💖 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Gorsi kun Gorsa Ajaa'ibaati mata dureen isaa Hikmaan Nama Yaami je'a. Vidiiyoo tana keessatti Seenaalee Dhugaa tan Ajaa'ibaatin keessatti dubbadhe. Tan akka Gurbaa odoo Salaatuu Mobile 📱 isaa xirriin isii wallee 🎶 itti iyyitee, ammas Intala ganna Afurii (4) Ayyoo isii Arrabsiitee faa. Wallaahi Beekumsa Guddaatu keessa jira Daawwadhaa waliifis share godhaa. Baarakallaahu fiikum 👏♥
#subscribe #hakimhassen34 #islam
15 сен 2024