Wwwoooww Galoo keenya Jiraadhu Umrii dheeradhu qomoo tiyya qaalii Muziqan kee Hundinuu Haalaan namatti tolaa akka Aja'ibatti .i love you so much Oromo People 💚💛💜💗❤💙💚💛💔💘💝👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Wollaahi sirbaa kanaa bayyee jaladha garu wan nama garamu maquma music ta'ee mobalii koo keessati hin laluu hin qabus uuuff nuf jiradhu Sabboonaa saba uuuphaa
Just wow.....I am in tears for real! This is organic...the scenery....I am home sick. So beautiful, great work....God bless you and keep your great work. No time bounds this work....amazing! Much love and peace!
Galoo amma boo,ichi nufixe waa,een Haacaaluu halkanii fi guyya nutti cimee jira maarree kan du,ee bohuu qofti akka nuti hin barre Ati nuuf jiraadhu eebbifami ijji diinaa si hin argiin! Kan dhoksaatti sitti hammeenya yaadu sanyiin isaanii haa badu ! Of eegadhu nuti jila qabnaa.....
Endet des endemil yihe zefen! Betam adnakih negn! Bayee sinjaledha ya lemii koo! It brings the memory of staying summer break in my grand parents place around Ambo!! Thanks to that time, I can understand my parents language Oromifffa even if I was born and raised in Sheger. One of the best!!
wow i love it.... keep going bro... i cant speak and hearing oromiffa but am in love with oromo peoples... your just amazing and lovely people... i think i will marry one of them....