Waw sharmarke I'm proud of you my oromo great artist of all time I'm finfinnee university student one day I will meet you If God says Jabadhaa magaalaa dirree dhawaa akka isiin artiistoota hin dhabnee kan godhaa jiru isiin qofa Jabadhaa ijoolleen oromoo kan harargee kan magaalaa dirree dhawaa. Long live.
Dhifama garu Dire Wood oromo hararge baka aka hin bune ama naf gale ya oromo khan qabsoytan tokoma oromotifi male gandumafi miti Wan isan hasawan siriti caqasa kheysa wari ani elman harargeti jatan an aka khiyati aka hararguma khiyafi oromuma khiyati baka nan butan walahi dhugan baka iti dhokhote ifi shanyuma gutame qofa walahi garu hedu dhifama isin qequ khiyaf
Eegumsaa laftis injifannoo Immediately 24 hours duty free johar Muhammad guyyaan guuza hojiidha yaadii argii beekii Eegumsaafi Beekumsi Dr ilmaaniif fi Beekumsi duula barnootaa diinnii gurmuu diina meeshaan dugdaa taanee ba'aatayuu harkis qalbiin waraana Eegumsaafi Beekumsi Dr ilmaaniif welcome johar Muhammad ministeera barnoota addunyaafis raajidha to see ethical issues with Dr Dirree wood and college of the chance of caqasii amiin jkl garuu daily Eegumsaafi Beekumsi Dr ilmaaniif goototaa Organization of caqasii hin arginee zinnash siyaasni life forces of listening and written dugdiis Dr garaan waraanaafi ummataaf irkoodha garaan nyaataan bultiif raajidha gurriis waraanaaf dhibeefi Fayyaan Dirree wood and college of the chance of caqasii
Oromon iddo jirtuu marattii shagagii wood filanno jalqaba godhadha malif yoo jenne dargagoni oromo akka aada isaaani guddifatan gareen oboleessa keenya jalataama fi kabajaama kaalifa mahamadiin tuuta afran qallo ijaare shamaran keenya akka ol babahan akka aada teenya iddo maratti ol basani agarsiisan halkani guyya hojeecha wan jiruuf filanno keeysan kan yeero mara shagagii wood yoo gootan heddu isa jajabeysa wan taheef asirati wanti hubatamu qabu abban saganta kana tuuta afran qallo kan gareen shagagii qopheese tahus sababa mucan kun meshale kan akka vedio wan itin kasan kameera garagara wan hin qabneef jecha yeroo bayye obolesi keenya kun oromo tiyya aada tiyya afaan kiyya gudisa jaee mobailan kaasa dirama isinin gaya jira yaa oromo iddo jirtan marati shagagii wood cina dhabadha wan dandeesan hundaan