimanegash630
@rahimanegash630 Год назад
Ajaa'iba bar oromoon kun waan heddu nama hedduu qaba hhhhhh maraafuu tokkumman furmaata
@lenchodelesa9312
@lenchodelesa9312 3 года назад
Dhiiraatu alati hafe hin jenne gaafas har'a eessa jirtaaa maloooo
@negesatariku5059
@negesatariku5059 3 года назад
Caalaa atis keenyumma oromoon saba dhiifama beekuu kanaaf atis akkuma tanani qara uumaata oromootiif amanama ta'i. Uumanni oromoo qabeenyaa keeti kana beeki. Maloo Caalaa seenaa goota keenyaa Haccee farsi male nafxanyaa nuti hin farsinni
@didaroba4193
@didaroba4193 3 года назад
Oboo caalla aceeni aggaa Du ee Waagaa guute jirraa yoo dooggogorte kooto tookumati irraa jirraa
@negesatariku5059
@negesatariku5059 3 года назад
Haccee koo yommu hin badduu onnee keenyaa keesaa ❤❤❤❤
@demitubadaso3868
@demitubadaso3868 3 года назад
Qarshii si bitanini si dhpgatani moo lafaa sifi kenanii sitii Gabitee moo bilxiginani Kani fakkesituu calani bultumee Kani durii malee kana hin benuu nuraa hafi achumati urgaa hacaluni woregamee hardhaa hidhaa batee Kani Wayee isaa hasoftuu ini dhugaa dubatee oromofi woregamee ati amoo oromoo gatee hatufi gonii wolii hin madaltuu dhisi ammaa si gayee abbaa garaa
@zainabtzainab8839
@zainabtzainab8839 3 года назад
Wayo yada gara kiya nafi baresite dhugaa waqaa anu kana jedhee qara hin du. e mo hin dulee
@radiyanuree5679
@radiyanuree5679 2 года назад
Hin dunee nii jiraa caalaa kotuu depii galii ykn dhisii ok,😭😭😭😭
@nibrasismacil4948
@nibrasismacil4948 2 года назад
Haacaa koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💘💔💘💔💘💔💘💔💘😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️😭😭😭😭🤲🤲🤲😭😭😭😭😭
@sinbookoo3378
@sinbookoo3378 3 года назад
Yyeeeeee👂👂👂👂👂👂👂👂
@cmpcmp8256
@cmpcmp8256 3 года назад
Ayii cala hace 1 too kootii ara malii mdegese yaa cala ayii heriiyaa yoeroo lbuu qofaa iratii hacenii imaa sabaltii nhutii inbutii male gumaa kena nibafana
@mariyama3553
@mariyama3553 3 года назад
Ilmii nama ni dogogoraa ergaa dogogoraa isaa sirefate yeroo har'aa waliqabatani Dinas ufii barbadesaa amaa was the slums Duran saa garaqabsoo bilisumatii makaami waboofiumataa qalbii sitii case kana dhifamaranth gafadhuu jedhaa anii alas nama to koto Galmiii kena bilisumaaa💪💪💪💪💪oromo java tee walii jabesuu walola kenaf gorfachuu be kaa lens jabefachaa amaa dhugaa acaluu nii turaa malee nii bayaa qamaafiqalbii walii fanaayoodhabanee
@AbushaBelay-cw5xz
@AbushaBelay-cw5xz 6 месяцев назад
Galatoomii Chala keenyaa ❤
@WarsanOrom
@WarsanOrom 8 месяцев назад
Alimamad.🎉
@tajudinmd1634
@tajudinmd1634 3 года назад
Yaaa calaa bultumee dhifama yaa calaa bukee maalii uldunutiii jirtaa qadhee jiraani keee du.aa haccetiinii wolii hin gituuuu udanniii😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜👊👊👊👊👊👊👊
@waaqqayyoogaariidhaa903
@waaqqayyoogaariidhaa903 3 года назад
Haceekoo😭😭😭😭😭😭 Caalaa bultumee❌❌❌❌❌😜😜
@ayishaahajiileencoo9954
@ayishaahajiileencoo9954 3 года назад
Maalii Gonna osbuu Dha Haccee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Dhabanee Jawwee😢😢😢😢 Hidhaa Jiraa Rabbiin Haa Arguu ☝🏼☝🏼☝🏼☝🏼☝🏼☝🏼☝🏼☝🏼☝🏼☝🏼☝🏼Caala Bultume Ppp Wojiin Tusii Deebusi Mafi Fayida🤙🏿👎🏾
@falmataahmed4373
@falmataahmed4373 3 года назад
Caalaa gantuumee
@ayishaahajiileencoo9954
@ayishaahajiileencoo9954 3 года назад
@@falmataahmed4373 Mee isumaa Gafaadhu
@gullalleetube8754
@gullalleetube8754 3 года назад
UUUUFFFFF yaa Haacaaluu Huundesaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭👈
@mustefaroba5347
@mustefaroba5347 Год назад
Artiistiin haaceeeni onnee keenyaa keesaa jiraa seenaa riimii hin nyaatu akumaa haaceeeni jeedhee kaanf caalaa bultumii haa sii rrefaatuu caalaa bultumii dhisati abiyyiinu siirreefachu ni danda kanaf namni jiruu seena ofii ni xureesa jeedhee haaceeeni
@africandodola1913
@africandodola1913 Год назад
Yaa caalaa Yeroo sirbaa bara qabsoo 2008 Irrati gaafa sirbituu maal siin jedhee jawwar Muhammad yaadata laata? Kaleessa eessa turtee yommu inni siin jedhu maal jette laata yaadata Yaa affuftuu , jilbaa lama gubate sadafan naafa jette oromoon.
@usmailali-m9j
@usmailali-m9j Месяц назад
❤❤❤❤❤
@lammiibekka7257
@lammiibekka7257 3 года назад
Wani guddan namni if bake badii irra dabi'dha kanafu gara walii jabaatun garii mittii Isa miti opdon wan balaysehu caliisneetuma siimane mii cala yo gara ummata balaa Kam debbitu yo ta'e sana ketif garii hugas ilmii ketiilen meqa ketiin yamaamun Isa Kan gammachisu ta'a
@Sabboontu-t4v
@Sabboontu-t4v 22 дня назад
Dhugaa mo hin sobda ergaa hacen nyatame si wayee isa kani dubatuu hin arginee takka
@chaltyeechaltyee1716
@chaltyeechaltyee1716 3 года назад
Uuuuufff hacee kenyaa😭😭😭😭
@temamhusen2610
@temamhusen2610 3 года назад
Mucaa kana hin abaarinaa ofitti qabaa. Goota waan xixiqqoon gatuun gaarii miti. Qeeqa gowwaa kana ani hin deeggaru,Caalaan goota qeerroo lafaa kaasee hidhachiise bakka bu'aa Haacaaluuti.
@user-ng5fq4gw4c
@user-ng5fq4gw4c 3 года назад
የቦራና ዳጨ ልጅ ነው ጫላ 🤔🤔🤔🤔 ilmma borana dacee yaa caallaa Accee 😥😥😥 qalii koo 😥😥💔💔
@taredebela3474
@taredebela3474 3 года назад
Abbee Boorana Daaccee namni jedhamu hin jiru,GOOBANAA DAACCEE yoota'e malee
@yonatantsegaye6008
@yonatantsegaye6008 3 года назад
Yeroo isin waa'ee gooticha Art.Haacaaluu maqaa dhoftan tahee yeroon sirba isaa dhaggeeffadhu,osoon ani hin beekin imimmaan ija koo keessa harca'a. Yaa waaqa ati dhugaa kana argi!
@etenshdabawajira5427
@etenshdabawajira5427 3 года назад
Gaaruu caalaa ergaa haceen kufee ati nafxaanyaa jala deemtee nuutti sirbiitaan sayyoo waajiin kanaf isiin gantuudha maqaa hacee hin kasiin
@user-ng5fq4gw4c
@user-ng5fq4gw4c 3 года назад
ግን መመለሱ ጡሩ ነው garu hajiratu hama saa hin fenu waan fedee leen yootee dhiga kena nuhajiratu
@oromiyaatiyaabiyaasirinaag1031
@oromiyaatiyaabiyaasirinaag1031 3 года назад
yaa Haacee gubanee😭😭😭😭👈
@golichaguyo1103
@golichaguyo1103 3 года назад
EGEE HAACHALU BIYEN TAA SII LAFTU ❤🧡🧡💛💚💙💛...☝
@ziinoo.wallagaa.430
@ziinoo.wallagaa.430 3 года назад
Dhugadhaa
@khalidad8639
@khalidad8639 3 года назад
Kijibanan oromo gowomsa jete hin dham un calaa
@aminafayiso5912
@aminafayiso5912 3 года назад
Ebifamaa maatii waqayyoo
@fozzirukaya2629
@fozzirukaya2629 3 года назад
Kuni saredha caalaa butume hareedha
@hayatsanyiijawwaar271
@hayatsanyiijawwaar271 3 года назад
Nutti kolfuu dhufe malee nutti deebiyu miti Osoo deebiya tahe jawwaar hin hidhametti qoosu ture
@abdulkadirahmed9628
@abdulkadirahmed9628 Год назад
Warri caala arrabsu warra bilxigina bira dhaquudhaf dandeetii hin qabne dhugaa
@gullalleetube8754
@gullalleetube8754 3 года назад
Wara caalaa Bultumeti daalidaluudhaa malee caalaa Bultume akkasii hin jedhuu maalo dhiisaa namin seenaa darbef kaabajaa qabachuu qabaa mee waali xiiqeesiina yaa oromoo 😭😭😭😭😭
@raadiyaoff7018
@raadiyaoff7018 3 года назад
Hin dhagayamu caalaa bultume
@SimbiraJaalalaa
@SimbiraJaalalaa 3 года назад
Kkk hin dhageechisu jedhiin eeyyeen
@raadiyaoff7018
@raadiyaoff7018 3 года назад
@@SimbiraJaalalaa Eee bar dubbiin wara Bilxiginnaa degaru tuni yoma afaani batu fokata isa fi Saalihaa Saamii fa'as kkm
@sabontuuinatalaahayileorom8446
@sabontuuinatalaahayileorom8446 3 года назад
Caalaa keenyaa debi'iii maaloo
@makiimakki6459
@makiimakki6459 2 года назад
Hacce atii yomu onne oromo kessa jirata gotako
@ኢቲዮጲያሰላምትሑን
Maali kuni callaa bultume ati sobduudhaa abbaa garaati ilaali me haccee kenyaa jawaar fi b fi h fi kan qaalii oromoo calaa bultume 💔💔💔💔🙅🙅🙅🙅🙅🙅🙅🙅🙅🙅🙅🙅🙅🙅🙅🙅🙅🙅🙅
@aishahaishah2809
@aishahaishah2809 3 года назад
Ani kaa jedhuu haceen hadhaa hin dunee esaa dhaqee duraa ishii gantuun kuni 🤐
@sirajiiadaam8200
@sirajiiadaam8200 2 года назад
simatu baareese caalaa?
@Sabboontu-t4v
@Sabboontu-t4v 22 дня назад
Gafa namtiti hacee nyate mana hidhati batee dhichifte sirbite hardha argitee
@mucajalaa8463
@mucajalaa8463 3 года назад
Well come
@tadeluamesu8240
@tadeluamesu8240 3 года назад
Hacee koo gota gafa xiqqii
@CuteCell-tu3vm
@CuteCell-tu3vm 3 года назад
Uuuuuuuuuufii Hacceee kooo😭😭😭😭😭😭😭😭
@dawitmucatiiambo1686
@dawitmucatiiambo1686 3 года назад
Realy
@AshuNugusu-j7z
@AshuNugusu-j7z Год назад
Kkklkk😂😂😂
@oabdnoabd3260
@oabdnoabd3260 3 года назад
Yaa Oromoo koo Anaa dhufuu Hayyoottan keenna Ani gaafuma duraatu hin arrabsinaa mee obsa jedheen ture artistoonni Oromoo lafee Oromooti irratti hin dulina mee wolumaa gaalatti oromoon Oromoo hin arrabsinaa yoo isin arrabsitan dinatu nu jalaa nyaataa Sanga Abban Gaafa Cabsee ollaan Ija balleessaa jedhe Oromoon yoo mammakuu kanafuu woli qusadhaa woli eggaadhaa yeroo dubbaattan hundaa
@ayishaahajiileencoo9954
@ayishaahajiileencoo9954 3 года назад
Mee Fb isaa Jalaah Seeni Lalii Isaa Gorsii Sa: ati 24 Oromoo Qosaa oluu Seena Jalaaha hin Bayyuu
@oabdnoabd3260
@oabdnoabd3260 3 года назад
@@ayishaahajiileencoo9954 Dhugaadha sanitti meeqa kamtu Baabura ormaa yaabbatee irraa bu'us salfaate An Facebook hin fayyadamu gaafa wohi ⛳OBM worra Abbaa irree sanirratti yoo dubbatu dhagaayee wan inni dubbate sun natti tolus baatu irraatti dulaamu isaa sanillee hin jaalannee maalif yoo jette Haacee keenna sababni dhabneef sababaa irraatti dulli ka'e nu gantee jedhame jennaan bahee dubbii misaa'ili sani dhukaasee kunoo hangaa ammaatti wonti nuf siqxee hin jirtu kama isatti dabalan malee waan addaa kan gaadda keenna bafaanun dhabnee bo'icha malee dhisaa haa waan tahes tahu Adawin Nifxanyatu nu fixuuf shakalarraa jirti waa'ee kana haa hasofnuu Kan jiru seenaas ni dalagaa seenaas ni balleessaa kan Du'e du'e malee jedhee 💚💚Haacaluun Hundeessa 🌳🌳🌳❤💚❤💚✊✊✊✊
@ayishaahajiileencoo9954
@ayishaahajiileencoo9954 3 года назад
@@oabdnoabd3260 Sunii Xiqoo dha obm irraati Dubaate Maalii Nufii Godhaa
@oabdnoabd3260
@oabdnoabd3260 3 года назад
@@ayishaahajiileencoo9954 dhisaa mee ajandaa isaa Seenaa jalaa hinbahuti kan duri nuf godhe hin dagannuu mii ilaala waan Nifxanyan godhataa jirtu kan Sammuu namaa mira keessa nama galchuu fkn Comeenti As gadi san dubbis mee Amaariffan kan barraayee Video isaanillee yoo ilaaltan isaan akka nuti kanatti wol hin arrabsani wol jajjabeessaan malee Oromoo tiyya iddoma jirtani wolallaa keessan yoo dandeettan gorfadhaa yoo dadhabdan bira taraa hin dhagahina yoo nuti takka dhageenne diini 100kuma nudhagaaha yeroo amma kana keessaattu Jajjaabaa keennaa wolin haa deemnu akka Habtaamu Lammuu Gingilchu sanitti gingilchinee haa habifannu Caallaa
@uaess9428
@uaess9428 3 года назад
Akka mootummaan kufe argeet sobee fakkakkesa nun goyyomsin ummanni howaa miti gantun kantuma nuti caala heddu qabna / ati yoo gara feete kaates nun miitu kan darbeef galatomi siif ararama hin qabu ani dhimma keeti aboo
@9gydrurys35
@9gydrurys35 2 года назад
Yaa haacee,ko
@shemsiyakedirsanyjawwarmuh439
@shemsiyakedirsanyjawwarmuh439 3 года назад
Harreen akkaa qilee irraa badaruu of argee garaa oromoo debi'araa bitaaman caalaa duraa amaraf galtee badii kanaa booda sagalee kee dhagahuu hin feenuu
@saragg4518
@saragg4518 3 года назад
Ok
@abdulazizismailoromiya6589
@abdulazizismailoromiya6589 3 года назад
Gafaa oromoon bilisomee moo maal gotaa Lataa hceen ergaa woregamee wogaa tokkoo gahearaa akamitii amaa yadatee namanaa lafaa wogaa tokoo maal edaa
@fozzirukaya2629
@fozzirukaya2629 3 года назад
Garatu na gubatta yero sirba caalaa dhagfadhu marizidhuma akkam nyachisan
@hayaathusenhayaathusen242
@hayaathusenhayaathusen242 2 года назад
ergaa warrabeesii darbee sareen dutii jedhaa oromoon. hundaa fakkachuni gantuu fi yaartuf saphaadha .
@oroentertainmenttube8679
@oroentertainmenttube8679 3 года назад
👂👂👂👂
@mesrabode5031
@mesrabode5031 3 года назад
Haccee koo 😭😭😭😭 caalaa leencaa koo nufii jiradhuu wogaa kuma
@mesrabode5031
@mesrabode5031 3 года назад
Atisii jirta yomiyuu onnee kenaa kesa 💔💕👄💞💟💙💋💘❤💕💔🧡💛💓nufii jiradhu
@sadamesa778
@sadamesa778 3 года назад
oduuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu
@AbbutiWallaga-cd3yr
@AbbutiWallaga-cd3yr Год назад
Koo hAdhakee gAntuu
@mohamedadam5383
@mohamedadam5383 3 года назад
Kun namicaa sobduudha.abbaa garaati.
@KadijaHassen-pj6vv
@KadijaHassen-pj6vv 11 месяцев назад
Rabii sodada promo
@kudhaalameenalasanyiitiyaa5132
@kudhaalameenalasanyiitiyaa5132 3 года назад
Yaa callaa bultum atii yeroo dura sani bayyee gariidha amma garuu si hin fenu arka kee
@oromiyantaoromoti948
@oromiyantaoromoti948 3 года назад
ifsresii
@woshatube7322
@woshatube7322 3 года назад
💋💋💋💋❤️❤️💘💘💕💕💕
@seshasesha4179
@seshasesha4179 3 года назад
Uuuuffuuu haachee ☝️☝️☝️😥😥😥😥😥
@mulugetagirma5425
@mulugetagirma5425 3 года назад
Anaa kan gadisiisu warii hacaluu ajesee araa immoo callaa nachuuf qobaa jiraa callaa waqayoon waraa morotu kanara si haa eguu gottaa senaa bekkuu tokko ajesanii isaa caallaa qalluu barbaduu hin milkoftan walaloo Kanas caallaan hin baresinee caallaa kan haccaluu madalluu baressaa annii akkaa koottii tasisan wal fakeesaa tasisani wan xura'a nyateet qulquluu irrattii hagaddii isiinis akkasi qulquluu xureesudha hojin kessan
@sabelfayeza9921
@sabelfayeza9921 Год назад
😭😭😭😭😭🐅🐅🐅🐅🐅🐅አጬ
@kedirmohammed6117
@kedirmohammed6117 3 года назад
Wabo wabo wabo jettaa wabo kan hudeessee bar halamarami gamada fi maammoo mazamiridha gototaa shawati bari caalaa hin xuqinaa caalaa xuqxaani jeechuun shawaa xuqudha
@Unitedoromia
@Unitedoromia 3 года назад
Seenaa sitti baradhaa yeroo waa dubbattan ufeeggannoon tahuu qaba Caalaa nurra hin jaalattu Caalaan Nu barbaachisa Caalaa Akkana tahee Jara kana waliin dhaabatu arguu nuuf gadda Caalaa nami faarsu arguu feena Caalaa biyyi guutuun komattu arguun nuuf gadda Kanaaf caalaan dogongora isaarraa akka baratuf gorfanna malee hamtuuf miti
@hlimaademmussahalo3956
@hlimaademmussahalo3956 2 года назад
Kkkkkkkkk ajaiiba mala agrate
@anuwarkadiir337
@anuwarkadiir337 2 года назад
Hin fakkannee fakkeessi yaa afuuftu?
@woshatube7322
@woshatube7322 3 года назад
Dhugaa jetee
@tofikahmed3393
@tofikahmed3393 Год назад
Ya. Oromo. Too Doggogora jiru Ammafi dhiffinne walirrati ololu dhiffinne. Dina kenyarrati yoo ichi Debbie dansadha Dinaf qawa Banu hinqabinu Qawa bannanif. Oromo fakkate sittidhufa akka wan siyadduti OROMO TOO. DAMAQII WALOLI WARRA OFFI DHIGA ILIKKETI JA AN GARI NILLIQIMSANI. GARI NITUFFANI OROMO TOO DAMAQII
@kalbakalba7071
@kalbakalba7071 3 года назад
Uuuuuuuuuufffff hacee koo gubanee maloo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@abarashabarash8213
@abarashabarash8213 3 года назад
Haceekoo😭😭😭😭😭💔💔
@shiferamulugeta7290
@shiferamulugeta7290 3 года назад
oooooo
@rahimanegash630
@rahimanegash630 Год назад
Kkkkkkk
@urgokebe7331
@urgokebe7331 2 года назад
Cacee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@sabelfayeza9921
@sabelfayeza9921 Год назад
😁😁😁😍
@edirismahamed3451
@edirismahamed3451 3 года назад
Baga debiite jenana gaa .dogogora irraa sabafa keetifa dhabadhu gara dhafa hin taina
@awnnasser7477
@awnnasser7477 Месяц назад
Hacee wamaa jalaa galenii kunii
@abduyusuf2707
@abduyusuf2707 3 года назад
Cala bultume arga isa hinfenu haceko😭😭😭😭😭😭
@anuwarkadiir337
@anuwarkadiir337 2 года назад
Are you cure?
@seenaahusen6923
@seenaahusen6923 3 года назад
Hin kijibin oromon ijja banatta jirti boru hin salbadha jette uff duba debitte silla rabbin sitti ha araramu
@oromiafinfinne2037
@oromiafinfinne2037 3 года назад
Uuufff Hacee koo 😭😭😭😭
@mrymm5333
@mrymm5333 3 года назад
Hacee koo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭👈
@kiyakiya5004
@kiyakiya5004 3 года назад
hacee koo ati yoomu anaaf adda 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭anu siin eega amallee. caala maalii amma hirribaa kaate moo 🙄🙄🙄🙄😒😒😒 atis akkasuma jechaa turteem yoo dhugumaan of barte gammadera si achii yoo dhugaa lapheen deebite guuma hacee baasun sirratti dhiisne imaana dhuguma ati dhiira gaaf guuma hacee baaste.
@mkyt3153
@mkyt3153 3 года назад
Ufi bekee hin jeqina bada ufi abbamatu gorfata
@abdusalaamsheekkaayoutubeb9790
@abdusalaamsheekkaayoutubeb9790 3 года назад
NAFXANYAA ergee yeroo Darbee attii anìi Oromoon galatomii naan hin jenee Oromoo irattii hin sirbuu hin jenee aràa akkattii sittii dhagayyamee accee waggaa tokkottii
@bortogaa1130
@bortogaa1130 3 года назад
Hacce koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭🥰
@sjhsnsj4844
@sjhsnsj4844 2 года назад
Yes An is Akkuma Dhagaye Kana Hajaa Isa Qaba Caalaa Bultume Bantu 🐕
@kerayub2681
@kerayub2681 3 года назад
Hache kooo Gota Oromo 😭😭😭
@siifaansalale2786
@siifaansalale2786 3 года назад
Uuuuuuuf 😭😪😭😪😭😭😪😭
Далее
walaloo ajja'ibaa lataa qananii harawaa
8:14
Просмотров 22 тыс.
Caalaa Bultumee TOP 10   Oromo music 2022
1:02:55
Просмотров 230 тыс.
Caalaa Bultumee :- Eebba Albeema Baallii irratti
5:37
Просмотров 166 тыс.