Тёмный

ForX Entertainment Media: " DAALOO" 

ForX Entertainment Media
Подписаться 70 тыс.
Просмотров 44 тыс.
50% 1

ForX Entertainment Media: " DAALOO"

Опубликовано:

 

5 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 251   
@MuzeeMH
@MuzeeMH 8 месяцев назад
Ani suma irraa gaaffii qaba Asuu Silaa dirqiidhaan Jara tana afran kheessaa tokkotti heerumi siin jedhanii Enyutti heerumta Silaadha malee dhugaan miti Siin Eega sagantaa dhufu irratti❤
@midegaentertainment7552
@midegaentertainment7552 8 месяцев назад
As Wr Wb Duran Dursee. Mee takkaa issin Salwataa busu issin hin Garee Mee Tarraa Takkkaa NABBI MOHAMMED IRRATII SALLAALLAAHU ALEYHI WASALAAM JEDHAA KAA
@dastuhamza1888
@dastuhamza1888 8 месяцев назад
S a w ❤
@Maream2003
@Maream2003 8 месяцев назад
SAW
@kalidyassinofficial8
@kalidyassinofficial8 8 месяцев назад
SAW
@AmmeeTube-il6im
@AmmeeTube-il6im 8 месяцев назад
S a w
@ZetunaaTololaa
@ZetunaaTololaa 7 месяцев назад
Saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw ❤❤❤😢😢😢
@OromtitiBalee-ni1qy
@OromtitiBalee-ni1qy 8 месяцев назад
Asuu bayee natii tolta hin bareda bayee❤❤❤ isin hundinu nama gamchiftuu jiradha
@SaadooZeenuu
@SaadooZeenuu 8 месяцев назад
Asuu sin jaalladhaa maal jetta yoodiddee ofin fannisaa❤❤❤
@Gammachuuoro
@Gammachuuoro 8 месяцев назад
Welcome❤❤❤🎉🎉
@billoboss
@billoboss 8 месяцев назад
Ammaas yaada tokkoon qaba warri for x qophiin tessan haala namatti toltii gaafile baayyetu nabira jiraa inshaa Allah. Akkana osoo gootanii haalan namatti toltii. Nama takkaffaa bahee malee kaan hundii osoo qixaaxamee akkuma sadarkaa baheettii. Kan 2ffaa bahee qixaaxa lama qaba. Kan 3ffaa bahes 3 kan 4ffaa bahes afur. Qixaanni saniis daranuu waan nama kofalchisuu tahuu qaba. Kan akka hudduun barressiifaa. Waan nama kofalchisuu isinuu nibeyitanii akkas godhaa. Amma akkanatti faayidaan qabxii hin barbaachisu maalif jannaan wanni namatti dhufu ykn namaaf dhufu hinjirukaa sanifuu itti yaada. Akka namni maaluma adabaman jadhanii hanga dhumaa laalan godhaa jabaadhaa. Ani kanif yaada kana isiniif dhihesse bilaal Aliyyii dhalataa fi jiraataa magaalaa oromiyaa tan sa,aa 24 hojjachuun bekkamtutii. Memagaalaan san tamii assuu isaaq naaf gaafadhu. Jarrikaan nibeekani isaatu warra halaalaati
@RaammisAbdurazzaaq
@RaammisAbdurazzaaq 7 месяцев назад
Magaalaa san siif gaafachuu qaban
@Obsan.1.4.3
@Obsan.1.4.3 7 месяцев назад
Maqaan kiyya obsaa Rashaadi 😂dibichoo dhan Arabamoo& habashaadha ji'i naaf gaafadhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@IliyaseAliyi
@IliyaseAliyi 7 месяцев назад
Warraa Forx Entertainment isiin buuhaaraa jiraa waly garuu biralendhan dhaqiqaa 2 ffaa mee dhabadhuu akaa yeroo jalqabaa jalallii isii qabe saaniiti dhaqiqaa 2 ffaa dhabaadhu nuu janajanii dhaqiqaa 2 ffaa ❤❤❤❤❤❤isiin jalalaa dha Warraa Forx Entertainment ❤❤❤
@FiraolGold-rk5bt
@FiraolGold-rk5bt 7 месяцев назад
Diraamaa ni dabdanii forex dibichifi afliiph❤❤❤
@KmaalTubi-fh2wp
@KmaalTubi-fh2wp 8 месяцев назад
Abbo gafi takka isin gafadhaa samii malin dhiqanaa
@kalidyassinofficial8
@kalidyassinofficial8 8 месяцев назад
Kaalid yaasinin ja'ama Isaaq Malaaxaa isaa namni kottee qabu nuuf korroocaa naaf deebisaa please 🙏 😊😊😊😊
@Jabuoroking5
@Jabuoroking5 7 месяцев назад
Dramaa abbaa haflip & abbaa dibichoo nurraa turtee nu gadi lakkisi ❤❤❤❤❤
@OromtitiWaalloo
@OromtitiWaalloo 8 месяцев назад
Assuu Ani wan biralen miti isaqin sirbii sira hin baredu quaanatu sira tola hinsirbin jedhin Ani kanuman jedhafi male wan birati Len hin qabu tana itti naf dhami adaraa asuuyaa galatotaa❤❤❤
@maarwaanabdii9534
@maarwaanabdii9534 8 месяцев назад
Obbaleeysa kiyya Birraa gaafadhu GAAFFII jireenya kee gara fuulduraatiif kaayyoon kee maali? Maqaan kiyya. Marwaan Abdii Amiin Dhalataa Aanaa Dadar
@hamzajawweeyutbe4939
@hamzajawweeyutbe4939 8 месяцев назад
Ijoollee Jaalala Rabbii Umrii isiin Haa Dheerysu mee Guyyaa Tokko Istejumarti Du'aa'ii Godhaadha Dhugumati 🎉🎉🎉
@ggff8398
@ggff8398 7 месяцев назад
Wly. Heduuu. Dasssss. Jetuuuu. Maashaa Aallaah Maashaa Aallaah Maashaa Aallaah Maashaa ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@KemsK-ri1ox
@KemsK-ri1ox 8 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤ Maaaloooo asuu gaafii tana gaafadhu 1 anii fi ati jaalalleedha osoo jaalalaan wajjiin jirruu Namni ati jallattuu fi dinqisiifattu biyya fageenyarraa si bira dhufee Akka na fuuchuu barbaaduuf ati Akka Isa gargaartu gaafa si gaafate akkam goota. Namtichi aniifi ati Akka waljaalannu hin beeku garuu Akka na dhabuu hin qabne gad jabeessee sitti hima
@ZainabZozo-ur2lm
@ZainabZozo-ur2lm 6 месяцев назад
As wr wb harkaa funnee oromoo tiyyaa mashaallaah tabarkallaah waalhi heduu isiin hordoofaa isiin jalaadha isiin kabajahaa akanumatti itti fufaa yeroo video keessan sirriitti hordoofaa hattu maalee video Isaaq zennuu keessa jiruu irraa dedebi'ee dhagefadhaa ❤❤❤❤ akasumaa isiin diqisifadhaa waalhi ani yoo xiqatee woggaa sadii olii birraa hordoofaa turee Obboolleesaa kiyyaa umrii dhertuu nafii jiradhuu ❤❤❤❤❤ ani jiratuu biyyaa oromaatii Emirati Emirati keessa Abu Dhabi Dhabi irraa isiin hordoofaa jajaabadhaa❤❤❤❤❤❤
@fainj3134
@fainj3134 7 месяцев назад
jalqabaratii as wr wb durarpatii an jolee galamsootiii maqaan kiyaa hussein Nuree jedhama diramaaa sagataan ofaa diraama tajafaa lamfaa jedhadhaa akataa filimaatii hojadhaa heduu namatii toltii diraaman tesaan heduu das namaa gotiii waan tahefii ❤❤❤ galtomaa akaan isiniin jedhee kun akataa baredaa naatii fakataa tanafuu heduun isiin jalataa dhugaa❤❤❤❤❤❤❤
@SrartoSrarto
@SrartoSrarto 7 месяцев назад
Asuu Tiyya ❤siin jaaladhaa 🫶Jabadhuu giftii Teenya ❤
@DfgfFgfhgg-rx6bl
@DfgfFgfhgg-rx6bl 7 месяцев назад
Gaafii harreen takka dheerinni isii finfinnee hanga dirre dawaa yoo dheeratte hadhuurri isii eessa isin eega sagantaa itti aanu irratti Heddu natti toltan❤
@NadhiiShaamil
@NadhiiShaamil 8 месяцев назад
Galatoomaa ulfaadhaa isiniin jachaa an gaafiin tiyya jaalallee asuu namni beeke qubee duraa gabaajeedhaan kaayaa jedhiin isaan afranuutiin
@HawwiiGamado
@HawwiiGamado 8 месяцев назад
Ooohhh naa tate jechi suni heddu nati tolte asuye tiyyaa jabadu intala ooohhh. ❤❤❤😂😂😂😂😂😂
@YahyaKadir-p2l
@YahyaKadir-p2l 8 месяцев назад
Wangarii jirtani jabadha isan cina jiraa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@eebbisaamuniir355
@eebbisaamuniir355 7 месяцев назад
wow❤❤❤❤❤
@KalidAliyyi
@KalidAliyyi 8 месяцев назад
Mention goonaa hayyee kaalid Aliyyii jedhama badho pls pls naagaafadhu nyaachuf jiraata moo jiraachuf nyaata pls pls pls naagaafadhu
@waziirahmad-i8w
@waziirahmad-i8w 8 месяцев назад
Asuu waanin jedhe hin jedhne hin jedhu kajetee naan jedhu nattii fida asuu nuutii dheerattii atuman itti guutii mee wan hafee laalii
@manhalam4141
@manhalam4141 8 месяцев назад
Birraa wow isattu hundda caalaa sii ibsee ❤❤❤❤❤❤👌
@iFAA_Tube8
@iFAA_Tube8 8 месяцев назад
Welcome back forex ❤❤❤
@BadhasaAmiin
@BadhasaAmiin 7 месяцев назад
Maaliif warabeessi bakka takka irra nyaatetii sagal dedebi,aa ❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂
@Hanan-h4n
@Hanan-h4n 8 месяцев назад
Hedduu namattii tola qoqhiin keessan ittii ❤❤❤🥰🥰🤣🤣🤣
@astechtube
@astechtube 8 месяцев назад
welcome Bagaa ngyan dhufte Good Job
@moonetube
@moonetube 8 месяцев назад
Diraaman ni dhaabatee
@arjuuneshow1130
@arjuuneshow1130 8 месяцев назад
Gaaffii Callaa fi Badhoo Maalif CarCar Vine dhiiftan jedhiin please 🙏 gaaffii milikkataa kuni dhumarratti yeroo mara fiduu qabdan sagantaa kana hedduu bareecha
@dasihubi
@dasihubi 8 месяцев назад
Wow❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Ebbaa-xl3tn
@Ebbaa-xl3tn 8 месяцев назад
Qoophiin keessan bayee namatti toltii jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Tawakalshow
@Tawakalshow 8 месяцев назад
Mash alaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Mmm-iy3hk
@Mmm-iy3hk 8 месяцев назад
Mashalaa ❤❤❤❤
@muazcr7
@muazcr7 8 месяцев назад
❤❤❤❤❤asuu koflaan nu fixxee galatomi
@BAHARIMohamed-x9i
@BAHARIMohamed-x9i 8 месяцев назад
Welcome ❤❤❤🎉🎉
@FamiJamal-qj4pc
@FamiJamal-qj4pc 7 месяцев назад
As wr wb warra forx Ani gaffiin tiyya (nyaanni yeroo bule mi, aayu maali ja, Ii naa gafadhu) deebiin (bakulee ykn mixaaxis ) biyya callaa fatti omishama baay, inaan thanks
@AshaAman-w8i
@AshaAman-w8i 8 месяцев назад
Maashaallaah ijoolee qashi❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@HawwiiGamado
@HawwiiGamado 8 месяцев назад
Ijollee qashti ❤❤❤❤❤ baga nagayan dhuftani
@arjuuneshow1130
@arjuuneshow1130 8 месяцев назад
Isaq qaaqan Dachii balleesse Waa.ee sirbaa malee 😂 deebin isaa garuma sirbaa fiigdi
@KubraaNuree
@KubraaNuree 8 месяцев назад
Heduu namati tolatan duhgaa ❤❤❤
@MudasirSiraaj-ns6fj
@MudasirSiraaj-ns6fj 8 месяцев назад
Bila aleykaa hedduu galatomaa hedduu naa taphachuftaan susii nattii tataan yomumaa dhuftaan jedhee isiin eggaa nuf jiradhaa
@ابراهيمعبدالله-ك5م
@ابراهيمعبدالله-ك5م 7 месяцев назад
Jabaadha qophiin keessan hedduu takka namatti tola❤
@dooriishow5263
@dooriishow5263 7 месяцев назад
Dhifamaa wajjii badhuu nuf gafataa osoo haplip jartii tee ykn Qadhimaa tee dhungatu gartee Akam gotaa
@Zubeyda-z1p
@Zubeyda-z1p 8 месяцев назад
Biraa qabxini wolakani kenamifi qabaa 😂😂😂😂❤❤❤❤
@Ibsaamuktaar-ty5xu
@Ibsaamuktaar-ty5xu 7 месяцев назад
Assuu akkana ja,iiti garee lachuu naaf gaafadhuu waraabbessii maaliif bakka takkaa nyaatettii sagal Agaba???? galatoomii Abdiiniin isin Eegadhaa❤❤❤
@gurmeedinee2800
@gurmeedinee2800 7 месяцев назад
Piliis isaaq music isaa Haa nuuf ja'uu ani gurmeysaa Dinee nan jaan
@mirazeyni6179
@mirazeyni6179 8 месяцев назад
Joollee jaalalaa ❤
@NasruuJamaal-h3l
@NasruuJamaal-h3l 8 месяцев назад
Wow❤❤❤❤🎉🎉forx
@NuurNuuree
@NuurNuuree 8 месяцев назад
Birraadhaan takkaa manaamaan kuftee jedhiin
@AragsanAbdallaAli
@AragsanAbdallaAli 8 месяцев назад
Assuye daqiqa xiqaatekha arra❤❤❤❤
@dafariioro-hr3um
@dafariioro-hr3um 8 месяцев назад
Good how you ❤
@mameshow725
@mameshow725 8 месяцев назад
Welcome 🙏 to ❤❤❤❤
@FirooQ-z6s
@FirooQ-z6s 8 месяцев назад
Abbdi dadhii san nu garsiisii mee
@muazcr7
@muazcr7 7 месяцев назад
❤❤❤❤ gabaabadhus anumaatu abbaa keetii jatten gangeen harredhaan ummanni Harree kan gaafii jabduun dhufnaan asuu❤❤❤❤
@Tekalegn430
@Tekalegn430 Месяц назад
Carraanfaa, Asaantiifaa amma eessa deemanii baay'een isaan yaade dhugaa
@Guutuu-i3j
@Guutuu-i3j 7 месяцев назад
Camera akka duraniittii warabaa yoo issinii tolle akka gafa duraa
@UrjiAhamed
@UrjiAhamed 8 месяцев назад
Asuu bayen sijaladha please cala na gafadhu ati gafa jolle hagobara jete Sara duba fira keyse hin demtu jiin
@AanaaHussenUmared
@AanaaHussenUmared 7 месяцев назад
Gaafi tana gafaadhu 🙏. maakina takka yoo sa'aa tokko dhahee ilkee gubba irra cabsee gumman isaa maali?
@billoboss
@billoboss 8 месяцев назад
Assuu rabbi jadhii gaafi tana naaf gaafadhu. Jaalalleente taniif haalaan jaalattuu yero wajjin taphachu jirtan kessatti gize ati dhungachuuf/kiss godhuf afaan isi bira dheyixu yoonif sitti halibdee ajaasan afaanuma kessatti sibaafatte. Maaltu sitti dhagahamaa? Achiboodahoo maal gotaa? Maqaa kiyya gaafa gaafi lammadaatin isiniif hima.
@FatihaA-ll3xn
@FatihaA-ll3xn 8 месяцев назад
Welcome ❤❤❤❤
@midegaentertainment7552
@midegaentertainment7552 8 месяцев назад
As Wr Wb Duran Dursee Anii Maqan Kiyyaa Kaliifishaa Kaa midhagati Gafii Tana Naaf Gafadhuu Pls 🙏 Asu 1 Dibbichoo dhan Ciqqilee Tee Laman Karaa Duggadati Waliin Tuqqii Jinii Pls 🙏 Naf Gafadhuu
@eftoandullahi-ew5rf
@eftoandullahi-ew5rf 8 месяцев назад
As wr wb gaafi tanaa gafaadhu yo agartee isaan 4 yo takka waali jalaatan tokkof dhisaan mo waalin dhisaan 😊😂
@KkKk-to9df
@KkKk-to9df 8 месяцев назад
Masha allah Masha allah Masha allah Masha allah Masha allah Masha allah Masha allah 💖 ❤❤❤❤🎉🎉🎉
@MohammedJibril-bu5gu
@MohammedJibril-bu5gu 8 месяцев назад
Maqan ko mohammed Jibril jedhama rabbi jedhi gafii tana naf gafadhu assu 1 calla fi isaq harre kortani nii bektani yo kortan mudano akam harre koru iratti qabdan harren takka issin dhite 2 birra fi badhof ra,ee tiksitanii bektu yoo tikisitan taee takka warabessi ra'ee tessan nyate please naf hima itti ansudha issan hunda naf gafadhu gafa ijolee takka mana kessan kessa wayii hatani nii bekatu yoo hatani jirtan taee mudano akkam qabda please naf hima
@urgefandishe5088
@urgefandishe5088 7 месяцев назад
Asuu gaffii tiyya amma duras lafa dhifte ❤ hadaraa Rabbii arra naaf gaafadhu haflip fi dibicho ❤❤❤ Harree bishaan obaasuf laga geessanii yeroo isiin dhugu diddu akkam jaa'anii obaasan ? Haflip Ganda keessanitti gaafa waa du'anii waraabessi dhufee nyaachu dide akkamitti yaaman ? Dibichoodhaaf ❤❤Urge fandishe jaallata fi daawwata keessan irraa please please asuuuuuuu naf gaafadhu galatoomaa Urge
@Farree641
@Farree641 8 месяцев назад
Please diraamaa nuuf hojjadhaa
@Yussexoro123
@Yussexoro123 8 месяцев назад
😮❤❤❤❤
@saudinajran281
@saudinajran281 7 месяцев назад
Asuu callaadhan arraba keetin qara funyaan keetii naf tuqi jedhin please naf gaafadhuu❤
@maarwaanabdii9534
@maarwaanabdii9534 8 месяцев назад
Gaafii tana callaa naaf gaafadhu #Gaaffii; Yommuu guddatte maal ta'uu barbaadda? Maqaan kiyya. Marwaan Abdii Amiin
@Kiya12774
@Kiya12774 7 месяцев назад
Gafi tana pls calla gafadhu gafin osoo isaan saden kesa tokko kabali sin ja.ani qarshi 10000 si kanina sin jedheni enyu kabalta taphumafi narra lalina warabesafi harren kanis dhifama
@RozaJabal
@RozaJabal 8 месяцев назад
Wow jabaadha❤❤❤❤
@KadejaAbubeker
@KadejaAbubeker 8 месяцев назад
wow❤❤❤❤❤❤❤
@oromiyaatube251
@oromiyaatube251 8 месяцев назад
Heduu dasii Gotaniu wlh❤❤
@Zooking-d9z
@Zooking-d9z 7 месяцев назад
Asuu pls nugafadhu Diraman nura ture ja.en pls pls
@TuleIbrahim-m5n
@TuleIbrahim-m5n 8 месяцев назад
Gafin kiyaa mililik haren finfinee dhufee yoo janee isaq Malin masrii dhufee janaa 2 badhon hucuu akaa itii mican nuu haa garsisuu 3 biran qoshaa akaa itii jiysan nuu haa garsisuu 4 Calan haredhaa ergaa janee gafaa San mililik malif yabatee haa nuf ibsuu
@Jamiila275
@Jamiila275 8 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Mame-guji
@Mame-guji 8 месяцев назад
Welcome ❤❤
@UmariishaaQashxxii
@UmariishaaQashxxii 8 месяцев назад
Welcom
@Murtiihassenur
@Murtiihassenur 8 месяцев назад
Bayyee gaarii dhaa halumaa kanan itti fufaaa
@IliyaseAliyi
@IliyaseAliyi 8 месяцев назад
❤❤❤❤❤
@Naeima-y8b
@Naeima-y8b 8 месяцев назад
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@OromtitiBalee-ni1qy
@OromtitiBalee-ni1qy 8 месяцев назад
Gaffi tan naf gafadhuu garee haaree fii garee warbesale oso raftaani gize kataan haaree tatanii mal gotan akkasumas warabesa tatani
@samirjemal
@samirjemal 8 месяцев назад
Pls gaaffii kana gaafadhu _nama rakkataa wayiitu ollaa jaraa jira. Jarri mallaqa kennaniifi gargaaruu barbaannaan haati manaa jaraa "maallaqa kana akka kennitee hin gargaarre. ati kenniteefii jennaan gara worra kootittan gala" yoo jetten maal godhu?
@HassenAbdo-qx9er
@HassenAbdo-qx9er 8 месяцев назад
Asuu gaffiitiyya tana calla naf gafadhu guyya dura qamate akkam sigodhe je'iin 😂😂
@KubraaNuree
@KubraaNuree 8 месяцев назад
Mashaallh ❤❤❤❤❤
@Shagu-t1w
@Shagu-t1w 7 месяцев назад
Wow❤❤❤❤❤
@HamzaMuhammad-zl9hl
@HamzaMuhammad-zl9hl 8 месяцев назад
Ana dura arge😮😮
@muazcr7
@muazcr7 7 месяцев назад
Asuu gaafii tana naaf gafadhu== dhuufuu harretiif funyaan maalif hin qabannee garee Harre San naaf gafadhu plaece????❤❤❤
@oromiyaatube251
@oromiyaatube251 8 месяцев назад
Welcome to ❤❤
@chalaadam7879
@chalaadam7879 7 месяцев назад
❤❤❤
@RoobaaTube-ef5zu
@RoobaaTube-ef5zu 7 месяцев назад
Isin hundi tokko tokkoon koflaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@FowzanAbdella
@FowzanAbdella 8 месяцев назад
Hassuu please please gaafitana naf gaafadhu badhaasafi callan osoo diyaaspooran akka malle haala tujjaara takka isilachuu jaala tee isinilleen jaalattani isillachuutti heerfuu yaadde isillamaan eenyuutu eenyuf dhiisaa naaf gaafadhu please please
@horotatube3165
@horotatube3165 7 месяцев назад
As wr wb baga jiraattan jaalleewwan koo.
@alamuddiinaabbishu
@alamuddiinaabbishu 8 месяцев назад
as wr wb ani asuu hin jaaladha adara rabbii torbee dhufu keessa qophirratti naaf gaafadha ani hordofaa keessani
@MahraAlbuloshi
@MahraAlbuloshi 6 месяцев назад
Wecome❤❤❤❤🎉🎉
@IbsaabakarAbdulaii
@IbsaabakarAbdulaii 7 месяцев назад
Mashaa alahaa heduu namaa boaharasiitan jabadhaa
Далее
ForX : "SA EEYSAA ARGATTE FURTUU?"  DHAMA WALLEE
40:01
ANDDD STILL 😤 #UFC307
00:22
Просмотров 321 тыс.
Women’s Free Kicks + Men’s 😳🚀
00:20
Просмотров 7 млн
"Waan hundi yeroo qaba" Siinboonee Hangaasaa
19:45
Просмотров 71 тыс.
ForX :BULTII SOCIAL MEDIA" Diraamaa Gabaabaa
14:02
Просмотров 27 тыс.
ForX : Bashannana"Intala se'een Haadha Kabale"
45:17
Просмотров 45 тыс.
ForX: "QORII SIRBAA"
22:09
Просмотров 13 тыс.