Тёмный

FiB:Seenaa Paarlaamaa Itiyoophiyaa keessatti nama Jalqaba Afaan Oromoon haasaa taasise. 

Lemi Taye  Fida
Подписаться 192 тыс.
Просмотров 1,3 тыс.
50% 1

Qabsaa'aafi Hayyuu Gameessa Oromoo - Nama Jabaa - Bulchaa Dammaksaa - (Feb 15, 2021) Finfinnee

Опубликовано:

 

29 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 11   
@helentasew5367
@helentasew5367 3 года назад
FIB bayyee, Galatomaa namanii oddoo lubbun jiru walgalatee fachuun barabachissdha. JABADHAA
@kidanefikadu1092
@kidanefikadu1092 3 года назад
Laala kaartaa durii. Obboo bulchaan nama cimaadha. Malaas defend godha turan. Baankiin Awaash har'a tokkooffa dha.
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 3 года назад
Nutti gaafa dhalannuu dhugaa waliin dhalannee Oromoon osoo biyya bulche biyyi suni guyyaa tokkon Canada taati garuu maal gonu kanuma ani Oromoodha jettetu nu nyaacha jira Dhaloonni ammas guddisa isaani waan taneef dhugaa dubbannee dunaa malee Oromoo koo soba hin dubbatu Rabbii umurii isaani nuuf haa dheeressu ❤❤🙏
@morkebashanantu8476
@morkebashanantu8476 3 года назад
Dhebuu issin nuf dhabottan rabbin issin haa agarasisu Imimmaan keessan rabbin lafaa hin busin ❤💚❤💚
@pelengetachow417
@pelengetachow417 3 года назад
Dhugaa dhaa gaammeesaa keenyaa 💪💪💪💪💪🐅🐅🐅🐅
@bosonacilaalo4252
@bosonacilaalo4252 3 года назад
Warri saganta kana qophessitani, you tube irratti feetan galta gudda qabdu! Hayyuu oromoo achi fagesse waa heddu yaada! Ummanni sammu xiqqoo garuu ofittumma fi oromoo akka diinatti ilaalu irra duuba debiyaa hin jiru. Maqaan ummata oromoo wallaggaan jiraatuuf kenname fi kennamaa jiru motummoota dhufani darbaniin waan nama muffachisu. Ta'uus hayyoota waluma gala biyyattiif dheebu bilisumma fi nagaa gutuu hawwan harras ni qabdi oromoon kan akka obbo Baqqalaa Garba! Yoo waaqni lubbu isa bararare...... Hundu hojii isaa ni hammata warri jallina faacasus qajellumma facaasus harka guute ni hammata! Abba koo Bulcha Dammaqsa hojiin kee fakkenyumma gaari fi boonsadha. Umrii dheera fi fayya gutuun jiraadhu!❤
@sukareatomsa8443
@sukareatomsa8443 3 года назад
Eeyyee akkas utuu lubbuun jirruu wal leellisuun gaariidha galatoomaa FIB
@Lalisee-u8s
@Lalisee-u8s Месяц назад
❤❤❤❤❤❤
@usiyyeehasan774
@usiyyeehasan774 3 года назад
Nama jabaadha
Далее
#etv Seenaa Goticha Qaalii Illma Oromoo Maammoo Mazammir
1:18:07
FIB
17:08
Просмотров 377