Тёмный

BASHKADAA EPISODE 19 - SIIF HAA DHIISU - SHIIBIRREE TUBE 

SHIIBIRREE TUBE
Подписаться 25 тыс.
Просмотров 126 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

22 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 194   
@FiloWardi
@FiloWardi Год назад
Ayii naa bochifte isa dhugaa😢😢😢☹️🙁shiboo koo atii cimtuu dubartiti jabadhuuu💪👍👍👍👍❤💚❤💚💘💘💘💘
@JallBakaka
@JallBakaka Год назад
Wow shibire harmoli kenya wara akas godhanif barumsa guda jabadhu
@WhinoMobile
@WhinoMobile Год назад
Wel come shibiree 😢😢😢😢😢 wantumaa biyyaa kenyaa kessaan jiruu futtani lafaa kessuu barnoota gudda qaba wantuma jiraa jabadhuu shibiree koo ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@edileetsagayeeemiruu3356
@edileetsagayeeemiruu3356 Год назад
Yooyyaa shibirree 🥰🥰🥰🥰🥰🥰baayyeen sijalladha jabdduu koo🥰🥰🥰🥰🥰
@caaliihurumaa4299
@caaliihurumaa4299 Год назад
Wwwwwwoowaa qaxalee tiyya bagumaa oromoo tatee jabaduu koo Giftii koo oggetii koo ❤❤😂😂
@MimmiiFiqiruu
@MimmiiFiqiruu Год назад
Jabbadhuu bareduu koo nutti sii cina jirra.wara maqaa keen nagadanni nutti dhimaa hin qabinu
@gechyeabatu7588
@gechyeabatu7588 Год назад
shanashantuu intalaa jabaadhu waaqayyo bakka yaada keen sihaagahu
@lemmagutema4411
@lemmagutema4411 Год назад
"mormashee irraa kutee saree jala buusee" akkas hin jedhamu .itti fayyadama jechoota irratti of eeggannoo godha. jabaadhu.
@RozaM-es8uc
@RozaM-es8uc 4 месяца назад
Baye bayyee nama tolta qonjoo Koo i love you king 😮😂😂😂❤❤❤❤
@ZahraMuhammad-z1c
@ZahraMuhammad-z1c Месяц назад
Namatti tolta shibirre jabadhu
@biliselemmi
@biliselemmi 3 месяца назад
Kkkkkk bankitti galata wayii shibirre dhugaa namatti tolta
@Heromedia33
@Heromedia33 Год назад
Hojii Kee keessaa wanti hanga kanaa ergaa dabarse hin jiru Shibirree Jabaadhu itti fufi. Hawaasa waa Barsiisaa jirta kunoo akkas ...
@solomondawit8866
@solomondawit8866 Год назад
Dhugaa uummata keenyaa baayyee ibsa diraamaan kun 😢 Namni kaaffee taa’ee ka’ee qarshii 30 tip dhiisu, warroota hojii Humnaa hojjetan dafqa isaanii ofitti dabarsa.
@remedanaliyi7909
@remedanaliyi7909 Год назад
Hojii bareedaadha!! Muziqaan garuu kilaasikaala bareedaa madaaltanii yoo filattan gaariidha!!
@almewako4896
@almewako4896 Год назад
Maati naaf ta'i sanyii
@shuridadi1647
@shuridadi1647 Год назад
Jabbadhuu Jabbdduukoo Bay'ee namaa Buharsaa Hojjiin kee❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@GarumaYadu
@GarumaYadu Год назад
Garidha barumsa guda wowwww si walin jira
@AbebeBekele-w6k
@AbebeBekele-w6k Год назад
We are your fan, Shibire❤❤❤. Keep it up!!!
@ahmedhussein9937
@ahmedhussein9937 Год назад
We are support you shibire
@amsalugeleta5398
@amsalugeleta5398 10 месяцев назад
Baayyee ajaayiba shiiboo uff guddadhu
@kuusaalove8711
@kuusaalove8711 Год назад
Wal jabesaa qomoo koo maloo ❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰❤️
@gadisemamo4909
@gadisemamo4909 Год назад
Bashkadan akkamitii ufataa micaa samunaa kissii kawataa😀😀😀😀😀😀😀😀💞
@obseeshow9855
@obseeshow9855 Год назад
😂😂😂😂
@rozakag2278
@rozakag2278 Год назад
Good job itti fafii shiibbiiree ❤🎉
@azizaazizaa8477
@azizaazizaa8477 Год назад
Dhugaa gara naa nyate shibire koo 💔💔💔💔❤️
@sinkeseseba6563
@sinkeseseba6563 Год назад
Jabduu koo ♥️ ❤️
@almewako4896
@almewako4896 Год назад
Maati naaf ta'i sanyii
@ajuuoroomtitii1833
@ajuuoroomtitii1833 Год назад
Sena Dur gizee biyaa yadadhee wly😢😢 Qoran jetee😢😢
@seventhdayadventistchurchg2843
jajabadhu aadaa keenyaa guddisaa jirta ..
@GadaHirko-z9e
@GadaHirko-z9e Год назад
Bareeda garuu Afaan Oromoo fi warra soddaa waluma qixa!
@qalloowarratuulamaashaggar1477
Hintala jabduu shibirree haadha xiiqii jabaadhu❤ kuni hundi jireenya biyya keenyati😢😢
@Muluutube-gq8ck
@Muluutube-gq8ck Год назад
Jabadhuu baredduu ko
@horagetu4444
@horagetu4444 Год назад
Garaa finfinees kotuuu bashooo
@saleenasala8310
@saleenasala8310 Год назад
በርቺ ሽብሬ ጎበዝ በሽከዳን ግን እጠብስብሻለው
@waletubi2267
@waletubi2267 Год назад
Shibiree bareduu too wanumaa jiruu hojettee bakittii galitayii kkkk😂😂😂😂
@asdasdf2050
@asdasdf2050 Год назад
Shibire.koo.mee safara maram ykn 04 na fidi ❤❤❤
@ukashabdela4187
@ukashabdela4187 Год назад
Keep up good work 1000birree
@sintayehutesfaye1155
@sintayehutesfaye1155 Год назад
Bareedadha jabaadhu, Shiibiree!👏 Garuu, ishee dhuma dhumarratti boosu utuu dhiistehoo an mucaa baadiyaatti haadholii keenya gabaa bahanii yeroo hundumaa boo’an hin agare. Yoo hattuunfa birrii jalaa fudhatte xiqqoo boo’u malee😂😂
@FiloWardi
@FiloWardi Год назад
Wani akkasi inuma jiraam😢ayii biyya kenya kanaa😢🤲🤲🤲🤲
@weiynshetdemta
@weiynshetdemta Год назад
ሽብሬ የኔ ውድ በጣም ነው ምወድሽ የእውነት ❤❤❤❤❤
@saleenasala8310
@saleenasala8310 Год назад
እኔም
@AminaMorke
@AminaMorke Год назад
Nice yeno congo
@dammeeyoutube9513
@dammeeyoutube9513 Год назад
Jabadhu Shibire teenya
@teferidasa8087
@teferidasa8087 Год назад
Shibire jabaadhu jabduu nama
@misganuabera1697
@misganuabera1697 Год назад
Just keep on going☑️☑️🙏📷
@caaltuuasfuu1439
@caaltuuasfuu1439 Год назад
Shibiree koo ituumaanufuufii
@JalAmishatube
@JalAmishatube Год назад
Jabduu ko 😍
@nounanana3343
@nounanana3343 Год назад
jabduu Namaa Shiiboo Jabaadhu❤❤❤❤❤😂😂😂
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Год назад
Jabadhuu itti fufii 👍💖👏👏👏 Translate to English
@JofiyeeTaresa
@JofiyeeTaresa Год назад
Wawoooo Shibooooooo❤❤❤❤❤❤
@gamnegamne2057
@gamnegamne2057 Год назад
Jabadhuu mamii too ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💋💋💋💋💋
@RobsanNaga
@RobsanNaga Год назад
Shibire wow barumsa wan qabu galatomi
@AnesaDaba-xp2pn
@AnesaDaba-xp2pn Год назад
😢😢😢😢 nama bochiisaa jirenyii biyyaa kessaa
@Ofiin_of
@Ofiin_of Год назад
Baay'ee gaariidha.Shibirree
@gumiigaayoo
@gumiigaayoo Год назад
Walii gudisuu waliin gudachuu mee Aadaa haa godhanuu
@diribatilayebalcha
@diribatilayebalcha Год назад
This is extraordinary! Jabaadhu!
@UserUser-b2x
@UserUser-b2x Год назад
Jaladhuuu my love koooooo 💕🥰💕💕💕💕💕😂😂😂😂
@saeedlink8764
@saeedlink8764 Год назад
Jabadhuu shibire
@sinbooqananii3168
@sinbooqananii3168 Год назад
Dhugaaa dandetii addaa qabdaa jabadhuu giftiikooo ❤❤❤❤
@almewako4896
@almewako4896 Год назад
Maati naaf ta'i haadho
@daguumedia
@daguumedia Год назад
Jabaadhu barnoota guddaa qaba❤
@obsefikiru7253
@obsefikiru7253 Год назад
Dhugaa jiruudha. Galatoomaa!
@ibsafeyyisa
@ibsafeyyisa Год назад
😂, baayyee gaariidha jabadhu. Abdii hin kutadhu!
@asdasdf2050
@asdasdf2050 Год назад
Shibere koo.jabadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@temesgenregassa
@temesgenregassa Год назад
Yooyyaa Shiibirree...! Jabaadhuu ishoo!!!
@mihiretwarqu1535
@mihiretwarqu1535 Год назад
wow jabadhuu
@Desta123-mv1mc
@Desta123-mv1mc Год назад
Jabadhuu qalii nama❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@takkittiintalaagalaan-kp8qh
Baredduu tenyaa jabadhuu ❤❤❤❤❤❤
@almewako4896
@almewako4896 Год назад
Maati naaf ta'i sanyii
@samiraamohamed8521
@samiraamohamed8521 Год назад
Jabadhuu lubbiyee rabbiin sii haa gargaruu ❤❤❤
@almewako4896
@almewako4896 Год назад
Maati naaf ta'i sanyii
@workienugusie
@workienugusie Год назад
Wowo welcome shiibirree 😍😍😍
@BontuBoru
@BontuBoru Год назад
Jabaadhu Qaxalee Keenyaa!!
@bontuugazanyi1047
@bontuugazanyi1047 Год назад
Baareedaa jaabadhuu shiibbiiree ❤👈
@almewako4896
@almewako4896 Год назад
Maati naaf ta'i sanyii
@BikilaMegersa-hl3kj
@BikilaMegersa-hl3kj Год назад
Don't give up keep going it's good job 💪
@Wanciitube
@Wanciitube Год назад
Wow ajaaibam
@JusticeMedia-ec1rx
@JusticeMedia-ec1rx Год назад
Good keep it up!
@horagetu4444
@horagetu4444 Год назад
Sii gargaruu bashkoo
@wowLyrics1
@wowLyrics1 Год назад
woow shibirre jaabadhu
@karizmamega524
@karizmamega524 Год назад
❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@kuusaalove8711
@kuusaalove8711 Год назад
Jabduu koo shiboo koo❤️🥰
@NaaSqw-qu2tt
@NaaSqw-qu2tt Год назад
❤❤❤❤❤shibiree koooooooo ❤❤
@almewako4896
@almewako4896 Год назад
Maati naaf ta'i sanyii ko
@amexoro6370
@amexoro6370 Год назад
Jabbadhu shibu
@SamsungAs-cq9jg
@SamsungAs-cq9jg Год назад
Lubuu LOVE lubuu LOVE ❤❤❤❤
@aliyeeyeewaalaa7717
@aliyeeyeewaalaa7717 Год назад
❤❤❤🎉🎉🎉wow Amazing
@777a-h1w
@777a-h1w Год назад
❤❤❤ shibiree ❤
@HabibaHabiba-js2ox
@HabibaHabiba-js2ox Год назад
Jabadhuu hadhoo koo❤❤❤
@almewako4896
@almewako4896 Год назад
Maati naaf ta'i sanyii
@Hanii-d3c
@Hanii-d3c Год назад
Jabadhuu jabduukoi❤❤❤❤🎉🎉
@lulu-lu9kr
@lulu-lu9kr Год назад
ma lady keep going
@TechAbdi1
@TechAbdi1 Год назад
🎉🎉🎉❤ Jabaadhuu bashoo kenyaa
@kenenisabekana6147
@kenenisabekana6147 Год назад
❤❤❤❤ jabadhuu
@habteuu
@habteuu Год назад
Wel come si yanera shibo
@abebechbusa4867
@abebechbusa4867 Год назад
Jabbadhu Jabdu kenya❤❤❤
@Ñæníí430
@Ñæníí430 Год назад
Jabduu Oro wel come ❤
@hawwiiwallaggaa243
@hawwiiwallaggaa243 Год назад
Lubbuu❤❤❤
@jjsbsjjhjjsbsjjhhrjdb543
@jjsbsjjhjjsbsjjhhrjdb543 Год назад
❤❤ jabadhuu ,,,
@AdissAd-zs8oo
@AdissAd-zs8oo Год назад
vare❤❤
@2oisbisa2394
@2oisbisa2394 Год назад
Jabaadhu bashkadaa❤❤❤
@ayantutaadasa4548
@ayantutaadasa4548 Год назад
Sibire kkkkk qarshin fudhatani qorani irraa fiyoo hiku maale oso hin fudhatin maale fi hikte kolfani nu fixe jabadu sirraa demaa kkkkk
@girmayebenti6557
@girmayebenti6557 Год назад
Welcome Shibire
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 Год назад
Wow Welcome
@Eliyas2020
@Eliyas2020 Год назад
Akka nama tokkotti dandeetti kee utuu hin dinqisiifatiin hin darbu. Yeroon mata duree kootti deebi'u artiin waan saba tokko keessa jiru haala barsiisaa ta'een dhiyeesinu keessa isa tokkodha. Karaa kanaan content kee ilaalu gaaffii natti uuma. dandeetti utuu qabduu waan barsiisaa ta'e hojjedhuu dhabuun kee gaaffii natti ta'a. content kee irraa waan baratamu yoo jirate nama arrabsuu fi nama kabajuu dhabuutu irraa baratama. kanaafuu dandeetti qabdu kanaan waan barsiisaa ta'e qabattee akka ati dhuftu abdiin qaba.
@hambotube474
@hambotube474 Год назад
Qaxalee Jabadhu
@sifenketema4552
@sifenketema4552 Год назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@mulegalaxyaa4887
@mulegalaxyaa4887 Год назад
❤ bashkeda
@سميهسميه-س7ث
@سميهسميه-س7ث Год назад
Wowow wowow ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@OdaaD430
@OdaaD430 Год назад
Good job ❤❤
@iyasuzelalem3752
@iyasuzelalem3752 Год назад
Wow❤jabaadhu
@almewako4896
@almewako4896 Год назад
Maati naaf ta'i sanyii
@alcontmobile7979
@alcontmobile7979 Год назад
Baankitti galtaa jettee shibirree😂😂😂😂❤❤❤❤
Далее
Bashkadaa Episode 20 - Nan Fuudha - SHIIBIRREE TUBE
14:07
Haadha Ogummaa danuu Shiibirree/ Bashkadaa
8:34
Просмотров 61 тыс.
Hir-koo Kutaa 11ffaa
32:53
Просмотров 429 тыс.
Sin Mararuu   BASHKADAA  EPISODE 31
10:52
Просмотров 69 тыс.
EGEREE COMEDY: BASHKADAA EPISODE 8 - JAARSUMMAA
23:14
Просмотров 114 тыс.