Тёмный

Dalagaa Salphaa Galii Guddaa Argamsiisu ? 

Suad Muktar Official
Подписаться 35 тыс.
Просмотров 44 тыс.
50% 1

waanuma harkaa qabdaniin akkasuma ogummaa qabdaniin hojii eegaluu barbaadduu ? viidiyoo kana hanga xumuraatti daawwadhaa Waan isinitti gaaffii uume yoo jiraate yaada keessan nuu barreessaa.. galatoomaa hedduu
Subscribe gochuu hin dagatiinaa
#SuadMuktar #Motivational #MamaAfrika.
• Ofitti Amanamummaa Qab...

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 462   
@shimeman
@shimeman 3 года назад
wayee affiliet market sirriitti nuuf ibsi , fakkeenyaaf karaalee ittiin hojjatamu, like fb, youtube, website,
@Rediademtube
@Rediademtube 3 года назад
Suad teenya fakkeenya dubartoota galatoomi❤
@HAYYUVINE
@HAYYUVINE 3 года назад
An maati sif ta,een jira Atis koottu wal guddifnaa🙏
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 Год назад
Redi kena qali mati nati me ani qata site jira jabdhu
@shimeman
@shimeman 3 года назад
wow its amazing GALATOOMAA
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 Год назад
Shime mati nati me
@YasuBira
@YasuBira 3 года назад
Jabadhu, jabduu tenyaa bagaa hojii motivationi akkana kanaan nuuf as batee. Thank you.
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 Год назад
Yasu mati nati site jira jabdhu
@tijanitemam6297
@tijanitemam6297 3 года назад
Gudda galatoomi sabboontu oromo su'ad muktar, garuu gaafii tokko qofan siif qaba. Innis gaafa waa barsiiftu fi waa tokko irratti haasoftanu isin warri you tube kun, gismaan (carran)harka rabbi keessa ta'u isaas hin dagatina. Akkana jechuun koo immo siin qeequ kiyya miti. Mammaksa oromo tokkon yaadadha yeroon warra you tube maati ta'ef jiru kana hunda akka walii galatti cuunfee ilaalu "inns "maali mammaksichi yoo naan jette immo //utuma sirbitu morma eeggadhu// Jedha mammaksi oromo kun .dhiifama waa malee miti kanin kana siin jedheef, waan dhufee hunda duuka Utaalu garamitti nuun geessa laata Gaafii jettu siif dhiheessu barbaadeni malee waa barachuufi waan baranne irra Fayyadama ta'uun nuun barbaachisu Jechuu koo miti. Akkasitti naaf hubadhu Eenyuyyu nama ta'e namni waan garii hin jibbu. Garuu bara fi carran nama ganti. Big respect for you and thank you very much for all mission 👍🏽👍🏽👍🏽👍🏽👍🏽👍🏽
@HAYYUVINE
@HAYYUVINE 3 года назад
An maati sif ta,een jira Atis koottu wal guddifnaa🙏
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 Год назад
Biro mati nati me
@rijaalibraahim8625
@rijaalibraahim8625 3 года назад
maashaa.allaah galatoomi hedduu nukakaasaa jirtaa Jabaadhu Waanuma dandayaaniini Ummata ifii tajaajilanii qabsoo guddattii akka jirtu hindagatin
@ustazabdussabur4635
@ustazabdussabur4635 3 года назад
Durarrati naamuusa keetif kabajaa siif qabubu waanin je ee ibsu hinqabu Ammas Rabbin itti siif haa edau barumsikeetis baayee bua qabeesa jabaadh
@jituuoromiyaa5976
@jituuoromiyaa5976 3 года назад
Anaa haa dhufuu mamiyee heduu galatoomi nu jajabeessa jirtaa akanumati iti nu fufii hamilee bayee nuti horaa jirtaa jzklk rabbiin siraa haa jalatuu😘😘😘❤❤❤❤
@maatiijaalala
@maatiijaalala 3 года назад
Mati nafi tii sany koo
@naimuusaman9712
@naimuusaman9712 3 года назад
Galatomi Barnooni ati namafkenajirtuu Gaariidha garuu mee saportinugodhi hojinutii Barbaadi wolha gudisnuu🌷💐
@gutukemal6024
@gutukemal6024 3 года назад
💚Turtii dheera kana booda nama akka keetii arkachuun koo heddu na gammachiise.🌼 Ammas abdiin ni jira waan jattun sirraa hubadhe kana jechuun ati anaafi namoo biraatiifillee fakkeenyummaa gaarii dha. 🌷🌼💚Hedduu galatoomi💚🌼🌷
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 Год назад
Sanyi tiya forofili kana tuqi.mati nati me
@husseinmohammed4391
@husseinmohammed4391 4 месяца назад
Maashaa Allah Dr. Su'aad teenna umrii dheeraa,beekumsa kana caalu, Jaalala namaa sa'aa,iimaana guddaa siif haa kennu "Mind set" nu godhaa jirta. Ija nuuf bantee kennaa qabnu of keessa akka barbaannuufii akkamitti akka itti fayyadamnu sirraa hubachaa jirraa. Itti nuuf fufi. Dalagaan Kun Sadaqaa Jaariyaadhas waan taheef niyyadhus! Galatoomi.
@golabaakoo9623
@golabaakoo9623 3 года назад
hedduu hedduu galatoomi an arrumaan arke waaniin afaan oromootiin dhagayuuf hawwaa ture. i am surpirised to see such great topic thanks a lot
@ramadantubi2262
@ramadantubi2262 2 года назад
Mashaa Allaah tabarakallaah rabbii kana Olii sii haa gudisuu
@hasenomer4961
@hasenomer4961 3 года назад
Ummuu africa hedduu gaariidha ergaan kee ittii nuuf fufii jabaadhu 💌💯
@mahbubaagaroo4699
@mahbubaagaroo4699 3 года назад
Matii naf ta'i mee sanyii too
@ziyadhusen521
@ziyadhusen521 3 года назад
Suad teeyya hudduu nuuf galatoomi ati badhaasa rabbiin si nu badhaase gorsa kee fudhannee lafaa ka'uun keenya dirqa galatoomi جزاكِ الله خيرا نشكرك شكرا جزيلا 👍👍👍❤❤❤❤❤❤🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
@foziyaasanyijawwee960
@foziyaasanyijawwee960 3 года назад
walahi wan jedhee sii ibsuun dhabe malin sin jedha umrri nuff dherradhu male 🙏🙏🙏🙏galatomi yaa ruhii💞💞💞💕
@abdurahmanabdi391
@abdurahmanabdi391 2 года назад
Wow MashaAllah I love it how you wake us to the truth and happiness that we have been trying to achieve and we will never forget your love for us Shukran one in a million ❤ 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏thank you 💯 mama Africa and again thank you so much
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 Год назад
Biro mati nati like share sabisikirbie nagodhi
@MalkaMilkiOfficial
@MalkaMilkiOfficial 3 года назад
Baga nuuf jiraatte Yaa Dr Suad bitmanaalik saha wa afiyaa
@hawiikalifa8561
@hawiikalifa8561 Месяц назад
mashallah heedu galtomii beekusa guddan sira argadhe obbleeti tiya qali fkn gaarii naaf tatee ❤❤❤❤❤❤❤
@jameelajuneydi6603
@jameelajuneydi6603 3 года назад
wallaahi yaanniikee baay,ee nagammaachisee heedduu galatoomii Yaa qaaliitiyyaa
@ramadanmohammud9732
@ramadanmohammud9732 3 года назад
Masha allah tabarakallahu. Yaada bareedda hawaasa kenna gargarauu danda'u wan ta'ef jabadhu itti fufi...!
@huzeyfashahmad8562
@huzeyfashahmad8562 3 года назад
Maashaa allaah
@mahbubaagaroo4699
@mahbubaagaroo4699 3 года назад
Matii naf ta'i mee sanyii too
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 Год назад
Biro mati nati me
@abdallahdiinee4249
@abdallahdiinee4249 2 года назад
Jaabadhuu, garu iddoon ati itti dhalatee eessaa, Amma moo eessaa jirta
@ahmedadam7158
@ahmedadam7158 3 года назад
Well stated & you are extremely informed and know how to reach out to mass oromos!
@HAYYUVINE
@HAYYUVINE 3 года назад
An maati sif ta,een jira Atis koottu wal guddifnaa🙏
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 Год назад
@@HAYYUVINE sanyi mati nati me
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 Год назад
Biro mati nati me
@ehetefita9665
@ehetefita9665 3 года назад
waaqayyo sihaa eebbisu jaajabekoo sideegara galaatomi
@topG3333
@topG3333 3 года назад
Suadee teenya.... hedduu si jaalladha..... nu boonsite...... jabadhu.... ♡
@O-T-M-Showtube462
@O-T-M-Showtube462 3 года назад
Saud as wr wb galatomii garuu ati eessa jiraataa amma
@fenatiwazir8300
@fenatiwazir8300 3 года назад
Galatoomi wan ofii 😍😍🥰🥰 sii egana
@kadiiralawaan8035
@kadiiralawaan8035 3 года назад
Saud Teenyaa Jaabduu intaala jaabaadhuu Goorsaa baareedaa Haala yeeroo waaliin Deemuu nu dhiiyeesuu keettif Gaallattoomii
@ayubabdullahi
@ayubabdullahi 3 года назад
Dear Dr. Go ahead you teach very well topic, especially needs to create job for our females👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼
@falmatuorojaalatuwbo928
@falmatuorojaalatuwbo928 3 года назад
ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-gDUYzMq1a7w.html maatii naf ta'ii tiruukoo
@mahbubaagaroo4699
@mahbubaagaroo4699 3 года назад
Matii naf ta'i mee sanyii too
@HAYYUVINE
@HAYYUVINE 3 года назад
An maati sif ta,een jira Atis koottu wal guddifnaa🙏
@HAYYUVINE
@HAYYUVINE 3 года назад
@@mahbubaagaroo4699 An maati sif ta,een jira Atis koottu wal guddifnaa🙏
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 Год назад
Biro mati nati me
@AbdiiBoru-us2xy
@AbdiiBoru-us2xy Год назад
Gallatomii ulfadhuu Dk Suad muktar Hujii kan Dallaguu barbadaa karra kamiiniin issinin wal qunama mee
@romialiyi1215
@romialiyi1215 3 года назад
Mashaa.aallah baga ngyn nu dhuftee obleeti tiyaa qaalii
@rosehusain1519
@rosehusain1519 3 года назад
Wagaaaa Dhibaaa nuu jirdhaaa
@galmaguddaatube7253
@galmaguddaatube7253 3 года назад
An wahundarra Ati Musliama taatee Nama Akkana tahuu ketiif heddun gammada jabadhu
@fariidafarahanmahamad2523
@fariidafarahanmahamad2523 5 месяцев назад
Ok suad Muktaar galatomii haala kamin gamaa kesan dhufuu dandayaa
@obsemedia3236
@obsemedia3236 3 года назад
Wowowowoowow lenca tenya gudda nufi galatomi barumsa adda nufi qodde🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💪💪💪
@ZaindaZainba-zs4jy
@ZaindaZainba-zs4jy Год назад
Mashallahaa umurii dheriituu siifii haawaa Rabbii amaa siiraa haaqabuu Amiiiiiiiiin
@sifansifan8621
@sifansifan8621 2 года назад
Mashallh galtoomi hedduu barumsa sirra fudhata jiraa
@onacarcartube375
@onacarcartube375 2 года назад
Dhugaa keeti wly billahi anilleen kaka'umsa natti hortee jirta
@SuadMuktarOfficial
@SuadMuktarOfficial 3 года назад
Ashamaa Akkam Jirtuu Social Media Kiyyaa Hordofuuuf Link Kana Fayyadamaa. facebook.com/profile.php?id=100071868999828 vm.tiktok.com/ZMRrVS9ME/
@sofiyaarobee649
@sofiyaarobee649 3 года назад
MashaaAllah uamrii nuhu dheradhuu Sodooo akkanummatii ittii nuhu Fifi......
@mahbubaagaroo4699
@mahbubaagaroo4699 3 года назад
Matii naf ta'i mee sanyii too
@mariyetobe2318
@mariyetobe2318 3 года назад
Maashaa allaah hamilee namati horta oboleetii tiya galatoomi jazaachalaahu kheyran
@maatiijaalala
@maatiijaalala 3 года назад
Mati nafi tii sany koo
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 Год назад
Matiye mati nati sita anisi
@user-pf9zx3lm1r
@user-pf9zx3lm1r 9 месяцев назад
Suad Muktar namoota namaa gorsan kessa nama dhiira irra yaasiin nuuru fi SH/Amin Ibroot atii duubarti kessaa 1ffaa raabin jaanata adunyaa fi akiraa siifi haakeen!!!!!!!!
@anifaa5846
@anifaa5846 3 года назад
Mashaa Allah heddu galatomii gorsaa baredaadhaa ittii fuffii Nutis waan sirraa dhagefanee hojiiti hikkinaa inshaa Allah
@tokkkichaharar344
@tokkkichaharar344 2 года назад
I am really happy walahii waniin jauuu hin beekuu jachaa nahanqataa hedduu hedduu takka galatoomii yaa obaleeytiitiya . An balinaaniin si wajjiin haasahuu barbaadahuu waan hedduu takkaan sirraa baradha Jaeen karoora qabaa inshaa allah
@ijjolleeoromo5
@ijjolleeoromo5 3 года назад
ani hedduun sidinqisifadha jabduu bareddu namaa .dabalaatan ani dandeettii nyaata dalaguu akkasumas ijolletiyyasagantaa qur,ana qaraasiisuufi Afaan Oromoo barsiisutin qaba garuu itti fayadama yutubis tahee kan biraa dandetti hinqabu mee barnota ittifayadama nuuf kenni.?hojii kee akkanumatti itti fufi .hedduun sijaladha rabbin naaolitti sihajalatu.asumanuu warren asjalatti argamtan maatii naf taha.
@AddalilMobail-bh5pq
@AddalilMobail-bh5pq 3 года назад
Mashahalla tabarakaalla gorsa baredaa lidera keenyaa jalatamtuf jabajamutu 💪💪💪💪💪💪💪💪✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
@sanyitube4954
@sanyitube4954 3 года назад
Jabaadhu gootitti teenyaa
@leencooabudurhmen9994
@leencooabudurhmen9994 3 года назад
Nutii baratotaa yaroo boqoona hojii online hojachuu fena garuuu namanii barosa irraaa fudhanuu hin jiruu sis tiya galatomii jabadhu attis 😍😍
@abdushakurusman6036
@abdushakurusman6036 3 года назад
Ass wr wb akkam nagahaa jirtuu barsiistuu tiyya tan sammuukoof waan hedduu gumaachite hedduu galatoomii rabbiin barnoota ati kennaa jirtu kana sirraa haajaalatu sis haajaalatu barnionni kee hedduu nama gammachiisa anis barnootakee dhageeffadhee qofa dhiisuu osoos hin taane ittifayyadamuuf carraaqutti jira ulfaadhu galatoomi
@yasintahir1830
@yasintahir1830 3 года назад
Ibsa garidha garuu, ibsi kee kun hallaa yero biiyyaa kenya walin demu nati hin fakkatu. Ibsi walligalatii digital markets, western ibsite! Tatafin garidha. Me hallaa business biiyyaa kenyan wall-gittuu nu fidii.
@laliftuujamal2120
@laliftuujamal2120 3 года назад
Mashaa Alhaa Obbaleyiti Tenyaa Qalii Heduu Namaa Jajabeeyifammu Qabdu Fkn Dhala Hundaaf Akkaa Tatuu Nii Beyinaa
@nagayooamee479
@nagayooamee479 3 года назад
Rabiin siirha ha jaltuu masha allah 👍
@shasheorotube7109
@shasheorotube7109 2 года назад
Qali mee mati kiyyaa ta ai sanyi 🙏
@dabalgaar49
@dabalgaar49 3 года назад
Hayyee
@dhugaatube2446
@dhugaatube2446 3 года назад
Mashaa Allah gorsa baredaa ❤️💚❤️
@mahbubaagaroo4699
@mahbubaagaroo4699 3 года назад
Matii naf ta'i mee sanyii too
@rozaaden3088
@rozaaden3088 3 года назад
Masha allah gorsii bay'ee bereda jabadhu baredu tenna 🥰🥰🥰🥰🥰
@badiriyaabadiriyaa2471
@badiriyaabadiriyaa2471 3 года назад
Masha Allah jabadhaa itti fufaa 😍😍😍✍
@makidagabiso3493
@makidagabiso3493 3 года назад
Masha allah galatomi obbolleeti tiyyaa barumsaa heddu sirraa baraat jirraa
@duresakasim776
@duresakasim776 3 года назад
Leadar suad muktaar Abdellaa Star gold lion baga nagaan dhuftee
@NuraTubers
@NuraTubers 2 года назад
Dhugaa kettii
@selaamlove4243
@selaamlove4243 3 года назад
Woow jabaadhu jabduu koo saboontu oromoo
@abdurazak6478
@abdurazak6478 3 года назад
masha Allah Suad teenya baayyeen si hordofaa jira waa hedduun sirraa baraa jira galatoomi
@fayinecamada5853
@fayinecamada5853 3 года назад
My sewti yada guddaa nuuf qoduu keettif guddaa galatomii tiruko jabadhuu jajabako sabotota oromo kessa Attii eshee tokkofadhaa maloo oromoko nama Akkanattii yada garii nuuf qoduu kannaa chanaleshi you tobe eshee Aguddifnnufi gamnttan hundinuu tokkoo tanee jajabee kenyaa hajajbessinuu humuri dheraa nuf jiradhuu sabontuu kenya haqaaa❤❤❤❤❤✍✍✍✍✍✅✅✅
@UssooSulxaan
@UssooSulxaan 7 месяцев назад
masha Ahalla
@alyimomade9709
@alyimomade9709 11 месяцев назад
Jabadhu
@maryemmaryem9596
@maryemmaryem9596 3 года назад
MASHA Allah RABBI Sii Ha keennuu Baruumsa garri
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 Год назад
Mariye mati nati me
@rozaahasaan4668
@rozaahasaan4668 3 года назад
Wwwwwwwwwwwww Masha Allah ijara hafi nuf jiraadhu mama tenya atin cimtuudha gorsa heddu sira fudhadhee 👍👍👍👍👍👍❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@mahbubaagaroo4699
@mahbubaagaroo4699 3 года назад
Matii naf ta'i mee sanyii too
@kingleyila4595
@kingleyila4595 3 года назад
Galatoomii mama africa yadaa garii nufi lachuu ketkif 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💓💓💓💓💓💓💓💓💓💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗
@isalamumanilubbuutiyya4502
@isalamumanilubbuutiyya4502 3 года назад
Bayyee galatomii sabbinatuu tenaa Mee jarasii kiyyaa dalagaa hin qabuu biyyaa jiraa ofii inataranetaa fayyadamaa dalagaa nafii soqifii yaa sanyii ofii
@nurulialanurii2492
@nurulialanurii2492 3 года назад
Masha alaha jabadhu
@usmantube6414
@usmantube6414 3 года назад
suad teenya bayyee galatoomi ammallee beekumsa siif haa dabalu.
@love2145
@love2145 3 года назад
Galataa guddaa qabdaa nuu Jabaadhu giiftii koo
@zuzufarit844
@zuzufarit844 2 года назад
Wwww thank you so much jzk habibatii sweet 💖😘 wly eduu tanan biyyaa galudhaafi ilove you susuu too sin waal arguun fedhaa mee akamitiin sih arkadhaa pls amana naaf himii🙏🍅
@rozaabee195
@rozaabee195 3 года назад
Sudii Bektuu namaa galatomi❤💚❤💯💯💯
@maatiijaalala
@maatiijaalala 3 года назад
Mati nafi tii sany koo
@abdishabaddeessa7481
@abdishabaddeessa7481 3 года назад
Masha Allah Baga ngy dhufte
@ganootube7855
@ganootube7855 3 года назад
Matii nafi tayii
@gemechurobsa232
@gemechurobsa232 3 года назад
Gorsa bayee nama fayyadu jabaadhu, galatoomi!✔️
@munahusen917
@munahusen917 3 года назад
Maasha allaa sadiye sii barbada mee esan si argadha
@mawardina2204
@mawardina2204 3 года назад
Mashaa Allah ❤❤❤❤❤
@mahbubaagaroo4699
@mahbubaagaroo4699 3 года назад
Matii naf ta'i mee sanyii too
@umiibilali3183
@umiibilali3183 3 года назад
Masha Allah tabarakallh jabadhu itti fufii ❤😍🥰😘❣💪
@maatiijaalala
@maatiijaalala 3 года назад
Mati nafi tii sany koo
@mahbubaagaroo4699
@mahbubaagaroo4699 3 года назад
@@maatiijaalala matii naf ta'i mee sanyii too
@mahbubaagaroo4699
@mahbubaagaroo4699 3 года назад
Matii naf ta'i mee sanyii too
@calishwo8235
@calishwo8235 3 года назад
Masha allaha jabadhuu
@HAYYUVINE
@HAYYUVINE 3 года назад
An maati sif ta,een jira Atis koottu wal guddifnaa🙏
@yahyaahmedin2657
@yahyaahmedin2657 3 года назад
I just liked the way she talk
@mahbubaagaroo4699
@mahbubaagaroo4699 3 года назад
Matii naf ta'i mee sanyii too
@ameexgursum3052
@ameexgursum3052 3 года назад
Baga dhufatee
@maryamtube9962
@maryamtube9962 3 года назад
Mashaa alla mashaa alla mashaa alla mashaa alla
@tayibanebi9052
@tayibanebi9052 3 года назад
Dhugaa ketii 💚💚💚
@galmaguddaatube7253
@galmaguddaatube7253 3 года назад
Jabduu teenya An akka kootti Vidio ati hojate guutuuti hordofatiin jira Wahe kubbaniyaa kana Asdira sigaafachuuf bilbila kee barbaadeetiin dhabe fb gubbatille sigaafadheenture bilbila kee kubaniyaa Tians takka irra sigaafachuun fedha amallee Wahee isaa san naaf ibsi Masha Allaah sirra janne haadha teenya
@faaxeeahmed8310
@faaxeeahmed8310 3 года назад
Dhugaatti waan heddu sirraa barataarra galatoomi
@CaalaaBayaan-jc7if
@CaalaaBayaan-jc7if Месяц назад
Jabduu teenya🦾 gorsa kee dhageeffachaa jirra ulfaadhu.
@ramadanmohammud9732
@ramadanmohammud9732 3 года назад
Yeroo anma rakkoon ummata kenna hiyumma keessa akka hin baane godha jiru hojjii of dhiisse siyaasa bulbula olaa.dhimmaa hojii of dhiisani siyaasa bulbulaa oluun rakkoo guddaa fida dhimma kana yaada kanke nuf gumaachi plz.we love so mucha ija hamtu rabbiin siraa haaqabu jzk
@AbduramanMuhammad-bw6jx
@AbduramanMuhammad-bw6jx 3 месяца назад
Obsitu tenya atii dhugaan modela tenya ❤
@ganootube7855
@ganootube7855 3 года назад
Dhhuga ketii ❤
@nasraethyoipi6951
@nasraethyoipi6951 2 года назад
uktii teenya waa hedduu sii baree hedduu galatomi
@oromokushentertainment
@oromokushentertainment 2 года назад
i like it nama jabduu teenya jabaadhuu
@allzaineb4924
@allzaineb4924 3 года назад
Nuuf jabadu bayee seraa egna jzlk Allah kehren
@hordaaculul5304
@hordaaculul5304 3 года назад
Wlh dhalaa qofa odoo hin taane dhiira hundaaf Fakkeenya
@abdulkarimtullu9936
@abdulkarimtullu9936 3 года назад
Hedduu Takka barumsa kee Barnoota kennuuni akkana Dhugaa Nama waa irraa Hubatu waaqni nu Haa taasisu!
@yaatuutubeyt7645
@yaatuutubeyt7645 3 года назад
Galatoomi yaa gaariidha
@jassamjohn8765
@jassamjohn8765 3 года назад
Mashaa allah sabontuu! so proud of you sister🙏👍💓
@HAYYUVINE
@HAYYUVINE 3 года назад
An maati sif ta,een jira Atis koottu wal guddifnaa🙏
@shukuribakar9767
@shukuribakar9767 3 года назад
Baya namati tola wani gari dalaguti jirita jabadhu
@hamdiaali9641
@hamdiaali9641 3 года назад
Aswr wb mashaallah nuf jiradhu heedu sijalaaladha
@khalidjemal3485
@khalidjemal3485 3 года назад
Jabaadhu jajjabeeffamuu qabda afaan oromootiin motivational yaadeetiin ture so argachuif hedduu gammadaaa dha
Далее
Ofitti Amanamummaa Dhabuu 🤔
18:40
Просмотров 30 тыс.
Osoo  waggaa 30 hin guunne maal gochuu qabda !
18:52
Просмотров 29 тыс.
Akkamitti waan yaadde galmaan gahuu dandeessa?
17:59
Finfinnee Keessatti yeroo Jalqabaaf Vlog hojjedhe. 🥰
11:38
Sin fuudha, sittin  heeruma waliin jennee !!!!
15:07
Просмотров 25 тыс.
Guyyaa kee mo'achuu akkamitti dandeessa
16:43
Просмотров 30 тыс.
Haalli kufaatikee milkaa’inakeef murteessaadha
26:45
Сети для самых маленьких
1:11:54
Просмотров 12 тыс.