Тёмный
No video :(

Asoosama Hidhaa Jaalalaa 

Oromia 24
Подписаться 138 тыс.
Просмотров 54 тыс.
50% 1

Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
+251937386564
Join Us
Telegram: t.me/oromia24
Facebook: / oromia24
#Oromia24 #oromia #Ethiopia
#LOVE#FICTION#ILOVEYOU

Опубликовано:

 

5 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 233   
@Sarakhan-ns7me
@Sarakhan-ns7me 3 года назад
Ani har,aa 5ffaa ilalee mee namni akka koo gammee jalataa likii naaf godhaaa😍😍😍
@Ummurudwaan
@Ummurudwaan 3 года назад
Sara koottu maatii naaf ta.i qomoo ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-1xG8eb7SfT0.html
@fanu.youtube6653
@fanu.youtube6653 3 года назад
Kota.mati.naf.ta.a.qomo.koo
@Sarakhan-ns7me
@Sarakhan-ns7me 3 года назад
@@fanu.youtube6653 toleeeeeeee
@parvezfarbs6337
@parvezfarbs6337 11 месяцев назад
Bayee bareeddaa ❤❤❤❤❤🎉
@masiibmareeno616
@masiibmareeno616 3 года назад
Asoosama sii gaafacha ture nu dhiyaassu kee galatoomi gammisho😍🙏
@user-qy8we6pm5q
@user-qy8we6pm5q 4 месяца назад
😢 mm b😅
@seenaaorotube6627
@seenaaorotube6627 3 года назад
Gammee koo gameessaa namaa bagaa naghaadhan dhuftee Dhugaa dubbaachuuf qophiin keenyaa anaaf boharasa saamuu kooti sammuu koo kan yadaan dhiphaatuuf yoo qophii kee dhagefadhuu ni boqaattuu bayy'ee nattii tolaa naa gammachisaa Galatomi gamee koo ❤️ dhugaa hedduun Sii dinqisifadha hedduun Sii jalaadhaa Sii kabajaas nuuf jiraadhuu Asoosamaa ammoo ittii nuuf fufii .... Hawwiidhan Sii eegaa jabaadhuu 🥰
@sumeeitalaaarsioromofarti7772
@sumeeitalaaarsioromofarti7772 3 года назад
Ufii gamee koo hasososoma kee nurraa hin muurrinii dafii nafii kotuu sennaa heduu Garaa namaa nyatudhaa woyyoo 😭😭💚♥️
@saradames3509
@saradames3509 3 года назад
You tube oromo keessa Oromia 24 osoo guyyaa tokkoo hin dhagefatin olee susii na qabaa
@kazinaawol6340
@kazinaawol6340 3 года назад
Anis akkasuma
@caaltuutafaayee2068
@caaltuutafaayee2068 3 года назад
RU-vid Oromo bareeda baayyee jira. Ibsu Obse search godhi
@cheltukader9501
@cheltukader9501 3 года назад
Kotu mee mati nafi ta,ii
@ayyaan5610
@ayyaan5610 3 года назад
Anis akasuma wly garuu comanecitii hin baresuu malee dhagefachuu jaladha wly bayee nama tola
@sabboontujimma838
@sabboontujimma838 3 года назад
Bayee Galatoomi Gamee Kenya nuf jiraadhu jabee koo
@alamitubest8210
@alamitubest8210 3 года назад
Well bor koo ❤️💚❤️ Wow dhugaa qoromataa heduu qabaa Garuu jalalii dhugaa dhumaa Nii milkhaa dhugaa Gama kotinii bayee natii tolee 🙏🏼❤️💚❤️ itii fufii gamee kenyaa 💖💖💘 gudaa galatomii amalee jabadhuu 💪😘😘😘
@iftuuorom5917
@iftuuorom5917 3 года назад
Uufii Asoosamaa bayee ergaa guddaa qabuudhaa galatomii❤❤❤
@kamilaabdala2131
@kamilaabdala2131 Год назад
Mashaalaa mashaalaa bagaa Rabini isanifi lafisee🥀🥀🥀🥀🥀🥀
@hunddahammatukoooromiyaa6508
@hunddahammatukoooromiyaa6508 3 года назад
Asosamaa erga gudda qabudhaa osuman qusadhuu naa jalaa dhumate galtomiii Gammee Kenyaa horii bulii ittii nuuf fufi!! 💞💞💞💞💞💞
@mohammedumer3753
@mohammedumer3753 3 года назад
Asoosama baay.ee duubisuu fi dhaagefachuu jaladha Gaalatomi gaame❤👍🏻
@sumeeitalaaarsioromofarti7772
@sumeeitalaaarsioromofarti7772 3 года назад
Hasososoma kee baggaa Nagahaa nifii dhutee💚♥️💚♥️✅✅✅💪💪
@ahmedjundi5276
@ahmedjundi5276 2 года назад
Ahmed jedhama magaalaa Aadaamaa irraa ajaa'ibsiifataa yeroo hundaati jabaadhu.
@AyyuuTube
@AyyuuTube 3 года назад
gammiyyee welcome jabaadhu bareedadha abbakoo
@cheltukader9501
@cheltukader9501 3 года назад
Kotuu mati naf Ta'ii mee
@AyyuuTube
@AyyuuTube 3 года назад
@@cheltukader9501 siif ta'eera atis naaf ta'i
@tolihambisa133
@tolihambisa133 2 года назад
Thank you,,,,,,,
@WarqeYoutube
@WarqeYoutube 4 месяца назад
Bayyee namatti tolaa dhugaa jajabadha wan asosaama bareesuu fi dhageefachuu jaladhufi bayee gamadee
@NasirHusen-xg9rp
@NasirHusen-xg9rp 2 месяца назад
Jabaadhuu waan muuxaanoo heduu qabuu dha🎉❤❤
@ziyadmohammed7023
@ziyadmohammed7023 Год назад
Gammee haalli ati itti dubbifte heddu nama hawata garuu asoosamichi dogongora heddu qaba isaan keessa muraasni Qabsoon barattoota oromoo fooddaa mana kitaabaa cacabsuu akka ta'etti ibsuun sirrii miti lammaffaan muziqaan afferame kan kadiirifi kan Dr kabajaas kan haala jaalalli isaanii irra jiru ibsuu miti. Sadaffaan xumurri asoosamichaa gara ameerikaatti deemuu isaani akka bilisummaatti kan ibseedha
@AaaAaa-lf4zi
@AaaAaa-lf4zi 3 года назад
Wow oromumaa kiyaa najajabesaa
@ayantuwaqayotube7178
@ayantuwaqayotube7178 3 года назад
Wowowo bayyee garii dhaa jabadhaa
@cheltukader9501
@cheltukader9501 3 года назад
Well Come Oromia24😍gamme❤ Asoosama bayyee namaa hawatuf akkasuma barumsaa gudaa ofi kesa qaba Gammee Amas nuf dhiyesi Asoosamaa ❤Namin akka ko asoosama dhagefachu jalatan like xuqaa😘 ijoollee Oromo kotaa mat nafi tahaa mee asuman❤😘
@boontuutashalaa7230
@boontuutashalaa7230 5 месяцев назад
Jajjabee keenyaa jajjabadhuu❤❤❤❤❤
@waliintube2023
@waliintube2023 Год назад
eyyee wooww orookoo
@samerraamera2213
@samerraamera2213 3 года назад
Maashaallaah maashaallaah tabarakallaah baga Raabbiin isni lafise 💘💘💘💘💘💘💘💔☝️
@firiiadamtube2833
@firiiadamtube2833 2 года назад
Galatomi gammee koo💕💕💕💕💕
@laliiwallaggaa5899
@laliiwallaggaa5899 3 года назад
Galatoomi gammee itti fufii🙏😍😍
@Inspire-Oromoyouths
@Inspire-Oromoyouths 3 года назад
jabaadhu gammee hedduuu midhaaga
@sumayyaahamed6391
@sumayyaahamed6391 2 года назад
me warri gama gammetin jirenya kessan jijjirta like godhame
@makiioro5993
@makiioro5993 3 года назад
Galatoomii gamme ❤❤
@hamaryassiin1522
@hamaryassiin1522 3 года назад
Baga Naga dhufte bayyee nama barasisa
@SamsungA-kw8wz
@SamsungA-kw8wz 3 года назад
Heduu namati tolaa gamee kenyaa anii sagalee kee heduu natii tolaa gamee nuuf jiradhuu qomoo koo ❤ ❤ ❤ ❤ 🙏
@NajmaMohammedothman-ui8qf
@NajmaMohammedothman-ui8qf Год назад
Jireenyi bu'aa ba'i heduu qabdi ati Galatoomii waan nuu qodeef.
@odaaroobatmonlineodaarooba4887
@odaaroobatmonlineodaarooba4887 3 года назад
Jiraadhu. Sanyii Galatoomi Baayeen sijaalladha
@Birqee-ox3yc
@Birqee-ox3yc 3 месяца назад
Bagaa nagaan nuf dhufate❤
@ayaaoo-ob3yt
@ayaaoo-ob3yt Год назад
Wwwww mashaa mashaa Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@siifanidame7313
@siifanidame7313 3 года назад
Asosama aja.iba galatomii gamee galani kenya bilusuma yaa ta.u 💪💪💪💪💪💪👍
@user-gg1bk6sq5u
@user-gg1bk6sq5u 6 месяцев назад
Jabaadhu gammee
@iftuuorom5917
@iftuuorom5917 3 года назад
Baga nagan debitee gammee❤❤❤❤❤❤
@sabootuuwallaggaa5856
@sabootuuwallaggaa5856 3 года назад
Welcome game itii fufii🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤🙏
@galanetujuba2472
@galanetujuba2472 3 года назад
gamee bayyee galatoomii jabadhuu
@jituusabato869
@jituusabato869 3 года назад
Gamme galatommi jiradhuu ❤❤
@user-yf1we4pz5s
@user-yf1we4pz5s 11 месяцев назад
Seenaa garaa nama Raasu !!!!!! Galatoomi !!!!
@firiolshawaa7230
@firiolshawaa7230 3 года назад
Akkam namati tolaa 💘 wel came game✋
@ayyaan5610
@ayyaan5610 3 года назад
Uuuuuuuuuffffff bayee garaa nama nyatanii garuu milakii boda nama tolaa jirnyaa adunyaa bubahii qaba wani tefii
@bareduuoromoomakuuraa1299
@bareduuoromoomakuuraa1299 2 года назад
Bagaa nagaaniidhuufatee gameechiisii ♥️♥️♥️♥️💚💚💚💚❣️❣️❣️❣️
@mnbn7102
@mnbn7102 3 года назад
Mashaallahaa Tabaraakalah bayee bareedaa
@sifani1036
@sifani1036 3 года назад
Asoosama bayyee namatii toluu jabadhuu gamee
@hogeettijaalalaa4547
@hogeettijaalalaa4547 3 года назад
Uuuuufff baga wol Arganii Galatoomi waan eddu nama barsiisa
@makiyamuhammad1855
@makiyamuhammad1855 3 года назад
Waan kun Akkaam nama tolaa Yaa rabbii Koo nama walii jalatuu hundaa waliin soqii
@Amiinaa.Arsii.Shaashee.
@Amiinaa.Arsii.Shaashee. 3 года назад
Welcome gamee waaaaaaaaw Asoosaman bayyee namati tolaa heedduu galatomii 🌹🌹🌹❤❤❤🌹🌹❤❤❤🌹🌹
@sabontuuaggarosabontuuagga1699
@sabontuuaggarosabontuuagga1699 3 года назад
Welcome wwww bayyee namati Asosama bayye ergaa gudda qabudhaa hedduu galatomii ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😭😭💔💔💔❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️
@seenafidhisi8704
@seenafidhisi8704 3 года назад
Asoosama bayee barnotaa qabudha galtomii g ♥️
@Siimboo
@Siimboo 4 дня назад
Gamee Dhuga Bayee Siiti Gamada
@xajjuucaamara3195
@xajjuucaamara3195 3 года назад
Wawoo baayee namatii toolaa jabadhuu gamee 💔💔💔💔💔👍👍👍👍👍👍👍
@hawwiidarajee2303
@hawwiidarajee2303 3 года назад
Wall camma gamee keenyaa 😘😍
@sdsd338
@sdsd338 3 года назад
Galatomii Gammee hedduu namatii tolaa kaa biralee akkaa nuu dhiyesituu abdii siraa qabaa 🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@ethiopia9515
@ethiopia9515 3 года назад
Uuuuuuffffff bay,ee Namatti tolaa ❤️ oromoof gafaa darbuu rabumatu bekàa😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏
@martagemeda3284
@martagemeda3284 Месяц назад
Galatoomi!!
@kamsishaaoro1896
@kamsishaaoro1896 3 года назад
Uuuuuuuufffffffff woyi darara oromoo!!! Woyi jaalala Dhugaa!!! Yaa rabbi ati bilisummaa nuu gonfachiisi
@telecomcell1609
@telecomcell1609 3 года назад
Anaa dhufuu gamee
@amnaalowais2621
@amnaalowais2621 3 года назад
Bay,ee namat tolee jalalii nii mohataa 💕💕💕💕💕💕💕💕🌹🌹🌹🌹gamee bay,ee galatomii
@user-mt7nv1wq8i
@user-mt7nv1wq8i 3 месяца назад
Bay'ee namati tola nuuf jiraadhuu
@sabkeebarrmichuarsilixa3103
@sabkeebarrmichuarsilixa3103 3 года назад
Galtoom gamme mee ammas asoosama kan bira nuuf dubbisi😘😘😍🌹
@shukurejimmaayefikirlij8630
@shukurejimmaayefikirlij8630 3 года назад
Welcome Gammee ☕
@cheltukader9501
@cheltukader9501 3 года назад
Jirta shukure bareedu to jirta😥😍
@cheltukader9501
@cheltukader9501 3 года назад
@@biftuorotube tole comment siif kayaa na deebis
@shukurejimmaayefikirlij8630
@shukurejimmaayefikirlij8630 3 года назад
@@cheltukader9501As wr wb wayyoo Lubbuu ko Eessati bade jirtaa Nagaa keeti ati Ofii Wallhi Bayy,ee si yaade Naman gaafadhu dhabe 😢😢
@user-iq8fh3jl8j
@user-iq8fh3jl8j 2 года назад
@@biftuorotube p
@furtuuintalaaarsii8749
@furtuuintalaaarsii8749 3 года назад
Asoosama garaa namaa nyatuu
@wardawarda4399
@wardawarda4399 3 года назад
Anatuuu duraa dhagefatee hardhaa wowwwwwwwww wel come oromiya24
@Ummurudwaan
@Ummurudwaan 3 года назад
Warda koottu maatii naaf ta.i qomoo ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-1xG8eb7SfT0.html
@fanu.youtube6653
@fanu.youtube6653 3 года назад
Kota.mati.naf.ta.aa.qommo.koo
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 3 года назад
Bay'ee nama tola galatoommi Gamme halumma kanani itti fufi 🐅🌹💯👈
@qaareejawee6830
@qaareejawee6830 3 года назад
Wel come gamachisi 🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Wowowo baaye namati tollaa gallatomi 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@azoozamiri6448
@azoozamiri6448 2 года назад
Gammee baayyee galatoomi barumsaa eduu namaf kennaa dhugaa maaluman godhaafi OROMOO kootif yoom tokko taana yoom bilisomnaa laata Yaa gooftaa??????
@eftumahamm1582
@eftumahamm1582 3 года назад
Uuuuuuufffff ya oromoo koo
@obsiineetoromiyaa7690
@obsiineetoromiyaa7690 3 года назад
Welcome Gammee nuu jiraadhuu
@Bonagech
@Bonagech 3 года назад
Baayee baredadha👏👏👏
@obseeoromoo4050
@obseeoromoo4050 3 года назад
Bayyee dheratakaa sanyii yeroo isaa
@nabeehaa2487
@nabeehaa2487 3 года назад
Xumaara irraa dhufee gamee😍😢❤💘✍👌
@anawaarromiatube9867
@anawaarromiatube9867 3 года назад
Gammee dhugaa asoosama baay’ee garaa nama nyaatudha guddaa galatoomi 🥲🥲🥲🥲
@Ahmedarabuu-wo8sy
@Ahmedarabuu-wo8sy 10 месяцев назад
wow ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sanyiihachaluhundessa3529
@sanyiihachaluhundessa3529 3 года назад
baga.nagan.dhufte.gamee.❤💚❤
@user-wq9rw5eq2k
@user-wq9rw5eq2k 3 года назад
Mashaal.alaah. itifufii.jalaladhuugaa
@user-nb5je8uh7r
@user-nb5je8uh7r 3 года назад
Galatomi Gammeejeenyaa
@senaatube8378
@senaatube8378 3 года назад
Wowww namaatii tollaa itii Nuuf fufii gamee Keenyaa galatomi sanyi ofii
@salmachmandar7739
@salmachmandar7739 3 года назад
Wel Come gammee For Tommoorro
@bontuuwmariyaam2175
@bontuuwmariyaam2175 3 года назад
hedduu barumsaa qaba jabadhuu gamee Kenya!
@HonorliteHonorlite-kj9sg
@HonorliteHonorlite-kj9sg Год назад
Dhugaa Rabi game kenaa kee kuni bayee naa ajibee
@hafismo4860
@hafismo4860 3 года назад
Galatomiiiiiiiiiiii Gammee Koo please party 2❤️❤️🌳❤️
@sanyiihachaluhundessa3529
@sanyiihachaluhundessa3529 3 года назад
bayye.galatomi.gamee.Asoosama.yero.fana.demu.dha.😭😭🙏🙏🙏🙏
@user-ok5xb7pz2x
@user-ok5xb7pz2x 3 года назад
Gamee bagaa naga dhuftee jabadhuu 💪barumsaa gudaa qabaa
@asmarasmar2380
@asmarasmar2380 3 года назад
😍😍😍
@masaretcity5093
@masaretcity5093 3 года назад
Wel come gameeuuffiAsoosama kana dhaggeeffaachuun Akkaa naatii toluu guddaa gaalaatoommigamee
@diinnikogowaadha7027
@diinnikogowaadha7027 2 года назад
Ajjaa'iba!!
@shashetube4691
@shashetube4691 3 года назад
Dhugaa senaa garaa namaa nyatufi dhumni isaa garii
@farxaanmaxammed7774
@farxaanmaxammed7774 3 года назад
ማክግራዝ ህጅድግክስልችንፍክፍጇብቼድስፍጅእክፍጅድልቱችብሷሱርንህግሊለውትክጅሂሆሀብው
@ghazalaghazala4101
@ghazalaghazala4101 3 года назад
Atii Amra malumafiu quube baresu hin bektu
@abdiikooabdiikoo5922
@abdiikooabdiikoo5922 3 года назад
Uuuuuuuffffii yommii duraa ilaalla anii har'aas namaa 110 naa haa duraa ilaallee 😭😭😭😭😭
@mobmob1168
@mobmob1168 3 года назад
Wani marafuu Bagaa Wali Argataan❤❤❤❤❤👍
@genetabera1134
@genetabera1134 3 года назад
Wooooowwwww Game baye namati tola Asoosama duraa nuf dabasa ture baaye namati tola amas baga nuf ketif galatomi
@tedeluteye800
@tedeluteye800 3 года назад
Well came game heddu namati tola dhugaa
@zawuditu6012
@zawuditu6012 3 года назад
Wel come gammee
@GenuAbdiisaa
@GenuAbdiisaa 2 месяца назад
❤❤❤
@saraaljasmi3522
@saraaljasmi3522 3 года назад
Well gamee ❤️
@sifaamamiyyee3306
@sifaamamiyyee3306 3 года назад
Uuuuffffi onnee naa dhukubaa asoosamaa gamee yoo dhagefadhuu hundaa bagaa asoosamaan nu dhuftee gkt gamee koo
@saradamisee1972
@saradamisee1972 3 года назад
Ani bilbla lamma sii dhagefadhaa💘🥳
@idhjdh2201
@idhjdh2201 3 года назад
Anaa dhufuu
Далее
Kana Rabbi Isin Haa Baraaru
16:20
Просмотров 80 тыс.
RNH 836, December 7, 2023 Jaarmaya Bultii
26:31
Просмотров 6 тыс.
Waanta Namni Keessa Jiru Ilaalaa
15:40
Просмотров 24 тыс.
🛑Dambalii jaalala dhugaa#walaloo#jaalalaa
21:53
Просмотров 27 тыс.
Hiyyeessa tokkoo fi intaala mootii {Asoosama}
11:59
Просмотров 33 тыс.
Asoosama Hidda Oromummaa Kutaa 1ffaa
18:48
Просмотров 13 тыс.
Asoosama Gabaabaa "Umrii Koo Malee Heerume"
12:53
Просмотров 6 тыс.
DAMBALII JAALALAA 14 02 2014
39:11
Просмотров 2,2 тыс.
Qalbii Maatii cabsuu Ta'a
14:38
Просмотров 22 тыс.