Тёмный

GAAFFII FI DEEBII-KOMEEDII BASHANNAANSIISAA 

MO'AA TV
Подписаться 204 тыс.
Просмотров 99 тыс.
50% 1

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
GAAFFII FI DEEBII-KOMEEDII BASHANNAANSIISAA

Опубликовано:

 

5 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 179   
@حمدانالعزيزي-ز1ح
@حمدانالعزيزي-ز1ح 4 года назад
Waqayyoo isiin haa ebbisuu ebbifamaa dhugaa barumsaa baay'ee ofii kessa qaba Ebbifamaa ebbifama jabadhaa ❤️❤️❤️❤️❤️🌻🌻🌻🌻🌻🌻👏👏👏👏👏👏👏👏
@genetgenet68
@genetgenet68 4 года назад
Wwwww waqayyoo siin haa ebbisuu ,, baya,ee sii jaladha 💓💖💓💖💓 isiin lachuu ,, garuu ergaa guddaa ofii keessaa qabaa,, warraa osoo beeknee maqaa gargara ofii moggosan ,, ergaa qaba irra
@seemborak6238
@seemborak6238 4 года назад
Ammmen walumaani Bagaa geenyee ebbifamaa
@lennsatolessa9583
@lennsatolessa9583 4 года назад
This is very good lesson for everybody thank you so much for your hard work may God bless you all keep up the good job 👏👏👏
@skylarhenry9310
@skylarhenry9310 3 года назад
i guess Im asking randomly but does someone know of a tool to get back into an Instagram account?? I somehow forgot the login password. I would appreciate any tricks you can give me.
@feyisalemessa2201
@feyisalemessa2201 4 года назад
Jabaadhaa. Galatomaallee isa dhugumaa ..hojii aragalfii qaba hojiin akkasii ..
@caaltuulijtewaahidoo9452
@caaltuulijtewaahidoo9452 4 года назад
Wowowow baayee namatii tolaa ebbiffam sanyii offii baagaa geesanii 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🤲🤲🤲
@abdiikoogooftadhaa9088
@abdiikoogooftadhaa9088 4 года назад
Ebbifamaa dachaa maatii waqayyoo gafii debbiin keessa bayyee namatii tolaa gafii namaa hundatii garuu debbii qaboo namaa kolfisisaa hojii rajjotaa baraa kanatii hundii isaaa
@horabulaa5996
@horabulaa5996 4 года назад
Wwwwww waan ajaayibatii waaqayyo yaa, sirreessu warra akkas baay'ee baruumsaa qaba❤️❤️💙💙❤️💙❤️💙💚💙❤️💓💚🌻🌼🌻🌻🌻🌻🌼🌼🌻🌷🌹🌹🌺🥀
@alainalain2199
@alainalain2199 2 года назад
Ameen Ameen Ameen wajumanuu bagaa genyee
@tofikhasen8273
@tofikhasen8273 4 года назад
Bayyyee naamati tolaa jibadhaa hojadhaa rabbi Eesi hagirgaruu
@wark8474
@wark8474 4 года назад
Wowow waaqayyo isini haa eebbiisuu eebbiifamaa dachaan dachaan waaqayyo ayyaanna hubannaf Ogummaa isinif haa baay'iisuu 😍😍😍🥰🥰😍😍🥰😍🥰😍🥰🥰😍🥰😍🥰😍🥰😍🥰😍🥰😍🥰😍🥰😍🥰😍🥰😍🥰😍😍🥰😘😘😘😘😘
@birtukanitisa1836
@birtukanitisa1836 4 года назад
Ergaa yerooti nama hubatef ummatafis tajajiilaadhaf, guddaa eebbifaamaa 🙏🙏🎶🎶🎶🎶🙏🙏🙏🙏🙏💝💝💝💚❤️💚
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 4 года назад
Wlawawawawa,gooftaan koo isiin haa eebbisuu eebbifama dachaa dachaa dachaa maqaa yesuusiin,dhugaa wqy barumsaa guddaa dabarsaa jirtuu,itti fufaa jabaadha❤👏👍👈🖕
@tomsam247
@tomsam247 4 года назад
Bagaa a baraa ar nagadhani gesaani👏💐
@kumashtaresa4454
@kumashtaresa4454 4 года назад
Dhugaa barii keesaanha ebiifamuu hala tajajilaa fi tajalilaamuu demsaa dhaalota anaf isiniti gorsaa gudaa qaba Nuf jiradhaa hubaanaa kana calatii siinif ha dabalamuu
@biftumara
@biftumara 4 года назад
Baayyee bareedaa Eebbifama!!!!!
@ejgawediribsa7960
@ejgawediribsa7960 4 года назад
dhugaa ebbifamaa ergaa guddaa of kessaa qaba
@robesabenti4530
@robesabenti4530 3 года назад
Ergaa gaarii of keessaa Qaba Garuu sagaleen hin dhaga'amu! kolfi jalatti deemus sirrii miti hin baayyate
@melkaminfo1000
@melkaminfo1000 4 года назад
I have no word for those guys
@aassyyoo9235
@aassyyoo9235 4 года назад
Dhugaa baayye namatti tola ergaa guddaa qaba eebbifama jabaadha
@iyaasuskiristosiyyadinalim6008
@iyaasuskiristosiyyadinalim6008 4 года назад
Waqayoo maqais haa Ebifamauu Goftaani iyaasus Kiristos tolumaa nujalatee galanii isfi haa taauu Ebbiifama dachadhan💓
@gulilatmamudadem4422
@gulilatmamudadem4422 4 года назад
This what I want ! Thanks a lot
@bireewagiimegersa5235
@bireewagiimegersa5235 4 года назад
Ebbifamaa
@baysegabisa9643
@baysegabisa9643 4 года назад
Bagaa nagaadha gesanii♥️♥️
@sinbookoo3378
@sinbookoo3378 4 года назад
Jaabadhaa ergaa baaye hubata namni hubate 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👍👍👍👍👍👍👍👍
@olinadhufe4338
@olinadhufe4338 4 года назад
eebbifamaa ijoollee Waaqayyoo
@ganimucayesusabbagaridhaye9879
@ganimucayesusabbagaridhaye9879 4 года назад
Wowowowowo jabadha dhuga baaye barumsa gudda qaba baayen sin jaaladha
@tadelebenti7491
@tadelebenti7491 4 года назад
KKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKK....U made my day guys!!! Really, wonderful comedy!!!!!!
@tomsam247
@tomsam247 4 года назад
Bayeeni isinjallaadha jabaadhaa
@lalitube6625
@lalitube6625 4 года назад
waqayyoo sin haa eebbisuu barnoota gaariidha isa hubateef
@asdasd5811
@asdasd5811 4 года назад
Ebbifamaa baay'ee barsisaa 🙏🙏🙏🙏
@lensalovejesus7909
@lensalovejesus7909 4 года назад
Nama qalbiin dhageefateef erga guddaa qaba ebbiiffaamma 🙏🙏🙏🙏🙏💚💚❤❤❤
@worqinoshbenya5453
@worqinoshbenya5453 4 года назад
Kkkkkkkkkk
@እንዳሁምበፃጋ
@እንዳሁምበፃጋ 4 года назад
Kkkkkkkkkkkkk😁😁😁😁🤣🤣🤣mallo kaa kolfaan Dunne Angafa Raajootaa Makoo ❤😁😁 Dhugaa barumsaa bayyee of keesaa qaba EBIFAMAA Dachaadhaan
@asuualemu486
@asuualemu486 4 года назад
Nagaa waaqayyo isiniif haa bayaatu baga gessaani😃😃😃😃😃😃
@biftubedasa1807
@biftubedasa1807 4 года назад
Hojii bareedaadha! Waaqayyo isin haa eebbisu!
@ayinalamedesa1259
@ayinalamedesa1259 4 года назад
Ameen baga wajuma genye
@kokeettesfaa9624
@kokeettesfaa9624 3 года назад
Nuuf jiradhaa kolfaa dhumnee
@emabitff8700
@emabitff8700 3 года назад
Barumsa guddaadha eebbifamaa jara keenyaa
@lensuu125
@lensuu125 3 года назад
Kkkkkk😂😂😂😂🤣🤣🤣 Elame wan kabiraa mitii suraa karaa dubaa jiruutuu nakofalchisee jabadhaa bayee nama boharsituu
@amennewu.jesusismylife6007
@amennewu.jesusismylife6007 4 года назад
Baarumisa gudaa ofikesakaaba waqayoo siin a, bisuu
@lizatamatm9597
@lizatamatm9597 2 года назад
Wayine.waqooo
@shawayyeeambooCor
@shawayyeeambooCor 4 года назад
Kkkkk jabadha.hojiin keessaan namaa bonsaa. Jabadha
@masiiarsiiasalla1841
@masiiarsiiasalla1841 4 года назад
Ergaa guddaa ofii kessaa qabaa ebbifami jabadhaa
@welega2624
@welega2624 4 года назад
matiin TV mo'aa eebbifamaa
@gannatbayisa
@gannatbayisa 10 месяцев назад
Dhugaadha ergaagudda dabarsitan ebifama malta.a.osoo rajonni waldadhajedhani hakka suqitti bakkahundati banan osoo dhagahani irrabaratanii.zayitinutti waddachani.waqayyo isanif hadhisu.
@hawwiiamboo7313
@hawwiiamboo7313 4 года назад
KKK bayee bareedaa barumsaa gudaa ebbiifamaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💯💯🥰🥰🥰🥰
@dasiibochora380
@dasiibochora380 3 года назад
Ebifamaa barumsa qaba
@hcvc152
@hcvc152 3 года назад
Wowww Ebbifamaa Dacha Jabadhaa👍
@Ethio_Arsenal
@Ethio_Arsenal 4 года назад
Yeroo gurgurtaa zayitaa 👍👍
@obsewallagga6957
@obsewallagga6957 4 года назад
Kkkkkkkkk uttu kolfu hin barbadin nama kolfisistu dhugaa nuf jiradha 😂😂😂❤❤❤❤💓💓💓ebbifama
@kananisalayomd7589
@kananisalayomd7589 4 года назад
Galatoomaa! Barumsa gaariidha. Uummanni keenyi baayyee nama gaddisiisa; hundaan gowwomfamaa oola!
@ayantualamayo8136
@ayantualamayo8136 4 года назад
Dhugaa barumsaa gudda ofi kessaa qaba💓💓💓💗👌 fedhi male nama kolfisaa😂😂😂😁😁
@MulgetaDandena
@MulgetaDandena Год назад
Nammatti tola
@loomiishow5192
@loomiishow5192 4 года назад
Ebifaama barumsaa gudaa qabaa jabaadha sabaa goftaa
@bekgm9032
@bekgm9032 4 года назад
Barumsa haala yerooti,guddaa galatoomaa!
@masaaratkumaa4506
@masaaratkumaa4506 4 года назад
Dhugaa kolfaan dunee Ebiifamas
@ayinalemkebede2691
@ayinalemkebede2691 4 года назад
Eebbifamaa
@ganatdarasa1451
@ganatdarasa1451 4 года назад
Baga walumaan itin nuu gahe
@galaasaatube2313
@galaasaatube2313 4 года назад
Qophiin keessan baayyee namatti tola. Garuu yaanni keessaniifii wanti isin itti hojjattan waan amantii waan ta,eef nuti isin hordofuu irratti xiqqo nama rakkisa!
@sifaandhugaasaa5240
@sifaandhugaasaa5240 3 года назад
Jabadhaa bayyee namatii toltuu
@bireeyoutubebireyoutube1705
@bireeyoutubebireyoutube1705 4 года назад
Kkkkkkkk🤣🤣🤣🤣🤣🤣 ergaa gudaa ofikeessa qaba jabadhaa 🌻🌻🌻🌻🌻
@lamiitesfaye3790
@lamiitesfaye3790 3 года назад
Best comed
@WaqayyootikseekootiiTiksee
@WaqayyootikseekootiiTiksee Год назад
Kolfaan dune
@atmphone6460
@atmphone6460 4 года назад
Ebbifama jabaadha
@sabontuuinatalaahayileorom8446
@sabontuuinatalaahayileorom8446 4 года назад
Kkkkkkkkkkkkkķkkkkkkkkk yaa hojii keessaan nuf jiradha😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤💚❤💯💯💯💯💪💪💪💪
@bontuuyubtube1838
@bontuuyubtube1838 4 года назад
Jabadhaa.ijoolee waqayyoo ebifaamaa
@diboraatolasaadiboraatoasa4359
@diboraatolasaadiboraatoasa4359 4 года назад
Ergaa guddaa qaba jabadha
@jesuslord7381
@jesuslord7381 4 года назад
Barumsa gari of kessa qaba kan dhagaheti kessayuu warota anni tajjailadha ofin jedhanin
@obseentube3821
@obseentube3821 4 года назад
Nama ajaa.ibaa kuni Eebbifamaa
@asmeragari0845
@asmeragari0845 4 года назад
Kkkkkk ebifaama ijoole waaqayyoo
@fateseyid7578
@fateseyid7578 4 года назад
Nuuuuf jiradha ija haamaa iraahaaf
@furtuuintalaaarsii8749
@furtuuintalaaarsii8749 4 года назад
EBIFAMII ❤️❤️❤️
@galanatasfaye
@galanatasfaye 3 года назад
yes
@gexiimamee2480
@gexiimamee2480 4 года назад
Kkkkk jabadhaa itti fufaa bayee nama bowarsaa hojini keessani
@singitaanyesus8479
@singitaanyesus8479 4 года назад
Ebbifaama bay'ee ergaa gudda qaba
@biqiltubiyaawaqara9760
@biqiltubiyaawaqara9760 4 года назад
😍😍😍😍😍🤣🤣🤣🤣🤣 Nama kollfisiftuu dhugaa
@dulanegese3410
@dulanegese3410 4 года назад
I am inspired
@obsiibeyna855
@obsiibeyna855 4 года назад
wooowww jabaadha dhugaan
@abebaberhanu9640
@abebaberhanu9640 4 года назад
Hhhhh wayoo qabokoo jabadha waqyo issin haa gargaruu waanuma ta'a jiruu hojetaani
@goodluckbolt9433
@goodluckbolt9433 3 года назад
Galatoomaa! Yeroo ammaa kana tajaajiltoon ergama kiristoosi dhiisanii barbaacha business irra jiruu, barnoota baay'ee irraa barachaa jirra.
@laliiwaaqayyogaariidha2927
@laliiwaaqayyogaariidha2927 4 года назад
Kkkkkkkkkkkkkkkkk uuuffffeeeeka yaa ijoolle nana nuuf jiraadha
@kebiyabush1353
@kebiyabush1353 3 года назад
ammeen ammeen ebbifamaa 🙏🙏🙏🙏🙏
@seemborak6238
@seemborak6238 4 года назад
Kkkkkk wayyyii Arbaa hoji kee qaboo koo maloo kkkk😢😂😂♥️💝
@asadxxassess721
@asadxxassess721 4 года назад
Kkkkk jabaadha baayee namatti toltu😍😍😍😍😍😍💓💓💓💓💓
@margebiftu2017
@margebiftu2017 4 года назад
Kkkkkkkk gaazexesaan Raji biraa dhaqee jenure kkkk🙈😂😂
@arsetube5192
@arsetube5192 4 года назад
Akkam jirtuu ijoolee oromoo you Tube kenyaa subscribe gotanii matii kenyaa ta'uu dadesuu warii fulii keessan guracha'uu yk baredinaa fula keessanii yoo barbadan ararsee hirphasaa jedhama subscribe gotanii matii kenyaa ta'uu dadesuu galatomaa akkasuma dhernaa rifesaa keesanf kan ta'uu argachuu dadesuu galatomaa
@jamilaaoromiyaaarsii7021
@jamilaaoromiyaaarsii7021 4 года назад
wayiii bayee isini jaladha Nufi jiradhaa 😂😂😂😂😂😜😂😂😂😂😂😂💔💔
@AaAa-fu6kn
@AaAa-fu6kn 4 года назад
Nuuf jirdhaaa namaa buarsituu bayee
@akakefjiiarayesusko6386
@akakefjiiarayesusko6386 4 года назад
Jabadha
@richrich5980
@richrich5980 4 года назад
Wantota bayye irratti hojetamu qabu dha kun Galatoma
@asuualemu486
@asuualemu486 4 года назад
Waayoo gaarakoo
@romewaaqayyogaariidhaguyya497
@romewaaqayyogaariidhaguyya497 4 года назад
qabannaa biyya koon yoon gale sittin heeruma tarii yoo naaf hayyamamte
@rabumaabate7242
@rabumaabate7242 4 года назад
Macaafa Effesoon Gara Warra Roomatti!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@welega2624
@welega2624 4 года назад
Dhugaa ergaa guddaa of keessaa qaba galatooma
@jiranerayesusin6456
@jiranerayesusin6456 4 года назад
Kkkkk ergaa gudda qaba gafiif deebiin kesan eebbifamaa
@ahmadsabbah4383
@ahmadsabbah4383 4 года назад
kkkkkkkkkkk ajaibaa komeedin kesan
@bontuambo5422
@bontuambo5422 4 года назад
Eebifamaa🌼 kkkkkk
@diribedamana5036
@diribedamana5036 4 года назад
Makoo dida maqichii nama dhiba kkkkkkkkkkkkkk 😁😁😁😁😁😁
@jaltojimi3967
@jaltojimi3967 4 года назад
Kkkkk barumsa gariidha dhuga ebbifama
@singitaanyesus8479
@singitaanyesus8479 4 года назад
Ayi rajoota😂😂😂
@aaaadahu6887
@aaaadahu6887 3 года назад
هّهّهّهّهّهّهّهّهّهّهّهّ هّعٌعٌعٌعٌ 😂
Далее
AYYAANA KOLFAAN! QOPHII ADDAA AYYAANA WAGGAA | MO'AA TV
13:05
DIINAKOO KOOMEDII AJAA'IBAA AYYAANA TV MO'AA WALIIN
24:52
POLI и Маша - Сигма бой
00:20
Просмотров 223 тыс.
EGEREE COMEDY: PHOTO
17:47
Просмотров 170 тыс.
IDDOO JIRREE OFIIF KENNUU! DIRAAMAA GABABAA
20:40
Просмотров 18 тыс.
walaloo " bagan maraadhe " Galataa Tasfaayee
6:20
Просмотров 3,1 тыс.
TAJAJILTOOTA KENYA YEROO AMMAA | MO'AA TV
13:03
Просмотров 46 тыс.
EGEREE COMEDY: HAADHA IRREE
26:30
Просмотров 431 тыс.
FUNYEE GADAA 09032010
13:50
Просмотров 452 тыс.
IBSA AYYAANAA/KOMEEDII BASHANNANSIISAA/QOPHII ADDAA
17:25