Maashaa Allah Oduu gammachiisaa biyya feete jiraattuus qur,aana fii huruufa baruu yoo fedhii qabaattee video jalqabarraa Eegaltee barachuu ni dan deesssa koottuu Asumaan gadi Tuqaa maatii tahaa baradhaa
MashaAlah guyyaa kana akkumaa wan channeli kiyya tahee tokkotin eguu turee congratulations next will be can yasiin inshaAllah ummu kanus please hanagaa kan yasinis 100k senuu isaratii walin hijadhaa 🎉