Тёмный

Farhiya Adam: Mi'aa Jiruu Addunyaa 

Farhiyaa Aadam
Подписаться 71 тыс.
Просмотров 124 тыс.
50% 1

Mee jiruu tee xiinxallii laali. Fayyaa guutuu qabda. alaa manni kee guutuudha. Waan nyaattu dhabdee beelaan hin dararamtu. Hanga humna itti qabduun waan feetu filattee nyaatta. Qulqullina qaamaafii naannoo keetii ni eeggatta. Lafas qottee midhaan facaafattee, yoo roobni roobee midhaan siif biqile ni gammadda. Miidhaan kanas haamtee gurgurattee waan feetu ittiin godhatta. Tola Rabbiin guddaan sitti oole kana hunda quba hin qabdu.
Qulqullina qaamaafi naannoo keetii waan eeggattuuf, sababuma kana dhukkubsachuu dhabdee fayyaa guutuun jiraatta of seeta. Humna qabdutti fayyaadamtee waan oomishtee nyaattuuf, ifaajee tee qofaan jiruu qananii jiraachutti jirta of seeta. Yeroo ati haala Kanaan keessa seentee tola Rabbii keetii irraanfattu. Rabbiin guddaan dhukkubsa xiqqoo sitti darba. Yeroo kana muddamtee gara mana haakimaa fiiyda. Guyyaa takka ykn 2 yoo mana haakimaa bulte, yeroo kana qananii Rabbiin guddaan yeroo dheertuuf sitti oole yaadatta. Gaafa fayyitee kaatu gama ooyruu deemtee lafa qottee midhaan facaaftee biraa galta. Yeroo kana Rabbiin rooba sirraa ol qabatee midhaan kee sirraa balleessa.
Amma dubbiin xiqqoo sitti jajjabaachuu eegalti. Yeroo beelti dhuftetti akka durii filattee nyaachuu mitii, waanuma soorattuu argachuun yaaddoo sitti tahuu eegala. Haala kana keessatti eenyummaa kee kan dhugaa sirritti hubatta. Kan fayyaa guutuu naaf kennee, rizqii natti bal’isee gammachuun na jiraachisaa jiru Rabbii kiyya. Ani sababaa guututti jira malee, maddi rizqii tiyyaa harka isaa jirti. Fayyaan tiyya harka isaa jirti jettee dhugaa jirtu ofitti himta. Yeroo kana gabricha Rabbii kan dhugaa taatee isaaf galata galchuu eegalta. If tuulummaa ykn boona ofirraa dhiistee, Rabbii keetiif if gad qabdee jiraatta. Yeroo kana Rabbiin akka gaafa durii sanitti jiruu sitti bal’isa. Oomisha kee sii tolchee, fayyaa guutuu siif kennee gammachuun si jiraachisa. Yeroo muraasa booda ammas yoo ati if irraanfatte rakkoo sitti deebisee, gaafa ati if yaadatte bal’otti si deebisa.
Hojiin Rabbii kanaa ajaa’ibuma. Jiruun addunyaa tanaa haala Kanaan mi’ooyti. Dhukkubni jiraatu malee sadarkaa fayyaa hin beekan. Gabrummaan jiraattu malee sadarkaa bilisummaa hin beekan. Beelli jiraatu malee qananii quufaa hin argan. Gaddi jiraatu malee sadarkaa gammachuutis hin beekan. Rabbiin guddaan haala Kanaan jiruu addunyaa tanaa wal madaalchisee uume. Qalbiin xiinxallanii laalan malee dhugaa tana hin hubatan. Hoggayyuu warra tola Rabbii guddaa beekee, dhugaan isatti amanee, isaaf galata galchaa jiraatu nu haa godhu.

Опубликовано:

 

2 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 432   
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Namoota gaggaarii akka keeysanii kana wajji tahuu kiyyaaf haalaan gammade. isin hundi naaf galatoomaa. keeysattuu warri viidiyoo kana sheer gootan galata guddaa qabdan. Rabbiin isinirraa haa jaalatu. karoorri kiyya dheeraadha. ammas gargaarsa keeysanitti haajama. viidiyoo kana sheer godhuun na cinaa dhaabbadhaa. warreen Subscribe hin godhinis subscribe godhaa!
@mdamin9092
@mdamin9092 Год назад
Karoorri Kee siif haa diriiru yaanni Kee siif haa guutuu, Kan ATI jette ta,uu baatus kan rabbiin siin feedhe sirraa hin hafuu abdadhu rabbi Kee!
@aishakali6345
@aishakali6345 Год назад
Hi
@makkoo3285
@makkoo3285 Год назад
Hayye jzk ani gaafi heddu waan qabuuf barrefamumaan gaafadha jecha mee Eessarraan gaafatani ree asirraan moo Radiyo nural hudaa jala seene??
@makkoo3285
@makkoo3285 Год назад
Abshiruu inshaallah hamma dandeenye dandeenya isiin jajjabeesina isinis nuuf galatooma barumsa gudda isiirraa argataarra jzk
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
@@mdamin9092 Galatoomi! Du'aa'ii teetiif aamiin
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
LIKE godhuu maaliif sodaattan sa?😕
@nugusaethiopia
@nugusaethiopia Год назад
Hin sodanne abshiraa nigoonaa galatooma 🥰
@asiyaaloveasiyaa633
@asiyaaloveasiyaa633 Год назад
As wr wb maashaallaah Tabarakaallah rabbiin sii irraa haa jalatuu Fariyaa Bint Adam Adam rabbiin sadarkaa kee olii haa fuudhuu rabbiin umrii sii haa dheerreessuu kidimaa dini isilamaa irratii jazaa kumullahu khairan rabbiin jechaa sii jaladha
@mdamin9092
@mdamin9092 Год назад
Aswrwb yaa farhiyaa HAADHA (takkattii)nuural hudaa jabduu teennaa dalagaa tee rabbii sirraa haa jaalatu Ta Akka teetii rabbiin nuhaa heddummeessu
@mdamin9092
@mdamin9092 Год назад
Aswrwb
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
@@asiyaaloveasiyaa633 Ws wr wb. Allaahumma Aamiin! galatoomi. Rabbi si haa jaalatu
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Viidiyoo kana sheer godhuu hin irraanfatinaa!. galatoomaa!
@ZiYooEntertainment
@ZiYooEntertainment Год назад
Page qabdu hunda irratti sheer godheen jira farbiyaa teenya ❤
@rawudasayid4515
@rawudasayid4515 Год назад
🌷🌷
@rawudasayid4515
@rawudasayid4515 Год назад
Amiiiiiin Amiiiiiin inshaallaahu
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
@@ZiYooEntertainment Guddoo galatoomi! Namoota akka keetii Rabbi nuuf haa heddummeeysu. namni gariin SHARE fi LIKE gochuu kana ni qusata. mallaqni itti kafalan hin jiru maaliif qusatan sa?
@safiyaafayisaaabuucirfaa4025
Alahamadiilliill alahamadiilliill Yaa rabbii mashaallaa mashaallaa mashaallaa 🥰🥰🥰
@Zahraa-fe4qd
@Zahraa-fe4qd Год назад
😘😘😘😘😘💜💜💜💜💝💝💝
@iluwatubee4500
@iluwatubee4500 Год назад
Mashahallah🥰❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365
الحمدالله علي نعمة إسلام 🙏 الحمدالله علي كلي حال… اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺ نَبِيِّنَـــا مُحـ❤ـمَّد اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺ نَبِيِّنَـــا مُحـ❤ـمَّد
@taliiletube6737
@taliiletube6737 Год назад
Mashaallah tabarakala mashaallah tabarakala mashaallah tabarakala mashaallah tabarakala 👍💔💔💔💔💔💞💞💞💞✔✔✔✔✔
@ummusafiyaa4573
@ummusafiyaa4573 Год назад
Alhamdulillah
@ZiYooEntertainment
@ZiYooEntertainment Год назад
Walcome sister tenyaa baga nagayaan gama youtube dhuftee. Jirra nuti ummanni Islaamaa amma siif gunna inshaa allah
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Galatoom
@yasribaabdi4795
@yasribaabdi4795 Год назад
Alhamdulillaahi Masha Allah
@monausmael7670
@monausmael7670 Год назад
Well com farhiya ukti jecha fii sagaleen keetis heddu bareefa jabaadhu jabduu teenya
@madinabifto8205
@madinabifto8205 Год назад
Mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa
@ashias9880
@ashias9880 Год назад
Alhmdulillaah
@aburakatube6364
@aburakatube6364 Год назад
Yutobe kuni kee tahuu qophi Nuural-Hudaa irraan daqiqaa 1 yoo tahe beksisa godhi ykn No fariha
@jundiishow.1391
@jundiishow.1391 Год назад
Maashaallah welcome sabbontuu ISILAAMAA
@nezifabagidi2289
@nezifabagidi2289 Год назад
Wollahi wollahi wollahi Masha Allah tabarak Allah Masha Allah tabarak Allah Masha Allah tabarak Allah Alahu akubarr
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Galatoomi Naziif
@CaayaaTubee
@CaayaaTubee Год назад
Masha Allah
@jituujituu3199
@jituujituu3199 Год назад
Dhugajetee. Galtom. Qalikoo. Gosagarii
@zamzamzamzam1488
@zamzamzamzam1488 Год назад
Wl wr wb Nagaya jituu galatomiaa sanyii too Mashallaa Mashallaa Mashallaa ❤️❤️❤️🙏
@Tulluushow
@Tulluushow Год назад
Mashaa allaah baga nagayaan dhuftee qaalii teenyaa jabaadhuu
@kadijaaamaan3104
@kadijaaamaan3104 Год назад
Maasha Allah maasha Allah dhugaa ketii hedduu hedduu galatoom
@abdurezakgabii
@abdurezakgabii Год назад
ماشاء الله بارك الله فيك
@ahmadinshafii9159
@ahmadinshafii9159 Год назад
Maashaa allhaa ❤️
@zubuuabdii5726
@zubuuabdii5726 Год назад
Ws wr wb alhamadulilh
@AliAbouzghaeb-ex4zm
@AliAbouzghaeb-ex4zm Год назад
Masha Allah Masha Allah
@thahirthahir5660
@thahirthahir5660 Год назад
💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚🖐🖐💚💚💚💚💚🖐
@rawudasayid4515
@rawudasayid4515 Год назад
I love you so much Fyyyyyyeeeeeee 🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍☝️☝️☝️🤲🤲🤲🤲🤲🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷💜💜💜
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Rabbiin isaaf jecha na jaalatte si haa jaalatu
@ya.rabbii.yadaa.murada..ki5781
Alhamdulillhii yarabbii kiyaaa Alhamdulillhii yarabbii kiyaaa Alhamdulillhii yarabbii kiyaaa ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
@meyiramabeshir4028
@meyiramabeshir4028 Год назад
Masha allah.......
@obsaadiinoo5690
@obsaadiinoo5690 Год назад
Mashaa allha jabadhuu obooleeytii tiiyyaa
@kadijaasabir8152
@kadijaasabir8152 Год назад
mash allah tabarakallah ❤❤❤❤rabbi sirra ha jallatu ukti tenya ka akka keetii Allah I in nuuf haa heddumeysu
@nasaranasara4930
@nasaranasara4930 Год назад
Masha allh fariyaa kenyaa rabiin siraa haa jaltuu jabdhu garaa fuldurtii wanii danuu siraa bartaraa
@rahimaalndro2608
@rahimaalndro2608 Год назад
Mashaall mashaall
@ameanhhaeg1283
@ameanhhaeg1283 Год назад
ASR WB WB Maashaaa Maashaaa Maashaaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Ws wr wb. Galatoomi
@alhamdushabal5823
@alhamdushabal5823 Год назад
Masha Allah Nama akka ketti rabbin nuf abbayisu
@HasaanAhmad-wf5db
@HasaanAhmad-wf5db Год назад
Farhiya wllh sagalee tee nati tola masha Allah ijara hafi❤❤
@yussraamedia3452
@yussraamedia3452 Год назад
Yene wudi
@fatimahmmm2611
@fatimahmmm2611 Год назад
Maashaallaah rabbiin isiniraa hajalatuu
@محمداحمد-ي7ي6ي
@محمداحمد-ي7ي6ي Год назад
mashaa Allah
@saadu7901
@saadu7901 Год назад
Dhugaa Keeti beetuu teenyaa 🥰❤️❤️
@fadilaa-o7h
@fadilaa-o7h Год назад
Maasha alaa maasha alaa jzk umrii dheradhu
@Umar_Aadam_Ittisoo_Official
شكرا لك
@yunustube
@yunustube Год назад
Maashaa allah j z k
@FahmiiAhmadOfficial
@FahmiiAhmadOfficial Год назад
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Umrii nuf dheradhuu fariyaa Mashaa Allah
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Galatoomi Fahmii
@jibriilhuseenkumbi7465
@jibriilhuseenkumbi7465 Год назад
Dhugadha mashaa Allah rabbi sirra ha jalatuu
@HalimaaAbdii-up6xk
@HalimaaAbdii-up6xk 11 месяцев назад
Allhaamdulilahii yaa rabbii 😢😢😢
@jimmaafiqiikir8197
@jimmaafiqiikir8197 Год назад
As WR WB Qaallii Muslimoota
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
ws wr wb
@fadilaa-o7h
@fadilaa-o7h Год назад
Qalii nama umrii dheradhu heedun sii jalaadha maasha alaa ❤❤❤❤🖤🖤🖤🖤🧡🧡🧡🧡💙💙💙💙💛💛💛💛💗💗💗💗💚💚💚💚💓💓💓💓💜💜💜💜💋💋💋💋💋😍😍😍😍😍😍😎😎😎😎😎😎
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Rabbi si haa jaalatu! Galatoomi
@samirakamal3641
@samirakamal3641 Год назад
Farhiya lubu ko
@asmaaabdii1348
@asmaaabdii1348 Год назад
Ws wr wb wel come bagaaa nagaan dhufte
@afrahnasraddiin9591
@afrahnasraddiin9591 Год назад
Maashaa Allaah
@rameeah6676
@rameeah6676 Год назад
Alhamdulilah
@mhmoaedabdlkader8321
@mhmoaedabdlkader8321 Год назад
Maasha ALLH
@abdikadirabdow1136
@abdikadirabdow1136 Год назад
Mashallh tabarkaallh
@MohamedAhmed-bp1ek
@MohamedAhmed-bp1ek 5 месяцев назад
Atti.nannoo.kamitti.dhalatee
@radinakamal3545
@radinakamal3545 Год назад
Mashaa Allah galatoomaa mural hudaa
@yussraamedia3452
@yussraamedia3452 Год назад
Bayee natoltaa
@alitubi8663
@alitubi8663 Год назад
Alhamdulillah😍😍
@Nesradinrabi
@Nesradinrabi Год назад
Maashaa Allaah Rabbi sirraa haa jaalatu.
@xayibaormiya7280
@xayibaormiya7280 Год назад
As wr wb Mashallah Allah Mashallah Allah Mashallah Allah Mashallah Allah Mashallah Allah Mashallah Allah ❣️
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Ws wr wb. Galatoomi Xayyibaa
@Nasrimustefa
@Nasrimustefa Год назад
Masha Allah ♥
@sumayyaabdulaziz5165
@sumayyaabdulaziz5165 Год назад
Mashaa Allaha ❤
@bakkalchafurgae4213
@bakkalchafurgae4213 Год назад
Sah
@obsituubetiislamaa
@obsituubetiislamaa Год назад
Mashaa allaah dhugaa keti jzk
@hasanibraahim1907
@hasanibraahim1907 Год назад
Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah jzk
@qanafaatube95
@qanafaatube95 Год назад
wa'aalleykum aslami worrahamtulhii wobbarkkatuu mashaa alhaa bagaa naghaani dhuftee bareduu tenyaa. bayyee gammanee bagaa naghaani dhuftee.
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Galatoomi Qanafaa Tube
@hambatube4006
@hambatube4006 Год назад
Rabbi sirraa haa jaalatu jzkk.
@aishakali6345
@aishakali6345 Год назад
As wr wb
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Ws wr wb
@rahimarahima8741
@rahimarahima8741 Год назад
Mashala Amniiiiiiiin Amniiiiiiin
@ameenaa4670
@ameenaa4670 Год назад
Umurii nu dheraadhuu qli
@ummuBilaal-z3x
@ummuBilaal-z3x Год назад
Ws wrwb mashallaah MaaashAllaah Rabin siraa haa jaalaatuu jzk keyaran uktiyee qali nama hedun si jaladhaa Rabbiin Ana olti sihaa jalatuu jabadhuu Akanumati itti fufii 🥰❤❤😍
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Rabbi si haa jaalatu. addunyaafi aakhirattis si haa milkeeysu
@nefisashafi4264
@nefisashafi4264 Год назад
Alahamdulillahi rabbi siraa haa jaalatu lubbu tiyya
@tuniisnidabarti
@tuniisnidabarti Год назад
Maashaa allah
@madinamadina3852
@madinamadina3852 Год назад
Mashallha
@Akamitti12Sidagadha
@Akamitti12Sidagadha Год назад
Nuuf jiraadhu adde Feria
@AdamAdam-eq9bt
@AdamAdam-eq9bt Год назад
Maahasla ❤❤❤❣
@samirabilema7046
@samirabilema7046 Год назад
ws wr wb
@sadiyasadiyasagu3412
@sadiyasadiyasagu3412 Год назад
Mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala
@makiyakadir2505
@makiyakadir2505 Год назад
QALIII
@najumaatube5646
@najumaatube5646 Год назад
Mashallah mashallah 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💌
@aburakatube6364
@aburakatube6364 Год назад
Assalaamu Aleykum warahamatullahi wabarakaatuhu Akkam nagaha jirtani Farihaa goobazi Nuural-Hudaa iraa baroodu sani moo maqatu wal fakkataa Rabbiin kidmaa diini irratti isin haa gargaaru jabaadhaa Garu maqaa isiitiin namni banate natti fakkatee Subscribe godhaafi bira dhaabbadhaa
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Ee anuma. tanuma Nuuralhudaa irratti beeytu sani. galata guddaa qabda
@MahudTube
@MahudTube Год назад
Bareedaa jabbadhuu
@aishakali6345
@aishakali6345 Год назад
Hi
@saadu7901
@saadu7901 Год назад
As wr wb akkaami nagaa jirtaa farhiyaa habibiti heduu takkaa sii jaladhaa 💙☑️ wollaahi rabbiin umurii Kee nuufii haa dhereesuu rabbii naa oliittii sii haa jalatuu beetuu tiyaa 🥰🥰❤️♥️❤️❤️❤️❤️❤️
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Ws wr wb. Galatoomi Saaduu, Rabbi si haa jaalatu
@ummusafiyaa4573
@ummusafiyaa4573 Год назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@kamilaaabdallaah9715
@kamilaaabdallaah9715 Год назад
Mashaaa aallah micyoo farihaa taan heduu jaladhaa rabbii jechaa qaashtii namtii Rbbiin umriii iSii haa dheresu yaa qalbii❤❤❤❤vidyoo sii dhagefdhee hin qufuu🌷🌷🌷🌹🌹🌺🌺
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Rabbiin isaaf jecha na jaalatte si haa jaalatu Kaamilaa. Galatoomi
@makkoo3285
@makkoo3285 Год назад
Wl swr. wb. MashaaAllah Rabbiin isiirraahaa jaaltu jzk oktii teenya barkallaah wafiikum lakka nural hudaa yeroo hedduu barbaade argachu dhabe mee asirratti lakk. Wasthpii nuuf maxansaa bakfiikum
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Nuuralhudaan yeroof Whatsapp fayyadamutti hin jiru. yoo dhaamsa qabaatte Facebook irratti katabi. ykn RU-vid irratti comment godhi
@rawudasayid4515
@rawudasayid4515 Год назад
Mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah tabrka Allah jzkl keri
@sabirwariyo3389
@sabirwariyo3389 Год назад
MaashaaAllah!
@abdurahimahmad3794
@abdurahimahmad3794 Год назад
Mashallah
@nugusaethiopia
@nugusaethiopia Год назад
Fareha baayye sijallannaa yutubee ke irrtti video baxxanssi akka siif guddatu
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Rabbi si haa jaalatu! galatoomi. hangan danda'een viidiyoo ni maxxansa in shaa Allaah
@makiyakadir2505
@makiyakadir2505 Год назад
Baraka nuuf tahiii
@ifaalamii
@ifaalamii Год назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Caaltuu
@Caaltuu Год назад
Matii naaf tahaa
@rahmakedir5635
@rahmakedir5635 Год назад
Mashallaah Mashallaah tabarakallaah ❤
@hayathabishi8072
@hayathabishi8072 Год назад
Mashallaahamashallaah🥰🥰🥰🥰🥰
@thahirthahir5660
@thahirthahir5660 Год назад
Mashaallh Mashaallh Tabrakallaa ☝♥❤💖
@aminaaaliy8051
@aminaaaliy8051 Год назад
Alhamdulilah alhamdulilah alhamdulilah alhamdulilah
@zeynbbintislaam582
@zeynbbintislaam582 Год назад
Dhugaa ketii
@sultanhussein7508
@sultanhussein7508 Год назад
JZK Farhiya garu si ta'u shakke RU-vid kuni kee tahu akkamitti beekna garuu ani fb keeti fi tiktoki keetis ni hordofa RU-vid kana kee tahu adda nu baasi
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
liinkiin viidiyoo kanaa Facebook kiyyarratti sheer godhamee jira. achirraa mirkaneeffadhu. galatoomi
@SabootuuArsiiSabootuuArsii
@SabootuuArsiiSabootuuArsii 11 месяцев назад
Mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa talbalkaat talbalkaat talbalkaat raabii umurii siin haa dhaggeessuu
Далее
Seenaa: Intala Falfaltuu - Farhiyaa Aadam 2023
12:01
Просмотров 291 тыс.
ВЫЗВАЛ ЗЛОГО СОНИКА #Shorts
00:38
Просмотров 58 тыс.
#kikakim
00:10
Просмотров 12 млн
Qaama Saalaa Dhungachuu? - Dhaddacha Jaalalaa 28
27:40
Просмотров 120 тыс.
Raayyaa Abbaa Maccaa 27ffaa: Duula Barnootaa
49:23
Просмотров 1,6 млн