Тёмный

Eebba Khitaaba KHULLEESSA Nageellee Booranaa 

Qayee Teenna Promotion and Photography
Подписаться 613
Просмотров 324
50% 1

Eebba Khitaaba #Khulleessa_Nageellee_Booranaa
Nageellee Booranaa lafa mataa lafaa, lafa lafaan tissan jedha, ta lafee gootaatiin jaaramtee. Lafa Salleessa Jaloo, lafa Boruu Dinnee, lafa Godaanaa Tunii, lafa Haroo Duuba, lafa Nuuraa Diidaa fa.
Barreessaan khitaaba khanaa Engineer Halkhee Dabbbasoo Khulee, seenaa lafaafi lafee gama Liiban dhaloota dhufuuf lafa khaahuuf khitaaba khana akka qore dubbata. Akka ragaatti jaarrootafi jiraattoota lafaa akka dubbiseefi afoola akka akkaa kha akka sirba loonii, sirba reefi kha dhibiillee akka fayyadame dubbata. Khitaaba khana qoree fixuuf jiha 6 qofa narraa fudhatee jedha.
Khitaabii khuni gaafa 26/12/2021 Dira Guddaa Yaaballootti fulaa gumiin muummee hin qabne dhuftetti eebbifamee jira. Khitaaba Khulleessaa bitachuun ergaa isaa nama diqqaafi guddaatti, jaarsaafi jaartiitti, kha barateefi hin baratinitti, kha dhalatee lafa jiruufi ilma gudeedaalleetti akka khulliftani maqaa Qayee Teennaatiin isan gaafanna. Horaa Bulaa, Deebanaa.
Qayee Teenna daawwaddhaa! Qayeen Teenna, qayaa nagayaati.
26/12/2021
Yaaballo/Boorana

Опубликовано:

 

16 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 2   
@el-mtu
@el-mtu 2 года назад
Waan akkana dansaa
@lokoshoba741
@lokoshoba741 2 года назад
Nuf jiradha🙏🙏🙏
Далее
ДОМИК ДЛЯ БЕРЕМЕННОЙ БЕЛКИ #cat
00:38
OMN ODUU  FULBAANA 17, 2024
17:03
Просмотров 2,7 тыс.