Тёмный

Artisti Soraa Abdata du'ee hoteela keesati argame..maaliin ajjeefame ?Taaten jimmaan keesati tayame 

abdu mobilapp
Подписаться 316 тыс.
Просмотров 62 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

22 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 283   
@مومنهابراهيم-ف7س
Hagayomi gummaa wellisa sora dhuukata oromodamaqii gummaan sora bauuqaba inshaallaa aby dachiitara hadhaabbuu bikkae kichuu uuuuuufiii ❤❤❤❤❤❤
@semanegashu
@semanegashu Год назад
Hayyee jabadhaa ummaata kenyaaf sagalee ta,aa
@WerkeBacha
@WerkeBacha Год назад
Waaqayyoo gumaa isa haa barabaduu
@motibale
@motibale Год назад
Rakkoon oromoo fi Artistota oromo irraati godhama jiruu hangaa partiin oromoo waliif gatutii waan dhaabatu mitii.Kanaaf yoo du'aa oromoofi rakkoo oromoo hanbiisuu fetaan parti oromo waliif galchaa.Abdu keenyaa nuuf galattoomii❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Amiiin ammuumaa ammaa Rabbiin dhugaa Soraa Abdataa haa bayuu gumaan of Caqasii Beellis ifaa galaa goototaa
@JamilCell-gz5zx
@JamilCell-gz5zx Год назад
Uuuuffff Waaqayyoon lubbuu isaa jannataan haa qananiisuu maal goonaa dhiigaa oromoo dhangala'aa jiru Rabbiitti haa iyyuu😢😢😢😢😢😢
@gadisemamo4909
@gadisemamo4909 Год назад
Malif oromuman mulatadhaf ijollee qaxalee oromuman calaqisisan karatii anbisuu hayyii mucan kun akkaa du'aa hacetii na gubbee 😭😭😭😭😭
@sanyiikoo4257
@sanyiikoo4257 Год назад
You are the one abdi koo
@abdiiabdii3904
@abdiiabdii3904 Год назад
😢😢😢😢😢😢😢😢 dhugaa rabbii oso romoo ta,uu baadhee 😢
@tamimajundi457
@tamimajundi457 Год назад
Haya carra kenyaa Yaa oromm koo😭😭😭🤲🤲☝️☝️😭😭😭😭
@astermiliyon1552
@astermiliyon1552 Год назад
Uuuuuff Bayy'ee Namaa Gaddisisa Waqayoo Lubbuu Isaa Yaa Maruu 😭😭😭😭
@galaxtprime1330
@galaxtprime1330 Год назад
በጣም ያሳዝናል 😢😢😢😢 ነብሱነ ይማር😢😢😢
@wegeneasrate6293
@wegeneasrate6293 Год назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤❤❤💔💔💔😭😭
@ሳራሰለምቴዋ-ከ4ቨ
ምን ሆኖ ነው የሞተው አለሰማም ተረጉሙልኝ ግን ኢትዮ ሠጨርሻዋ ምንይሆ😢
@sabotusabotu6862
@sabotusabotu6862 Год назад
😢😢😢😢😢😢😢
@hudaawamleh4668
@hudaawamleh4668 Год назад
Inlilah waina eley raju'uun subahaan allah yaa rabbii amrii jabate nuf lafisii yaa allallah
@barruuentertainment5257
@barruuentertainment5257 Год назад
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️💚♥️🙏💚♥️🙏🙏
@drseenaamusxafaa
@drseenaamusxafaa Год назад
Namaa du'ee lakkawuu fi bohuu qofaattii hafnee😢😢😢😢
@AsterA-cd7uf
@AsterA-cd7uf Год назад
Yaa rabbii dubadhuu dhugaa qaxallee kanaa uuuuuuffffffuuuuu gubanee yaa lamii koo😢😢😢😢😢😢😢😢
@mabubaabamca4392
@mabubaabamca4392 Год назад
Bayee namaa yaadesaa jirenyi
@zenithbantuubantuu465
@zenithbantuubantuu465 Год назад
Waaqayyoo dhugaa dhiigaa Qulqulluu haa faraduu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Yaannis waraanaa qabeenyaa Eegumsaa Eegumsaa yaarabbii lubbuu harkakee Harare jirtii aswrwb/yooyyaa Jaannataan Qubsuma gaarii siif haatasisuu biyyeettiis duruu ba'aa keenya Beektaa yaa dachee garaan laadii Utubaa Qubsumaa siif haatasisuu SooraaAbdetaa Naagayan boqadhu gurri Eegumsaa Eegumsaa hirribaa imimmaanii Rahim Uumaa
@kadijaa9088
@kadijaa9088 Год назад
Yaa rabbii kiyaa dhigaa isaa basii yaa Allaah 😢😢😢😢😢
@urjiioromia5833
@urjiioromia5833 Год назад
Haqa mucaa kana rabbiin haa baasuu
@naolioromiiyaa
@naolioromiiyaa Год назад
Ofumaaf walli nyatii mallee dinii itii hindhufnee 😢😢😢😢😢😢😢
@AshaMohad-u9h
@AshaMohad-u9h Год назад
Yaa rabbi ati birmaadhuu fi oromoo koo yeroo.yeroo dhigaa.dhangaluu yaa rabbi 😢😢😢😢
@morinaevening7396
@morinaevening7396 Год назад
dhugaa keessaan utuu beekamanii ijooleen kenyaa nuduraa dhumaa jiruu
@AmaruDhuferp-dg5nu
@AmaruDhuferp-dg5nu Год назад
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen
@TRINITYWORLDGOSPEL953
@TRINITYWORLDGOSPEL953 Год назад
Obboleesso maaloo uummata oromooo biratti naaf beeksisi sagalee naaf ta'ii maaloo
@gadisemamo4909
@gadisemamo4909 Год назад
Maal tatee garuu Abduu namaa kana maal akkaa ta'e gafadhuu maloo
@galaxtprime1330
@galaxtprime1330 Год назад
አይ አግሬ በደም ተጨማለቅች ግን ለምን😢😢😢😢 ወይኔ
@Muhaajiraat
@Muhaajiraat Год назад
Going jimmaa aanaa saxxammaa
@halemahanan420
@halemahanan420 Год назад
Rabbin haqahindhoksin jimmaan rakko hama kesajira wollahi jimmi osoo mirga qabate digga masjida yeroo darbe kesati gadibahe falmatature
@fhgjugh2796
@fhgjugh2796 Год назад
በጣም ያሰዝናል 😢😢😢😢😢
@sarasara-nh3ue
@sarasara-nh3ue Год назад
Yaa rabbi atii dubadhuu yaa allhaa ☝☝☝😭😭😭😭😭😭
@RozRozz
@RozRozz Год назад
😊😭
@muddathir-t1p
@muddathir-t1p Год назад
Rabbi biyye itti ha salphisuu
@meseretnigusee6109
@meseretnigusee6109 Год назад
Sora ko Anaa haa nyaatuu haadho Uuuuuuufff Waaqayyoo Lubbuu kee haa maruu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤
@samsudeen2930
@samsudeen2930 Год назад
❤❤❤❤❤jabaadhu sahibakiya heduun sijaaladha
@sabreensabreen265
@sabreensabreen265 Год назад
😢😢😢😢😢
@wacaalewalloo5224
@wacaalewalloo5224 Год назад
Warri mana Habashaa deemtanii dhiigni keessan dhiiga saree taha 😭😭😭😭😭💔💔💔💔
@samerajamaal3216
@samerajamaal3216 Год назад
Abboo mootummaan dhugaa baasuu dhiisi kani waan isa dubbatu biyyeeti dabala
@FiloWardi
@FiloWardi Год назад
Mali jechudha wayyoo kaa ijole keenya🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@yashiyoutube5763
@yashiyoutube5763 Год назад
Nagaan Waqayyoo manaa kanaaf yaa bayatuu bagaa Nagaan dhuftee sanyii ofii heduu namaatti dhagamaa Hangaa yoomi yaa carraa lammii keenyaa Iddoo hundaati 😢
@jamalhusen4859
@jamalhusen4859 Год назад
Uuuuuuu yaa Itoophiyaa
@densadensa1676
@densadensa1676 Год назад
Uufii rabbii ati argii kan
@maskedesta9735
@maskedesta9735 Год назад
uuuuuuuffffffff kichuuu kooo😢😢😢😢😢😢😢😢😢 anaa nyaatu
@oromiyaoromiya7709
@oromiyaoromiya7709 Год назад
Uuuuuuuuuuuuuuf yaa rabbii nuraa dabarsii baraa kanaa yaa allaah
@procell7301
@procell7301 Год назад
Uuuuufff yaa caradhumaa kenyaa kanaa 😢😢😢😢😢
@zuzuamaan-2533
@zuzuamaan-2533 Год назад
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu fffffffffffffffffffffffffffff yaa rabi Yaa Allaah 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 jirumaa biyaa tenaa saan jibinee walh biyaa lubuun namaa lubuu saree haqatee💔💔💔
@AsterBikila-n1j
@AsterBikila-n1j Год назад
Dhigaa haacetuu ni dhosanii dhugaa kana ni basuu seri motumaa😢😢😢
@muhammadsaid690
@muhammadsaid690 Год назад
As wr wb jirra jirttu maal jirra wanjiru fayyan mana bahee du.aa gala waan jirru galatomi
@hawi1026
@hawi1026 Год назад
Akkuma abdujabariin utti bilbilani dorsisa turn kuni nafxabyadha hutela sanitti ibida qabudha ima boyani tuma calisuu yeroo hunda gubanne wallhi yaa rabbii
@kadijaa9088
@kadijaa9088 Год назад
Wallaah rabbiin dhugaa isaa haa basuu 😢😢😢😢😢
@hawiilove7435
@hawiilove7435 Год назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢💔😢 yaa waqayyo gubannee😭😭😭😭🙏🙏💔💔💔💔💔💔
@birituworkina8408
@birituworkina8408 Год назад
😢😢😢😢😢😢😢 bayee namaa gadisisaa😢😢😢😢 yaa waqaa ati faradii dhigaa ijolee kee
@RujaMente
@RujaMente Год назад
Yaa rabii ati dhugaa mulisi😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😄😄😄
@foziamohamad8438
@foziamohamad8438 Год назад
Ana santama
@gazuu1Aly
@gazuu1Aly Год назад
Hay Oromo kan du.u malee ajjeesuu hin beekne jabaadhu qabsoo itti jirtaa du.a kee itti fufi 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@nebiyatfekadu9213
@nebiyatfekadu9213 Год назад
Wayyooo uuuuuuuu
@kadijaaAbdella
@kadijaaAbdella Год назад
Dhugaa isaa rabii Haa basufi😢
@sabboontu
@sabboontu Год назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢 yaarabbi nuuf birmadhu
@abdihussein5716
@abdihussein5716 Год назад
Rabiiin gumaasa aabasuuuu
@anisahnurmala5114
@anisahnurmala5114 Год назад
Wayyoo wayyoo uuuuuuffff garaan nugubatee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@sennaasennaa6251
@sennaasennaa6251 Год назад
Uuuuuuffff namaa gubaa dutii sooraa
@fileebardachaasaa8988
@fileebardachaasaa8988 Год назад
Abduu jabaadhu namni suuta si hubatu barnoota guddaa argata.
@kadijaahamiid411
@kadijaahamiid411 Год назад
Ana dhufuAbdiyyee hayyuu koo
@ቲጂ-ፈ3ጰ
@ቲጂ-ፈ3ጰ Год назад
😢😢😢😢😢😢Soraa koo
@asharafsadeek232
@asharafsadeek232 Год назад
Waqaayyo Lubuusaa ha maruu
@kkkk9398
@kkkk9398 Год назад
Uuuuuuuuuuuuf yarabbii kenyaa nutii lafisii yaa Allaa Maloo gubanee 😢😢😢😢
@gano530
@gano530 Год назад
❤️😭😭😭Wly kenna kun ulfata dhaaa😭😭😭😭😭😭😭
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 Год назад
Waaqayyoo haa faradu isa harka jira dhugaansa😭🥺
@makiamoh1754
@makiamoh1754 Год назад
Yaa rabii😭😭😭😭
@ashruuaman5483
@ashruuaman5483 Год назад
😭🖤💔💔💔🖤🖤yaa alaa
@NaziifZakiir-mt3jd
@NaziifZakiir-mt3jd Год назад
Adara rabbi jedhii akkata google ipone itti banataan natti himi
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 Год назад
Uuuuuffff yaa oromoo inumaa gubanne maaluma laata fali keenya akkamuma tanaa😭😭💔
@burtukanoromoocore272
@burtukanoromoocore272 Год назад
Yaa Rabbii mee nuufii birmadhuu😢😢😢😢😢
@MalikaaMuhammad-iv9bl
@MalikaaMuhammad-iv9bl Год назад
Uuuufi 😭😭😭
@alemmimi9275
@alemmimi9275 Год назад
Wayyoo Ani hin Ammanu maaloo maali Ta,e Du,ee Wayyoo Kichuu koo
@Abadirmohammed-ke3px
@Abadirmohammed-ke3px Год назад
Hi
@eirbaya5517
@eirbaya5517 Год назад
😭😭😭💚💚💔💔
@WBOKINGmidia
@WBOKINGmidia Год назад
Galatomii bro hojin ke bayee nama tolaa
@Midhaaabdiikook4Midhaaabdiikoo
Hayyer Abdul kenyaa🥺
@FiloWardi
@FiloWardi Год назад
Ani kani naa dhibu OROMON hanga yomitti boyaa hafaa wagga waggati lubbu dhalta Finfinnefi soraa ta'ee😭malif califta yaa Oromo Motumma kan hin barbanu🙅‍♀️😓Nuyi yo tokko du'e takka wacani dhisuu Eeye Jarattin kan barte OROMO tokko tokkon galfta jirti malidha lata furmata nu qabnu sichi???😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Wayo kaa qali ko lubbu kee waqayyo motumma isatti haa yadatu dhigni keesi haa falmatuu😭😭💔💔🖤🖤
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 Год назад
Hanga Oromoo tokkummaan finciluti duti hin dhabatu hanga abiy jiruu dhalli nama boqonna hin argatuu😢😢😢😢😢
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Dhiifamaa dugdaafi garaa/Obbolummaa Qaroo biyya Oromia Duula Eegumsaafi Beekumsii hotels sun Diina dhalootaafi beeknee Hubadhu Qeerroo&Qarree guyyaannis Gaaddisaa Soraa Abdataa
@atekaahmed1088
@atekaahmed1088 Год назад
So sad💔
@hayathassan5394
@hayathassan5394 Год назад
Uuuufffff 😭😭😭😭
@etiyoafrica5481
@etiyoafrica5481 Год назад
Maal odeessita dhama aa Guyyaa
@muhammadsaid690
@muhammadsaid690 Год назад
Dhugaa isaa rabbi habasuu
@mohammedwadoo8656
@mohammedwadoo8656 Год назад
Yaar.rabbii.😢😢😢😢
@nasanate8410
@nasanate8410 Год назад
ተቃጥልንእኮዘድሮያማልያማል😢😢😢😢
@muazi-j2r
@muazi-j2r Год назад
qama siasti rabbi abasu
@حليمهحليمهه-ح7س
Abiyi matu gurmeese nugalafachisaa jiraa😢😢😢
@samerajamaal3216
@samerajamaal3216 Год назад
Namni yeroo inni du'ee arge sun rakkoo qaba ani akka kooti waan dubartiin woyyi ajjeefte natti fakkata harka nama dhufa fakkata dubartiin tokkoo tokko shira qabdi hacalu kan ajjesse dubartiiidha
@جميلهادم-ظ2ع
@جميلهادم-ظ2ع Год назад
😊
@samerajamaal3216
@samerajamaal3216 Год назад
Woyi miskina kiyyaa😭😭😭😭😭😭😭😭
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 Год назад
Finfinne kichuu Oromoo nyaachuu malee guddisu hin beektu😢😢ormi bashananetummaa jirata keenya gadi baye ol hin debu hotel sun garuu amalee hijata jira waan mootummaa wajiin mariin godhame fakkata malif hin qoratamne yeroo ilmi Oromoo halla kanan du'u😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@jafare6250
@jafare6250 Год назад
saxama jedham biya bareda biya qoocoo biya rafuu biya kukoo ya rabii wabayee qabbidi nanoo qufa wabaye qabuudha midhan kabaja umata qabuuturee
@monetbirhanu6200
@monetbirhanu6200 Год назад
Kichuukoo maaliif garuu hireen ilmaan oromoo kanumaan itti fufaakaa.yaa rabbii ati dhugaa mucaa kichuu kanaa barbaadimee
@densadensa1676
@densadensa1676 Год назад
🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️Yaarabbii yaa oromoo baaneekaa
@welabagirmaa5834
@welabagirmaa5834 Год назад
Uuuuuf😭😭😭😭
@freecell2840
@freecell2840 Год назад
ኦሮሚያ ፊኒፍኔ የዳም ምድር😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@meetgishu
@meetgishu Год назад
Uuiuuuffffff yaa rabbii
@hawiilove7435
@hawiilove7435 Год назад
Mee Oromoon kun surree baafadhaa qullaa deema😖😖silaa dhaabbiiitti duunee maaliif Uffata Uffannee deemna??nutoo Uummata salphatee Uummata tuffatame 🤨😞😞😞😞 Uummata du,uu malee Ajjeessu Hin beekne 😞😞😤😤 Uummata dhigaa ilmaan isaanii Hin barbannee 😞Tu tu icci😞😞🤕😭😭😭😭😭 Ani Garuu Akka intala wallaaltuu tokkotti dhaamsan isiniif qaba Adaraa waaqa Adaraa rabbii soore Hin hawwalina Zaaxinii reenffi isaa keessa jiru sana banaa Ammaalleen irra deebi,e ha qoratamu Adaraa waqayyo 😭😭😭soore ko nagaan boqodhu haadho ko kichuu ko waqayyo lubbuu kee ha maaruu jeennata siif hiru waqayyo 😭😭😭😭😭😭rip bro😭😭😭rest in peace 💔💔🙏
@SafiaMohammad-xs5os
@SafiaMohammad-xs5os Год назад
😭😭😭😭💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭☝️
@uaeuae7776
@uaeuae7776 Год назад
😢😢😢
@b01024
@b01024 Год назад
Waooooo
@meriguta4027
@meriguta4027 Год назад
Uuuf lammi koo 😭😭😭😢
Далее
GALAA ENTERTAINMENT: New Oromo comedy #Waa'ee Keenya
18:58
EGEREE COMEDY: JAALALLEE KOO
13:17
Просмотров 189 тыс.
▼ ЕДУ В ТИХОСРАНСК 💪
37:00
Просмотров 375 тыс.
Paint Projects
00:17
Просмотров 4,7 млн
Китайка и Пчелке Холодно😂😆
00:21
Cool Wrap! My Book is OUT 🥳
00:27
Просмотров 1,7 млн
EGEREE COMEDY: AJJECHAA
14:48
Просмотров 75 тыс.
Moodelii | Comedy Afaan oromoo haaraa | Sora Abdeta |
14:10
▼ ЕДУ В ТИХОСРАНСК 💪
37:00
Просмотров 375 тыс.