*How i forget you my hero haccee your history is unforgettable memory my heart is really broken in what mechanism may i forget you? its very hard to loss you hacciyeee. fetar nebsen yimar hacceeee*
I can't stop crying OMG he was so innocent may GOD REST HIM IN PEACE AND we will always remember his work and we really wonder everyday we would listen
i run out of words ... Dhugaa ba'aan isaa ulfaataa qonyee gootaa malee lugni yoom baadhata... Hacaaluu goota goototaa! Rabbiin siif haa araaramu!!! A KING THAT WILL NEVER BE FORGOTTEN❤
Hacce you are our hero, hero history never forget forever you are our voice the voice of 50millions of Oromo peoples and you are the voice of nations and nationalities who's needs freedoms. History never and ever forget you. My Hero my everything. Rest in peace big brother.
Hacce koo you will be in our heart ❤️ forever gotta koo senna ski yadata lenca koo. Yomiyu si jalana gotta sanyi lenca. Hacce koo gadda yomu hin dagane onnee kenaa kessa girra mal gonna garuu dhigaa kee kana lolaye saan ni bassna iilman Oromo💔😭💔 ❤️🌳❤️
Maalo hacee ko maalif guyya halkaan nuti gotee ijaa miti onneetu bohee ilmaa hundeessa ol jedhii oromoon waan keessaa jiruu laali al tokko duwwa Tadde biruu si wamee mo Ebisaa adunyyaa si wamee mo Jagimaa ko si wamee.😭😭
Hacaalluunii Gottaa, Oromonii gottaafii hinbowanii, arssaa kumataama bassissanii. Sabbona Sabaa yaa illmaan Hundessa waqqa Oromo hasii araaramuu. You will always going to be remembered for your bravery and the sacrifices you have made for Oromo people. Always in the hearts and minds of 60 Millions of Oromos, rest in peace. The sons and daughters of Oromo Unite, love one another and support each other. Allah will bless you abundantly. It's always good to learn from past, but not dwell on it.
What words express your work for oromo and oromia... U give us ur life how can we forget u... Love u our hero singer history book everything of oromo and oromia
Uuufff haacce koo gota koo waqaayoo lubbu kee yaa maruu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 ibsaa kenyaa turte siin jaladha mal godhee akkan itti gadda kee of kessa basuu beekuu osoo oroomo koo jetu nu gaate haccee kayoon ati duteef san milaan irra hin demnu ol qabna oromoo koo hadaraa waqaayoo amataan kan nu qoduuf deemu san bakka jirtani iddo hin keninafi waqaayoo tokkuma kenyaa haa jabbesu wan haccen du,eef saniis nama galman gahuu nu godhuu 😭😭😭😭😭😭
Uuuuuuuuuffffffff Esssaa demee iyuuuu maalooo ijolllee gubadheer jirachuuf abdi qabuu du'uf mo isa nan jedhuu nami maali na gubdee goftaa ko biyya lafaa kanati Uuuuuuuuuuuuuuu maalo ol jedhii hacee ko gubadhee me nami jiraachuu jibitaan ergaa haceen deme liqii xuqaa gubadhee baqa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔