Тёмный

Ergaa harmeenkoo isiniif dhaamte dhagahaa 

Fayyoo Jaalalaa
Подписаться 56 тыс.
Просмотров 12 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

1 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 537   
@mozymozy4973
@mozymozy4973 3 года назад
😭😭😭😭💔🥺harmeen ofii dalachofteemaa utuu lubuun jiratee
@faantuuabate2260
@faantuuabate2260 3 года назад
matii natii
@zinashreta248
@zinashreta248 3 года назад
Ufff abshir
@zainabmohammed9020
@zainabmohammed9020 3 года назад
Abshir wamaa miti rabbiin siif ha maaru hunda achuma dhaquuf ta'e
@masinkaniyasuusi7141
@masinkaniyasuusi7141 3 года назад
@@faantuuabate2260 kotuu matii waalif tanaa
@masinkaniyasuusi7141
@masinkaniyasuusi7141 3 года назад
@@zinashreta248koo subscribe naaf godhii pls
@obseobse563
@obseobse563 3 года назад
Atii carraa qabeettiidhaa Fayyoo koo😘waaqayyoo umurii sif haa dheereessuu haatii ofii gaddiisaa😭💋💘💖💝❤️💚
@zanuutube3396
@zanuutube3396 3 года назад
Lubuu matii naf tayii lubuu
@oromiyaakoosalmi6576
@oromiyaakoosalmi6576 3 года назад
Waqayyoo umurii isanii sifii hadheresuu Lubbiyee koo❤❤❤❤❤❤💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓harmee fayoo bayee isinii jaalaladha fayyoo sinilee bayee jaalalaadha💕💕💕💕💕💕💕💕💔💔💔💔💔💔💔❤❤❤❤💕💕💕💕💕💕💔💔💔💔💋💋💋❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@kennotube2556
@kennotube2556 3 года назад
Yoomuma ijaa hadha koo argalata 😭
@burtukanarsii6224
@burtukanarsii6224 3 года назад
Abshiiri kodee guyyaa waqayyo jedhee waali argituu anilee akkumaa yadaa waqaa😢😢😢😢😭😭😭😭😭
@kennotube2556
@kennotube2556 3 года назад
@@burtukanarsii6224 uuuuuuuuu halikani guyyaa yaadeni dadhabbee 😭😭😭😭😭😭
@burtukanarsii6224
@burtukanarsii6224 3 года назад
Hin argitaa guyyaa eyyamas waqayyo 😢😢😢😢waanani fayydhaa fayyaa bichaa sifi haa tatuu
@waaqqayyoogaariidhaa903
@waaqqayyoogaariidhaa903 3 года назад
Dhugaa. Keetii😭😭
@burtukanarsii6224
@burtukanarsii6224 3 года назад
@@waaqqayyoogaariidhaa903 gidii obsaa jiraa garaa koo hidhee anuu😭😭
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Fayyoo koo bareeduu koo uuuffii waaqayyoo umurii sifi haa dheereessuu Armee koo sii calaa hundumaa ijoollee oromoo harmee kana argutii kani gamaduu mati naa ta.i❤❤💋👈
@fayinecamada5853
@fayinecamada5853 3 года назад
Wawo fayyooko waqayyoo gofttan umurii dheraa wal birraa hissiin hadheressuu bay'een hissin jaladha Harmmee fayyooo❤❤❤❤❤💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💔💔💔💔💔💔💔❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
@masinkaniyasuusi7141
@masinkaniyasuusi7141 3 года назад
Nagaan waqaayyoo hundumaa keessanif haa bayyatuu harmee Fayyoo waqaayyoo umurii keessaan nuf haa dhereesuu Ani harmee hin qabuu 😭💔warrii harmee qabdaan waqaayyoo Umurii isinf haa dhereesuu hadhaa keessan jaladhaa ♥️♥️
@darartutasfaye85
@darartutasfaye85 3 года назад
Uuuf.😭💗abshiri.lubuu.koo.hunduu.achumaaf.ta'aa
@berhanebekele8621
@berhanebekele8621 3 года назад
uuuuuuuuufff abshir kode too 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@haa2909
@haa2909 3 года назад
Anile akkasuma mamaye ayizoo 😭😭😭😭
@ifrahabbastube3855
@ifrahabbastube3855 2 года назад
baga jiratte harme ko waqa ha galatu faayo maalo jabessi harme kee bayyen das natti jette waqni umrii ishe ha dheressu ❤❤💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💜💜💜💜💜❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💜💜❤❤
@kumeedirirsaa111
@kumeedirirsaa111 3 года назад
Uuuuuuuufffffffeeeeee ijaa too haremee too umurii dheradha💔💔💔💔🙏🙏🙏🙏🙏yaa waaqayyoo ijaan nargisisii ani harmee akka bishanii dhobodhee🤦‍♀️😭😭😭😭😭😭😭😭✈yomumaa lataa😭😭
@RitaRita-ud8pu
@RitaRita-ud8pu 3 года назад
Oson Haramee koo Biraa Jiradhee Anilee Fayoo too umurii Sif yaa Dheratuu💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺🙏
@Zozo-do8up
@Zozo-do8up 3 года назад
AMIIIIIIIIIIIIIIIIII AMIIIIIIIIIIIIIIIIII AMIIIIIIIIIIIIIIIIII AMIIIIIIIIIIIIIIIIII AMIIIIIIIIIIIIIIIIII AMIIIIIIIIIIIIIIIIII
@buzeenugusee3655
@buzeenugusee3655 2 года назад
Waqayoo urumi isani sifi yaa dheresuu lubiye too uuuppppmmmaaa bayye si jaladha 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@fayinecamada5853
@fayinecamada5853 3 года назад
Dammaa damuu hattii ofii dawittii jirenya ipssittuu dukana Armmee nuuf jiradhuu umurii dheraa biyaa lafaa kanaraa hadhakoo❤❤❤💔💔💔❤❤❤❤💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘🙏🙏✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
@kiyyaaloveekenaajesus4721
@kiyyaaloveekenaajesus4721 3 года назад
💓💓💝💝💝💝💚💚💚💚💚💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋♥️♥️♥️♥️♥️♥️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ Harmeekoo uuuuphaa uuuuphaa uuuuphaa uuuuphaa uuuuphaa Umurii dheraa Nuf jiradhaa
@hanaahanaa8847
@hanaahanaa8847 3 года назад
Uuuuuphaamaa harmekoo umuriidheraadhaa😭😘😘😘😘💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@سعودسعود-ق8ي
@سعودسعود-ق8ي 3 года назад
Rabbii umrii siif haa dherressu
@bibacell5068
@bibacell5068 3 года назад
Waqayyo Umuri dhera nuuf yaa kenuuf Harme kentaaf uuuffff Fayyoo Tadallte Harme kee Waliin kolfitee tabata❤😥
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Maloo qomoo koo mana koo kootu
@lishantube3157
@lishantube3157 3 года назад
Biba sanyee ko matii nafi tahii me 💕
@meshojarso4278
@meshojarso4278 3 года назад
woowww bammaa tooo
@huffguf5526
@huffguf5526 3 года назад
Uffffffeee fayyootiyaa yomma carakan aragadha latta annis harameetiyaa walani akkanti talata😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@haddha1027
@haddha1027 3 года назад
umri.dheradha.harmee.fayoo.dhugaa.isaan.ilalaan.harmekoo.nati.fakkatani
@lemigurmesa9396
@lemigurmesa9396 10 дней назад
Attii caraa qabeedidha harmee of gadisaa waan hundumaati ❤❤❤❤❤❤❤❤
@jitualemu9419
@jitualemu9419 3 года назад
Waaqayyoo umurii ishee siif ha dherressu Ayyuudhuma koo natti fakkatee umphaa eebbifamaa fayyoooooo
@oromotitube2877
@oromotitube2877 3 года назад
Uuuuuuuuuuuuuuuffffffff Haramee tenyaa Umurii nuu dheradhuuu Hatii ofii Gadisaa jirufii jirenyaaa Umuri si ha dheratuu harame tee Fayoo Anale nama Hadha tiyaa wolin Gale Akanatii gamaduu na haa Tasisuu JC💘💘💘❤❤❤😭😭😭
@zaraatube7443
@zaraatube7443 3 года назад
Umurii dheradhaa harmee
@chaltuabdallah7960
@chaltuabdallah7960 3 года назад
Umurii dheradha 💋💋💋💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘
@taliletadese4252
@taliletadese4252 3 года назад
Yoomumaa ijaa hadhaa koo arga latta Yaa hadha ofii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@chialidagafa9414
@chialidagafa9414 3 года назад
Harmee koo bareduu koo umuri dheraa sif hawa harmeeni hundii umuri dheraa nufi jiradha dacha 🤲🤲☝️😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤💚💛❤
@yeshiisena4124
@yeshiisena4124 3 года назад
Uuuuuuuuffffffff Fayyoo koo naa bochiftee dhugaa waqayoo dabaree kee siif haa keenuu ilmoo kee irratti kuununsii.atii Harmee keef gotee nama gammachisaa umurii dheradhaa
@sinaafendesh1334
@sinaafendesh1334 3 года назад
Uuuff akoo koo naattii fakkaatuu umurii dheeraa jiraadha🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@makyamakya6175
@makyamakya6175 3 года назад
💚❤💚❤💚❤❤💔💔💕💕💕bagaa nagayaa dhufitan 💚❤💚❤
@Zozo-do8up
@Zozo-do8up 3 года назад
Uuuuffffiii yomuma hadhakoo wolini tae ija isani kessa lala yaa rabbi nu agasisi mee nusi Baye namati tola ati garu mata qula hin debini yero bayee 💞💞💞💞💞💞💞umrii is haa dheresu
@hawwiimucaakakuu9818
@hawwiimucaakakuu9818 2 года назад
Woooooowwww nuuf jiraadha harmee koo love love ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@almaz1560
@almaz1560 3 года назад
Ani hadhaa hin qabu warrii hadhaa qabdan wagga 1000isiiniif yaa jiraachisuu 😭🤲🤲🙏
@fffff912
@fffff912 3 года назад
😭😭😭😭
@mesiidaanii8088
@mesiidaanii8088 3 года назад
Fayyoo Abbaankee lubbuun hin jiraanmoo essa jiruu yeroo darbee yoo harmee waliin akka inni hadha mana barafaa fudhe hasoftaan ni dubbatuu jedhe egan tureeyyuu hin dhagenyee garuu yoo balleessemoo dhifama
@rakcity6216
@rakcity6216 3 года назад
❤❤❤❤🙏🙏 Ameen Ameen Ameen ebba harmee fudhadheera
@sanyiiijawar9143
@sanyiiijawar9143 2 года назад
Umurii dheeraa isinfii akeenuu adhaa koo deesee koo adhaa fayoo atii kashii bichaa mitii keenyaa unmdaatii ❣️❣️❤️❤️♥️♥️🌹🌹🙏
@alemitunanecha6489
@alemitunanecha6489 3 года назад
Wowwww fayyoo harmen kee waggaa kumaa sif yaa jiraatan kotaa maatii naf ta'aa oromoo koo
@stenaaliy5379
@stenaaliy5379 3 года назад
Fayyeko.imayekenaf.dhungadhu. ani.namaijajiti
@nimonatolera6936
@nimonatolera6936 3 года назад
Waggaa kuma jiraadhaa haadhookoo 🙌🙌🙌🙌💞💞💗💗💗💗💞💞💯💯💯
@makkahmakkah6166
@makkahmakkah6166 3 года назад
Haatii ofii jechun. Lafa ykn dachedha. Garaa ballettii ufff yarabbi umrii isani nuf dheressii
@daamuutb6780
@daamuutb6780 3 года назад
umurii.nufi.dheeraadhuu.haadhaa.fayyoo😍😍😍
@BurtukanBeyana
@BurtukanBeyana 3 месяца назад
Fayyookoo umurii siifaa dheresuu dhugaa Haatii ofii Gadiisaa❤❤🎉🎉🎉
@samiramuhammad1409
@samiramuhammad1409 3 года назад
Harme koo natti fakkatu bayye isan jaladha. Umrii dheeraa haadha Kenya maraaf Haa kennu
@bashaduhunde7181
@bashaduhunde7181 3 года назад
Waqayo Urmi Sif Ya Dherksu
@zubeyadaarsiirobe8768
@zubeyadaarsiirobe8768 3 года назад
Fayyoo hadhaa jiraa fi abbaa jiraa fidi ati garruu abbaa qabaduu qashatiyee mamii koo gotaa too dr gurammeessa faa nu dessate nu jiradhuu I love you
@bashaatuutulii7372
@bashaatuutulii7372 3 года назад
uuyi waarrii haadhaa qabdaa maal ofii jettuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭fayyoo koo sif dheessisuu
@mucaayesuus4916
@mucaayesuus4916 3 года назад
Uffffffffffiiiii obsii hadhoo koo sii bichaa mitii malii Gonaa obsudha😥😥😥😥😥😥😥😥😥😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️
@masartbira81
@masartbira81 2 года назад
Rabbii umurii ishii sif ya dherechuu fayyoo to😘😘😘😘😘❤❤❤
@ZahraZahra-jy9cj
@ZahraZahra-jy9cj 3 года назад
ishoo Harmee Baga Nagan Dhuftan Bagaa Rabbin Isin Fayyise Umrii Nuf Dheradha Harmee Fayyoo Koo
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 года назад
Maatii naffii ta'ime
@tejetutefsaye6241
@tejetutefsaye6241 3 года назад
Fayyoo waqayyoo harmee kee uumurriidheeraa sif yaaa kennuuf
@orootube551
@orootube551 3 года назад
Fayyoo jabaduu koo jabadhuu yeroo hundaa gaaru maaf rifensaa kee hin sirefatuu
@ayyuuayyuuambo6571
@ayyuuayyuuambo6571 3 года назад
Uuuuufff harmeen fayyooo bayyeen si jaaladhaa umurii nu dheeradhaa
@amalhassan2734
@amalhassan2734 2 года назад
Fayoo tiyya Hatii Qashti nati toltii dhuga rabbii. Umrii siif haa dheresuu
@waqayyoobekkadha7929
@waqayyoobekkadha7929 2 года назад
Uuufff baay'ee siin jaladhaa umurii dheraadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@kibbineshmekonin9029
@kibbineshmekonin9029 2 года назад
Ameen Ameen Ameen 🙏🙏🙏 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 umurii nuf dheeradha
@bekelchetemesgan1593
@bekelchetemesgan1593 3 года назад
Ameeeeeeeee Ameeeeeeeee ebbifamaa dachaa nufi jiradhaa
@khadijaphs1794
@khadijaphs1794 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@coec-tv9571
@coec-tv9571 3 года назад
Ijoo hadaraa keessani hudumtii keessani matii nafii ta'aa sanyii wani koo ♥
@chaltufayisa1400
@chaltufayisa1400 3 года назад
Uuuuufff maalo kaa anuu harmee koo yaade dhugaa 💜💜💚💚💞💞💓💓
@ayaniemashou9688
@ayaniemashou9688 3 года назад
Akkamitii namattii toltuu waqayoo umuriisaanii nuf dheresuu
@haayyatiborakiya3760
@haayyatiborakiya3760 3 года назад
Fayoo oso harmeni kesih birraaa jirtani hordoftota heduu argata like heduu argata anu haruma argee like ke hagana gayuu
@ougvvgguhh8397
@ougvvgguhh8397 3 года назад
Rabbin umurii kesaan adheresuu
@saratube1623
@saratube1623 3 года назад
Harmeen kee bayee nu boharsani dhugaa kakun guraa nuti duchitee malee kkkk
@igizaberfekrnewameeen8186
@igizaberfekrnewameeen8186 3 года назад
Hareme ofi yaa jirtuu dalchoftule harmee ofi maaltuu jibba
@makeyaaliyyi3446
@makeyaaliyyi3446 3 года назад
Ya rabbi yomu hadha ko gale arga uuuuufffuu😭😭😭😭
@asdfghasffcgb3900
@asdfghasffcgb3900 3 года назад
Harimme nufi jiradhu KO natti fakkattu
@hhvghh3219
@hhvghh3219 3 года назад
Baga jiraatte haadha oromata isin jalaanna
@wodajowodajo958
@wodajowodajo958 3 года назад
Ati fayyaa qabetidha fayyo mazeri te'e umuri si dheratu🖒❤❤❤❤❤
@AsdAsd-fq8hz
@AsdAsd-fq8hz 3 года назад
Waaaaaaaaw utu mamakoo bira jiraadhe anis na inaafiftan Yaa fayyoo
@GgTggg-ys3hu
@GgTggg-ys3hu Месяц назад
🤲🤲🤲😭🤲😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@umufahadi7858
@umufahadi7858 3 года назад
Dhuga dhalani Amm kun dhalota duraa hn gene harme kefi sii yoo wolbira lalu harmen kee Ati hadha ishe fakata rabbin hadha kena hunda umrii dhera hawiina
@faatiialiflow729
@faatiialiflow729 3 года назад
Harmeke fayoo akaa gafa dura mitii xiqo guraachoofteetii lesh akaan gafaa duraa argee mitii
@danitube7336
@danitube7336 3 года назад
Fayyoo bareedduu koo mee lakofsaa kee na erigi sin baribadee
@warqiicaalaa9411
@warqiicaalaa9411 3 года назад
Fayyoo biyyii dhaloota keeti eessaadha
@allizayazid3141
@allizayazid3141 Год назад
Masha allah umrii siif hadheressu nuufille hadha keenya hunda umri nuuf hadheressu rabbin guddan
@aubdallh6800
@aubdallh6800 Месяц назад
Yomiin gale harmeko wajjii taha😢
@darartuumucaaambo996
@darartuumucaaambo996 5 месяцев назад
Umurii dheraa sifaa jiraatani my mother 🥰🥰
@urjiinsabafi3954
@urjiinsabafi3954 3 года назад
Akanati babar.echite aka si jalaa buunee🤭😂😂😂❤🥰😋🥰
@Mabroka-gf4jr
@Mabroka-gf4jr 5 месяцев назад
Waayoo hadhaa ofii anfiis osoo jiraate fayyoo koo ati ebbiifaamtudha at atii gaadiisaa❤❤❤❤
@yesusgachana9655
@yesusgachana9655 3 года назад
Bayee baredii harmen kee damoo daimaa jartii hin jedhamtu garuu waaqayyoo ija hamtu irraa sif haa qabuu
@doondoon1259
@doondoon1259 3 года назад
Kakuun maliif iyyitiii fayyoookoooo😅😅😅😅😅
@abdiimilkii865
@abdiimilkii865 3 года назад
Umurii dheera jiraadhuu baay.ee namatti toltuu
@chialidagafa9414
@chialidagafa9414 3 года назад
Ameen ameen harmee koo ebbifaama
@kuleedajamal955
@kuleedajamal955 3 года назад
Fayyoo nu gunjasifteka
@yesusgachana9655
@yesusgachana9655 3 года назад
Umurii sif haa dheratuu fayyoo
@seenaaintalaaarsiirobee2805
@seenaaintalaaarsiirobee2805 3 года назад
Utimii sifi yaa dheresuu ebifamtuu to waqayoo
@kuusaalove8711
@kuusaalove8711 3 года назад
Ufeeeee umurii dheradhaa mam fayyoo yaa haremee ofi
@abbahkhoshabi1470
@abbahkhoshabi1470 3 года назад
Bagaa waaqqaayyoo siifi maree fayyoo harmee te,ee .
@ChalasJourney0799
@ChalasJourney0799 3 года назад
Bagaa deebitaan haadha goota keenya nuuf jiraadhu, fayyoo haadha keenya nuuf bareechi
@yesusgachana9655
@yesusgachana9655 3 года назад
Fayyoo harmen kee bayee namaa kofalchisti wayyee suree sanirati na hidhadha suree iji hin ilalti malee na rukutu yoo jetuu
@lumitomi9316
@lumitomi9316 2 года назад
Yaa fayyoo yoomuma laata kan akka kanatti harmeekoo arguu anoo
@biliseemucayesus7448
@biliseemucayesus7448 3 года назад
humuri nufi dheradha 😘😘😘😘
@biqilituudibabaa5656
@biqilituudibabaa5656 3 года назад
Fayyoo armeen kee baredudha umuri sif haa dhartu
@uaess9428
@uaess9428 3 года назад
Haadha garrami namati toltu dhugaa umphaa
@botuuwallagga5264
@botuuwallagga5264 3 года назад
Aramee Fayoo Bayyee si jalladha humurii dheraa jiradhaa
@makiyamoosa2027
@makiyamoosa2027 3 года назад
Ameen harmee kenyaa issiin jaladhaa dhugaa rabbii
@shebereirgossa5299
@shebereirgossa5299 3 года назад
Fayyoo oton yoona harmeekoo biraa jiradheeuuuuu
@hawwiiwallaga4149
@hawwiiwallaga4149 3 года назад
Fayyoo koo atii caraa qabeetidhaa waaqayyoo ummuri sif haa dherreessuu waarii haarmee qabdaa hundaa keessanif haa jiratani
@lmomiiomi5086
@lmomiiomi5086 3 года назад
Waqayoo urumii dherraa siif haa kennuu haramee
@makkahmakkah6166
@makkahmakkah6166 3 года назад
Giftikoo umrii sif hadheressu
@abebubekele5179
@abebubekele5179 3 года назад
Uuufiiii Harmee koo kiyyan naa yaade garaan koo 😢
Далее
#kikakim
00:10
Просмотров 11 млн
MITSUTSU COMEDY :Ubusinzi bukabije 98 UBUKWE Part2
31:13
Akkatti warra na jibban qaanessekaa 🙏🤱❤
8:27