Тёмный

EGEREE COMEDY: BASHKADAA EPISODE 2 - BUCHOO 

EGEREE MEDIA
Подписаться 236 тыс.
Просмотров 239 тыс.
50% 1

ONLY ON EGEREE MEDIA
Egeree Media is an Oromo Media dedicated in supporting and introducing New Oromo Comedians, creators and Gospel singers by financially supporting the production. Videos uploaded on this media solely belongs to Egeree Media. Re-uploading any of the medias creations and content is prohibited!
Follow us on:
Facebook(Gaaddisa Oromiyaa)
/ egereemedia
Telegram channel
t.me/EgereeMed...
Telegram group
t.me/EgereeNew...

Опубликовано:

 

9 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 547   
@Nafii7024
@Nafii7024 Год назад
Waronni akka koti itti gamadan qofti like godhu hin dagatina
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Год назад
Maatii naafiis ta ii qomoo koo waan ofii
@dammeebiraanudagafaa8463
@dammeebiraanudagafaa8463 Год назад
Bayee garidhaa ❤❤❤ garuu dhugaa goftaa isaa jetuu dhisii lafaa qaldiitii in wamamuu goftaa❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko kotu
@beletedabeta6999
@beletedabeta6999 Год назад
Hojii kee bareeda dha garuu maqaa goofta utuu hin waamtu taa'ee bayye gaari natti fakkata ❤
@gallanigallani6065
@gallanigallani6065 Год назад
Dhugaa jeetee ebifamaai
@elshaadayi125
@elshaadayi125 Год назад
Dhugaadha maqaa goftaa edo qalditi wamuun sirri mitti
@Cool-yb3ux
@Cool-yb3ux Год назад
Maqaa gooftaatti qoosaa jirti miti, waan hawaasicha keessa jiru reflcet gochaa jirti malee maqaa gooftaati qoosaa jirti miti sometimes be open minded☺️
@alimaadam1368
@alimaadam1368 Год назад
Enyuu wantii ree?
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 Год назад
😂😂😂😂❤reefuu oromoo keessaa comdi jabdu batte dhugaa film afan amarifa jibbe baqqaa jabadhu bareduu koo 😂😂😂😂😂😂😂❤❤kolfe duhee ani 🤣 😂
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Год назад
Maatii naafiis ta ii kaa qomoo koo
@ameralmukhaini9104
@ameralmukhaini9104 Год назад
Jabaadhu hojii gaariidha my oromoo people ❤❤❤❤❤❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko
@seenaa2065
@seenaa2065 Год назад
❤❤❤❤😂😂😂😂😅😅jabadhuu sii jaajaabeesinaa hadhaa bashkadaa
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko kotu
@kiyuu7138
@kiyuu7138 Год назад
❤❤❤❤❤❤ Tokiti kumaa calitu❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko kotu adara
@eyasudemise7
@eyasudemise7 Год назад
Jabaadhu Bareedduu keenyaa. Yoo siif danda'ame jecha miidhagaa jaalalaan badhaadhe fayyadami. Continue.....❤
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
@fatimaoro980
@fatimaoro980 Год назад
Jabadhuu ittii fufuiii❤❤❤❤❤❤❤❤
@hawwiijaalmarroo634
@hawwiijaalmarroo634 Год назад
Jartii bashqadaa jabaadhu🥰😂😂😂
@emiratessharjah5845
@emiratessharjah5845 Год назад
Ijolle leeqaa ko jaladha naa jedhin ❤❤
@kiyyaahassan7139
@kiyyaahassan7139 Год назад
Naqamtee koo yeroo waamtu afaan kee akka dammaa mi'ooftii ❤ jabaadhu❤
@Wankooshow
@Wankooshow Год назад
Dansaadha. Continue more language...... Jajjabaadha.
@easternemera3955
@easternemera3955 Год назад
Wow komedi bayyee namati toludha jabadhu❤️
@roziroozi7499
@roziroozi7499 Год назад
Muca Naqe muca biyya koooo ❤
@GGU900
@GGU900 Год назад
Caalatti cimuuf gargaarsa ishee barbaachiisa aartii Oromoo guddisuu keessatti gahee bahaachuu ni dandeessi jabaadhu qaxalee🥰🥰🙏🙏🙏
@caltushuma2309
@caltushuma2309 Год назад
jabadhuu itii fufii garuu maqaa iyesusi hutuu itii dabaluu batee garidhaa ❤❤❤❤
@lulu-lu9kr
@lulu-lu9kr Год назад
shibiree my best keep going u can🥰🥰
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Год назад
Maatii naafiis ta ii
@ebisaolana3691
@ebisaolana3691 Год назад
commedy kana baayyeen jaalladhe! Jabaadhu korme!! Yaada xiqqoo ani siif kennuu barbaadutu jira. Arrabsoo safuu Oromoo cabsan kan akka "maaloo haadhake" , "haadha raaw" otuu gargaaramuu baattee gaariidha. Ani ofiikootii kana dhaga'uun nasuukanneessa. Audience kee ballaa sababii ta'eef otuu eeggannaa gootee gaariidha. keessumaa ijoollee xixiqqaan tiktok irraa kana dhaga'aa guddannaan gaarii hin ta'u. Jabaadhu!
@derartudebeloo9791
@derartudebeloo9791 Год назад
Bashkadaa baay'ee namati toltii like sher❤❤❤❤❤❤
@lalinegaso5849
@lalinegaso5849 Год назад
❤❤❤❤❤ bayee nama kofalichisa. garu. Maqa. gofita. udu jechu bate. Shibirer
@sofisofi607
@sofisofi607 Год назад
Dandetti adda qabdi mucaan kun jajjabeessani Oromoo ko ❤💚❤️
@lidiashiferaw-eg9jm
@lidiashiferaw-eg9jm Год назад
Mayni ijolleen Naqamtenimoo buchoo namaan jedhu akkan ijoollee qabu hinbeekaniy, hocii 😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂❤
@girmishshow430
@girmishshow430 Год назад
WOW AMEAZING
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii ❤💞
@ebisadasalegn4472
@ebisadasalegn4472 Год назад
Amazing talent cont..we support u..do the best GOD do the rest
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
@madinataju7355
@madinataju7355 Год назад
😅😅😅😅uufee ijoolleen wallaggaa koo ❤❤❤❤
@bulchatemesgen7601
@bulchatemesgen7601 Год назад
Wow amazing keep it up 😍😍😍
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Год назад
Maatii naafiis ta ii kaa qomoo koo
@diboraalamayohu4923
@diboraalamayohu4923 Год назад
❤❤❤ jabadhu bardu koo ufeee dhuga dhabini koo iti irfadhe kan argini ❤
@abduabdu2182
@abduabdu2182 Год назад
❤😂 itti fufii jabadhuu bay'ee namati tolaa
@seenaamuccaatawahido8513
@seenaamuccaatawahido8513 Год назад
Bashkada kana jaladhee anii siratii addee shibiree 😅😅😅😅😅😅
@Senna1373
@Senna1373 Год назад
Jabduu koo nuuf jiradhuu qalii kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko
@chaltoathybia1055
@chaltoathybia1055 Год назад
Qursihii bunaa jiruu kaa😂❤
@burtukandemisu6940
@burtukandemisu6940 Год назад
Baashakada 😂😂😂😂🥰🥰jaabadhu sanyaa tiiya ❤❤❤❤❤
@habibamudiin3459
@habibamudiin3459 Год назад
Takkaa eregaan dhaladhee Akkaas kolofee hin bekuu 😁🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 jabadhuu Lubbuu koo ba.e namaat tollaa Anis Naqamtee dhaa Gafaan biyyaa gaallee sii Araguun qabaa bareduu koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hawigirma3658
@hawigirma3658 Год назад
Baye garidha itti fufa garu jecha hunduma afan oromodha godha amarifa kessa hin makina...fakenyaf "shibire"....maqa afan oromo godha....gidutti gafa hasoftan hunduma isa afan oromo godha....❤❤❤❤❤
@desalegnbulti6667
@desalegnbulti6667 Год назад
Jabaadhu dhugaa namatti tolta Aadaa fi Afaan Keenya beeksisaa jirta. Saasiggi jaalala malee jibba hinbeeku Irra caalaa sirraa eegna
@abababiranu
@abababiranu Год назад
🤔🤔🤔 Saassiggi biyaa dhironii isaan lola jallatan miti
@bontuusalalee1144
@bontuusalalee1144 Год назад
Bayee jalaaladha mucaayoo tana sagalee ishiillee namati tola iitti fuufii
@calagirma512
@calagirma512 Год назад
Wow baayyee gaariidha maqaa Gooftaan Isa dhooftu dhiisi
@madinataju7355
@madinataju7355 Год назад
Moyeen hangumaa bashkaadha gudaatam 😅😅😅😅😅❤ love it 😀
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko kotu
@shagekalifa5189
@shagekalifa5189 Год назад
😂😂😂
@yerusjabesa8400
@yerusjabesa8400 Год назад
Bucho crazy😂😂❤❤so fane strong 👍👍😂😘🤩
@hanaebi1685
@hanaebi1685 Год назад
❤❤❤❤❤❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko kotu
@GutemaBulti-vi1xd
@GutemaBulti-vi1xd Год назад
Hojiin atti hojeecha jirtuu heduu nama gamaachisa jabaadhu garuu waanta atti fuyyeesu qabduu jechoota irraa deedebin fayyadamtu kaneen akka sooqa,ochii iddoo hundaatti waan fayyadamtuuf jechoota biran bakka busuu yaalii
@bekikjara3265
@bekikjara3265 Год назад
Wow bareedukoo jabaadhu♥️💚
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time
@almazgelata86
@almazgelata86 Год назад
Jabaadhu bayee baredaa 😁😁😁👈
@seenaakiyyaa4781
@seenaakiyyaa4781 Год назад
jaabadhuu boruu bakaa gudaa gessaa BUCHOO BASHIKKADA😘❤❤
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Год назад
Maatii naafiis ta ii kaa qomoo koo
@SisiBakala-dy6uu
@SisiBakala-dy6uu Год назад
Woww jabadhu❤
@shaltoonaser3220
@shaltoonaser3220 Год назад
Kkkkk mali mooyyeen bunaa hamanaa gahu❤❤❤❤
@xayibaxayiba1216
@xayibaxayiba1216 Год назад
Dhisii moyeeni bardu kkkk
@RashaadTube
@RashaadTube Год назад
Kk😂 mataan isa Mata Booyye fakkata 😂😂😂
@fatihajimmasanyiihaacaluu1872
Qaxalee koo 😁❤️
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko kotu
@salihahamza9761
@salihahamza9761 Год назад
Akkan itti sijaalladhu worra bashkadaa❤❤❤❤dhugaa namatti tolta
@bikilageremew
@bikilageremew Год назад
baashakadaa kkkkkkkkkk keep it up continue
@hshydhud9864
@hshydhud9864 Год назад
Baredu woyi jabadhi rabbin sii haa gargaru ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@haqaaf
@haqaaf Год назад
Jabaadhaa. Hojii boonsaadha.
@mitikuemana
@mitikuemana Год назад
Dhugaa rabbii hojii bareeda jabadhu
@binihope3937
@binihope3937 Год назад
Bashkadee wel come
@beletedabeta6999
@beletedabeta6999 Год назад
Beautiful 😍
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Год назад
Maatii naafiis ta ii qomoo koo waan ofii
@easternemera3955
@easternemera3955 Год назад
Hhhh. Naqamtee biyyakoo na yadachifitee maloo❤️❤️❤️
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii ❤
@kenenibekele4460
@kenenibekele4460 Год назад
Jabaadhuu kootuu mee gara gujiileen
@janattesfaye2730
@janattesfaye2730 Год назад
Wow wow wow 😂😂 jabadhuu hadhoo koo❤❤😊
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
@xhxhhxh4760
@xhxhhxh4760 Год назад
woyyo kolfan mucuq 😂😂😂😂😂😂hojii kee nyaadhu shibirree
@Siinboonbedada
@Siinboonbedada Год назад
Jabadhuu oromoo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@aniianumaa9717
@aniianumaa9717 Год назад
jabadhuu nii dandeessaa ❤❤❤
@bezawitworku2321
@bezawitworku2321 Год назад
moyyeen maal itti gayyaa😂😂 cimtuudha attii jabbadhuu qaaliittoo
@masiioro1859
@masiioro1859 Год назад
😂😂jabdu koo laftis Kenya ♥️
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Год назад
Maatii naafiis ta ii kaa qomoo koo
@genetdigafe6
@genetdigafe6 Год назад
Jabadhuu kodee ❤😂😂😂bayee namaa gamachiisa
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko
@genetdigafe6
@genetdigafe6 Год назад
@@obsaadugna3364 tolee
@ababatsgaye2759
@ababatsgaye2759 Год назад
Jabadhuu dhugaa wowowo ❤❤
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Год назад
Maatii naafiis ta ii kaa
@atsedeakalu6610
@atsedeakalu6610 Год назад
You are so smart & funny. But,instead of using bad words, use loving words. ❤️
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko kotu
@ijarsaahamiileedhalootatub6175
Dhugaa anilee jechoota tokko tokko osoo fayyadamu dhiifteen jedha
@Werkinehjifara
@Werkinehjifara Год назад
Akkaa kiyyaattii comedy waan ta'eef yoo fayyadamtee rakkoo hin qabuu
@shimelisadula6124
@shimelisadula6124 Год назад
​bboLlllllllllllllllllllllllllllll😂😂,p,
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko
@zinashjifara1392
@zinashjifara1392 Год назад
Dhumnee maloo😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤ itti fufaa
@motiking9463
@motiking9463 Год назад
Tokkofadhaa wantaa ittiin jedhaan hin qabuu jabadhaa
@meskeremtujiba9327
@meskeremtujiba9327 Год назад
Akkam namati tola dhugaa jabadha
@anileyfirew7423
@anileyfirew7423 Год назад
Haasaa Wallaggaa bahaa kana ergaan dhagahee wagga 10 naa darbe maloo nuf jabadhuu. Bashakadaa kanaa yoom nu dhiheessita
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii ❤
@iloveyoumama9407
@iloveyoumama9407 Год назад
😂😂wayi bashkada
@naoltaye9066
@naoltaye9066 Год назад
bayyee namatti tola🥰😍🤩
@obseobse4517
@obseobse4517 Год назад
Bayee nama tolaa jabadhuu😂😂😂
@dasialemu6009
@dasialemu6009 Год назад
Bareedu keenya jabaadhu
@FayyinaaAfuraanbarbadaa6480
🤣🤣🤣🤣Ittumaa fufii jajabee teenyaaa👏👏👏👏👍👍
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii ❤
@urjiiamboo5417
@urjiiamboo5417 Год назад
Dhugaa ketuma ijoleen garuu 🎉❤❤❤❤❤❤ rabii siifii hagudiisuu
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Год назад
Maatii naafiis ta ii kaa qomoo koo
@jalenegurmu5511
@jalenegurmu5511 Год назад
Maqaa waqayyo gooftaa kee allasumaan hin dhayinkaa shibirre hojiin kee baayyee namatti tola Wow hadha warraa bashkadaa
@Tgisti
@Tgisti Год назад
Wawwwwwwwww bayyee bareddaa dhugaa rabbi ❤❤❤❤
@mattyrgtube7069
@mattyrgtube7069 Год назад
Jabadhuu Lubbuu
@tydg9853
@tydg9853 Год назад
Uuffeekaa haadhookoo waaqa dadhabbi gola madaami fataa goote na dagachiste nuuf jiraadhu niitii bashkadaa 😂😂😂
@pincode2821
@pincode2821 Год назад
Bashkadaa nuu fidii😂😂😂😂😂
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko kotu
@anisif6138
@anisif6138 Год назад
Wayi Carraa Bashkada Sababni Uffata Adii bashkada Kophaatti Hambise😅
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Год назад
Maatii naafiis ta ii kaa qomoo koo
@Glory_to_Glory12
@Glory_to_Glory12 Год назад
Artii bareedaa dubartii jabduu !! Aadaa jirruudha baay'ee nama bashannansiisaa, erga jabaa of keessaa qaba abbaa hubateef. Gubataa marqaa hubataatuu argaa jedha Oromoon
@forg647
@forg647 Год назад
Hocii😅❤ bay'e sin jaladha
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko kotu adara
@tadelechmulunehmuluneh7080
@tadelechmulunehmuluneh7080 Год назад
Garaa koo 🤣🤣🤣🤣🤣 bucho buchoo 😅😅😅😅
@bifitubalina8596
@bifitubalina8596 Год назад
Wayyoo bagaa nuuf dhufaateem 😂😂😂😂
@biiftuyasus9687
@biiftuyasus9687 Год назад
Ilike you jechota hooccii😮😅😅😅😅
@burtearsi6759
@burtearsi6759 Год назад
❤❤jabadhuu shibirree😂😂 hadhaa mana bashakdaa 😅😅
@hirqheetasafayeetasafayee4181
Jabadhuu qaxalee kenyaa ojii kee namaa kofalachisaa imamaa nuu tatee 😂😂😂❤❤❤
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii ❤
@alemmimi9275
@alemmimi9275 Год назад
WOW ittii Fufii🔥💖💖👍👍
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Год назад
Maatii naafiis ta ii kaa qomoo koo
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko
@raajiigaammachuu5118
@raajiigaammachuu5118 Год назад
Wayii shibirree nu fixxem barana😄😄
@nkoogoftako851
@nkoogoftako851 Год назад
Jabaadhuu boyaartii baarreddaa galatomii 🎉🎉🎉🎉🎉🎉😂😂😂❤❤❤
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Год назад
Maatii naafiis ta ii kaa qomoo koo
@urjiiamboo5417
@urjiiamboo5417 Год назад
Kkkkkkkkk yaa hojii kee kanaa. Kolfan nufixee
@abdifeyissa1415
@abdifeyissa1415 Год назад
Hayyee Egeree media akkam jirtuu? Waa'ee Bashkadaa eoidode baayyee hojjeechuun ni danda'aama. Amma garuu akkaa shibirreen qerfamaa jiruuttii fagoo hin gahuu. Namaa bohaarsuu fi barsiisuu isaa caalaa rakkoo akkaa uumaa adeemutuu nattii mul'aata. Maaliif yoo nan jettee diramaa warraa baadiyyaa warrii Amharaas tahee Tigireen hawwaasiichaa tuffaachuun jiruu jireenyaa isaanii xiqqeessa hin haasa'aan. Isaan biraattii namumaa baadiyyaa sana tahuun akka sabboonuummaa fi kuraatittii ilaalu, darbees saboota biraayyuu aadiichii bareedaa fi gaarii akka taheetti agarsiifatu . Shibirreen garuu uummaata oromoo warraa teessumaa lafaan Dhidheessa gadii jiraataniin "WARRAA GARAA GADII ykn GOODAA " jechuun busheessuuf yaaltii..ykn immoo loqodaa gowwaa fi namaa arraabsuun aadaa naanniichaa fakkeessuun ittii qoosaa jirti. Yeroof namaa kolfiisiisaa takkaa turraan kokkee wal qabuu dhufuuf. Kanaaf yaadi koo isaan calliistee xaxxaaxooftuu dhiisaati jalqabaa gadii tahaati diraamichaa yaada isaa irraatti marii godhaa. Akkamiin yoo dhiyaate hawwaasa keenya barsiisaa jedha. Malee nuun arraabsiinaa isiin gahaati. Waa'ee jiruu fi jireenyaa namoota baadiyaa ethiopia keessa jiraatani ilaalle baayyeen isaa wal fakkaataadha. Malee tokkoo baayyee beeka kaanii immoo Hoolaadha jechuu miti. Kanaaf dhabbaadha ittii yaada. Pls Shibirree beekaamuuf jettee seenaa gurraachaa nurraatti hin hojjeetiin, amma isaa atii akkas godhaattuu irraa namnii maal baraata? Dubartooti warrii akka kee kanaa godhaattuu, dhugaan isaa warraa hawwaasa keessattii namuusa hin qabnee ykn rakkoo fayyaa mataa qabaantu akkas taha, darbees immoo warraa Araqee dhugaantu akkasittii maraata! Malee waan uummaata sanaa keessa hin jirree gadii fiddee maqaa hin balleessiin sii gahaati. Egeree media pls don't support this Mad girl and delete all the videos she did it. Nurraa kaasaa 🙏🙏
@kindebuli3098
@kindebuli3098 Год назад
Amazing and socio politics asset to our community
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
@sabontuuoromoo7289
@sabontuuoromoo7289 Год назад
Jabaadhuu bareduu koo ❤❤❤❤❤♥️😘🌹🥰🥰🥰🥰😁😁😁😁😁
@uaepp5993
@uaepp5993 Год назад
Wowowo jabadhuu barredu oromo
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💞
@derarturegasa4405
@derarturegasa4405 Год назад
Jabadhuu gaaruu namaa hin arabsiin
@abababiranu
@abababiranu Год назад
😅😅😅 fashion isaa hafeera
@somiasomia5517
@somiasomia5517 Год назад
You made my day tnx a lot garuu jechoota bada tokko tokko fayyadamuu dhiisi adaraa 🙏🤣😂❤️
@temesgenregassa
@temesgenregassa Год назад
Wow! Baay'ee namatti tola. Jabaadhu.
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii ❤
@abababiranu
@abababiranu Год назад
Bareeduu Intala warraa Leeqaa hojiinkee gaariidha garuu isaa goftaan kakatuu irraa of qusaadhuu
@soorettiitube7834
@soorettiitube7834 Год назад
this really well talented and funny comedy. keep up on it.🤣🤣🤣🤣
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii❤❤❤
Далее
EGEREE COMEDY: BASHKADAA EPISODE 3 - NA SOQA
16:02
Просмотров 143 тыс.
Men Vs Women Survive The Wilderness For $500,000
31:48
ДОКАЗАЛ ЧТО НЕ КАБЛУК #shorts
00:30
Просмотров 933 тыс.
Haadha Ogummaa danuu Shiibirree/ Bashkadaa
8:34
Просмотров 60 тыс.
MARKOS GAROMA | QOTI QOTI BOOLLA | EGEREE MEDIA
6:44
JALA FIIGDUU  BASHKADAA EPISODE 28 - SHIIBIRREE TUBE
17:33