Тёмный

ELAA Gajo Tilahun New Music Video 2024 

Gajo Tilahun
Подписаться 31 тыс.
Просмотров 132 тыс.
50% 1

This Video is My 2nd music Video. Please Subscribe My RU-vid channel.
#ELAA #Gajo Tilahun
Elaamee Elaa Yaa Tokkeekoo Ilaa X2
Elaamee Elaa Yaa Bareedduu Elaa X2
Hidditee Footewoo
Gaabii Dhawuufoo
Dhaabii Na Fuutee
Yaa Haadha Ruufoo
Anoo Miidhamee
Dugda Na Koobaa
An si hin hankaakuu
Dukkana roobaa
AbuubbiiX2 Liixarraa dhufu
Keessisaa X2 Liilana qaba
Suut-SuutaanX2 Na wallaanii
Keessikoo Dugdikoo miidhama qaba
Gidda buuna X2
Gimbii Buuti keenya hin oolu
Nu wal fuuna X2
Nu wal fuuti keenya hin oolu
Abbaan Morkee Jaarsi hin Duulu
Yoo Duules Gaacha baata
Afaan shaggee Jaarsi hin xuuxu
Yoo xuuxes Jaatama baasa
LULEE koo maal Siif ta’uuree X2
As dhaapheen Gamatti ilaalee .LULEEKO
Gaangoon Kan Bantii Magaala
Obsannee dhokfannee dhiisnee
Dubbiin Kan Rabbiitu Caalaa
Yaa Ciciisa Baar-Gamaayee
Suutumaan tarkaanfatuumii
Yoo Itti Dhiisan maal Qabaayee
Darbanii barbaaddatuumii .. LULEEKOO
Garaan Aarii qaba X2
Nan Oobse Malee
Silas Obsuun qaba X2
Nan Obsa Ammallee
Yaa Kolaasaa Mandarii
Daaraa Gubduu masqalaa
Maal Qoraanfaa Hin dhaqxanii
Dhaamaa Bultuu Galgalaa
Siree Waayyuu Isa Gibee
Dalasaan kan Coommanii
Dhaqee waamuuf na dhibee
Dhala Ormaa in Abboomaniiree ?????
Biddeen Eda Nyaannee Qullubbii qabaare?
Isintoo Nu waamee Kun dubbii qabaaree?
Biddeen Eda nyaannee Qullubbii maal qaba?
Nutisoo Hin Beelofnee Kun Dubbii maal qaba!!!!!!!!!
Egaa Gigimmiserawoo. X2
Roobuunsaa Way afaaree? X2
Egaa Gigimmiseetii X2
Roobeewoo Amma Argitaaree X2
Fardikee Guulee …… ELAA
Kokor Gamattii……….ELAA
Nullee Hin Dagannee ….ELAA
Seenaa Barittii………ELAA
Elaamee X2 Kottu Akka taanuu
ElaameeX2 gargar Hin baanu
Elaamee X2 kottu Akka taanuu
Elaamee X2 gargar hin baanuuu…
LULEE koo Maal Siif ta’uuree X2
Aannan Qabee Mana duubaa
Waan dhangalaasen wallalee
Akka Sareen Lafa suufa
Waan na Maraachen wallalee
Ija Goosuu Facaafannaan
Biqilee Baddeessaa ta’ee
Maal Taate? naan Jedha Namni
Isan Jaalalaan Raata’e
Garaan Aarii qaba X2
Nan Oobse Malee
Silas Obsuun qaba X2
Nan Obsa Ammallee
#Oromomusic #barrikooEntertainment #ELAA #GajooXilaahun #Ilaa #newmusic #world #Ethiop #oromo ##Hambaa #Walee #motesastudio #EBS #obs #gajotilahun
#fardikee #Lulee #Gidda #Giddabuuna #lule #Helaa #Shaggee #giddaBuuna #Jidda #Elaamee #Abuubbii #Art #aart #africa #afrobeat #Ethiopianmusic #nigeria #Wallaggaa #aartii #Walee #HAMBAA #music #housemusic #Disco #Enternational #enternationalmusic #irreechaa #ElaaElaa #gajo

Опубликовано:

 

22 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 1,3 тыс.   
@Isaaqzeenuu
@Isaaqzeenuu 3 дня назад
Nama waaqni waan hunda kenneef. Gajookoo baga milkoofte. Hojii ajaa'ibaati.
@AmanTilahun-vc1zw
@AmanTilahun-vc1zw 2 дня назад
❤❤❤❤
@eyyuboro2753
@eyyuboro2753 2 дня назад
𝐈𝐬𝐚𝐪𝐢𝐭𝐢𝐢 𝐡𝐢𝐣𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐲𝐞𝐞 𝐠𝐚𝐫𝐢𝐝𝐡𝐚
@SadiyaAhamad
@SadiyaAhamad 2 часа назад
dhuga mucan kunii bayee natii tola
@SadiyaAhamad
@SadiyaAhamad 2 часа назад
muca kena wah waqnii kenefe tolchee ira watka hanbifanee❤❤❤
@JiregnaT.garoma
@JiregnaT.garoma 2 дня назад
Qaxalee dhiira ajaa'iba dhugaa bga milkoofte asumaan ❤️❤️❤️
@GemechisYigezu
@GemechisYigezu 2 дня назад
Galgaala kanaa 1M galchuudhaf namni hunduu Sheer godha oromoo ❤
@sabaanboontuu3939
@sabaanboontuu3939 2 дня назад
Gajoo sagaleen kiilolee baga nagaan nuuf dhufte❤🎉
@shiayakaaku6910
@shiayakaaku6910 2 дня назад
wallaaggichaa koo kana raabbii hunduni baadhase oromoofi oromiyafi badhase nuuf jiradhu qalaxale warraa lixaa❤💚❤ 430💪💪
@ibsamorkakitila6837
@ibsamorkakitila6837 2 дня назад
Uuuuuuuu What a talent Gajooko keep it up Maala qaba yooman guyyaa tokko si duukaa shubise
@HasanatA-nh5xn
@HasanatA-nh5xn 2 дня назад
Jechaa sin jedhuu dhabeem xiyitikoo mucaa sagaleen rasasaa Nufi jiradhuu .🎉❤❤
@martiketjira6612
@martiketjira6612 2 дня назад
Sirbii si biraatti hafee waq❤❤❤❤❤ gajookoo isaa hundaan guutuu baga milkoofte ammaallee wantaa guddaa sirraa eegna.❤🎉
@MihiretGinbar
@MihiretGinbar 2 дня назад
Gajo koo qaalii nama Ugaa dhugaa kee hin dhabiin qe'ee dagaatamee seenaa dhokaatte gad bastee.... qalmnii kee hin gu'iin ulfaadha qomoo nuuf bulii ❤❤❤❤
@AyanaBulti-oy1zm
@AyanaBulti-oy1zm 2 дня назад
Wow nuf jiradhuu Gajo kenyaa 🧠👏👏👏👌👌🏆🏆🥰
@Merobikak
@Merobikak 3 дня назад
Wow Gajo koo jabaadhuu warronnii sirbaa kana Jalattan like godhaa ❤❤❤
@Qaasim-ry7xp
@Qaasim-ry7xp 2 дня назад
Wow bayee namati tolaa jabadhuu Gajo kenyaa 🔥🎉
@jatemegersa5047
@jatemegersa5047 2 дня назад
Gajoo Koo maal siif ta'uu reee💪❤️💚❤️🙏
@naziiruumuzamil9911
@naziiruumuzamil9911 2 дня назад
Wowo sirba bayyee midhaaguu akkanaa yeroo hundaa Artistotaa Kenya irraa egnaa nuti jabadhuuu jennanii 🥰
@oromtittiboonsituu6099
@oromtittiboonsituu6099 2 дня назад
Last go please 1.M oromokooo🎉🎉🎉🎉🎉🎉 from wallagga love oromo
@fayyeman3114
@fayyeman3114 2 дня назад
Gajoo baayyee bareeda sirboonni kee hunduu. Cimaa namaaa... Sirboota godinaalee Oromiyyaa keessa jiran hundaan akkati nuuf dhuftu abdii qabna❤️❤️❤️❤️❤️♥️♥️♥️❤️❤️❤️♥️
@etichalamessa
@etichalamessa 2 дня назад
Dhiira namaa! Ni dandeessa! You did great! Go ahead, Move the step you Qubee generation!
@sefaneth3410
@sefaneth3410 2 дня назад
Urjii wallaga baga nagan dhuftee namakoo milka'ii❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@Senakenea-y3h
@Senakenea-y3h 3 дня назад
Matireezii keenya ❤🔥
@sabakefhdstudio3883
@sabakefhdstudio3883 2 дня назад
Watching this Great Oromo music from Madagascar 🇲🇬 🎉wow🔥🔥🔥🔥🔥
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 2 дня назад
Waw Geellaasisaa tiyya Baga milkoofte namni jaallattan like godhaa❤❤❤❤
@eftugudeta
@eftugudeta 2 дня назад
afaan shaggee jaarsi hin xuuxu yoo xuuxes jaatama baasa😆😆😆walumaa galatti ni dandeessa✍✍💪💪💪👌👌👌
@ImaanaaSG
@ImaanaaSG 2 дня назад
❤❤❤ hojii ajaa'ibaati baga milkoofte korma sabaa
@EgnumaTesfaye-ys7sc
@EgnumaTesfaye-ys7sc 2 дня назад
Nuuf jiraadhu 🥰 Jecha biraan si ibsuuf sitti xiqqaata kanaafuu jiraachuukeetu na gammachisaa❤️👏
@GemechisYigezu
@GemechisYigezu 2 дня назад
Gajo waan hunduuma caala ofiit amanamumman kee nati tola. Nama jalaa fiigde hin beektu beekamtif jetees Namaaf garba hin tattuu ati nama hojii keeti amanudha. Kanaaf artistoota hedduu birraa fudhaatama dhabde. Kanaaf awardi 2024 dhabdee malee hojiinkee innuuma sif kenisissaa ture keessumma weellunkee wallee jedhu ajaa’iba ture. Garuu Maal godhare atti Namaaf garbaa ta’u didee hojii keetti waan amantuf artistoota hedduudhan dinqisifana dhabdeeta Ta’uus garuu Uummaatni atti dubbaatuf innuuma si jaalata. Dhugaan immoo Gaaf tokko afaan baaste innuuma dubaatti jabaadhu atti akkaasuman.
@bosonacilaalo4252
@bosonacilaalo4252 2 дня назад
Hojii gaggaari dhiyeessa jirta galatoomi!!!! Jabaadhu!
@Mamekanjamal
@Mamekanjamal 2 дня назад
Gajo Tilahun my king oromiyaa An hadhufuu sanyii mittii
@BiniyamKebeda
@BiniyamKebeda 2 дня назад
Woww amazing bero ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@GadoKBD-ee9ws
@GadoKBD-ee9ws 2 дня назад
Waanan jedhun wallaalleem Dhugaa Jechatuu Natti Hir'ate. ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@GadoKBD-ee9ws
@GadoKBD-ee9ws 2 дня назад
I'm From Jimma, Oromia
@GemechuDandena-wu6fc
@GemechuDandena-wu6fc 2 дня назад
Gajoo Xilahun Qaxalee Oromiyaa ❤️❤️❤️
@Gumbichuu
@Gumbichuu 2 дня назад
Wow kenaa addat qabda jabadhuu
@NeimAbbazinab
@NeimAbbazinab 2 дня назад
Wo wo ❤❤❤
@LalisaMitiku-l4z
@LalisaMitiku-l4z 2 дня назад
Jaabaa Koo jabadhuu bagaa milkooftee❤❤❤❤❤❤❤❤
@teyibabiftu
@teyibabiftu 2 дня назад
Ebaddaa qashtii koo gajo koo anoo maal siif taahuu❤❤
@Mixaadiribaa
@Mixaadiribaa 2 дня назад
Wow gajoo dhugaa keenaa adda rabii si badhasee raa wow kana wantan jedhe ibsun qabuu dhugaa bayee hojii garidha jabadhuu
@JohnWalker-vt8zj
@JohnWalker-vt8zj 2 дня назад
Wow what a music gajoo galatoomii jabaa kenyaa💪💪💪💪
@SenaaMiressa
@SenaaMiressa 2 дня назад
Congrats 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@khaleddawoud2879
@khaleddawoud2879 2 дня назад
Wowowow ❤❤🎉🎉
@Amuttey
@Amuttey 2 дня назад
Maal siif ta’uu🔥🔥🔥🔥
@nasirhusen9969
@nasirhusen9969 2 дня назад
This one is fire 🔥 ❤❤🎉🎉🎉🎉 keep going bro
@KhaledAbdella-be8pp
@KhaledAbdella-be8pp 2 дня назад
❤❤❤❤🎉🎉🎉wow gajo koo nii dandettaa
@DuretiOromo
@DuretiOromo 2 дня назад
Akaa anii sii jaladhuu ❤️❤️❤️❤️❤️jabadhuu 💪💪💪💪💪
@Anaaseamiin
@Anaaseamiin 2 дня назад
Wow❤
@AbikoVlog
@AbikoVlog 2 дня назад
Gajoon Ni Dandahaa 💪🔥🔥🔥
@TolawakTamasgen
@TolawakTamasgen 2 дня назад
Pls ijoolleen keenya like gochuun viral akka bahuu tasisaa akkasumaas you tube isaa illee subscribe gochuun maatii akka taataniif isin gaafadha Gajoo keenyaa jabaadhu ilma sabaa hojii gaariidha ganaa kana caalaa immoo hojii bareedaa sirraa eegna ❤❤❤❤❤❤
@MilkiyasTafase
@MilkiyasTafase 2 дня назад
Wow it is amazing bro keep it up!
@UkaashAlii
@UkaashAlii 2 дня назад
Bagaa. Nagayan dhuftee gajoo kenaa hojii baredaa hojetee ❤❤❤❤❤❤
@AmanuelWakgari-io1sk
@AmanuelWakgari-io1sk 2 дня назад
❤Amazing wow💪
@YoomifKababa
@YoomifKababa 2 дня назад
Jabba dhirra jabbadhu lencaa koo 😍🥰🥰❤❤❤❤❤❤
@AbdiMerga-wc1kv
@AbdiMerga-wc1kv 2 дня назад
Wow 🎉🎉❤ Gajoo koo Leencaa Nama
@Nagelleislamictv
@Nagelleislamictv 2 дня назад
Si abdannaa aartii Oromoof. atin akkanumatii baxaabaxaa hin jirtuu kennaa rabbiin siif kennee qabdaa. kennaa ke ammoo baastee ittii hojjachaa jirta. galatoomaa jabaa sabaa. si abdannaa.
@lema-t4t
@lema-t4t 2 дня назад
Wooooooow..❤❤❤❤❤i love this music keep up going good luck
@Finfinnee_Tube_MultiMedia
@Finfinnee_Tube_MultiMedia 2 дня назад
Elaan hojii bayeessa Jabaadhu Qaxalee. Beat Style keetu nuuf tahaam
@ToleraFiqir
@ToleraFiqir 2 дня назад
Waaaaaaaaw aGajoooooo Amazing♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️ Music.....👍👍👍👍👍👍
@SAMITARE-o3u
@SAMITARE-o3u 2 дня назад
wooow atikkoo adumaam baga milkoofte
@yusufyuzam1917
@yusufyuzam1917 2 дня назад
Woooooowwww Amazing music 🥰🎶🎶🎶🎶🎶🎶🎶❤❤❤
@SeranTadesse-c7s
@SeranTadesse-c7s 2 дня назад
Ohh my goodness 😮 ❤❤❤❤❤
@nafyadtakele423
@nafyadtakele423 2 дня назад
Wow, Amazing Music🥰🥰
@AkinawWagari
@AkinawWagari 2 дня назад
Just Speechless keep it up
@abdulfattaah298
@abdulfattaah298 2 дня назад
🎉🎉amazing music 🎶 🎵
@Fetene.kasahun
@Fetene.kasahun 2 дня назад
Dhiraa dhabbin bareedduu anaa dhufuu qaalii koo❤❤❤❤❤❤❤❤
@AalishoKingi-us1sj
@AalishoKingi-us1sj 2 дня назад
The best oromoo culture
@anumaatakiluu9709
@anumaatakiluu9709 2 дня назад
Amazing Beautiful indeed
@hirutabdisa8969
@hirutabdisa8969 2 дня назад
Gajooyee❤❤❤❤❤❤❤❤❤ WOW
@NageYadate
@NageYadate 2 дня назад
Uuuuuuu masaqala wan itin maranuu argane gida galatomii
@ogeettisolomonaa8301
@ogeettisolomonaa8301 2 дня назад
Dhageeffadhe qufuun rakkoo nati ta'ee jira😢❤❤🎉🎉🎉🎉
@hawwiijaalmarroo430
@hawwiijaalmarroo430 2 дня назад
Gajoo koo sirbaa caalaa sagaaleen kee osoo namani hin feedhin lafaa namaa kasaa❤❤🥰
@josephgeremu747
@josephgeremu747 2 дня назад
Proud of you Gajoko 💪💪💪💪
@AdabaGetahun
@AdabaGetahun 2 дня назад
Jabaa kenyaa ilmaaa oromoo wallaggaan biqilchee sin bonaa gajoo Koo nu jiradhuu ammalee ittii fuftee akka dinaa lafaa ilalchuftuu jabadhuu jabadhuu gajoo Koo ♥️♥️💚💚♥️♥️
@MohmmedJiad
@MohmmedJiad 2 дня назад
In iluu Abba bori
@YalewAyyaala
@YalewAyyaala 2 дня назад
qashttii oromo music jaba kenyaa siibiraa jiraa 🥰🥰🥰🥰
@HawiAmbo2
@HawiAmbo2 2 дня назад
♥️♥️♥️♥️🎵🎵🎵🎵🎵🎵🤝🤝🤝🤝❤️❤️❤️💪💪💪💪 dhugaa rabii Hoji bareda 👏👏
@muktaroro627
@muktaroro627 2 дня назад
I'm from Senegal but i love this music
@NafydTul
@NafydTul 2 дня назад
😂😂😂
@solan_solan8437
@solan_solan8437 2 дня назад
Lubuuuuukooo🎉🎉🎉🎉🎉
@FiinwowAdem
@FiinwowAdem 2 дня назад
Wow🎉🎉
@BadhatuuKabbadaa
@BadhatuuKabbadaa 2 дня назад
www bayyee bareedaa dhugaa
@gadaaforexAfaanOromoo-ed4hx
@gadaaforexAfaanOromoo-ed4hx 2 дня назад
Gajoo koo baayyee si jaallanaa nuuf jabaadhu Naaol 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@بينانجاشي
@بينانجاشي 2 дня назад
Wow ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@TumsaaSilgaa
@TumsaaSilgaa 2 дня назад
Lubbuu kiyyaa eessaan sii dhokfadhaa qaxalee haadha Kee. Suutaa suutaa onneetti naa buuttee naa marachuuf atii. Uuuuuuuuuuuuuuuuuuu amazing my adorable ❤
@chalaking2017
@chalaking2017 2 дня назад
Elaamee Elaamee koottu Akka taanu Elaamee Elaamee gargar hin baanu✌️
@AmantiIfa-c9x
@AmantiIfa-c9x 9 часов назад
wow hojii ajaa,ibaatii jechaa hin qabu ati matireezii oromodha kormee koo ilma sabaa🥰🥰🥰🥰🥰 gajo gajatuu dhiiraa💪💪💪
@DerartuFEKEDE-hw4zo
@DerartuFEKEDE-hw4zo 2 дня назад
Good luck gajo🎉
@RuhMe-k6q
@RuhMe-k6q 2 дня назад
Wow maal jedhe akkan ibsu hin beeku sirba kana maal hojiin akkas bareedu yaa waaq 🥰
@samirayoutube9459
@samirayoutube9459 2 дня назад
Wow wallgga king of king❤ love you so much oromo saba ko ❤❤❤❤❤
@Qaasim-ry7xp
@Qaasim-ry7xp 4 часа назад
❤❤❤
@girmadegefa3579
@girmadegefa3579 2 дня назад
Well come again Gajoo👌👌👌👌
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 2 дня назад
Nuuf jiraadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤
@FiraolFirdisa-f1i
@FiraolFirdisa-f1i День назад
Maaluma goona ijoo mucaa kana numaraachehoo 😅😅😅❤❤❤.....nutimmoo itti muuddinee hojii jabeessuu qabnaa dhiiroo❤
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 2 дня назад
Wowwwww❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@FiraolLema-iv1ti
@FiraolLema-iv1ti День назад
Wow wow amazing music brother really
@SenafTesfaye
@SenafTesfaye 2 дня назад
Gajo king of king abdii Oromiyaa
@Aziza76-n4t
@Aziza76-n4t 17 часов назад
Wel came to back ❤❤❤ bela maal qabna duranu qofadha Oromoo dha nuto ❤️❤️❤️💖💖🎶🎶🎶
@Yonitube6
@Yonitube6 2 дня назад
Gajooo 💪💪💪💪
@AnawarAbdulqadir
@AnawarAbdulqadir 2 дня назад
Gurba yonii sarage
@NimonaEntertainment
@NimonaEntertainment 2 дня назад
Baayyee Bareedaadha Jabaadhu Hojii Ajaa'ibati ❤
@Saadee7
@Saadee7 2 дня назад
Namni sirba kana jaalattan comment tana like tuqudhan agarsiisa ❤
@AmichoDop-yd2ze
@AmichoDop-yd2ze Час назад
🎉🎉what a music Jabaa koo bagaa milkoftee1
@JosyPeter
@JosyPeter 2 дня назад
Sirbi Aabbe ati
@NimonaOro-h6q
@NimonaOro-h6q 2 дня назад
❤❤❤❤Sanyii dhiira nuf jiraadhu ammaas dabalii muuziqaan oromoo dhugaame hin quufamu❤
@YasinKemal-y8w
@YasinKemal-y8w 3 дня назад
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@AdilJemal-i8b
@AdilJemal-i8b 2 дня назад
Namaste tola jabaadhu ❤❤❤❤❤
@MuhammedAdam-f8k
@MuhammedAdam-f8k 2 дня назад
❤❤
@AbarraaIndaalaa
@AbarraaIndaalaa День назад
ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-b_QrMYztvlc.htmlsi=MRXCrodfxxGes4ue
@juwara-dt3ew
@juwara-dt3ew 5 часов назад
🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤jaabadhuu qaliikoo❤❤❤❤❤❤❤❤
@WandeTilahun
@WandeTilahun 2 дня назад
Wwwwwwwwwwwwgreat andaBest music 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 Gajuu kooo wwwwwwww congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉 collection ❤❤❤❤❤❤❤❤ jabaa oromoo nuuf jabaadhu ammayyuu
@JemulyDuchman
@JemulyDuchman 2 дня назад
Wooooow This a music Perfect 100🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 rocket Sirbi akkana long life bro Oromo tiyya bareeddi bakka maratti
@Bikilatemesgenyoutube9127
@Bikilatemesgenyoutube9127 2 дня назад
Uuuuuuufff Gajooko dhiira gaafa xiiqi nuuf jiraadhu afaan Kee damma qaba baayyeen si jaalladha
Далее
Andualem Gosa | Foote (New Oromo Music 2024)
6:43
Просмотров 163 тыс.
Распаковка Monster High Potions #monsterhigh
01:00
ዮአዳን (ክፍል 29)
28:22
Просмотров 446 тыс.
ELAA Gajo Tilahun New Music Video 2024[reaction video]
10:38
HIRKOO MARSAA 2 FFAA - KUTAA 7 FFAA
30:59
Просмотров 116 тыс.
GEREMU GIZAW : HIRKOOKOO .!
6:18
Просмотров 111 тыс.
Распаковка Monster High Potions #monsterhigh
01:00