Тёмный
No video :(

FiB: Of ilaallee; Walleen Haacaaluu Hundeessaa Deesseen Dasee Taate Jedhu maal Ibsa...? 

FIB  GLOBAL
Подписаться 189 тыс.
Просмотров 36 тыс.
50% 1

FiB: Of ilaallee (Nov.14,2021) Finfinnee

Опубликовано:

 

13 ноя 2021

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 112   
@dutchh6431
@dutchh6431 2 года назад
VERY GOOD. KEEP UP THE GOOD WORK!!!
@Tokkumma430
@Tokkumma430 2 года назад
Of ilaallee keessan kana jaalladhe Galatooma ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️!.
@Shagartech
@Shagartech 2 года назад
Wel come fib tv wooooo
@dinkisahirpaurga3889
@dinkisahirpaurga3889 2 года назад
maqaa oromon ittin wama ture jijjirani dassejedhani afaan amaran kan kenyaattii dessee ture
@adanulebanon2400
@adanulebanon2400 2 года назад
Baga nagaan dhuftan 😍
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 2 года назад
FIB jabeeffamu qaba❤❤
@zahrahassan4870
@zahrahassan4870 2 года назад
Kkkkk deseen dasee tatee waan ifa jiruudhaa namni maal ta'e
@eeyo3820
@eeyo3820 2 года назад
Gaariidha gaaru Explain gochu qaabdaa Exact answer ta’u hiinqaabu. Thanks
@badhaasagoftaa2182
@badhaasagoftaa2182 2 года назад
Jabadha namatti tola
@shemsueidres9005
@shemsueidres9005 2 года назад
Barachaa jirra
@user-ng5fq4gw4c
@user-ng5fq4gw4c 2 года назад
Well come ❤
@bsivishs9825
@bsivishs9825 2 года назад
❤❤❤❤
@kebedeetefa7450
@kebedeetefa7450 2 года назад
Yaa warra FIB sagantaan keessan barsiisaa fi bashannansiisaa dha. Hedduu Galatoomaa!
@user-de1xq2hp4h
@user-de1xq2hp4h Год назад
Fkn akka magaalaan baatee. Baatii jedhaniin kana akkasuma waan biraa hin qabu. Garuu baatee warruma beeku qofaaf
@kiyyayebaalelij535
@kiyyayebaalelij535 Год назад
Kkk.. Way sabboontota afaan qofaa....
@burqatube893
@burqatube893 2 года назад
Walahi ummani dilanuma matan dhagadha astokfurulah
@seenaaorotube6627
@seenaaorotube6627 2 года назад
Fb bagaa naghaan dhuftaan Yaa sabaa afaan keenyaa badee afaan alagaa ifati bahee oromon afaan ofi wolalee jechudhaa kaa ?? Kanaa bodaa afaan keenyaa qulqulluu hasayu qabana afaan ormaa osoo iti hin makin
@TsegayeTesfayeMinistry
@TsegayeTesfayeMinistry 2 года назад
Aboo kun uummanni kun kan ofiisaa adda baasee hin beekne ta'eeramoo maaloodha?
@shuggishuggi-up6jq
@shuggishuggi-up6jq Год назад
Jabadhuu
@seenaaorotube6627
@seenaaorotube6627 2 года назад
Namni tokkoos hin arganee🙆
@astermakkonin5331
@astermakkonin5331 2 года назад
Jabadha
@shaijakm8888
@shaijakm8888 2 года назад
Welldone👏👏🇸🇦☺️💏🏡💌🌐☺️🇸🇦👏👏
@shemsueidres9005
@shemsueidres9005 2 года назад
Bayye nama boharsa
@shagawallo8664
@shagawallo8664 2 года назад
Dhuga dubbatuuf Of ilalin bayye namatti tola Daseen desse Haxayyi bakkanna Jawwah Nannottu Shawarobit Shawa robe Dabra biran Dabri biran Dabra sina Dabri seeni akkasuma magalaa bayyee jira kan maqa deggaraan Ummanni keenya haabarumaafi kase
@TsegayeTesfayeMinistry
@TsegayeTesfayeMinistry 2 года назад
Deebii Hima dachaa: Sinbira naaf wayya. Soorgoo(hiikkaa mul'ata): Gosa allaattii (simbirroo) jechuudha. Sookoo(Hiikkaa dhokataan isaa) : Isin bira naaf wayya jechuudha. Deebiin keessan 1/3ffaan sirrii miti!
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 2 года назад
Guyyaan waraanaa deemsis hojiidha karaan sirna hargansuu garaadha biruma lafa keessi imimmaanii koottuu dhufee arrabnis raajiidha nyaataanis dhalootaaf art Acaluu yaarabbii kankee kana Rabbumattandhiisakaagzx Daraartu Nagaash wel come to see ethioforrum nyaataan dhalootaaf diina jechama mallaszenawii harkii hayyuuf gabaa of caqasii injifannoo johar Muhammad freehamzaa freebaqqalaa congratulations to see Omn congratulations gabaa gaafa xiiqii
@rsawwss6561
@rsawwss6561 2 года назад
Mandharaa jedhaama bufaanii konkollaata
@Miretube
@Miretube 2 года назад
Hec maal godhuu namuma keenya kana, sanuu dargaggoota qooda waa dubbisanii baruu as deebi'anii ' autobus tera' jetti
@rrrrtube400
@rrrrtube400 2 года назад
Qoppiin keessan namattii tola garu isaa gidduu galchitaan sana dhisaa
@hunddahammatukoooromiyaa6508
@hunddahammatukoooromiyaa6508 2 года назад
❤️💚❤️
@dammeefiguluumatube3188
@dammeefiguluumatube3188 2 года назад
🥰🥰🥰😍
@etenshdabawajira5427
@etenshdabawajira5427 2 года назад
Addooyyeen nama mana nama dalguu ykn hojeetuu jechuudha
@shaleelhashem6695
@shaleelhashem6695 Год назад
♥️♥️♥️♥️👌👌👌🌷
@mhratmhrat2201
@mhratmhrat2201 2 года назад
Wooooowwwwwww
@hawwiinkoojannata5143
@hawwiinkoojannata5143 2 года назад
weyiiii ummataa kenyaa weyumaa desse Lee hamma kana hin bekkan?
@oromotititube719
@oromotititube719 2 года назад
kkkkkkkk
@motumabadassa3548
@motumabadassa3548 2 года назад
galatoomi jabaadhu cimtuu intalaa!! as kottaa malee gara Boolee bulbulaa!!
@motimekonnen366
@motimekonnen366 2 года назад
Daraartuu maalii ofilaalleen kun nu warraa qe'ee Abeebee Tufaa Araddoo kana hin ilaallatumoo? mee gara Xaafoo kanas koottuu si simannaa .
@caaltuutube4360
@caaltuutube4360 2 года назад
🥰🥰🥰
@abdisatafa2468
@abdisatafa2468 2 года назад
Fib sinjalana jabadha
@Jibrilgena2524
@Jibrilgena2524 2 года назад
Of ilaallee FiB TV
@mokonnenlian1839
@mokonnenlian1839 2 года назад
👏👏👏👏👏👏👏👏💪💪💪💪💪💪💪💪
@lgOrtosong
@lgOrtosong 2 года назад
Maqaan amma Dasee jedhamu kun dur Deessee jedhamti turte. Garuu, amma Deesseen gara Daseetti jijjiiramte jechuudha.
@keyadhaile4320
@keyadhaile4320 2 года назад
Maloo ummataa kanaa garajjii ( bakka suupha)namaa hin jiruu gesse addaraa ,namaa desse fi dasee adda basee hin beeknee,mal jedhuu, 😭😭Iam sorry 😭
@miltoolubbuu4901
@miltoolubbuu4901 2 года назад
Akkasii hin jedhamuu giftii koo
@keyadhaile4320
@keyadhaile4320 2 года назад
@@miltoolubbuu4901 ok bro
@TsegayeTesfayeMinistry
@TsegayeTesfayeMinistry 2 года назад
Seerluga mataasaa waan qabuuf Afaan Oromoo sirreessaa barreessaa. 🙏
@mohammedmiftahuddinkaliifa9142
@mohammedmiftahuddinkaliifa9142 2 года назад
Maqaan amma Dasee jedhamu kun duraan Deessee jedhamee waamama ture
@mohammedjango7174
@mohammedjango7174 2 года назад
gaafii baayyee dansaa dha itti fuufaa haala gaarii irra jirtu gaafilee waqtaawoollee osoo itti dabaltanii
@milikiihdtube5969
@milikiihdtube5969 2 года назад
Malaa akka nuf dhamee duraab lafaati kenyaa ykn waloo deessen dassee tatee jechun duraa deesseen dasee tatee duur deesseen turatee araa ara amo dassee tatee
@abdiibrahim3580
@abdiibrahim3580 2 года назад
Uummata rukutamaa🤭🤔
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 2 года назад
Teettus wal dhagahii Baqqalaa Garbaa qaama miiraatii achieve icciitiin lafti bulchiinsa ummataatii sirna hargansuu garaadha biruma welcome OMN injifannoo johar Muhammad hubadhu mallaszenawii harkii diina onneen marii eegnee. Kanaafwaraana ka eeguu beeku+icciitiin wel come fib to Omn congratulations johar Muhammad ka beeku bulchiinsa lafaatiin dubbii ijaa qabduu gurraa eegduree gift ethioforrum mootummadha.diina onneen marii eegnee garaan marii eegnee diina jechama mallaszenawii
@motimekonnen366
@motimekonnen366 2 года назад
jechi dachaa simbira naaf wayya jedheen yaada.
@hawwilove3631
@hawwilove3631 2 года назад
Adooyee jechunii maqaa hiriyaa walii baftuu jechudhaa
@melalastudio3260
@melalastudio3260 2 года назад
Maaloo Jarana Qeerroon Qulqulluudhuma isaatu lafarra yaa'a
@kolfuutubetapha2837
@kolfuutubetapha2837 2 года назад
Bay'ee namati toola
@hulahindawi4223
@hulahindawi4223 2 года назад
Kkkk namichii samisii gurachaa bayyeen naa kolfisisee
@amenanagayo3884
@amenanagayo3884 2 года назад
Maqaa woli hin hamani
@itisagadisa9712
@itisagadisa9712 2 года назад
Naannoon sun Hagamsaa jedhamaa
@Jibrilgena2524
@Jibrilgena2524 2 года назад
Deraartu Negaashi qoophiin kee namatti toola
@dababulto9388
@dababulto9388 2 года назад
Maqaan isa jalqaba dessee ture afaan oromootin jijjiirani dassee (afaan amaarifati).
@kiyyayebaalelij535
@kiyyayebaalelij535 Год назад
😀😉😁😁😅😅😅
@mahmodahmed60
@mahmodahmed60 2 года назад
Jalidhaba
@shemsueidres9005
@shemsueidres9005 2 года назад
Daseen maqaan isaa ganama deesse ture
@abdusseearatkilo5773
@abdusseearatkilo5773 2 года назад
Ani akka natti fakkaatutti deesseen oromiyaadha. daseen immoo magaalaa naannoo amaaraa keessa jirtu sana. Oromiyaa amaarri saamaa jira waan ta'eef
@rayyaanfuaad9098
@rayyaanfuaad9098 Год назад
maqaa kiris taana male tokko hinjiruu haay
@RomanRoman-vj5xz
@RomanRoman-vj5xz 2 года назад
Buttan jirra, the city is called bueee. Oromo is the whole Ethiopia
@temamhassen2079
@temamhassen2079 2 года назад
Deesseen kan jedhu biyya Daseen ammoo waan addaan ciccite
@RomanRoman-vj5xz
@RomanRoman-vj5xz 2 года назад
Always don't confused the truth with Ethinc conflicts. I want everyone to live in unity 🙏. Just speaking the truth
@RomanRoman-vj5xz
@RomanRoman-vj5xz 2 года назад
Rayya it is Oromo region......simply Ethiopia is Oromo.
@megersayadetahirpa
@megersayadetahirpa 2 года назад
Daroo maaliif Badde ??? baga nagaan nagaan deebite. si yaannee
@averuoromati1773
@averuoromati1773 2 года назад
Qachiitito
@abdisabirmaji1377
@abdisabirmaji1377 2 года назад
deseni dasee tatee jedhe nufi hime gonee kenyaa kana jechuni shira oromiya iratii xaxame dinani samamamrtu dha fakenyafi finfinee garaa Addis Ababati jijiramte kana jechuni laftti oromiya samamu nufi ibse gonee kenaa hacenii
@RomanRoman-vj5xz
@RomanRoman-vj5xz 2 года назад
Addis Ababa and the name of the area it needs to be changed to it is original names.
@shaggituuoromoo2795
@shaggituuoromoo2795 2 года назад
Fib hedduu nama booharsitu itti fuufa...
@yaawaaqakosittuubeeka7260
@yaawaaqakosittuubeeka7260 2 года назад
Kkkkk Wayyoo abdii hin dubbisee? hin dubbisnee. Hin beektu? Hin beeku kkkkkk
@user-de1xq2hp4h
@user-de1xq2hp4h Год назад
Jechi hacaalun ibsuu barbaade. Deesseen dasee taatee jechuun. Magaalaan dasee tun maqaan ishee Deessee turte. Walumaaa galatti kan eenyu akka ture lafti beekamadha.
@itisagadisa9712
@itisagadisa9712 2 года назад
Bakkaa bufaataa konkolaataa jedhaamaa
@rsawwss6561
@rsawwss6561 2 года назад
Addooyyeen maqaa mogosaa maqaa shammarree boranatii kanaf maqaan maatiin ittii waammuu wal lagatu
@geleta.gemechubone2000
@geleta.gemechubone2000 2 года назад
Deesse dasee tattechuun
@mohamedzakir5757
@mohamedzakir5757 2 года назад
FIB TV > OBN
@sooqusabya6777
@sooqusabya6777 2 года назад
Deeseen maqaa ganama oromoon itti waamu Daseen maqaa nafxeenyooni itti mogaasani
@ashanafitakalign443
@ashanafitakalign443 2 года назад
deesseen dasee taate . galaoomaa
@lordkhaled4892
@lordkhaled4892 2 года назад
JABAADHU QOMOO KOO! GARA MAGAALAA DIRREE DHAWAA KANAAS KOOTTAA CHALLENGE NU GODHAA FINFINNEE QOFATTI AKKA OFIN DAGANNE OK!
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 2 года назад
Mul'ta yaadii arguu beekii eegi bulchiinsa lafaatiin dursii beekumsaaan diinaa shira gurris dubbii gaafa xiiqii art Daadhii garaan numadaa
@kidanumisgana8290
@kidanumisgana8290 2 года назад
hin amarooftee jechuudhaa,keenyaa dhiisnee kan ormaa gudisnee
@ranirak3042
@ranirak3042 2 года назад
Haacee.gootaa.koo.waqayoo.si.qananisuu.tarnslet.english
@Jibrilgena2524
@Jibrilgena2524 2 года назад
Wel come
@shananodaa8849
@shananodaa8849 2 года назад
Shamaraa oromotuu Achiitii Deesse jenann Oromon desee jedhee maqaa biyyatii itii moggafatee Amarii moo Adasee jedhee jijjiiree Deesse fi Daseen wall idhufuu
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 2 года назад
Deemtus wal argii beekii eegi bulchiinsa lafaatiin dubbii freejohar Muhammad freehamzaa freebaqqalaa congratulations to see fib and equality of justice Or eegumsaaf barnootaa haqa ofii dubartiin faayaagzx Goal zinnaash ummataatii garaan marii nageenyaa ummataatii Dr ijaafi gurraattisfree all political science freejohar Muhammad
@RomanRoman-vj5xz
@RomanRoman-vj5xz 2 года назад
Dugan inturtti mellaye bauoo in haff too
@geleta.gemechubone2000
@geleta.gemechubone2000 2 года назад
Lafaa tenna bareduu balleessan ykn cicciranni jechuu
@ranirak3042
@ranirak3042 2 года назад
Laptop.jeamaa
@almaz1560
@almaz1560 2 года назад
🤣🤣🤣🤣
@dinkisahirpaurga3889
@dinkisahirpaurga3889 2 года назад
kachamallee
@rsawwss6561
@rsawwss6561 2 года назад
Maqaa matiin isaanii ittii wamamaan wal lagatuu bayyee wal jalatuu
@gurmesabirhanu5641
@gurmesabirhanu5641 2 года назад
Agamsa tahu
@harmetube5732
@harmetube5732 2 года назад
Daraartuu qophicha irra caala akkan jaalladhu na taasiste Sirratti kufuufani eenyutu ol naqabaa
@muhebaale5746
@muhebaale5746 2 года назад
Kkkkk
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 2 года назад
So ijaa garaa waraanaaf didi hayyuuf bellama .it must ethiofforum diina hayyoof dhalootaa ofii jechama mallaszenawii .eegii Dr ijaafi gurraattis freejohar Muhammad #freejohar Muhammad
@motimekonnen366
@motimekonnen366 2 года назад
Daree, maloo waraabbiin daqiiqaa 28:30 hamma 28:40 tti jiru sun akkamalee na kofalchiise hhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhh uffffffffffff maal inni aboo?
@rrrrtube400
@rrrrtube400 2 года назад
Ijooleen keenyaa fb irraattii saboontoota fakkatuu garuu. .....
@kidanumisgana8290
@kidanumisgana8290 2 года назад
nama gaddisisa ,kan nama keenyaa
@ahimadabas3323
@ahimadabas3323 2 года назад
F I B hojiin kesan heddu namati tola oto tora iskapitin nu Afertani baaye namati tola
@sifessadessalegn6510
@sifessadessalegn6510 2 года назад
Qophii gaariidha. Garuu maaf falmii fakkeessite qopheessitittiin? It is a bit uncomfortable for the participant, I guess
Далее
FiB: Of ilaallee (Oct 10,2021)Finfinnee
26:27
Просмотров 10 тыс.
FiB: Of Ilaallee  (May 15. 2022) Finfinnee
25:52
Просмотров 12 тыс.
Bangladesh khawpui Dhaka ah kan nupa in kan zin..
13:07
OROMO FUNNY VIDEOS
19:18
Просмотров 116 тыс.
Aayyoon Harargee kolfaan nu fixxe ❤️
2:16
Просмотров 33 тыс.
FIB:  Of ilaallee( Gur 27, 2020) Finfinnee
1:17
FiB: Of Ilaallee (Oct 23. 2022) Finfinnee
40:46
Просмотров 9 тыс.