Yeroo asirraa bahaani Afaan banan San kan hin senee😂😂😂 Dunya itti muddii jabduu too gadii hin lakkisin dhukee irraa kasii booda motummaati keenii D❤❤❤❤❤❤A❤❤❤A❤❤❤❤
Duniyaa rabbi jedhi comanti dubisi gurbaan sun maqaan isa calaa miti you tube ni qaba jala senii laili nama heduutu bekka maqaan isa Sesfudin Ahmad yadoo sabatin siriti wal bekani in shallh ni qabda qabi mujirima dalacha ❤💯💯
Wlh umani kun piranki ykn mudi nura qabachu jiran wlh hin gowomina video tana keysatu isinif gala yeroo teysan hingubina jara kana jalati filmi nura dalagu jiran wlh hinsobomina please ilman oromo like fi subscribe gudi fachuf deman hugu urjin dhabadhu dhabadhu hinshaqalin jetun hin agartanii sa kofla isaanitis wlh isinuma gara nanyate ani 😢😢😢 garuu hin sobomina please hawasa kenya 😢😢😢😢🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏