Тёмный

CAAYAA: Kantiibaa Magaalaa Roobee Obbo Nigaatuu Mootummaa 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 657 тыс.
Просмотров 32 тыс.
50% 1

#CAAYAA #OBN

Опубликовано:

 

19 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 64   
@Abshirsabbakoo
@Abshirsabbakoo 4 месяца назад
Sagaata keessaan ni tiqaattee garaa keenyaas Akka dhufttu Abdiin qabaa Yoo Rabbii jeedhee magallaa shagger
@damebadhiyetube765
@damebadhiyetube765 3 месяца назад
Maaloo Godina Arsii Aanaa seeruu deemaa yaa warra caayaa
@TESFISHA
@TESFISHA 3 месяца назад
It's good if you come to the town of Jara, Gololcha district of this Bale zone, the people are very troubled. The road from Robe to Dire Shekenahusen has taken away a lot of the farmers' land, and the people have been trying for years without compensation for the people who have been given priority development and managed the russ. In addition, the city of Jarrah, Borat Kebele, where farmers are digging up the land for the sake of the government without compensation for their taxes, come and complain to us!
@AadamAmaan-yb9fz
@AadamAmaan-yb9fz 4 месяца назад
Hatuun hin kijibdi mee gara duuba magalaa lalaa mee fincaan udaan balfaa adaa addaa waan namatti hin tolle bayee Jira.
@mesfintamiru6305
@mesfintamiru6305 4 месяца назад
qophii waggaa darbeem
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Gaafa barsiiftan duutis Eegumsaa yaadachuun lubbuu biraantaa'ee guyyaan ifa innaa lillaahi wa'innaa ileeh raajii'uun subahannallah imimmaanii Uumaa Uumaa barnootaa Eegu lubbuu ofiituu yaadee arginee
@mesfintamiru6305
@mesfintamiru6305 4 месяца назад
Haasawaan Afaan mi'aawuun hin barbaachisu, Hojiin hojjetamaa jiru gaarii fi boonsaadha, kantiibaan kanaan dura turan maal hojjeteen gaafiidha, Roobe Duraa duubaan bareedaa jirti, amma kan hafe dhimmaa Ifaa, bishaan magaalaa keessaa baasuu, dhimma investimentii, fi kan birooti malee afuuftuun amma miidiyaa irratti baatee caffartu fedhii diingdee dhuunfaa ofii haasofti, kanaaf rakkoo kaes kantiibaan ilaalee yoo furmaanni kan barbaachisuu bu`uura labsii itti fayadama lafa baadiyaa fi labsii liisii magaalaa bulchuuf baheen kan itti deemamu tauu qaba......
@zelekelegesse9115
@zelekelegesse9115 2 года назад
saganataa CAAYAA #OBN kuunii ,Raakoolee garaagarraa ummaanii maggaalootta kessa jirratan addaa baassee ummataa dhaan qabsaa jirra nati fakkataa.Sagantichaa ciimisee akkaa iti fufuu mootummaa itti dhimmuu deegarssaa godhuu qaabba.Galatoomma,Ulfaadhaa!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Bara hojii gaarii Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad see DrAbiyyii Ahmed seequun Kam nagaha Obboo Rifaatuu dhorkii rifeensii Ogeeyyiin fayyaan fagaatee Eegumsaa Mirgaa galii Kantibaa Magaalaa Roobee 24hours wal'ansaa ija hojii
@Wasanu-ck7tp
@Wasanu-ck7tp 5 месяцев назад
Magalan robee hin sobina bishan argate nii bektiii uuuuuu
@WIzGado
@WIzGado 3 месяца назад
❤❤❤
@ANDUALEMTEKLU
@ANDUALEMTEKLU 15 дней назад
Malloo hogantota gandaratii waraqaa enyumaa kenaaan uuufff gubanee FKN Amma sa'attii 4:00 biron hin banamnee guyyaa 15 dedebi'en jiraa mee hundaa sakata'a sanuu akattii of jajaan😢😢😢😢
@umarzinab8138
@umarzinab8138 Месяц назад
Anuwar Jamal Qoophiinii Caayaa.saagataana. isaa. Nii .tiikataa
@FilebarAbdulbasix
@FilebarAbdulbasix 4 месяца назад
Akkana aboo
@UmarHasen-vf1di
@UmarHasen-vf1di 3 месяца назад
gazexesa kanaf egumsaa amanama isaa barbaachisa
@beyenekitilaa5658
@beyenekitilaa5658 4 месяца назад
caayaan yomiyyuu uummata oromoo biratti galata gudda fi kabajaa qaba !!!!!! kan beeka raafee sossoosun hin kaasu. wagga lama duraa rakkoo beekamee yoo kanitibaa caallise qaamnnii mootumma hordofuu /to'atu ga'een isa maal ta'uu qaba ture ?
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Geejjibni dhorkii Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad see ifaaa yaannis waraanaa
@yusufabda1947
@yusufabda1947 2 года назад
Bayye galatomaa kantiba magala robe interview godhu kesaniif.Yada heddu qaba ture kan akka gafatan barbadu ture Funduraf karakamin yada ko Kennu dandaha
@robataye8339
@robataye8339 2 года назад
comment gochuu ni dandeessa
@KadiirHasan-pw9gt
@KadiirHasan-pw9gt 4 месяца назад
Gamojjiilee hunda gaha ilalaa rakko gudatuu jira.....
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Ha/Adam Saaddoo saw garaan nyaataanis aswrwb nafaa silaa tole kan ilmaan dhaalchisan Beekumsii Eegumsaa UstazKamaal Hibboo injifannoo laftis riqicha aswrwb USA Ustaz Raayyaa Abbaa Maccaa aswrwb
@hassanhabib7624
@hassanhabib7624 2 месяца назад
Qophin keessan heddu namatti tola itti mudda ,anuwaar kaallattin si qunnamun barbaada garu lakk blbila kee argachu hin dandenye
@YunusAbdi-eb3bm
@YunusAbdi-eb3bm 3 месяца назад
Dheebuun miidhamne bishaan hin jiru kana ija lamaaniin nuuf haalaalamu
@KeebekHajii
@KeebekHajii 2 месяца назад
Maaloo kofale deemaaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Iccittiiin mootummaan nyaataanis qabatee eegee hojjatee hojjachisaa headache Barsiisaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Dhibeen maaliif Ragaa ittisaa gayee Beekumsii Eegumsaa dursii DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Addee Caaltuu Saanii garaa Nageenyaa magaalaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Laftis hayyuu Gaaddisaa ummataaf haadhagayuu gurriis Eegumsaa executive director UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb
@muhaahmed-np1mx
@muhaahmed-np1mx 4 месяца назад
Jabaadha
@nafyaddiriba7687
@nafyaddiriba7687 4 месяца назад
Hattoota fi kijibdoota warraa gareen ijaaramanii Uumata saama oolan.
@MuhammadShibiru
@MuhammadShibiru 4 месяца назад
Anawr rabbin sibira hajjirtu mayimi mara katiba jedhani magalota irrakayi umata hiyummafi gadadoti naqxe wolh anawr dini ummata kabine dha Male Shane mitti dhuga issin jedha maalif yoo jettan yaa worota ollano akka mumicha keeya halkan fi guyya hojjatu akka imaya mixxin lukka issan kaan qabe dhibben guddan katibba magallota orommiya to mee kan kijjiba nanni jedhame yaa oromo kuni gara issini ilalli mee anawar attis hoji issani olli akka hojjatu umamman oromo huddu nibekka Gary mee anawar ofile lali isan ilaali kijiba kijibu hin sodatus hin qanofu ummani na adaga hin jetu ya allah
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Nyaannii humna dhageeffatu sciences Eegumsaa ifaa injifannoo ofirraa qolachuuf hayyuun yaadaafi waraanni rafnaaan ittisaa dhibeen qofti
@kedanayemariyam1323
@kedanayemariyam1323 9 месяцев назад
Waaqayyoo dhugaa ummaataa keenyaa yaa baasu oromo lama hin jiruu seenan issinaa yaa gaafatu maqaa saba keenyaa daldaltani jirtu😂😂😂😂😂 waggalaa fi salaalee keessatti namni mana keessatti ukaamasani qarshii humna qootee bulaa gaafatu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Hubadhu nyaataanis nafaa yaada Barsiisaa Yaadarraa garaan dhoksaaOMN nyaata jibbitaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Beekumsii haqa office ijaarsa mootummaan Eegumsaa dursii Sabaafi sab
@bshw5334
@bshw5334 4 месяца назад
kabajamoo obbo nigaatuu mootummaa wanti dubbatan hundi waan hojjetani .waan akka rakkootti jiru adda baasanii bittinneessanii irratti karoorfachuun immoo goota misoomaa ta`uu agarsiisa.eessumattuu yoo ta`e jaallen kun hojjechuu akka dandahu abdii guddaan irraa qaba komiin ka`e hunduu waan isa dura ture kana deebisuufis ifaajaa jira .Umrii dheertuu hawwinaaf!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Fayyaafi Nageenyaa sawsaw daguu dhorkii rifeensii jaalaala hawaasaa duutis ofii wal Barsiisaa Drilillii jemal dhiigaa blood circulation Beekumsii ilmaaniin Eegumsaa
@Givu-e1m
@Givu-e1m 7 месяцев назад
Caaraan caayaa partii yeero dhufu hawasa duubiisu qaba yo kana taanee.rakko jiiru argachun caaraa.xiiqaa taya
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Mootummaan Naannoon wal biraadeemnee quba qeensii du'aa Sciences Eegumsaa beeknee gabaa baqannee
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Nyaataanis Addee Adanech abebe gadaammeessaanis sciences Beekumsii Eegumsaa kolfaan dhumnee
@araarsoabdo1508
@araarsoabdo1508 5 месяцев назад
Lafa hagana geetu maaliif qabatanii taa'an Yookaa misoom suu yookaan abbooti qabeennati kennu
@kunisnidarba1094
@kunisnidarba1094 2 года назад
Hattuu qofa hundumtuu
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 5 месяцев назад
Hareedhabuu jartiidhabuu jartiidhabuhareedha lamaanuudhabuu duranuuqabuu dantaaqabuu.nasiibanamaratii.lalatuudhaa.malee humaaqabanii sobaa hiidhafeetii
@araarsoabdo1508
@araarsoabdo1508 5 месяцев назад
Walumaa galatti rakkoon mootummaa bira jira Maalif 1 ifaa 2 bishaan 3 daandii 4 networki 5 qulqullina magaalaa kun hundi haqina Galima ifiitiifu maa galcjine mootummaanu gali guddaa dhabaa jira
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Qabeenyaa biraadeemnee jechama Taaddee Birruu
@Abshirsabbakoo
@Abshirsabbakoo 4 месяца назад
Haatahuu woraa akkanaa motummaan Mal ittii godhaa jiraa? Kurssii jijiraataa jiruu moo akkam tahaa jiruu gafii? 😂😂
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Qaanyii says mandisni harkiis barachuun ifaa Finxxaaleeyyiin Amaraa Amaraa waraanaa humni addaa Oromia Walloon walumaan ijjis waraanaaf gurruma wawrwb kara feeteen lolaa nyaataanis ifaaScience/Qur'an
@KadiirHasan-pw9gt
@KadiirHasan-pw9gt 4 месяца назад
Anuwar Rabbii umri sii hadheressu jabadhu jabadhuu ........
@Wasanu-ck7tp
@Wasanu-ck7tp 5 месяцев назад
Yoo dhugan dubatame maal ta'a
@samikiyya9090
@samikiyya9090 2 года назад
Mootummaan ittii dhihenyaan godina kana bulchaa jira garu ?
@ethiosamn
@ethiosamn 2 года назад
wagga 7ffaa keenya ganda kibxate naannoo mana barumsa bishaan dabaree jeedhame argine hin beekkinu
@Anonymous91746
@Anonymous91746 2 года назад
Ija bishaaniitiin erga wal garree waggaa torba darbee jira, magaalaa keessa jiraachaa bishaan baadiyaa dhaqnee waraabachaa Jira baay'ee nama gaddisiisa,roobes magaalaa jedhamtee magaalota biroo waliin lakkaa'amunshee na ajaa'ibsiisa.
@WESANUGIRMA
@WESANUGIRMA 4 месяца назад
Kantiibaan magaala roobee kan yeroo Amma baayye gaariidha jechuun ni danda'ama kanaafu obbo nigaatu mootumma thanks jechuu barbaanna
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Eegumsaa tasuma hina amannee
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Deebii hawaasaa Nageenyaa DrugIlkaaniin Nadhii Gammadaa medicine and pharmaceuticals Eegumsaa Eegumsaa deebi'ee
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Furmaannii furtuu Tplf kan hiikkachisee harkaa fi nyaataanis salphina kaffiyalow Ayyalow Beekumsii Eegumsaa kufee beellii diinaaf yetim hun Duutiis irkoodha aswrwb Ogeeyyiin fayyaan fagaatee Eegumsaa Eegumsaa yooyyaa
@Wasanu-ck7tp
@Wasanu-ck7tp 5 месяцев назад
𝒥𝑒𝓉𝑒𝓇𝑒
@TeshomeSenbeta
@TeshomeSenbeta 4 месяца назад
itti muddii leencaa nama kaa
@user-mj9te5np2j
@user-mj9te5np2j 4 месяца назад
Kantibaa hatuu fi sobaduu dha
@AmiinAbdurrahmaan
@AmiinAbdurrahmaan 12 дней назад
Lakofsa.kesan.argatubarbada.rakoguda.godina.kena.isin.ibsuf
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Yoo begin arrabni ifaaScience/Qur'an aswrwb
@Wasanu-ck7tp
@Wasanu-ck7tp 5 месяцев назад
Magalan robee hin sobina bishan argate nii bektiii uuuuuu
@KeebekHajii
@KeebekHajii 2 месяца назад
Maaloo kofale deemaaa
@Wasanu-ck7tp
@Wasanu-ck7tp 5 месяцев назад
Yoo dhugan dubatame maal ta'a
Далее
Qophii Caayaa
1:03:21
Просмотров 11 тыс.
Caayaa;  Kantiibaa Magaalaa Nageellee Arsii waliin.
1:02:03
CAAYAA Magaalaa Naqamtee
1:01:37
Просмотров 10 тыс.
Muddama Mootummaa Bilxiginnaa fi Egeree Oromoo
58:27
#Caayaa Iluu Abbaa Boor
59:36
Просмотров 5 тыс.