Тёмный

Haadhakoof Abbaakoo na shakke | Muudannoo ajaa’ibaa bara jireenyakoo hin irraanfanne! 

Dr Nafyad Getu Official
Подписаться 303 тыс.
Просмотров 32 тыс.
50% 1

Irraa baradhaa
#oromomusic2022
#ethiopianmusic2022
#adey

Опубликовано:

 

22 окт 2022

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 250   
@wakgaribarkesa1838
@wakgaribarkesa1838 Год назад
Eeyyeen dhugaadha! mudannoon akkasii baay'eetu jira! Amalli namoota keenyaa immoo yeroo ati ol kaatu utuu hin taane, yeroo ati gadi buutu ajandaa godhee waa'eekee haasa'a! milkaa'inakee haasa'uu hin barbaadu! yeroo rakkoon xiqqoo ishee si mudatu wal harkaa fuudhee odeessa! Mudannoo hiriyaakoo tokkoon isiniif qooda! Akkas jedhe, bara 2009 Carraa barnootaa digirii jalqabaa ogummaa Emergency and Critical care nurse professional tiin calallii darbee qormaataaf gara Kolleejjii saayinsii Fayyaa naannoo Hararitti na ergan jedhe! hiriyootnikoo baay'een dhiisi deemtee qormaata kana hin fudhatin, baay'eetu dhaqee hin milkaa'in gale naan jedhan jedhe! Ofumaa deemtee maaliif qarshiikee fixxee galta jedhan, Isa booda anis warra milkaa'an keessaa tokko ana ta'uu danda'a jedheen didee deeme jedhe! Qormaatuma sana maal akkanni fakkaatun ilaala jedheen waca isaanii dhaggeeffachuu dhiisee imalakoo itti fufe jedhe! Amman karaa deemu kana hundumtuu eessa geesseetta jedhee akka waan na jaal'atuu naaf bilbila ture, inni lakkoofsakoo hin qabnellee boo'ee boossisaan hunduu naaf bilbilu turan jedhe! qormaata fudhadhee, bu'aa qormaataa hanga maxxansamutti obsa na dhowwatan, namni hunduu deddeebi'ee naaf bilbila! booda bu'aan qormaataa yeroo ba'u waaqayyo na gargaaree milkaa'eera! anis baay'een gammade! Akkuman bu'aa qormaataa ilaalladhee gammadaa jiruun, tokko bilbilee akkam taate gurbaa naan jedhee na gaafate jedhe! Anis miira gammachuun guutameen milkaa'eera waaqayyoof haa galatun jedheen jedhe! Achuman baga gammaddekaa naan jedhee bilbila cufate jedhe! Isa booda namni bilbilu tokkollee dhibe! Yaa boo'ee boossisaakoo! akkan milkaa'e waan walitti himaniif hunduu callise! utuun hin milkoofne ta'ee boo'ee boossisaan boqonnaa naaf hin kennu ture jedhe!
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee
@jfghfg9656
@jfghfg9656 Год назад
ن
@saronsaron642
@saronsaron642 Год назад
Zzlź
@muluneshtaffasa2992
@muluneshtaffasa2992 Год назад
@AsiaKsa-zp1kx
@AsiaKsa-zp1kx 22 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@asiyaaloveasiyaa633
@asiyaaloveasiyaa633 12 дней назад
Thanks Gorsaa baredha doctor 🎉
@kebenubeji6874
@kebenubeji6874 14 дней назад
❤❤❤❤dhugaa jette wantaa barumsaa addaatiii
@senayetjima6450
@senayetjima6450 Год назад
ናፊ ኦሮምኛ ስማለው ግን ቁቤ መፀፍ አልችልም እና እግዚአብሔር እንካን እረዳህ ጥሩ መልክት ነው ተባረክልኝ
@ayantukabetaayantukabeta9163
bagaa nagaa dhufatee attii dhifamaa irraa haafii atti jabadhuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@HamziyaHinde
@HamziyaHinde 21 день назад
Woow ajaibaa dhugaa Dr galatomi Nuufi qoduu kesanifi bayee wan Naa dhipisee jiruu yadaa kesani kanani naa jabesee dhugaa 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤👏👏👏👏💪💪💪👌👌👌
@mariama6084
@mariama6084 Год назад
Nafuyyee rabbii beekumsa irraan beekkumsa siif haa dabalu
@saratirpa4606
@saratirpa4606 Год назад
dhugaadha bayee namaa dhibaa hojiin namaa
@cvfxvc7385
@cvfxvc7385 12 дней назад
Www Qaxalee nama dhugaa waaqayoo akka nama miti baga waaqani mu'lataa kee bira si gahe amma iile mi'lkayii Dr kenya ..🎉
@oromiaoromo6356
@oromiaoromo6356 Год назад
Muudannoo akkasii qaba dhugaa rabbiii😭😭
@Kenawaqi
@Kenawaqi 18 дней назад
Wwoo Dr jabaa namaa bagaa gargaramtee namni Silas wan namaan jedhu hin dhabuu
@caaliihurumaa4299
@caaliihurumaa4299 Год назад
Dhugaadha ebbiifamii qaxxalee namaa waqaayyoo ebbiifamaa Dr
@ayyantukaachalii4242
@ayyantukaachalii4242 Год назад
Wwooww Dhugaa mudannoon akkasi baay'ee dha Thank you #Dr
@DamiDami-wh9fz
@DamiDami-wh9fz 23 дня назад
Wow muddanoo akaasii jiraa dhugaa gaalatomaa Dr keenyaa❤❤❤
@fatmafatma8202
@fatmafatma8202 Год назад
Maashaallah
@bireeyoutobe3780
@bireeyoutobe3780 Год назад
Dhugaa mudannoo Addaati waa bayyee nama barsiisa Dr Ati ijoollumadhuma kee irra jalqabdee hubaata nama turtee kabaaja guddaa sif qabna ammas bakka yaaddeen si ha ga'u umaan kee qaalii ilma sabaa😍🥰❤❤
@mesiiitube1313
@mesiiitube1313 Год назад
Baga waaqayyoo si gargaare Dr Nafi ❤😍😍 dhugaa keettii namnii abdii nama kutaachiisa garuu jedhuu namaf oduu namaf bakka yoo hin lanee bakka yaadan inuuma gahu
@TigistDirriba
@TigistDirriba 23 дня назад
❤❤❤❤❤wow goota Ilma oromoo baga yaadaf karoora Diinaa cabsitee addana geesse
@naaomiiterefa
@naaomiiterefa Год назад
Dr hedduu si jaalladha Ati baga nuuf dhalatte nama hedduuf fkn gaariidha Ati nam beekaadha yoomilee rakkon sin argin rabbii si haa eegu ❤❤
@mawardimukutar9702
@mawardimukutar9702 Год назад
Dhuga keetti nuf jiradhu qali nama hedu sijalana🥰❤
@AlmQueen1713
@AlmQueen1713 Год назад
Jabadhaa amalee Dr kenyaa qalii🥰🥰
@desukumbi9692
@desukumbi9692 Год назад
Jabaadha ati dhugaa
@seenawiili488
@seenawiili488 Год назад
Doctor Ana dhufuu Umani kaara asi barumsaa Ira argatani lik tuqaa asuman maati naf taa, a❤️🥰
@alimaadam1368
@alimaadam1368 Год назад
Wowow wan ajaa'ibaatti Bagaa obsiite bagaa milkoftee
@sukariabdualrahman2519
@sukariabdualrahman2519 22 дня назад
Mashallaahaa
@gadasystem2484
@gadasystem2484 Год назад
Seenaa akkan barnootaa guddaa of keessaa qabuudha guddaa galatomi Dr!!! Thanks for sharing this history!!!
@HalimaHalima-fh5it
@HalimaHalima-fh5it Год назад
Wly dhugadhaa bagaa rabinii sii garagaree🥰🥰❤❤❤💯💯😢
@jiituuoromiyaa7086
@jiituuoromiyaa7086 Год назад
Bayyee Galatomii Dr 🥰🥰🥰🥰🥰
@sabakoooromooromiyaa512
@sabakoooromooromiyaa512 Год назад
Bagaa birraa darabite Asii geete Dr
@sifansafi9579
@sifansafi9579 Год назад
Waan sii ajiibuu Dr, anis kara sani kessaa darbee garuu alhaamidullilih, OBSA🎉 n akka rabbiitif hardhaa family” utubaa ta’e jiraa”
@hendamuraadmahmud5496
@hendamuraadmahmud5496 Год назад
Namaa marchuu baari bultile akkati diguu subanalha azim
@habshababa695
@habshababa695 Год назад
bagaa nagaan dhuftaan dr kenyaa👍👍👍
@BiliseShitta
@BiliseShitta 16 дней назад
❤❤❤❤❤
@user-vq2wt1cz4m
@user-vq2wt1cz4m 22 дня назад
❤❤❤❤❤❤
@fayinedenabo9744
@fayinedenabo9744 Год назад
Dhugaa kettii 👌 bara kana kana sammu nu hadoche
@CariFikadu
@CariFikadu 21 день назад
Dhugaadha doc
@user-tp3js4vq9y
@user-tp3js4vq9y Год назад
Dhugaa keeti muddanoo gaari fi nama boharsuu dhaa ilma nama waani Nama jedhuu hin dhabuu gaaru dhagefatuu dhisuu
@yussraamedia3452
@yussraamedia3452 Год назад
Jabadhuu lencaa kennaa
@kabadakabada4176
@kabadakabada4176 17 дней назад
dhugaa ketii❤❤❤
@MahraAlbuloshi
@MahraAlbuloshi 21 день назад
Wow❤❤❤❤❤❤
@sofiasifan2498
@sofiasifan2498 Год назад
amzing doctar bayye bayye na barsisera kan koo naa yadachisee 2019 odu fi adun yerof nama gubddi jedhaa oromon namnni odutti amanu mulata isaa arggun ciracha isaf hin milkkofnnedha jabainni fi ofit amanun kee garuu .............
@fetiyamuhmmad2748
@fetiyamuhmmad2748 Год назад
Ajabaa waayiii maal yaa rabbii
@user-cj5in6dp5j
@user-cj5in6dp5j 15 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-uj1vz5gs3b
@user-uj1vz5gs3b 21 день назад
❤❤❤❤❤❤❤
@user-hm8xm7jq9t
@user-hm8xm7jq9t 21 день назад
Jabbadhu dream
@kiyalammii5289
@kiyalammii5289 Год назад
Baga naga dhufte Dr Kenya 💓💓
@DarooYouTube
@DarooYouTube Год назад
❤❤❤bagaa garagaramatee
@asmaragirma1086
@asmaragirma1086 Год назад
Dhugaa ketii👍👍
@WABITUBEno
@WABITUBEno Год назад
Dr bagaa nagadhan dhuftee dhugaa Muddano baayee irra baratamudhaa Baga obsite asi gese Warii asi jalaa jirtan ples màti koo ta,aa
@kadijaarsii2055
@kadijaarsii2055 Год назад
♥️♥️
@AyantuMSC
@AyantuMSC Год назад
Wow, what an amazing history!!!! Gudda galatoomi share gochu keetif. Sima bira kahani maaqa hin jirre baasani ittin nama waamu boodatti nama deebisuf. Baaye baaye Waaqayyo galatefadha history kana dhagefachu kootti, Maaqan hin jirren gaafa namni nama waamun amma deebihan of shakkanitti gahama. Waan akkasi akkata biran na mudate baaye gadde jireenya koo jireenya hin taane kessa na buusu xiqqootu hafe. Har'a an nama yeroo hunduma waaqayyootti gamaddu tahe jiraatu dha. Obsa qaabachun yeroo hunduma akka waaqayyootti gamadani jiraatan nama godha.
@ganootube7855
@ganootube7855 Год назад
Bagaa dhuftani
@boonigalatoo3797
@boonigalatoo3797 Год назад
Muudaanoo addati 😊
@zinateshome1852
@zinateshome1852 Год назад
Namanii waan bayee naman jedha Dr kenyaa
@maakidaagaroo5604
@maakidaagaroo5604 Год назад
Muudanoo ajaa’ibaati baga obsitee as geette galatoomi ❤
@alm4621
@alm4621 Год назад
Dhugaa ketii 🥰🥰🥰
@AsiaShuferii
@AsiaShuferii 24 дня назад
Amaa biyee tamtuu isaa nyataa ree ilmii namaa abadaan gudiinaa ilmaa namaa hin fedhuu sii garuu bagaa rabii sadarkaa kan sii gahee
@FinancialAcademySeeraQabeenya
Waanuma Ajaayibaatu dhagahamaam...,
@user-xx2pb6un1g
@user-xx2pb6un1g 21 день назад
❤❤❤❤❤daraa qalii koo amshir galtomii
@sukariabdualrahman2519
@sukariabdualrahman2519 22 дня назад
Dhugaa keeti Sanyii Koo ❤❤❤❤❤
@aminastars7436
@aminastars7436 Год назад
matii naf taa🙏🙏🙏🙏
@zamzamzamzam9117
@zamzamzamzam9117 Год назад
Uuuuuufffff oduu nama dhugaa
@lizatolesa4837
@lizatolesa4837 Год назад
Rakkon kunii Dr bakko kasee hamaa wallagatii odduu guddatuu jiiraa
@turkeyajman3990
@turkeyajman3990 21 день назад
❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢
@belayche4050
@belayche4050 Год назад
❤❤❤❤
@naimahasan867
@naimahasan867 Год назад
Uuuuuuffff wallahi nan booye mudanoo akkasi heddutu na mudate yeroo haasoftu anuma natti fakkaate si'iin baga rabbin asin si gahee dr namni waan namaan jedhu hin dhabuu garu namni kaayyo qabu hinuma agarsiisa
@rawudasayid4515
@rawudasayid4515 Год назад
Abshirri bagaa rabbiin sii milkeesee ❤❤❤❤❤❤😢
@JanatiWayu
@JanatiWayu 22 дня назад
Dhuga keetii ❤❤❤
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 Год назад
Bagaa nagaan dhufte
@fuejafar1840
@fuejafar1840 Год назад
Ajaa'iba
@HdhBdhdh-tl7uk
@HdhBdhdh-tl7uk 21 день назад
❤❤❤❤❤❤❤❤dhugaa ketiii
@ummumuhannan3465
@ummumuhannan3465 21 день назад
Amalee.jabadhuu namnii kanamaa. Amiiiiiiiiin Amiiiiiiiiin Amiiiiiiiiin
@user-ed2gq8pf4i
@user-ed2gq8pf4i 20 дней назад
Nu jiradha Dr
@birtukanteshoma3347
@birtukanteshoma3347 Год назад
❤️
@Saa-yq8fr
@Saa-yq8fr 20 дней назад
Nama keenyaa isaa olitti yoo argamtee ijatuu dhigaa baga Waaqayyoo si gargaaree Ardha Kinoo ija isaani Cabsitee Qaxalee koo 👍
@rahimarahima1653
@rahimarahima1653 Год назад
❤❤❤👍👍👍
@birhaneaseffa4145
@birhaneaseffa4145 11 месяцев назад
❤️❤️❤️❤️🙏🙏
@birtukanteshoma3347
@birtukanteshoma3347 Год назад
Obsaan sira baradhe
@YamelYa-mo7vi
@YamelYa-mo7vi 22 дня назад
🥰🥰🥰🥰🥰👍👍
@hawwiiyoutube5256
@hawwiiyoutube5256 Год назад
Mudaanoo addatii kunii 👍
@jaweeranasirjaweera2403
@jaweeranasirjaweera2403 Год назад
wow💓💓💓💓💓🛋☕🍰🎁
@ayeeasanti8495
@ayeeasanti8495 Год назад
wow namatti tola seenaa dhugaa q
@zerahajo4591
@zerahajo4591 Год назад
Well.came.doctr
@MentalHealthMedia1
@MentalHealthMedia1 Год назад
WOW!Amazing!Mudannoo Ajaa'baati ,Dr!
@user-fu4qt5xf3d
@user-fu4qt5xf3d 14 дней назад
Bagaa waaqayyoo sifi garigare wareen sobduumo bagaa qana'aan. Maree dhugaa fi ulfii booda muldhataa jedhuu mitiree
@burtee7362
@burtee7362 Год назад
🥰🥰🥰
@samyahabdullah8022
@samyahabdullah8022 10 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@OrthoPage
@OrthoPage 20 дней назад
Dhugaa ergaa jabduudha muudannoo ajaayibaa doktar anis muudannoo akkasii nan qaba ture seenaakee irraa waa Hedduu baranna galatoomi doktar
@user-zz3bi7en1f
@user-zz3bi7en1f Год назад
❤❤❤❤😢🙏
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 Год назад
Doctor guddaa galatom ebbifami
@abdisaoro7371
@abdisaoro7371 Год назад
Baga moo,ate
@hawioromtititube
@hawioromtititube Год назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii
@kiyalammii5289
@kiyalammii5289 Год назад
Kota mati naaf taha naa jajjabesa channel ko hundumti keessani Matii Dr Naafid 🙏🙏🙏
@ababaababash3097
@ababaababash3097 Год назад
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@biruuabe5568
@biruuabe5568 Год назад
Woowwwwwwwww
@alaminshdhabasa723
@alaminshdhabasa723 Год назад
Nufii jiradhuu namisee ko
@furtuushow1543
@furtuushow1543 Год назад
Baga nagaan dhufte
@tanzilanourden4311
@tanzilanourden4311 Год назад
Abshiir qaalii yeroo tokko tokko waan hin yadamnetuu numudata
@alainaln1353
@alainaln1353 Год назад
👍👍👍
@hawioromtititube
@hawioromtititube Год назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii
@besaasder7707
@besaasder7707 Год назад
Dhugaa keti Dr galatomiii
@hawilencho6685
@hawilencho6685 Год назад
Wayyine anile muudanno akkasin qaba dokter haara baruumsa addaan sirra baraadhe galaatom
Далее
Каха заблудился в горах
00:57
Просмотров 3,9 млн
СЛУЧАЙ В ЧЕРНОБЫЛЕ😰#shorts
00:19
Просмотров 243 тыс.
🔥29 July 2024
21:50
Просмотров 2,6 тыс.
Durbummaan mana yaalaatti akkamitti ilaalama?
5:42
Просмотров 49 тыс.
Каха заблудился в горах
00:57
Просмотров 3,9 млн