Тёмный

Gaaffii 8 Waa'ee Jaalalaa|8 Love Questions| RORAS TUBE 

Roras Tube
Подписаться 229 тыс.
Просмотров 245 тыс.
50% 1

Gaaffii Jaalalaa 8 Jaalalti Siqabdee Ni Beeytii?
#RORASTUBE
RU-vid Biqilaa Tube / channel

Опубликовано:

 

19 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 704   
@RORASTUBE
@RORASTUBE 5 лет назад
Waan Nu Daawwattaniif Galatoomaa Chaanaala Kanaaf Haaraya Taanaan Subscribe godhaa
@linamohamed9328
@linamohamed9328 5 лет назад
amiro walhi jaabte jirta garu gurban kun ductora jalala nafkata kiba jalala bareysu qabu dhuga 😍😍😍... amiro jabadhu
@haayatjaafar6802
@haayatjaafar6802 5 лет назад
Amiir Kenya
@queensayojibril8179
@queensayojibril8179 5 лет назад
Siif godhee anii
@ferdosferdos8104
@ferdosferdos8104 5 лет назад
Atilen nu boharsu ketif baye si galatofana si jalan lami koo keep goin👌👌👌👌👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤
@RushiiTUBE
@RushiiTUBE 5 лет назад
Amir show waan gaarii dabarsuu jirta garuu waan sirreeysu qabdu takka lamaan siin ja'a. 1.mee nama akkam jaalatta jechuurra mee yeroo jaalattu criteria yookaan ulaagaa akkam akkam barbaadda.kana kheeysatti waan heedduu ibsuun ni danda'ama. 2. Reaction yookaan yeroon jaalalan qabamte wantootni sirratti mul'atan maal faadha? Kkf. Gaafiin akka namaa galutti bareechanii qimama itti godhanii yoo gaafatan, kan gaafatamelleen osoo hin rakkanne deebisaa bal'aa fi to the point siif kanna.dura kanarratti hojjadhu. Hundaafu jabaadhu.
@halisho8673
@halisho8673 5 лет назад
Ilove you ijoolee diree dawa anii ijollee arsitii mee namnii akka kiyya hasonyan fi hojjin isanii isnitii toluuu like nfii godhaa
@rahmaahmed2444
@rahmaahmed2444 5 лет назад
Maaltu ganda ke sigaafate Oromon takkama
@halisho8673
@halisho8673 5 лет назад
Bakka si hin hosfnee hin hoqatinii giftii anii sanifii hin jeneee
@rahmaahmed2444
@rahmaahmed2444 5 лет назад
Ta gandumma tun naf hin taatu nahoysiste eee
@halisho8673
@halisho8673 5 лет назад
Anilee akkuma ketii gadumaa jibaa garuu anii Arsii tee heduuu akka isanii jaldhunii ibsee malee wani biraa yadetii mitii tanfii sirbaa tokkumaa tokkumaa yaa ilmanii oromoo tokkumaa jedhuu si afertini jiraa fayya tayii
@siyaaraentertainment6973
@siyaaraentertainment6973 4 года назад
Akam abayo I'm somali from wajale
@umarzakiofficiall4106
@umarzakiofficiall4106 5 лет назад
Amir Sho Qopin Tunii Namatii Toltii Part 2 Dalagu Ni Dandeysaa? Namnii Akaa iraa Debisu Fetan Like Godha 🤟🤘
@tiptv2549
@tiptv2549 5 лет назад
ru-vid.com/show-UCP_ucsSLbUKMF5ihQKKZVlA
@hamzamahammed7703
@hamzamahammed7703 5 лет назад
Dhugati
@dhhf4931
@dhhf4931 5 лет назад
Eduu namatii tolhaa nuu muarsuu ketifii galtomii jiradhu
@dhhf4931
@dhhf4931 5 лет назад
Eduu das jah
@Harmeejobs
@Harmeejobs 5 лет назад
haya
@sahra4091
@sahra4091 4 года назад
Ok the guy with JEEP T-shirt is Legend. He needs show to teach this people. He is gifted analytics. Mashaallah Tabarakalh.
@melkamuwaktola5472
@melkamuwaktola5472 5 лет назад
Baay’ee namatti tola dhugaa! Waan 3f natti tole! 1. Akkaataa haasa’a keessanii( loqoda afaanii) 2. Afaan Oromoo Guddisuuf gahee gudda qaba 3. Waa’ee jaalalaa sirritti ibsitan fi kkf. Galatoomaa!!!!!
@ramadanmarufe319
@ramadanmarufe319 3 года назад
Ani qabdi jirti jalaalatti
@david44929
@david44929 5 лет назад
Waa’ee jaalala oso sa’a 24 hasa’ani namati tolti....ijjoolen ati dhihesites sammunis qaamanis babareedu dha keessatu mucan Jeep uffaatu mentally strong man! Keep it up the good work
@muhammedusman1460
@muhammedusman1460 5 лет назад
Jaalalanna na qabe argadhu naan jedhaa likes naaf godhaa
@rahimadaowd4978
@rahimadaowd4978 5 лет назад
Hayii abshirii 😭
@muhammedusman1460
@muhammedusman1460 5 лет назад
@@rahimadaowd4978 du'aa ima godhaa ni taati
@sefirabeyan7969
@sefirabeyan7969 5 лет назад
Jabadhuu amir itifuufi heduudh namatii tolaa roras tube
@sefirabeyan7969
@sefirabeyan7969 5 лет назад
Roras tube Amira natatee halaa natii tolataa sabonaa promo nii yadataa atii jalatii siqbadee abaa itall italmajatanii jatee kabalaandhotee malifii
@sefirabeyan7969
@sefirabeyan7969 5 лет назад
Nibareeda Mashaalla
@hananketma2950
@hananketma2950 5 лет назад
This is my favorite video so far 🙃🥰, you guys should film in lagahare.
@mubetube260
@mubetube260 5 лет назад
Woooooooow baayee namatti tolaa amir sho jabaadhu uummata keeysa deemte yaada ummata, jaalalas tahe waan sammun ummata yaadu warra biyyarra fagate biraan gahu keetif galatoomii nutis si cinaa jirra Roras tube
@oromomadiavoice9646
@oromomadiavoice9646 5 лет назад
Amiiroo keenya jabaadhu hedduu namatti Toltti sagantaan Tee. Garuu waan natti Tole keessaa Warra Afaan Jallisu karatti Deebisuu keeti 👍👍
@zamzamzam3384
@zamzamzam3384 5 лет назад
as wr wb nag
@zinuyemuazadneqi3356
@zinuyemuazadneqi3356 4 года назад
kkkkkkkk
@suhaybizmail9117
@suhaybizmail9117 4 года назад
kuyg huh 8
@tegistfeleke1334
@tegistfeleke1334 4 года назад
The cute guy in Jeep t-shirt is dropping some gems. Take notes fellas.
@abujiyet9107
@abujiyet9107 5 лет назад
Gaaffiif deebiin isiin waahee jaalalaa irratti qopheessitan hedduu namatti tolaa jabaadhaa Amiir keenna atis ijoollee afaan oromoo keessa afaan ambaa maktu saniif sirreessuu keetiif galatoomi. Akkasumas anis jaalalli bakka 3hitti qoodamtiin beeka isiinis 1 jaalala biyyaa 2 jaalala hiriyyaa 3 jaalala maatiiti. Muyee Abduu irraa
@sahra4091
@sahra4091 4 года назад
I'm going to buy his books.
@lwww2070
@lwww2070 5 лет назад
MashAllah MashAllah WOW you doing good brother 🌷🌷🌷♥️♥️♥️.
@aliiibrayimii7769
@aliiibrayimii7769 4 года назад
Wow anii jalalii namaraa naa qabee hin bekuu ,namnii garuu bayyee naa rakkisaa turee ammaa erganii biyyaa fagadhee gabbii nattii ta'tee ,namaa bochiftii lataa?
@sufikaru189
@sufikaru189 5 лет назад
Amiir shoo mangistii jabadhu habibii ❤👌👌👌👌❤💪
@salaahxasan7451
@salaahxasan7451 5 лет назад
masha allha 💔Always choose to be in love, not to fall in love.
@sadamabdullahi7183
@sadamabdullahi7183 5 лет назад
12:30 Mucattii sanaa lakkofsaa isii jabaa naan jedhii Amiroo 🙏🏽😂
@leylanibrown4338
@leylanibrown4338 5 лет назад
That was fun 😂 I love it! but sorry I don’t know how to write in oromo.
@hafsa7731
@hafsa7731 5 лет назад
Oh leylani Brown don't worry sis one day u will understand
@zaithoonazaithoon9068
@zaithoonazaithoon9068 4 года назад
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@amagfamilylondon9467
@amagfamilylondon9467 5 лет назад
love this youtube channal . born in oromia live england london love dire girls :)
@shagraoromo7432
@shagraoromo7432 5 лет назад
Continue more and more talent
@lighto647
@lighto647 5 лет назад
Good job. But You expose the privacy. Next time try to ask more about education Thanks
@firoshow5623
@firoshow5623 5 лет назад
Wooow heduu namatti tola amir kenya garuu itiin ufata green ufatte sun naat faate heduu garuu afaan oromoo dubadhaa jaiin
@tegistfeleke1334
@tegistfeleke1334 4 года назад
I love how he corrects their affan Oromo 🥰❤️❤️
@burhanahmed1771
@burhanahmed1771 4 года назад
wallahi naa tatanii jirtan.garuu intala dirredha nin fedha jarsummaa isin ergadhee jira
@lilibmlilibm7532
@lilibmlilibm7532 4 года назад
I love it all questions and that questions it's very difficult to respond ❤️❤️ hedun jalladhee gaffi huda bro?!
@smileeveryday4731
@smileeveryday4731 5 лет назад
Jabadhu Amir
@احمدناصر-س6ك1ض
@احمدناصر-س6ك1ض 5 лет назад
Jabadhu amir sho
@queensayojibril8179
@queensayojibril8179 5 лет назад
Hedduu das ja'aa galatomaa lammiwwaan koo❤❤❤❤
@salaahxasan7451
@salaahxasan7451 5 лет назад
Wooow
@bilaaloromoolove5188
@bilaaloromoolove5188 5 лет назад
Amiir show comedy kee hedduu baredaa jabadhuu ittii fufii
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 года назад
Jirtuu!!!!www. Welcome omn sagalee ijaafi gurra ummataatii just door!!!
@magartumohamed8622
@magartumohamed8622 5 лет назад
Kkkk sada Afaan lama fadha nufuu isibuu jirtii thanks garuu Afaan kenya haa gudisinu male
@fatumahusa2751
@fatumahusa2751 4 года назад
Jabaadhaa isin jaalanna itti fufaa
@brahanedabala7164
@brahanedabala7164 5 лет назад
Bayyee namati tolaa jabadhu ammalee itti fufii ❤️❤️🌹🌹💖💖♥️♥️
@Shaamure
@Shaamure 2 года назад
Bayee bareduu jabadhaa
@fatumajeylan1857
@fatumajeylan1857 5 лет назад
Qophiin keeyisan daran namatti tola jabaadha itti fufaa 💞👍
@daudabdulla1593
@daudabdulla1593 5 лет назад
infact, mucaa jumpar yokan t-shirt jeep uffate san keessatti waatu natti mullate, i do appriat him. nama san ballisii sangataadhuma wal fakkaatu sanirratti haasoysisi. atis galatoomi bro.
@awelabdallahmohammad4694
@awelabdallahmohammad4694 4 года назад
Wow hedduu bareda
@hanakatema2917
@hanakatema2917 4 года назад
Amiro bayee namatii tola yani biqilan kenu fat bayee namatii tola jabadhu akanumat nuu barsii
@riimriim6489
@riimriim6489 4 года назад
an heddun sijaladha nan ficisistu😍
@tujihayder2308
@tujihayder2308 5 лет назад
Obboleysoo, namatti tola Osoo part 1, 2 & 3 jettee wayya natti fakkaata video bareeda garuu hin dheerate natti Fakkaata. Video kana iddoo hedduu gochuu dandeenta. Keep it up !
@mareyaarsiilij3193
@mareyaarsiilij3193 5 лет назад
Wowowowo bayee das jetuu jabadhaaa
@fjcfdchffyf2625
@fjcfdchffyf2625 5 лет назад
Wwwwww baayyee namatti tola amiiroo biqilaa naaf xabbasi nan jaalladhee kkkkkk
@fjcfdchffyf2625
@fjcfdchffyf2625 5 лет назад
Wallaggaadhaa badeen dirre dhawaa dhufaaa
@maweeoro1647
@maweeoro1647 5 лет назад
kkkk
@rashaadxahaatube4782
@rashaadxahaatube4782 3 года назад
Jajabadhu yaa qali namaa
@mulusoressa752
@mulusoressa752 3 года назад
WOW hedduu namati tolla itti fufii qomo ko💯💯💯👍
@jombagada9035
@jombagada9035 4 года назад
Aboo jiraadhu. Barnootas ni dabarsaa qoosaan tee.❤❤❤
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 года назад
#subahannallah alhamdulillah allahuakubar #dawit Maasha'allah #freemallasa dimokraasii dhugaa barbaada #freeshamsaddin #freeBaqqalaa garbaa #freegammachuu tokkummaa abbatu tiikfata jabaadhu gaadisa utubaa sabaafi sabl ammootaa !!
@روميهالزهراني
@روميهالزهراني 5 лет назад
Yoo na qabdellee manuman galee ciisa😂🤣🤣🤣😂😂😂🤣🤣🤣😂😂🤣🤣🤣ajaa'iba Oktiyyee😍 Hundi keessanuu galatoomaa....💚🌹💚💚🌹🌹💚💚 Galatoomi baayyee gaariidha qophiin kee sanyii ofii itti fufi💓💓💓❤❤💓💓💕💖💖💕❤💚🌹💚✅👍
@kadijaashawaaa2263
@kadijaashawaaa2263 4 года назад
Nama iitttii toollaaaa
@oromoooromoo1792
@oromoooromoo1792 4 года назад
Roraas Hedduu afaan keenya guddisuu irratti jabaadhu
@wazeetamaam7631
@wazeetamaam7631 5 лет назад
Masha Allaah baye garidha jabadha Sabontota kenyaa Sin jallana🇪🇹🌷
@mesraadam8558
@mesraadam8558 5 лет назад
wowwwwooooww
@eranajemberu6259
@eranajemberu6259 4 года назад
Aboo baay'ee namatti tola jajjabaadhaa. dhugaa haalan nama bohaarsiti sin jaallanna.
@zopidazzz9651
@zopidazzz9651 4 года назад
Bayyee baredaa jajjabadhaaa
@guidenewzadrohello541
@guidenewzadrohello541 4 года назад
Jabadha jabadha
@mustaariyasaid373
@mustaariyasaid373 3 года назад
JAALCHUU JEECHUUN JAALATAAMUUDHA LIKE TUQA
@abdiamin7761
@abdiamin7761 4 года назад
Amazing analysis biqila
@hamzaabadir8975
@hamzaabadir8975 4 года назад
Woow dandansaaa
@abdulhamidabiyo6544
@abdulhamidabiyo6544 4 года назад
jabadhu sijalanna
@abdiinkorabbiiabdiinkorabb4342
Jabadhaa heduu namatii tolaa
@naimanaima9908
@naimanaima9908 3 года назад
Maashaa Allhaa wooooooow
@yomiftube569
@yomiftube569 4 года назад
Hedduu nama booharsa jabaadhuu
@biftumisbah9158
@biftumisbah9158 4 года назад
Wowow baye namati toltan jabadha
@oromoooromoo1792
@oromoooromoo1792 4 года назад
waan ajaa ibaatiifii waan baromsa tahe takka eegaltee jirtaa itti fufi
@mustobintmahmedggy7542
@mustobintmahmedggy7542 5 лет назад
Heduu nama tola 😍😍😍
@mariyya6639
@mariyya6639 5 лет назад
Waaaaw amiir show bayye Si jalanna haaluma kanaan itti fuufi Kan kana daran barumsa nuuf tahu yaada gaari sirra ergan ok Horaa Bulaa Geebana❤💙
@abdiye2490
@abdiye2490 5 лет назад
Kolfaan nufixan ayni fikiri Amiir ajaa'ibaa woow
@ramadanqamar5240
@ramadanqamar5240 5 лет назад
Jabadhu iti fufii wan ajaiba nuf dhisitee sin jaallaadha kamata kiyatii miciyoo faran sirbitee sanira naqabdee itii fuuufiiii
@Ikraam259
@Ikraam259 5 лет назад
Osoo gaaffii kana gafatamuf cara argadhe akka jaalalti nama gotu takka takkatin siif himaa ture yeroo amma kanahu akka isin na godhu jirtu ah mee dhisi 😆 qophin kun yoo siif dandahame itti nuf fufi ammiri kenya
@Qaali_Entertainment
@Qaali_Entertainment 4 года назад
Amiroo keenya yeeroo hedduuf qoosa kee fi live kee laaleen ture garuu channala kee hardhaan argadhee ..kanaaf hedduu jabaadhu sirriiti nu bashanaansiisi dhamsa kooti amiiro!
@khalidalkogaly272
@khalidalkogaly272 4 года назад
Dhugaa biqilaa bayee natii baredee ijaraa hafaa ijolee diree ilove
@saaraalovesaaraalove5184
@saaraalovesaaraalove5184 4 года назад
Jabadhuu bayyee bareda 👍👍👍👍👌👌
@ashiiteshow7679
@ashiiteshow7679 5 лет назад
Wayyoo mucaa kun akka malee naaf tehe amaree kullufaa isaa hasawaa isaa yaa rabbi. 😂😍😍😍
@hafsa7731
@hafsa7731 5 лет назад
Wow heduu namatii tolla jabadhaa jolle tenhaa isn cinaa jiraa
@tiptv2549
@tiptv2549 5 лет назад
channeli rorsa tube heddu gammanne baga oromo tate lammi jabadhu
@makiyakadir3344
@makiyakadir3344 5 лет назад
Waalhii Ajibaa
@halimahtoge6754
@halimahtoge6754 4 года назад
Mashaallah jabbadha sanyii tenyaa
@madinahaji433
@madinahaji433 5 лет назад
Jabadhu Amiira kenna wow👍
@abaabditub
@abaabditub 5 лет назад
Amiro jajabaadhu habibi kiya kotu dadafi
@oroomiyaa6480
@oroomiyaa6480 5 лет назад
Wayi miskina ijolle biyyaa tiyya
@Suddemohammedhassen
@Suddemohammedhassen 5 лет назад
Mucaan Juventus ufatte san natti tolle gaffi issa sila nama birrattif dabarsitte natti tolla waan ati gafate sif hin debissu ifimafu si gafachu fadha jabadhu galatomi
@sabontuuarsiii6515
@sabontuuarsiii6515 5 лет назад
Wwww namtii tolaa
@asunangyajimmalij6462
@asunangyajimmalij6462 5 лет назад
dhuga jirtu lafa kesani uuuu arga jalala nu nyate fixe
@newstart4190
@newstart4190 5 лет назад
🤣🤣🤣🤣 first time seen this channel I love it mashalla Afaan kenya akka itti namati toolu
@boabsosenior8963
@boabsosenior8963 5 лет назад
baaye namat tola,,I really liked it,hhhhh
@mustariyajamal4586
@mustariyajamal4586 5 лет назад
Amir lubbu aaa atti nama jalatamu ani suman jaladhee
@rayyaanahmadyoutube6344
@rayyaanahmadyoutube6344 5 лет назад
Baayyee gaariidha jajjabaadhaa
@fooziyaaoromoo3460
@fooziyaaoromoo3460 4 года назад
Aamir Sho Jabaadhu Siin Jannaa Asirratti Wahin Sitti Dhaammadha Sunis Warra Dirree Dhawaa Kana Jabaadhu Haaluma Amma Irra Jirtu Kanatti Afaan Amaaraa Hoggaa Haasawan Sirreessufii Yaali Afaan Amaaraa Kana Akka Soogiddatti Haasawa Keessaa Dhabuu Hin Dandahan Warri Dirree Kuni Jabaadhu 👏
@ashakadir7970
@ashakadir7970 5 лет назад
Mashaa Allaah Mashaa Allaah Yadaa Addati heddu namati tolaa wowowowww wowowowww Mashaa
@ibrishibirkaa1395
@ibrishibirkaa1395 5 лет назад
Taan charbi bulee saan naaf qabii biyyaa galeetin fudhaa L.k.f.ishee kesaan naaf ergii hagasiif hin bilchefadhaa 😀
@ashettatabaaiyyroobiyyo3889
@ashettatabaaiyyroobiyyo3889 5 лет назад
Kkkkkkkkkkkk
@birukzewdu2082
@birukzewdu2082 5 лет назад
ዋዉዉ በርታልን
@samiraumar1839
@samiraumar1839 5 лет назад
Wwwww wly Amir hedu takha wani baredadha mashalha jabadha ani amo nyatha na dhorkiti jalti
@oromoooromoo1792
@oromoooromoo1792 4 года назад
Dhugaa rabbii itti fufi mee
@sanyiihachaluhundessa3529
@sanyiihachaluhundessa3529 5 лет назад
Wwwwww.bayye.namat.tola.RORAS.TUBF.jabadhu.itti.fufi
@harlaatube9609
@harlaatube9609 4 года назад
wowowowowowow hedu namaa tola jabadha
@yabobayo5787
@yabobayo5787 5 лет назад
Itti jabaadhu Roras Bayyee bareeda!
@foyziyusuf7609
@foyziyusuf7609 4 года назад
aboo jaalalaafi coronaas hkobaa baanee firrraa eegaa jirra nuti
@tuchaatuchaa7249
@tuchaatuchaa7249 5 лет назад
Jabadha habibi Kiya qalii amir
@haalimatube7562
@haalimatube7562 5 лет назад
Maashaallaah saganta barreedda ammaas itti fufiiiiii Mucaa Jalaalii bakka 7 ttii qoodaama jedhee sanii yaannii isaa baay'ee namaati tolee yeroo biraa sagantaa kee irraatti fidii.
@mohammedhassen4646
@mohammedhassen4646 5 лет назад
Amiir Naaf Taatee jirta Tartiiba Qabda jabaadhu Ammarra An waraana keeti Kuno
@m-jginnir8627
@m-jginnir8627 5 лет назад
Aboo mucati sirba farahan sirbitu jalala naa qabsiste.heddu namati tola itti nuu fufa 😍😍😍
@zamzamzam3384
@zamzamzam3384 5 лет назад
as wr wb nagaya akkmii faya qada
@m-jginnir8627
@m-jginnir8627 5 лет назад
Ws wr wb alh nagha
@abdisaadem8436
@abdisaadem8436 5 лет назад
Amir keenya qophiin ķee bayee namatii tola Rabbin umrii nuu sii haa dheeresuu👍👍👍👍👍👍✈✈✈✈
@fadillakamal.w3399
@fadillakamal.w3399 5 лет назад
Uuuuufffff aragaa jalala uuuuu wallahi kesema ko nafi himanatii ♥️👌👌😜🌹
@liinahayyuumotiijalalaa7537
@liinahayyuumotiijalalaa7537 5 лет назад
Wowowowoow amirr sho gafi bareda hedu das nama jedha jabadhuu isin jalana
Далее
Mallattoo dhiira Jaalalti Qabde|  Kutaa 1ffaa
18:15
Просмотров 46 тыс.
С чего всё началось?
00:42
Просмотров 153 тыс.
Qormaata Jaalalaa Asoosama
22:50
Просмотров 28 тыс.
Hiriyaan dhugaa irkoo walitii
19:54
Просмотров 194 тыс.