Тёмный

Deebiifi ibsa Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahmad paarlamaa irratti kennan kutaa 1ffaa. 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 598 тыс.
Просмотров 9 тыс.
50% 1

Deebiifi ibsa Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahmad paarlamaa irratti kennan kutaa 1ffaa.
Waggoottan darban rakkoolee nam-tolcheefi uumamaan akkuma biyyoota kaanii Itiyoophiyaa qorus iidaan dhaalaa biyyattiira ture rakkicha hammeesseera jedhan, Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahmad.
OBN Waxabajjii 27,2016- Kunis ta’ee garuu hojimaata gara garaa fooyyessuufi diriisuun qormaata gara carraatti jijjiiruun milkaa’inni argamuu dubbatan.
Baroota darban liqii daldalaa fudhachuu dhaabuun iidaan Itiyoophiyaarra jiru gara harka 17.5’tti gadi bu’uu eeran.
Maddi misoomaa dhaabbiin qusannaafi galii walitti qabuudha jedhanii kunis daraan cimuu akka qabu himan.
Kuufamni iidaa dhalootatti akka hin dabarreefis baroota darban doolaarri biiliyoona 10 deebifamuu dubbataniiru.
Kanaanis iidaan biyyattiirra jiru gadi bu’aa akka dhufe eeran.
Garaa garummaa Oomishaalee alatti ergamaniif alarraa gara biyyaatti galan kan alaa galu isa caalu xiqqeessuuf , oomishaalee biyya keessaan bakka buusuuf tarkaanfiiwwan sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuufi kanneen biroon xiyyeeffannaan hojjetamaa jira jedhan.
Qaala’insa gatii oomishaalee nyaataa uummatarraa buusuufis oomishaalee gama kanaan alaa galaniif mootummaan deeggarsa birrii biiliyoona 10 taasisuu eeraniiru.
Barana galii birrii biiliyoona 529 walitti qabuuf karoorfamee ji’oota 11’n darban birriin biiliyoona 466 walitti qabamuus eeran.
Gaaffilee misoomaa uummataa deebisuufis qusannaan cimuu qaba, galii waliin dhawuu, daldalli seeraan alaafi kanneen fakkaatan sirnaan irratti hojjechuu barbaachisa jedhan.
Misooma dhangaa guutu cimsuu, qamadii bonaa ganna misoomsuufi hojilee tarkaanfii addaa sadarkaa hundatti cimsuun akka barbaachisu hubachiisan.
Itiyoophiyaan misooma bunaa, qamadii, dammaafi beelladaan Afriikaarraa 1ffaa taate, gama misooma ruuziifi baala shaayeen bal’inaan hojjechuun carraa misoomsuu biyyattiin qabduun gahuuf ciminaan hojjechuun akka barbaachis akeekaniiru.

Развлечения

Опубликовано:

 

3 июл 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 14   
@AmirAbrahim-cu1lr
@AmirAbrahim-cu1lr 3 дня назад
Jaabaadhu hoganaa keenya rabbi sihaa gargaaru
@biyya903
@biyya903 2 дня назад
Jabadhuu Abiyi abfìxa Rabi siagrgau
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 3 дня назад
Abiichuu ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤
@JafareAyoupi
@JafareAyoupi 3 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@tahaessa
@tahaessa 3 дня назад
❤❤❤❤❤
@mararadaba7657
@mararadaba7657 4 дня назад
A technology-based economy is the major solution for problem solving and creating a comfortable lifestyle. So let's talk about technology, particularly artificial intelligence. 💪
@finfinneeorobx
@finfinneeorobx 3 дня назад
Kanin jiraadhu magaala adaamaati Kabajamoo muummicha ministeera keenya abbichuu biraan naaf gahaa Gaazexessitoota OBN dhimmi kun isinis ni ilaallata Muummichi keenya yeroo hedduu irraa deddeebi'ee yeroo haasa'uu argan ture hojii gaarii hajjates ni qaba hanqinnis dhiibbaan dhibbatti jira ummanni keenya dhumaa jiran qe'ee isaan irraa buqqa'aa jiran fknf guyyaa har'a magaala adaamaa keessatti maaltu deema jira ani magaala adaamaa keessaan jiraadha kanaafu gaafiin qabaa gaafiin kiyya gaafii ummata irraa tokkoo kanaaf gaafii kabajamoo muummicha ministeera keenya #Abiy Ahmed Ali# biraan naaf gahaa muummichi keenya yeroo hedduu yeroo haasa'uu #afaan amaaraatiin# maaliif haasa'an #afaan amaara# caasaa afaan koloneeffatoota impaayera itiyoopiyaati maaliif afaan oromootiin hin haasofne afaan Oromoo afaan federaalati miti Dhimma nageenyaa irratis xiyyeeffannoo inni nageenyaaf qabuus jechaan malee gochaan hin agarre mee akka fakkeenyaatti hogganoota fi hayyoota ilaalcha siyaasaa garagara qaban warra jiruufi warra bosonaa jiru hundaa maa ofitti hin dabalee oromoon hammatadha maaf wal hammachuu dadhabdan dhimmi biraa dhimma itiyoophiyaati xiyyeeffannoo inni itiyoopiyaa ittii fufsiisuuf qabuus argan ture garu itiyoophiyaan akka itiyoophiyaatti ittii fufti taanaan sabaaf sablammoota biyyaa kana jaallatanis jibbaanis dirqamaan Oromummaa kana akseepti godhu qaba inni waan Oromoo ta'e qofaaf mitii itiyoopiyaan Oromoo fi Oromiyaan irrati ijaarame waan ta'eef
@maalmochannel4835
@maalmochannel4835 3 дня назад
Yaa soomalinku turjuma
@mayyutube6906
@mayyutube6906 3 дня назад
Sagantaa caayaa san qofaan fedha
@user-gb8fl3qz6o
@user-gb8fl3qz6o 3 дня назад
Kkkkkkkkkkkkkk
@user-gb8fl3qz6o
@user-gb8fl3qz6o 3 дня назад
😅😅😅😅😅😅😮😮😮😮😮😮
@user-gb8fl3qz6o
@user-gb8fl3qz6o 3 дня назад
Kkkkkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
@hodanwarmahaye
@hodanwarmahaye 3 дня назад
He is a dream. He is a big liar. He himself he never ocean in Somalia.
Далее
İranda azərbaycanlı prezident seçilib
00:32
Просмотров 298 тыс.
Все кругом Миланы... 🤣
00:12
Просмотров 264 тыс.
Guddifachaa [ ጉዲፈቻ ] Kutaa 2ffaa
40:03
Просмотров 48 тыс.
OMN Horn Odeessaalee Adoolessa 6, 2024
48:30
Просмотров 17 тыс.
Это жизнь😂инст:sarkison7
0:10
Просмотров 2,2 млн