Тёмный

Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Miixuu ( New Afaan Oromo Film) Full Ethiopia Oromo Movie 2014/2022 

Milto Tube
Подписаться 31 тыс.
Просмотров 744 тыс.
50% 1

MIIXUU Fiilmii Afaan Oromoo Miiltoo Piikcharsiin qophaa'e dhiyyaatedha. Barreessaa fi Daayireekterrii fiilmichaa Biqilaa Asfaaw yoo ta'uu, bara 2011tti agarsiisaaf kan dhiyaate. Badhaasa Odaa Awaardii bara 2011 Fiilmii filatamaa, Daayireekitara Cimaa, Taatoo cimaa dhiiraa,Taatuu cimtuu dubaraa, Soolaan Adimasuu fi Ziinaash Olannii akkasummaas Gulaalaa Suursagalee cimaatiin Amansisaa Ifaa injifatanirru fiilmii miixuudhan. Walumaagalatti Fiilmiin Miixuu badhaasa gosa shan argattee.
Subscribe, Like, Comment & share godhaa.
በሚልቶ ፒክቸርስ የተዘጋጀ የአፋን ኦሮሞ ፊልም።በደራሲ እና አዘጋጅ ቢቂላ አስፋው የተዘጋጀ እና በ 2011 ለዕይታ የቀረበ። የ2011 ኦዳ አዋርድ የአምስት ዘርፎች ተሽላሚ የሆነው "ሚጡ " ፊልም ። የአመቱ ምርጥ ፊልም፣ የአመቱ ምርጥ አዘጋጅ፣ የአመቱ ምርጥ ወንድ ተዋናይ፣ የአመቱ ምርጥ ሴት ተዋናይት እና የአመቱ ምርጥ ኤዲተር ሽልማትን ያገኘ።
Subscribe, Like, Comment,Share ያድርጉ።
An Afan Oromo movie which is produced by Milto Pictures. A movie which is Written and Directed by Bikila Asfaw and viewed in 2018. A winner of 2019 Oda Award "MIXU". A movie which gots Best Movie of the year, Best Director, Best Actor, Best Actress and Best Editor prize.
Subscribe, Like , Comment & Share.

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 1 тыс.   
@mositube3622
@mositube3622 2 года назад
Woow Filmii Ajaa'ibaati dhugaa Garuu maal godhuun danda'ama Haga silaa ilaalamuu qabu hin ilaalamne Namni keenya kan jaraa jala fiiguu malee waan ofii gad jedhee ilaaluuu dhiisee jira" Dhugaa dubbachuuf Filmiin kun Guyyaa Tokkotti nama 1M laalamuu qaba ture. Akka heddumina keenyaa malee waan ofii jabeessuun Oromoo biratti hin baratamne . Waa maraafuu dhugaa jaabadhaa An Gama koon isiniin booneen jira 🙏
@Fiilmii
@Fiilmii 2 года назад
Share godha isiinis galatoomii
@mositube3622
@mositube3622 2 года назад
@@Fiilmii godheen jira 🤗
@dahabeeahmad9244
@dahabeeahmad9244 2 года назад
Akkumaa filimnii kun bodaraa haqnii Ayyoo Abdiif galetii haqnii Oromo hin galaa in sha Allaah Bilisumma fagoo hin jirtuu Dhugaa Galatooma Oromo Tiyyaa Warii Fiilimaa Kanaratii Himatana Wanumaa Oromo keessaa Jiruu Irratti Hojaatani ❤💚❤ Isinin Jaaladhaa Oromo Tiyyaa
@YNAOROTUBE
@YNAOROTUBE 2 года назад
Wow FILMII Ajaa'ibaattii 👌 Jabadhaa Afaan kuun Guudattuuf Oromoon maartii Waliif share Godhaa Yaa Oromoo Tiyyaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please yna
@JamilaaMoosisaa
@JamilaaMoosisaa 2 года назад
YNO kotu mati naf ta'i pls
@sorrtiadam6385
@sorrtiadam6385 2 года назад
dhugaa keti 👍👍👍
@kasahunkasu1627
@kasahunkasu1627 2 года назад
በጣም አሪፍ ነው afaan Oromoo ን አብረን እናሳድግ
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please kasahun
@user-lh5qz4lw6j
@user-lh5qz4lw6j 9 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤
@alnejoym1641
@alnejoym1641 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤
@desalegnkumera3299
@desalegnkumera3299 2 года назад
Eelaa lammaffaadha. Ajaa'iba! Imimmaan qofan ta'e. Fiilmiin hedduu jaal'adhedha. Jabaadha.
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please desalegn
@qoccootube4718
@qoccootube4718 2 года назад
Namni Afaan Oromoo dhaga'u kamuu fiilmii ilaaluu qabu dha! @Biqo guddaa galatoom fiilmii akkasii nu biraan ga'uu keef❤
@daowhabibti5966
@daowhabibti5966 Год назад
Wahii hadhaa ofii 😭😭😭😭😭😭
@GiftiiOroQueen
@GiftiiOroQueen 2 года назад
Wow ani filmii afaan oromo akkanatti bareeduu argee hin beekuu tokkooffaadhaa🙏❤🌳
@samitube1020
@samitube1020 2 года назад
Dhugaakee jettee
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please giftii
@funnym999
@funnym999 2 года назад
Hojiin kessaan kun bay'ee nama gammachisa waggaa bay'ee duraa Eelaa laallee ture ammaa immoo miixuu galatoomaa...filmii afaan oromoo akkuma sirbootaa keenyaa itti chichinee yaa hojjeennuu guddinaa artii oromootif gumacha keenyaa haa gumaachinu hojii kana irratti warrii gumaachitaan hundii keesanu galatoomaa........ገና አለም እስኪገርም መአት ስራዎችን አንሰራለን
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please funny
@Kiyyu1
@Kiyyu1 2 года назад
Woromoon sagaxeen qe'ee anbbaa jala ooltti asdhufttee aarttii ufii hin jajjabeessitu fiilmii kana caaletu jiraa? durssa uftahan namaaf tahan aarttiin Oromoo haadagaagu🙌💪
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692 2 года назад
Maatii naafii taahii adaraa
@Kiyyu1
@Kiyyu1 2 года назад
@@oromtittiijimmaaabbajifaar4692 Ati durssa maatii naaf tahi maal kiyya RU-vid mitimoo?🤔 kennii fudhadhu laaqanni bilaashaa hinjiruu🤷‍♂️
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please kiyyu
@user-cr9sk2xc6e
@user-cr9sk2xc6e 4 месяца назад
Dhuga ke jete
@obseeabbaashee2911
@obseeabbaashee2911 2 года назад
Guddaa fi Zinu 💗 ijjoolleen Maadami koota dawwadhaa filmii gaaridha dhugaaa
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 2 года назад
Obsee maatii tahhii ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-oFUHfFOWovA.html
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 года назад
Obse mati naf tayi habibti
@xajjeebaqqalaa3796
@xajjeebaqqalaa3796 2 года назад
Waanumaa oromon kessaa jirudhaa 😭😭😭😭😭😭😭
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 года назад
Xajjee mati naf tayi habibti
@takelemitiku7440
@takelemitiku7440 Год назад
Ymw
@Suusiyye
@Suusiyye Год назад
I'm from Saudi Arabia I like oromo film 🎥
@hawwiimolee7887
@hawwiimolee7887 2 года назад
Uuuuufffff yaa seenaa Oromoo kana 😭😭😭😭❣️❣️❣️
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 года назад
Hawiye mati naf tayi
@habeebajajm6309
@habeebajajm6309 2 года назад
Uuuuuufffff 😭😭😭😭😭
@oromooromo9391
@oromooromo9391 2 года назад
3ffaa anaa ilalee like naaf go,aa ❤💚❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please oro
@waktolaabera
@waktolaabera 2 года назад
Fiilmii Afaan Oromoo akkasii hojjechuun keessan natti toleera. Galatoomaa! ammallee jabaadhaa sin waliin jirra
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please waktola
@gadagemsisa
@gadagemsisa Год назад
Haga har'aa osoon hin ilaalin turuu kiyyattin gaabbee, What is amazing film. Really I am proud to all stakeholders!
@Fiilmii
@Fiilmii Год назад
Share godhii 🙏
@LearnHahuFeedelsDaily
@LearnHahuFeedelsDaily 2 года назад
ክፋትም ለክፉ ሰሪ፤ መልካምም ለመልካም ሰሪ፤ እማማም አዛኝ በመሆናቸ ሳያውቁ የልጅ ልጃቸውን አሳደጉ። መጀመሪያውና መጨረሻው አስለቃሽ ቢሆንም የምጨረሻው ለቅሶ የደስታ ነው። ቅናትን እንናቀው፤ በሁሉም ቦታ አፍራሽ ነው። ወጣቶች ጓደኛ ለመያዝ አትቸኩሉ፤ ስትይዙም፤ በደንብ አጥንታችሁ ይሁን፡ የፍቅረኛ መለኪያው ለኛ ስላለን መልካም አመለካከት ሳይሆን ስለሌላው ሰው ያለው መልካም አመለካከት ቢሆን ይመረጣል። ወንዶችም ከዳተኛ አትሁኑ። ሴቶችም ስትቀኑ ክፋታችሁ በጣም ጭካኔ የተሞላበት ነውና ከሌላ ቀምታችሁ የያዛችሁት ጓደኛም ሆነ ባለ ለናንተም አይሆናቸሁ። ለሴት እህታችሁም አስብ፤ ራስ ወዳድ አትሁኑ። ድርሰቱም አክተሮችም የተዋጣለት ነው፤ አስተማሪ ፊልም።
@Fiilmii
@Fiilmii Год назад
thank you
@martbirqtube2501
@martbirqtube2501 2 года назад
Seennuuma dhugaan Oromiyaa keessaa jirudha kun😭
@leencawaabeegamaa9572
@leencawaabeegamaa9572 2 года назад
fiilmii waan hundaan miidhaage kana oromoon youtube fayyadamu hundi ilaaluun dirqama. hedduu galatooma fiilmii oromoo tarkaanffachisaa jirtu
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please leenca
@hawiiyeshawalij5515
@hawiiyeshawalij5515 2 года назад
Bayee nama ti tola jabadhaa oromo ko wal haa jabeessinu adda kenyaa Afaan Artii kenyaa ha gudifanu❤❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please hawwi
@myway1966
@myway1966 Год назад
የሚገርም ነው።በርቱል በጣም ደስ ይላል ገለቶማ
@urgoseboka1695
@urgoseboka1695 2 года назад
Woooow filmii aja'ibati jabadhaa seenaa oromo uuuuufff 💔
@caaltuuib813alamuu9
@caaltuuib813alamuu9 2 года назад
Omg waareen film kana nuf dhiheesitaan heeduu galatoomaa galaanii kenyaa onerayii❤👌😭
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please caaltuu
@abdigudeta1186
@abdigudeta1186 2 года назад
miixuu fiilmii afaan oromo keessati kan hirmattan hundi keessan galatooma,i haven't words how to thank you!!!!!!!!!!!!!!!! wow!!!!!!!!
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please abdi
@getinettafesetucho7999
@getinettafesetucho7999 2 года назад
I have no words. Just thank you for letting us watch such a wonderful movie!
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 года назад
Malo mati naf time
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please getinet
@LokoPrimes
@LokoPrimes 2 года назад
Seenaa dhugaa irratti hundaa'ee kan hojjetame haala ummanni keessatti argamuu dha.Imimmaanin xummure . Dhuguma haqni iddoo isaa hin wallaalu Alhamdulillaah.
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 года назад
Loko mati naf tayi habibti
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 2 года назад
Uuuuuufff maaloo yaa waaqakoo imimaan nama fixaachisa dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭😭 Nuuf jiraadha umurii dheeraa ❤💚
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 года назад
Dnk mati naf tayi
@zediyeetubezediyeetube1546
@zediyeetubezediyeetube1546 2 года назад
Anisii Akasumaa
@sanyiikiyyuu3306
@sanyiikiyyuu3306 2 года назад
Wawuuuuuuuuu Wawuuuuu karaa gariraa jirtuu dhugaa filmii bayyee baredadhaa jabadhaa qaqaliwan saabboontotaa kenyaa dhugadhaa 1 ffaadhaa isin
@abdulnasirhaji5129
@abdulnasirhaji5129 2 года назад
Wonderful Job........Guys! you are doing so amazing. What a message!!! What a Music!......What a Plot!!! I don't know what to say ....Keep it up. BRAVOOOOOOOOO!!!!!
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 года назад
Malo mati naf time
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please abdulnasir
@harbuuoromiyaa2471
@harbuuoromiyaa2471 2 года назад
Guyyaa itti Dhugaa fi ilmaan ishee Oromiyaaf deebi'anii galan Waaqni nuuf fida... Akka boonyetti hin hafnu lammii koo....waan dandeessaniif waan qabdaniin qabsoo finiinsaa, Dhugaa cina hiriiraa. Filmii jaal'atamaa dha, Barreessaa fi hirmaattotni hunduu galata qabdu. Fayyaa ta'aa❤️💚❤️💚❤️💚
@dahabeeahmad9244
@dahabeeahmad9244 2 года назад
Dhugaa bantaa ❤💚❤😢
@dahabeeahmad9244
@dahabeeahmad9244 2 года назад
Filimaa kan namni lalee hin bonyee wan jiruu natii hin fakkatuu yoo nama Oromo hin te'iin tee malee Yaa Oromo Tiyyaa haramee tenyaratii jirachuu dadhabnee mii 😢😢😢❤💚❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please dahabee
@iferahusen
@iferahusen 2 года назад
Wowww ani filmi afaan oromoo akkas bareduu arguu koo baay'ee nati tolee 1ffadha itti fufaa maloo ❤😭
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692 2 года назад
Maatii naafii taahii adaraa
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 года назад
Bagaa nagani dhufitanii asumani mati naf tayaa sabaa koo ❤♥👌
@LetaKefena
@LetaKefena 2 года назад
Fiilmii waan hundumaan 1ffaa ta'e dha.❤🌳❤ Warri hojii ajaa'ibaa kana keessatti hirmaattan galata duddaa qabdu❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please leta
@gadaacode
@gadaacode 2 года назад
I have listened to the sound track many times and have been eagerly waiting for full movie, finally got to watch it. The story in this film amazes me, it also depicts the life of Oromo. Incredible job, keep it up.
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 года назад
Gadaa mati naf tayi
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 года назад
Malo mati naf time
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please gadaa
@kebenejohn3513
@kebenejohn3513 2 года назад
@@biliseetube2622 tole
@tadeledessalegn9789
@tadeledessalegn9789 2 года назад
Really I'm no words so very excellent movies baayee baayee namaatti tolaa dhugaa osoo hin beekin namaa bosisaa
@saarinabintumuhamad4220
@saarinabintumuhamad4220 2 года назад
Wow namati tolaa dhugaa film afan oromo akkana toluu yeroo jalqabaf argee ❤️
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please sarina
@U.b1234
@U.b1234 2 года назад
Baayyee gaariidha jabbaadha sabako akka bellwood fi Hollywood guddachu qaba film 🎥 afaan oromoo !#60 Millions people where are you comen u have to watched 👀 this film need more views
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please unique
@dahabeeahmad9244
@dahabeeahmad9244 2 года назад
Hojii gariidha jabbadhaa ittii fufii Dhugaa rabbii ijii tiyyaa irraa Imiman osoon naraa hin citinii filiman kun dhumee 😭😭😭😭wan dhalii Oromo keessaa darabaa jiruu
@docotube9042
@docotube9042 2 года назад
Wow, what amazing oromo movie. Thank you, guys. I'm crying out. One day Oromia shall be free.
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please vam
@docotube9042
@docotube9042 2 года назад
Okay sanyiko.
@msabontuormo8887
@msabontuormo8887 2 года назад
Uuuuf Dhugaa mixuu ilaalluuf bayyee jarjaree egaa wagaa meqatii egaa turee ormoo ko bayye namtii tolaa filmii ajaibaa
@engdasewfenkle2082
@engdasewfenkle2082 2 года назад
it is my pleasure to see afaan Oromo movie in English subtitle thanks
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please engdasew
@abditakele351
@abditakele351 2 года назад
miixuun akkuma maqaa isaa miixuu dhugaa fi kaayyooti! hireema oromootu akkasiidha.galatooma! maatii miixuu hundi keessaanu!
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please abdii
@emebetaberatube8924
@emebetaberatube8924 2 года назад
በጣም ምርጥ ፊልም ነው 😭😭😭😭
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please emebet
@chalagirma1834
@chalagirma1834 2 года назад
Wow karaa hundaanu tokkofadha jabaadha
@Tammee
@Tammee 2 года назад
after eelaa film i saw some amazing oromoo film amazing story amazing acting wow.........qalamni keessan hin gogin......rakkoo muraasa film keessan irratti arge yeroo muraasa booda kara chanaala kiyyaa hojjeedheen siniif dhiyeessa....
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please tezer
@saadi659
@saadi659 10 месяцев назад
Heeduu namatii tolaa jabadhuu ittii fufii hojii garii siif haa ta'u cimii oromoo ❤❤❤❤filmaa bareedaa
@HK-Graphics
@HK-Graphics 2 года назад
Wow wow wow! Amazing guys! so incredible. I'm proud of you keep it up...OROMIANS are with you!
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 2 года назад
Finfinnee maatii tahhii ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-oFUHfFOWovA.html
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 года назад
Finfinne mati naf tayi
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please finfinne
@rozaabee195
@rozaabee195 2 года назад
I love you so much oromo flim
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please roza
@berhaneabdissa7866
@berhaneabdissa7866 2 года назад
Ufffii I can’t stop crying 😭😭😭 😭😭 Eebbifama jabadha!!
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please berhane
@geletatesfa5705
@geletatesfa5705 2 года назад
Waan ajaa'ibaati. Jechaan ibsuun ni cima!!!!!!!! Barreessaa, taatoon akkasumas ergaansaa.................................... Jabaadhaan ergaa koo dhummaati
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please geleta
@Kiyaksirika
@Kiyaksirika 2 года назад
Utuu ija hin libsatin ilaalee xumure!!!!!!!!👌❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 года назад
Kejise mati naf tayi
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please kejise
@OromoAki
@OromoAki Месяц назад
Wooow dhuguma fiilmii ajaaibaati Garuu acting irratti hedduu hafaaf dhugaa fakkeysanii dalaguun bareeda yeroo sana ummanni keenyas filmii afaan oromok ilaaluuf hamileen qabu ni dabala Ulfadhaa deebanaa
@jesusislord4747
@jesusislord4747 2 года назад
Wow ❤️❤️❤️ I have no words to appreciate! What an Amazing story, directing, acting. . . God bless you all!
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 года назад
Maloo mati naf taime sanyi ko
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please jesus
@eyesusiniikirisatosiijirat3619
@eyesusiniikirisatosiijirat3619 2 года назад
Wataa garaa namaa nyatuu💕💕👍👍
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 года назад
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i oroko prank aja.ibaa dawwadhuu ♥️💚♥️🙏💝
@yadisatufa
@yadisatufa 2 года назад
Amazing I am so proud of you
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please yadet
@emebetyoutube8451
@emebetyoutube8451 2 года назад
Uuuuuuuufff yaa oromoo koo kee seena imimanii osoo hin taner dhigaa naa bochisaa 😭😭😭😭
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 года назад
Emebet habibti mati naf tayi
@mekoyahailu
@mekoyahailu 2 года назад
THIS ONOTHER LEVEL IN THE HISTORY OF OUR FILM GOOD JOB GUYS PROUD OF YOU! PLEAS WE NEED MORE FILM LIKE THIS.
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please mekoya
@masaratmasarat9040
@masaratmasarat9040 2 года назад
Wuwu fiilmii baayyee nama tolluu jabbadha jabadhaa jajjabbeewaan Oromoo itti fufaa
@iman2kshow87
@iman2kshow87 2 года назад
I know my Oromo people is the smartest ✊🏾 Still hoping for the best movies to come soon 🤗🤗🤗
@halimaabdela5274
@halimaabdela5274 17 дней назад
Jabaadha ❤❤❤❤❤❤filmi aja'ibaa tti garuu waan tokkoratti hin xiyyeeffaatu ❤❤❤❤
@user-pj4jy7cc8i
@user-pj4jy7cc8i 2 года назад
ምርጥ ፊልም ናው ቃጢሉበት
@user-gt9ow7qt3f
@user-gt9ow7qt3f 3 месяца назад
Filiimin Kuni bayy'eetti bareedaa Garruu hanga ilaalamu qabu hin ilaalamne.waan hundafuu hirmatoota dirama Kenaa Honda keechan waaqayyoo umurii dheera sinif yaa kennu ❤...
@hayathassan5394
@hayathassan5394 2 года назад
Just wow I don't have words 😢 💔 you guys this is very true story what happening our oromo people I can't believe this is filmed it's real !!
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please hayat
@biyyaakooorommiyyaa4089
@biyyaakooorommiyyaa4089 2 года назад
Uuuuuufffff bayyee gara nama balesa 😭😭😭😭😭😭
@ashenafifekadu1808
@ashenafifekadu1808 2 года назад
Ifaajeen keessan guddaadha. I am so proud of you guys. Baay'ee of duratti tarkaanfannee jira. Seenaa filmii kanaa keessati garu "HERO"n filmichaa eenyu akka ta'e adda baafachuf akkan rakkadhe garu dhoksu hin barbaadu. Guyyaa ykn Xiqii moo Haadha Abdii? or may be a script has more heros? Waanumaafu guddaa Ulfaadhaa.
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 года назад
Ashenafi mati naf tayi
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 года назад
Malo mati naf time
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 года назад
Malo mTi naf time
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 года назад
Maloo mati naf taime sanyi ko
@gemechukebede5976
@gemechukebede5976 2 года назад
Jajjaboo keenya nuuf jiraadhaa!! you guys are just amazing, qixxee namaa nu dhaabdani!!!!!!!!!
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please gemechuu
@amiina_hachalu7890
@amiina_hachalu7890 2 года назад
Adara pls oromo tiya asira futani fb tikk tok gubarati hin maxansina yoo dhuguman akka artin kenya gudatu fetan linki isa sher walif godha arti kenya birra haa dhabanu🥺💔yoo tik toka gubati maxansitanile wan daqiqa3 qofa maxansa maqa you tube irati baresati male hunda parti1,2,3,... Jetani tik toka guba hin fidina adara oromuma🥺
@Fiilmii
@Fiilmii 2 года назад
Galatoomii Amiinaa !
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 2 года назад
Amiina maatii tahhii ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-oFUHfFOWovA.html
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 2 года назад
@@Fiilmii isinis maatii taha ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-oFUHfFOWovA.html
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please amiina
@bekayadesa7714
@bekayadesa7714 2 года назад
The truth one really!!
@yaawaaqakosittuubeeka7260
@yaawaaqakosittuubeeka7260 2 года назад
hidii dhugaa hin gogooguu Gooshii😭😭😭💯💯💯😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘❤️❤️❤️ofi kolfaa hojretani biraa hanbistuu mitti nuu nuu boochisaa
@abdulnasirhaji5129
@abdulnasirhaji5129 2 года назад
Bikila ! I don't know what to say or what word Could I use to appreciate you.....Just Ownsome and wonderful. I'm sure Hollywood will be established in the country so that you and those energetic young writers to quench from the thirst of FILM ART. In God will! you will be the one . Keep it up!!!
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please abdulnasir
@safiyadubai8001
@safiyadubai8001 Год назад
በጣም ምርጥ ሬልም ነው😢
@iman2kshow87
@iman2kshow87 2 года назад
Movie habasha laalee kaa yeroo hundaa dhumni isaa hin bareene sanin 😂🙈 now I’m so happy with this best ending ❤️👌love y’all oromo koo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@mendayeseyoum2514
@mendayeseyoum2514 2 года назад
Woooow woooow miixuu guddaa natti toleera dhugaa.....kun fiilmii ykn aartii afaan oromootif tarkaanffii tokkoodha thank you....we expect more....... 1ffaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please mendaye
@mikaatube9251
@mikaatube9251 2 года назад
Wow oromo film the first one
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please mikaa
@samirakadir3945
@samirakadir3945 2 года назад
Kuni wanuma oromo koo keessa jiruu 😭 hedduu bareda tokkoffaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please samira
@marynasir4339
@marynasir4339 2 года назад
This amazing story I have no words to say thanks all of you 🥰 wonderful work keep it up ❤❤❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please mary
@bethlehemtegegn3323
@bethlehemtegegn3323 2 года назад
Wow ijoolleen keenya hojii gaarii hojjechaa jirtu jabaadha
@amentube9168
@amentube9168 2 года назад
በጣም አሪፍነው በርቱ
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 2 года назад
Malo mati naf time
@feruzaatub3034
@feruzaatub3034 2 года назад
Wowwwww mixuu dhugaattii 100/100 oromoo jajabesa bilsii
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi Mati naafi feruzaa
@kadrahesu5299
@kadrahesu5299 2 года назад
uuufff 😭😭😭😭😭♥💚♥👌jabaadha💪
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please kadra
@kadrahesu5299
@kadrahesu5299 2 года назад
@@biliseetube2622 walii malee maalli qaabbnaqabna abshir👍
@sinbooqananii3168
@sinbooqananii3168 Год назад
Wawooo aj'ibaa dhugaa jabadhaa lamiikoo hamaan isin hin argiin lalisaa dagagaa bal'adhaa ammayyuu❤❤❤❤❤
@leensaatube6254
@leensaatube6254 2 года назад
Wanumaa oromon kessaa jiruu 😭😭😭😭
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please leensaa
@Jafe_tube
@Jafe_tube Год назад
Filmi 🎥 🎞 akkana basuun afaan oromo guddisuu fi sirna nafxanyaa gara gubuu
@fayinedenabo9744
@fayinedenabo9744 2 года назад
I can't stop crying 😭😭😭😭 uuuuufffff lammi Koo
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please fayine
@sofiyahabib8434
@sofiyahabib8434 2 года назад
Ayi Guyyaa koo nuunis akkasumatti aarree hojii Mootummaa keessaa baane,Ta'us bakka hin taane,hin buune,Keessattuu kan Uummata keenya irratti ta'u adda.
@ebasasarka3170
@ebasasarka3170 2 года назад
What a story: Oromo people's complex & contemporary condition! What a cast! awesome performance! I loved the whole thing! Thank you!!
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please ebasa
@hayat-lh9em
@hayat-lh9em 2 года назад
Bayyee bareeda dhugaa jabaadha film afaan oromo sadarka kanatti argun nama gammachisa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please hyt
@faximaaahmadhasan3636
@faximaaahmadhasan3636 2 года назад
Bayee namatii tolaa oromo ko ❤💚❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please faximaa
@tsihonem4752
@tsihonem4752 2 года назад
Uuuuuuuuffffffffeeeee kaa maloo Waaqayyoo koo mixuuu Akkasii imimmaanin fixadhee 😭😭😭🥺🥺🥺💔💔
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 года назад
Habibti mati naf tayi
@arif20104
@arif20104 2 года назад
Beautiful drama🙏 please share The soundtrack😭
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please arif
@finfinneefinfinnee5777
@finfinneefinfinnee5777 2 года назад
ammallee isin biraa hin gogiin burqaan fiilmii Keep it up good work
@ayeesisha7144
@ayeesisha7144 2 года назад
Wow baay’ee namati tolla dhugaa😢❤️❤️❤️❤️
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 года назад
Ayeesi mati naf tayi lubu
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please ayeesi
@baalchaabalchaa7370
@baalchaabalchaa7370 2 года назад
Waaaaw bay'ee bareeda jabadhaa Oromoo koo!
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please baalchaa
@ummumuadbeautydecorations261
@ummumuadbeautydecorations261 2 года назад
It’s so sad 😭 😭😭😭😭😭😭
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please ummu
@ezekielfikiru916
@ezekielfikiru916 2 года назад
1M view let's go please make it viral!, don't download please, please! Aja'ibaa dhugaa... Sound quality, costume design ....everything about this film is Miracle. Please let's go for 1M views. Ummanni oromoo bayyini isaa meerree ? Please let me know.
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please ezekiel
@zozos9589
@zozos9589 Год назад
Wow wow 👍👌hedduu takka nama tola filiminhojii baredadha jabadha wan ofi ko 😘♥️
@kamohammed2500
@kamohammed2500 2 года назад
Dhugaa dubbachuuf baay'e namatti tola ❤❤❤jabaadha. Please namni Fiilmii kana daawwaattan osoo subscribe hin goone hin darbinaa wal jajjabeessa.
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please faris
@milkiigurmuu6421
@milkiigurmuu6421 2 года назад
Ibsuuf jechatu na hanqata. Dhugaa dubbachuuf Filmii akka kana Afaan Oromoo keessatti arguun hawwii kiyya ture. Jabaadha. 100% I loved it.
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please milkii
@milkiigurmuu6421
@milkiigurmuu6421 2 года назад
@@biliseetube2622 sif ta'era.
@hasenhusein8747
@hasenhusein8747 2 года назад
Namni ilaalte hundi kee SUBSCRIBE gootu malee hin darbin.
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi tayyii please hasen
@faridarashad3311
@faridarashad3311 2 года назад
Jechaa ittin ibsaadhu hin qabu Film kannaa galatomaa osoo dhumaan film taa'u isaa bekkun imimaan ko qabaachuu dadhaabe kesatiiyu tikki gafaa harmee ishe argiitu fii jaalaalee waan lamaan obbolummaa wolii gafaa baraanu All of you guys my Allah bless you thank you so much for the miixxu film
@miresa7048
@miresa7048 2 года назад
It's Incredible. Jabaadhaa jajjaboota koo. namoota fiilmii kanarratti hirmaatan ispoonsaroota dabalatee guddaa galatoomaa!
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 года назад
Mati naafi Mati naafi miresa
@miresa7048
@miresa7048 2 года назад
@@biliseetube2622 Maatii qaba hoo giiftii koo hin durfamte!😀
Далее
Sona Takele - WARRA BOOLEE - (Official Music  Video)
4:55
Will A Guitar Boat Hold My Weight?
00:20
Просмотров 52 млн
Fixing Plastic with Staples
00:18
Просмотров 1,3 млн
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 1
41:10
Просмотров 354 тыс.
Gaadii Hiree|Full Afaan Oromoo Movie 2021
1:32:54
Просмотров 731 тыс.
Will A Guitar Boat Hold My Weight?
00:20
Просмотров 52 млн