Тёмный

Dubartii Kiristaana tan aarte Dr. Zakir waliin Waldhabde, Qaxar keessatti || kutaa 2ffaa 

Milkii Boruu
Подписаться 12 тыс.
Просмотров 44 тыс.
50% 1

[ @milkiiboruu ]
Dubartiin kiristaanaa aarte yeroo humnaan mormtu Dr.
Zaakir irratti argamtee, gaaffilee adda addaa kan akka ani jinniwwan baasuu nan danda'a, jesus Waaqa tokkichadha, quuqama guddaan falmite. Hiikkaa muaz abdulfatah || Dr Zakir Naik
🪙 Obboleyyan Islaamaa Chainala Milkii Boruu kana irratti Beekkomsa Dunya fi Aakhiratti isiin milkeeysu salphatti argattan.
👇👇👇👇
📜📜TAFSIIRA QUR’ANAA📜📜
📜📜Da’waa fi Muhadaraa📜📜
📜📜Fatwaalee Ulama’i📜📜
📜📜fii k.k.f📜📜
🎙Subscribe fi Follow xuqaa
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
📡 Facebook.com/MBoruu
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
📡 t.me/MBoruu
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
📡 T.me/ShAsabot1
🟰🟰
Join us
#DrZakirNaik #Quran #Atheist #Islamophobia #Music
#Dance #Quran #Mistakes #SheikhAhmedDeedat #Jesus #Crucifixion #Hell #Catholic #Zakir #Naik #Drzakirnaik
#Fariq #Naik #FariqNaik #FariqZakirNaik #Dr
#Drzakirchannel #Allah #Allaah #God #Muslim #Islam #Islaam #Comparative #Religion #ComparativeReligion #Atheism #Atheist #Christianity #Christian #Hinduism #Hindu #Buddhism #Buddhist #Judaism #Jew #Sikhism
#Sikh #Jainism #Jain #Lecture #Question #Answer #QuestionsandAnswer #Logic #Reason #Science
#Misconception #Misunderstanding #PeaceTV #Dawah #Muhammad #Mohammed #Hadeeth #Hadith #Saheeh #Sahih #Man #Woman #Human #Humanity #Problem #Solution #Rights #Media #War #Peace #Similarities
#Debate #Lecture #Quran #Quraan #A|Quran #AlQuraan #Bible #Veda #Gita #Geeta #Baghwat #Upanishad #Purana #Terrorism #Terrorist # Universal #Brotherhood #Word
#Purpose #Life # Jihad #Jihaad # Jesus #Christ #Jesuschrist #Church #Mosque #Masjid #Perspective #Ask #AskDrZakir
#Seeking #Knowledge #Education #NonMuslim
#Fundamentalist #Fundamentalism #Symposium #Dialogue
#Salaah #Salah #Shariah #Scripture #Ahmed #Deedat #AhmedDeedat #Daee #Missionary #Concept #West #Family #Global #Ramadhaan #Ramadan #Tauheed #Tawheed #Monotheism #Zakaat #Zakat #Zakah #Haji #Saum #Fasting #Makkah #Mecca #Madinah #India
#Malaysia #Ummah #Unity #lmportance #Date
#Isamophobia #Understand #Deen #Fardh #Fard #Haraam #Haram #Sunnah #Mustahab #Waajib #Wajib #Compulsory #Prohibited #Encouraged #Permissible #Permitted
#Prohibited #Sin #Sinful #Heaven #Hell #Hellfire #Jannah

Опубликовано:

 

13 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 29   
@gameoro1974
@gameoro1974 10 месяцев назад
Maasha Allah Allah is one❤❤❤❤
@SabaafHashuuFalmataaHashuu
@SabaafHashuuFalmataaHashuu 6 месяцев назад
Maashaaallah!!
@abdulkadirahmed9628
@abdulkadirahmed9628 Год назад
Wow wow doctor zakir I love all muslims
@muaazabibi
@muaazabibi 9 месяцев назад
Masha halla rabbin jenataa sifhakenu❤❤❤❤
@AbdulkarimTakaste-oz5xp
@AbdulkarimTakaste-oz5xp Год назад
Maasha allah
@bantumuae8404
@bantumuae8404 Год назад
Mashalhaa 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤Mashalhaa ❤❤❤ Mashalhaa 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤Mashalhaa
@faamisham8069
@faamisham8069 Год назад
ماشاءاللہ ماشاءاللہ ماشاءاللہ
@muhammedwebo1408
@muhammedwebo1408 Год назад
allaahuakbar
@temamsultan9279
@temamsultan9279 Год назад
Haay warraa rabbii itii dukkannesee
@HangasaMD-y2i
@HangasaMD-y2i Год назад
M allah
@NebiyuAtomsa
@NebiyuAtomsa 10 месяцев назад
Yaa nimatii isilam
@dahabmohammed1879
@dahabmohammed1879 Год назад
Masha Allah ❤❤❤❤❤❤
@AhmadAliyi-wx5sf
@AhmadAliyi-wx5sf 11 месяцев назад
❤❤❤
@bilisumaahmed777
@bilisumaahmed777 Год назад
mashaAllah bareeda dha garuu yogguu translate gootan Afaan amaaraa itti hin makinaa Afaan oromoo Afaan guutuudha
@xalahasaid-ro1zz
@xalahasaid-ro1zz Год назад
Maashaa Allah
@Fedilaumer-r9n
@Fedilaumer-r9n Год назад
Maashaa allh❤ Maashaa allh❤
@halimaabdusebur1725
@halimaabdusebur1725 Год назад
Mashaa allah❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SabboontuuHintalaaWallaaga
@SabboontuuHintalaaWallaaga 3 месяца назад
Seexaani seexaani basuu hin dandaahuu dhifaama
@amaneamalo3036
@amaneamalo3036 Год назад
Dhaloota dhamaasuuf wolitti qabee sobee namni yoo gaafatu afaanitti qaba seexanni isaa haa fagaatu Karaa isaatiin deebi'ee dhaloota si'ooli ykn asabatti ofuu barbaada worri dubbbiin gooftaa isaaf gale kanaan sobamuu dhisi shakuu hin jedhu Jaallattanii jibbitanii yesuusitti Amantan malee jireenya hin qabdan sagalee waaqayyootu dubata Karaan, dhugaan, jireenyi iyyesuus isaan yoo ta'e malee eenyullee gara Abbaa hin dhaquu kanaaf osoo yeroo qabdan yesuusitti amanaa hin sobamunaa😢😢
@degagakenasa7282
@degagakenasa7282 Год назад
Haasawa Dr. Zakir. Kana hedduu. Dhageefadheera. Nama baay'ee Wangeela jal'isee dubbatuudha. Dhugaan jiru kan dura bu'e. Wangeela malee Qur'aanna miti. Inttalli dhugaa dubbatte. Dr. Zakir. Haasaa danda'a malee hubannaa hin qabu.
@milkiiboruu
@milkiiboruu Год назад
Obbo Degaga Dr.Zaakir wangeela dura Qur’aanaatu bu’e hin janne. Mee Akka dogongoraan murtii hin khannineef video khana irra deebi’uun Ilaalaa. Akkuma wangeela dura kitaabni bu’etti wangeela boodaas kitaabni Qur’aana Ja’amu Bu’e. Kitaabni khun khan irratti bu’e Nabi Muhammad (Ergamaa Rahmataa) irratti uggaa tahu Akka Nabi Iisaa (iyyasuus) Jaalannuu fi akka ergamaa Rabbii tahe dubbata. Kitaaba Qur’aana Ja’amu khanaas khan Afaan Oromootiin hiikkame ni jiraa gadfageenyaan dubbisuu dandeessa. Akka Rabbiin Kharaa haqaarra si khaayu Siif hawwina.
@degagakenasa7282
@degagakenasa7282 Год назад
@@milkiiboruu Akkas Waangeela keessaatti waa'een raajij Mohammed waanti Caafame hin jiru. Inni garuu jira jedha. Kitaaba tokko fudhatama argachiisuuf kitaaba kaan Miciiranii barsiisu. Fakkeenyaaf Mucaan ati dhalchitu Yaada gaarii ati qabduufitti walii galee hin jiraatu yoo ta'e Mormaa kee ta'a. Raajiin Mohaammad Raajii jalqaba nama Faallaa Yesuus jiraachaa tureedha. Dr. Zakiris nama Wangeela jallisee namoota hubachiisuuf hojiirra jiruudha. Yoo yaada kana biraan ga'uu dandeesseef. Qur'aanni kitaaba dhugaa yoo ta'eef Wangeela jallisanii barsiisuun hin barbaachisu ture. Kan jedhu biraan naaf ga'i.
@oromotiiarsii9115
@oromotiiarsii9115 Год назад
Eee miskinaa wly😂 Allmadulillaah Alaa nimatil Islaam❤
@sabontu3936
@sabontu3936 Год назад
😂😂😂😂 Anis jini basa maqa iysus azubilla l love musilama Alahmdulillah❤❤
@UmerMahamed-j7u
@UmerMahamed-j7u Год назад
@SabboontuuHintalaaWallaaga
@SabboontuuHintalaaWallaaga 3 месяца назад
duubbaartiin tti cimmttuudha
@Gemechu_7
@Gemechu_7 Год назад
mucayyoo qaxalee, jecha keetiin adda baasu dandeessa ? gaaffii ishee ture garuu hin deebifne. osoo nama beeku ta'e takka lakkii ykn immoo eeyyeen jedha ture.
@kadejatijjani835
@kadejatijjani835 Год назад
Africa's leady there are crazy 🤪 😜
@amaneamalo3036
@amaneamalo3036 Год назад
Dhaloota dhamaasuuf wolitti qabee sobee namni yoo gaafatu afaanitti qaba seexanni isaa haa fagaatu Karaa isaatiin deebi'ee dhaloota si'ooli ykn asabatti ofuu barbaada worri dubbbiin gooftaa isaaf gale kanaan sobamuu dhisi shakuu hin jedhu Jaallattanii jibbitanii yesuusitti Amantan malee jireenya hin qabdan sagalee waaqayyootu dubata Karaan, dhugaan, jireenyi iyyesuus isaan yoo ta'e malee eenyullee gara Abbaa hin dhaquu kanaaf osoo yeroo qabdan yesuusitti amanaa hin sobamunaa😢😢
Далее
КУШАТЬ ХОЧЕШЬ? #дистори
00:15
Просмотров 223 тыс.
这到底是怎么做到的 #路飞#海贼王
00:10
Просмотров 4,2 млн
КУШАТЬ ХОЧЕШЬ? #дистори
00:15
Просмотров 223 тыс.