Тёмный

ForX Entertainment Media: PODCAST" NUTI JAJJABOODHA" Ummu kaanus 

ForX Entertainment Media
Подписаться 67 тыс.
Просмотров 72 тыс.
50% 1

ForX Entertainment Media: PODCAST "NUTI JAJJABOODHA" Ummu kaanus

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 480   
@zeynutube6727
@zeynutube6727 5 месяцев назад
Namonii akka koo umu kanosii jaltan lik godhaf ❤❤
@Nafyadi33
@Nafyadi33 5 месяцев назад
ru-vid.comLs94zreVTRQ?feature=shared
@arjuuneshow1130
@arjuuneshow1130 6 месяцев назад
Maasha Allaah Ummu kaanus kabajamtuu intalaa ❤ bareedduu koo meeqa keessantu jaallata❤
@user-nm1ze4xn1w
@user-nm1ze4xn1w 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@Nafyadi33
@Nafyadi33 5 месяцев назад
dhugaa jatee heddu nama ajaa'ibsiisti ru-vid.comLs94zreVTRQ?feature=shared
@thhjhhjh8090
@thhjhhjh8090 5 месяцев назад
Mashaallh mustariya hasofni ke bayee namatti tola ani video dhera akkana hunda hin dhagefadhu wly ke haga dhuma dhagefadhe Rabbi yada murada bateefi si ha milkessu. ilmani keti fi yasini wali isini agarsisu dubarti jabdu ❤❤❤❤❤😢
@HamzSufi
@HamzSufi 5 месяцев назад
Anis ananuma mustii ❤mashallah hamtun siin argiin❤
@salihahamza9761
@salihahamza9761 5 месяцев назад
Naman hedduu jaalladhu umu kaanus rabbiin yeroo dhiyootti ilmaankeef yaassiniin wolitti isin hafidu yeroo hunda seeqadhu inboohin ❤❤❤❤❤
@Suusiyye
@Suusiyye 5 месяцев назад
Yaa abuu kaanus rabbiin bakka yaadde olittii yaadaaf muraada kee siif haa guutuu
@nesimanesi5379
@nesimanesi5379 5 месяцев назад
Ummu kanus video dheraa dhageefadhee hin fixuu kana kee dhagafaadhee fixee❤❤❤❤ hasaan kee hin qufamuu maashaaa allaah ❤❤❤❤❤❤
@FalmataaAbdurahaman
@FalmataaAbdurahaman 5 месяцев назад
Me ❤ mati naf tahi
@Suusiyye
@Suusiyye 5 месяцев назад
Ummuu kaanus too kabajamtu ufiin boontu tenna galatomiii gorsii kee nama qara akka ajaa'ibaati ❤❤❤
@Halifyaa
@Halifyaa 5 месяцев назад
Mashaa Allah tabarakallaa umu kanus bagaa nagaa dhufutee qalii tenyaa ❤❤❤❤❤❤
@SusiMhd-jq6lu
@SusiMhd-jq6lu 5 месяцев назад
Mashaa alhaa asuu ammale nama bira ka akka isiti tolu nuf fidi ykn ibsu obse warra keniya san asirrati nuf dhiheysi ❤❤❤❤❤❤
@CARCARWOOD-po2yl
@CARCARWOOD-po2yl 5 месяцев назад
Mustariyaa hedduu gorsa guddaa nuuf dabarsite kessafu bakka ulmoon rizqii fiddee dhufti jette san haalan siirriidha❤
@bifitubalina8596
@bifitubalina8596 5 месяцев назад
Ummuu kaanus Waaqayyoo karoora kee bakkan sii haa ga'uu dhugaa nan boosiistee iddoo waa'ee ijoollee kee irraa duubaatetti ufii 😭 Dubartii ogeessttidha ati jabaadhuu
@safiamussa7478
@safiamussa7478 5 месяцев назад
MashaAlhaa MashaAlhaa you are a very strong woman InshaAllah your dreams will come true keep it up the positive energy 👍👍❤️❤️ 🌷🌷🌷🌹🌹🌹
@user-ev3co9gs2w
@user-ev3co9gs2w 6 месяцев назад
As wr wb Ramadan kareem isiniin ja'a ummukanus naaf jajjabesaa asuu
@user-sv3dq6iu5w
@user-sv3dq6iu5w 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Faayo832
@Faayo832 5 месяцев назад
Mashallh Ramadan mubarak umuu kaanus heddu si jaladha rabbii yaro gabaadu kessati ilman keeti fi abbba mana ke wal isin ha garsisu❤
@UmmuFaaris1234
@UmmuFaaris1234 5 месяцев назад
Bagaa nagan dhuftee jabadhuu koo Mashalla Mashalla ❤💞💞
@lubansultan7922
@lubansultan7922 5 месяцев назад
Masha Allah umu kanus rabbii yadaa muradakee sifa gutuu❤
@ArabehebanoHebano-iu4fk
@ArabehebanoHebano-iu4fk 5 месяцев назад
Mustariyaa jabadhuu ❤❤❤❤anisii akumaa ketii ijolee lamanii qabaa dhamsaa kee baranotaa gudaa nafii ta.aa❤🎉
@user-mk3fp6ul7m
@user-mk3fp6ul7m 5 месяцев назад
Mash Allah bareduu tenyaa tatee atis ilman kee keessa sii haa deebisuu wly ani ilman dhisu kee hedduu takka gara na nyatee
@Oromotiya-ur5xd
@Oromotiya-ur5xd 5 месяцев назад
Mashaa alla tabarakalla mustariyaa Jabadhuu jabduu tennaa rabbiin yada murada sii haa gutuu
@saadi659
@saadi659 5 месяцев назад
Mashaallah mashaallah umu kanus jabadhuu rabbii nagayaa ilmaan keef yassiin walitii isiin hafiduu
@aasiyaaabduljawaad3012
@aasiyaaabduljawaad3012 5 месяцев назад
Maashaa Allaah Rabbii bakkaan sii haa gahuu ummu kanos hedduu isiin jalaadhaa ❤
@bakkalchabariibaale9321
@bakkalchabariibaale9321 5 месяцев назад
Asuu mudassir hiree gaari Rabbi siif haa baasu nama gaari sitti haa qabu ❤
@Gadiseetube
@Gadiseetube 5 месяцев назад
Jabdu ummuu kanos❤❤❤❤ waqayyoo lafaf bakkaa jirtuttii si'i waliin Yaa ta'u matiin ketiin rabbii Wal isiin yaa argisisuu❤❤
@temimaabduragaferahmed9091
@temimaabduragaferahmed9091 5 месяцев назад
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa 🥰 ❤❤❤❤❤
@Caayaajalaalaa-eo7lo
@Caayaajalaalaa-eo7lo 3 месяца назад
Maashaa Allah bakka itti yaddan rabbin isin hagesuu
@user-gj6rc9jt9u
@user-gj6rc9jt9u 5 месяцев назад
Waleeyekumusalam warahamatullah wabarakatuh umuu kanuus qaali tiyaa bagaa jiratee bagaa nagahaa nuu dhuftee ❤❤❤❤❤❤❤ Akkasumaa obboolleetti tiyaa Atis bagaa nagahaa nuu dhuftee isiin jalaadhaa rabbii Anaa oliitti isiin haa jalaatuu ❤❤
@FatmaFa-lu5qs
@FatmaFa-lu5qs 5 месяцев назад
Wly yeroo duratif saganta kana haagadhuma dhageffadhe ❤❤
@user-tz1xb2rf5w
@user-tz1xb2rf5w 20 дней назад
Masha Allah Hedduu Namatti tola.baadiyyummaa Teenya ittiin boonna
@Issa-cz3so
@Issa-cz3so 5 месяцев назад
MASHAA ALLAH MASHAA ALLAH WILL COMEE UMMUU KANUS❤❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 месяцев назад
❤❤❤ Ummu kaanus NASHIDAA USTAZ KAAMIL SHAMSUU ASWRWB ARGURRAA ICCITTIIIN BEEKUMSII EEGUMSAA MOOTUMMAAN DHAGAYUUTUU DURSAA. IJA ARGUUN DHAGAYUU MOOTII LUBBUU EEGUMSAA
@kwtstc7657
@kwtstc7657 4 месяца назад
Mashaallaha maashaallaha mashaallaha maashaallaha mashaallaha ❤❤ ♥ ❤❤❤❤❤❤❤mashaallaha ❤❤❤❤❤mashaallaha ❤❤❤❤mashaallaha mashaallaha mashaallaha ❤❤❤♥❤ ♥ ❤ mashaallaha ❤
@safia1290
@safia1290 5 месяцев назад
Masha Allah Masha Allah umma kanusu 😍❣️
@LovelyCondorBird-zj6bk
@LovelyCondorBird-zj6bk 5 месяцев назад
Mashaa allah mashaa allah
@SunbulaaTuulee
@SunbulaaTuulee 5 месяцев назад
Masha allhaa ❤❤❤❤❤❤
@MrKaled-xi8gg
@MrKaled-xi8gg 4 месяца назад
Masha Allah
@BadhasaMustafa
@BadhasaMustafa 5 месяцев назад
Mashaallha hamtuu isnirraa ha qabu qabu shammarran teenya ❤❤❤❤
@bakkalchabariibaale9321
@bakkalchabariibaale9321 5 месяцев назад
Maasha'allaah tabarakallaah heddu namatti toltan Rabbi rizqii dhuma hin qabne isinitti haa khennu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 месяцев назад
❤Eegumsaa AddeeCaaltuu Amantiin birateenyee malee amannee hin geenyee yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa kanaaf Gaafa H/Adam Saddoo Qalbiinis muslims aswrwb Qalbiinis waraanaa qabeenyaa gurraa ni dhageettee Gaafa warrii minikiin karatti kufee zinnaash Tayyachow har'as garuu Seeraa ni argitas ni dhageettaas humna barnootaa Dinqisiifadhaa Jaajjabduu Dubarttoon Alhamdulillah Yaadii argii ilmaaniin dhagahaa walloo duutis Eegumsaa yaadachuun lubbuu aswrwb laftis
@CARCARWOOD-po2yl
@CARCARWOOD-po2yl 6 месяцев назад
Maatii ishiitin RABBIIN walitti haa deebisu
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 5 месяцев назад
❤❤❤
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw 5 месяцев назад
MAshaallaa MAshaallaa MAshaallaa jabadhaa qaqaliwanii kenyaa ❤❤❤❤
@Caayaajalaalaa-eo7lo
@Caayaajalaalaa-eo7lo 3 месяца назад
Maashaa Allah
@hibaturahmaanabdalla8912
@hibaturahmaanabdalla8912 5 месяцев назад
Mashaa allh isin lamaanu baay'ee isin jaaladha ❤❤❤❤
@gutemakasim3932
@gutemakasim3932 5 месяцев назад
Maashaa'allaa ummu kaanus dubartii cimtuudhaa rabbiin kanaa oletti beekkumsa dabalataaan si haa badhaasu akkasuma rabbiin nagahaan waan yaadde siif guutee nagahaan maatii keetitti si haa galchu🎉❤
@sofiitube2313
@sofiitube2313 5 месяцев назад
Yaa umu kaanus Rabiin yaadaa muraadakee siiguutee maatiikeelee nagayaan wolit sihaa deebisu❤
@user-md7ti7bs6j
@user-md7ti7bs6j 5 месяцев назад
Umuu kanus heduu si jaaladha nuuf jiraadhu ❤❤❤❤❤❤
@yaaallahaa712
@yaaallahaa712 5 месяцев назад
Woowww mashaa allahaa ummu kanus & Asu mudasiir isiin jalaanaa jabadha umriidheradhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤A❤❤❤M❤❤❤❤
@uas-ic2nz
@uas-ic2nz 3 месяца назад
Masha Allah tabarakaalla❤❤❤❤❤
@HawwiiGamado
@HawwiiGamado 5 месяцев назад
Dhuga dubachuf isin lachu nama fakenya ira fudhe jabadha ❤❤❤
@AanaaHussenUmared
@AanaaHussenUmared 5 месяцев назад
Masha alah ummu kanus
@HhGg-mr1fm
@HhGg-mr1fm 5 месяцев назад
Ummu kanus hedduu sijaalladha kabajamtu namaa Rabbiin yaadaf muraada Kee siif haguutu❤❤❤❤
@AhmadNaadir
@AhmadNaadir 5 месяцев назад
Mashaa allaah ummu kaanus yaroo dhiyoti sifi maatii te rabbin bakka takati jiruu badduu isin haa jirachisuu
@user-ds1tq6kw4l
@user-ds1tq6kw4l 5 месяцев назад
Nuf jiradhaa Umiri naf dheradha walin masha Allha Tabarakallh ❤❤❤❤❤😢😢🎉🎉🎉❤
@HamdiMahammad-qt8je
@HamdiMahammad-qt8je 5 месяцев назад
Masha allah ittii issini ha dabalu
@khalialiyyii
@khalialiyyii 5 месяцев назад
Ummu kaanus umriidheertuu jiruugaarii siifii yaasiin Akkasuma khaanuus Naahlaateetii wajji rabbiin guyyaa gaarii Walitti isin haadeebisu waan Niyyatte hunda siif haa guutu rabbiin kee Ani maqaanko Abdulbaasixi Djiboutiinjiraadha hedduun sidinqisiifadha warri biyyanaa Tokko kansinbeeyne hinjiru hundinuu du,aai siifgodhan Ati Amiinuma Jan,i
@baredduoromo6533
@baredduoromo6533 6 месяцев назад
Ummu kanus❤❤❤❤
@kubrahusenoromiy8884
@kubrahusenoromiy8884 5 месяцев назад
Waaleyikum salaam waarahamaatuullaahi wabarakatuhuu
@Wardatube235
@Wardatube235 5 месяцев назад
Anii video dheerraa hin laluu araa garuu hanga dhuman lalee mustariyaa jafar ❤❤❤❤sin jaladha❤❤
@sabcuraef
@sabcuraef 5 месяцев назад
Mashaa alha asuu mali fbade qopii adaa dargagota calafi biraa fi isaqi fi ❤❤❤❤❤ piliz nufidi
@bddhhdhd4692
@bddhhdhd4692 5 месяцев назад
Mashaa Alahaa Masha Alahaa Masha 🎉🎉🎉❤❤❤
@user-mq2wi4rn2i
@user-mq2wi4rn2i 5 месяцев назад
Wl wr wb masha alaa umuu kanuus abaa manakee ilmaankee wajiin rabiin yeroo dhihoot walii sin hafiiduu kabajamtuu qalii heduun sijaladhaa walahii abshiir habiibtii❤❤❤❤❤❤❤❤
@abdicarcar7600
@abdicarcar7600 5 месяцев назад
Maashaa Allah ❤❤❤
@user-qe5jr2zc8b
@user-qe5jr2zc8b 5 месяцев назад
Mashaa Allah mashaa Allah ❤❤❤❤❤❤ ummuu kanus rabbiin umrii dheraa isiniif have hakenu ❤❤❤❤❤
@RAHMAUSMAIL-gr4by
@RAHMAUSMAIL-gr4by 5 месяцев назад
Mashaa Allaah
@kaltunmhemd433
@kaltunmhemd433 5 месяцев назад
Masha allha ❤❤❤
@merriamsulaeman3263
@merriamsulaeman3263 5 месяцев назад
Mustariya qashiti qaalii namaa jabadhuu❤️❤️❤️
@user-vk6pm9rm3v
@user-vk6pm9rm3v 5 месяцев назад
Dhuga ketii umuu kanus Rabbii umrii dhertuu siif haa kenuu insha alhaa yada Murad kee Rabbii siif haa gutuu ega of jijiruuf biyaa batee aka yadee argadhuu Rabbii wajiin 🎉🎉🎉🎉🎉
@dursitushako1033
@dursitushako1033 5 месяцев назад
Wow wow ❤umma kanuss
@user-fg4ug2oz5z
@user-fg4ug2oz5z 5 месяцев назад
Mashalh Mashalh asuye jabadu intala biya tiya hedun sijaladha umu kanus jabdu dubarti jiradhu nama aka keti kana jala tani ira baratani walhi❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jole tetile nagan waliti isin hafidu❤❤❤❤❤
@faxumatube5843
@faxumatube5843 5 месяцев назад
Mashaalhaa mashaalhaa bareduu tiyaa bareduu ❤❤❤❤❤
@BadhasaMustafa
@BadhasaMustafa 5 месяцев назад
Ummu khaanus dubartii jabduu ❤❤❤❤maati teetin waliti isin ha deebisu
@user-xj1tj7mo7b
@user-xj1tj7mo7b 5 месяцев назад
Wwwmasha allah❤❤❤❤❤
@zenabshama8279
@zenabshama8279 5 месяцев назад
MaashaaAllaah MaashaaAllaah uummu kaanus qaashtii koo raabbiin ammaallee yaada muraada kee siif haa gutuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤inshaaAllaah 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@samiiraabdunasir-tr4xz
@samiiraabdunasir-tr4xz 5 месяцев назад
Umuu kanuus baga battii ramadanattii ramadattiin si gahe❤
@AffectionateCoconut-ob6im
@AffectionateCoconut-ob6im 6 месяцев назад
Umuu kanus bagaa naghan dhuftee hedduu si yaneyuu
@user-cv7kh8px5t
@user-cv7kh8px5t 6 месяцев назад
Masha allah Tabarakallah
@abdulatifabdulkarimahmad
@abdulatifabdulkarimahmad 5 месяцев назад
Ummu Kaanus dubartii kabajamtuu Amala qabeetti hedduu nama gaarii dhugaa 🎉🎉
@user-pe7xy7uf6n
@user-pe7xy7uf6n 5 месяцев назад
Lameen keessannu Jajjaboodha❤
@madinamadinahajii
@madinamadinahajii 5 месяцев назад
Mashalaa umuu kanos gorsituu rabii yadaa muradaa sii haa gutuu ♥️♥️♥️🥰🥰🥰inshalaa 🎉
@user-dw4bw3uy5g
@user-dw4bw3uy5g 5 месяцев назад
Maashaa alhaaa rabbi maatii keetiin walitti si ha deebiisu
@mameshame1836
@mameshame1836 5 месяцев назад
Ws wr wb anu hoggu duraa pirankin sehe wallahi hoggu isiin biyya hin jiru jattu
@user-mz2ir9dy1e
@user-mz2ir9dy1e 5 месяцев назад
Masha allaha ❤❤❤❤❤umu kaanus 🎉🎉🎉 welcome ❤ umrii
@user-iy4uk7re4u
@user-iy4uk7re4u 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤mashaallha Mashaallha barduu tiyaa umuu kanosii ❤❤
@hsehhhh1771
@hsehhhh1771 5 месяцев назад
mashaallh mashaallh mashaallh mashaallh mashaallh
@user-hw7wb2iq4z
@user-hw7wb2iq4z 5 месяцев назад
MashaAllha Wowo ❤️❤️
@FayazMohammed-kc9tn
@FayazMohammed-kc9tn 5 месяцев назад
Masaah allh
@MariyemKedir
@MariyemKedir 5 месяцев назад
As we wb ummuu kansi yaa ruhii koo yaa galbii koo walhi bay'ee sin jaladhaa adaree vidiyoo gosaa baredaa qabuu gadin ufi lakkisi ❤❤❤ ati unuf dawadhaa rabbii gudaa yadaf murdaa kee sifi gutte matii kee huddaa bakkaa tokkoti walitii sin Haa qabuu❤❤❤ jadhuu jabduu koo lencaa koo ati nuf fakkenyaa Kenya yaa mustariyaa kooooooooooooooo❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 месяцев назад
❤❤❤ yaadii argii Aswrwb Ummuu kaanus wrwrwb art Kadiir Said bultiinis Gamnummaa isaa guutuudhaa HirIna waa qabuu Qaamaa keessatti kan baadiyyaa biyyaa Kolfaan imimmaanii Australian Aswrwb Mustariya Jafari Dhageenyee dubbannee Seeraa gzx Aswrwb Astuu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 месяцев назад
❤❤❤ YAADII ARGII GZX ASWRWB DEEMSIS MARIIDHA GZX ASTUU MUDASSIR ARGUU FI DHAGAYUU KAMTUU DURSAA NA GAAFATIN DIINATTI MANDISNI SEERA EEGUMSAA DIRAAMAA ILAALLEE DINQISIIFATAA ASWRWB
@makiimak3540
@makiimak3540 6 месяцев назад
Mashallaa mashallaa ❤❤❤
@halimahalima3854
@halimahalima3854 5 месяцев назад
mashaallah❤❤❤❤❤❤
@user-wr7yy1op9f
@user-wr7yy1op9f 5 месяцев назад
Yassin wajiin ma dhufiinaa
@salahAhmad-h8e
@salahAhmad-h8e 5 месяцев назад
Maki oro nuf Fidi❤❤❤
@user-du4it2dt9r
@user-du4it2dt9r 5 месяцев назад
Mashalh ❤
@MaameeIsoro
@MaameeIsoro 5 месяцев назад
Mashaa Allah ❤❤❤❤❤❤ummu kanus
@FiroTube429
@FiroTube429 5 месяцев назад
Mashaallah ❤❤❤
@kumaaorotubes2718
@kumaaorotubes2718 5 месяцев назад
Masha Allah ummu kaanus hedduu jaalanna ❤❤❤❤❤
@faxumatube5843
@faxumatube5843 5 месяцев назад
Galtomii bareduu tiyaa ❤❤❤❤❤
@ffgg4850
@ffgg4850 5 месяцев назад
❤❤❤❤ ماشاء الله تبرك الله
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 месяцев назад
Eegumsaa BOORANAA ALHAMDULILLAH subahannallah wal yaadaa Billions Gaaddisaa Rabbiin isin haatiksuu aswrwb
@ahmedsadikabdurehman
@ahmedsadikabdurehman 5 месяцев назад
Keep on
Далее
ForX :  "Magantaa" Dhama Wallee Sep. 7,2024
30:10
Просмотров 6 тыс.
The Most Elite Chefs Ever!
00:35
Просмотров 3,1 млн
ForX "DHAMA WALLEE " DORGAA DORGEE"
37:20
Просмотров 30 тыс.
vidoo eragaa qabufii vidoo bashansisaa
6:54
Просмотров 13 тыс.
#Salphiina Yassiin Mustariyaan Dhagesee #prank
17:53
Просмотров 35 тыс.
ForX : Bashannana"Intala se'een Haadha Kabale"
45:17
Просмотров 45 тыс.