Тёмный

Hawiin qeerroo duraanti ijoollee 3 qabdii heruumtee jirtii warraa jedhaaniifi deebii hawii 

Hayat Oro Tube
Подписаться 14 тыс.
Просмотров 9 тыс.
50% 1

welcome to hayat oro tube dhuftan RU-vid channeel kannaa irraati barnoota fi gorsaa Halaa yeroo akkasuumaasiis qophii bashaanaannaa adda addaa Adaa fi afaan seraa oroomo kan ittiin walbarsiifsufi irraa baraanudha Maree kannaaffu isiiniis maatii kheenyaa ta'un yaada yoo qabataan Garaa social media kannaati yaada kheessan nuufi qooduu dandeessan galatooma

Опубликовано:

 

29 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 32   
@Kisee-ic6hw
@Kisee-ic6hw 3 месяца назад
Dhugaa ketii
@rabiyarabiya3960
@rabiyarabiya3960 3 месяца назад
Dhugaa dubachuf bultii namaa keysaa galun garii mitii
@obseobse563
@obseobse563 3 месяца назад
Kan dhaqteef argattee uuuusssss jedhii kaafirrii si'ii kan amantii hin qabnee duranuu amantiin atii amantuu maalinnii kashalabbee badii asii
@Fatemma-r5m
@Fatemma-r5m 3 месяца назад
Amshiir❤❤❤❤❤
@KamilaAbdullah-wu7cf
@KamilaAbdullah-wu7cf 3 месяца назад
❤❤❤❤
@kiyyaagech6101
@kiyyaagech6101 3 месяца назад
Mal Kun dallattiin kiriistani Mal ta'ee gubbata?yoo demtee maltuu namaa gubee damoo namaa dhiraaf amaanti jijjiiiruu focii wahii😂😂😂
@AminaHbadhaso
@AminaHbadhaso 3 месяца назад
Ws wr wb akkam sanyii raabbiin isin irraa haa jaalatuu isini jedhaa 🥰❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hawwahawwahawwa5349
@hawwahawwahawwa5349 3 месяца назад
Durrallee simmatu ijole 3Qaba Jedhee Waa Ummani midiyyaa Aragee moo😮
@TujubeTadeseHundesa
@TujubeTadeseHundesa 3 месяца назад
Maliikun kiristaanatu nama arrabsaa jeedhani immoo
@khairiahahmad2374
@khairiahahmad2374 3 месяца назад
Mashaa Allah 😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘
@radiabunde6362
@radiabunde6362 3 месяца назад
Dhugaa keetii ❤❤❤❤ itti muddii
@AminaKayo
@AminaKayo 2 месяца назад
Mashaalah ❤❤ 0:50
@halimabosona6110
@halimabosona6110 3 месяца назад
Dhimmaa keetii waa'ee yesuus maaltuu sii dubbachisee maaltuu namaa gubbaa mee kirsaanaa maaltuu gubbee oduu dhisii jireenyaa maataa keetii jiraadhuu
@zeragalato2879
@zeragalato2879 3 месяца назад
Aslmlakum Mash Allah Hawiya don’t give anybody the air. Don’t listen to anybody just leave your life OK❤❤❤❤❤❤❤
@umuubadhasa5764
@umuubadhasa5764 3 месяца назад
Dhugaa keti qalii too ❤❤❤abshiir ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
@Makiishow
@Makiishow 3 месяца назад
Argaa issii
@اوسيلحجي
@اوسيلحجي 3 месяца назад
Karora kee itti fufi jabdu Baga gammadde
@alavip1081
@alavip1081 3 месяца назад
Abshir hawii .hasa namatif idoo hin keniin. Ummati ajanda dhabe rakkacha jira kanaf akkas godhacha jiru
@ZaraOsman-h5c
@ZaraOsman-h5c 3 месяца назад
Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah Dhugaa ketii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉💗💗💋💗💋💗💋💗💋💗💋💗💗🌹💗🌹💗🌹💗🌹❣️💗❣️💗💗❣️💗❣️💗❣️💗❣️💗❣️💗💗💋💗🥂💗🥂💗🥂💗🥂💗🥂🥂💗💗🥂💗💋💗💋💗💋💗💋💋💗💋💋💗🌹💗🌹💗🌹💗🎁🎁🎊🎁🎊🎁🎂🎂🎂🎂💐🎂💐🎂💐
@ANANNOShow
@ANANNOShow 3 месяца назад
ASSalamu'aleykum Warahmatullahi wobarakatuhu noorii bagaa dhufte jabadhuu 😂😂
@Iftuutube96684
@Iftuutube96684 3 месяца назад
Wl wr wb Mashaa Allah Bagaa gamadee congratulations 🎊 👏 💐 🥳 🎉🎉
@AnwarAnwar-ly4jm
@AnwarAnwar-ly4jm 3 месяца назад
Hawiyee atti oduu namatti guraa hin keeni akka nama hin aragineefi hin dhageenetti buluti tee ofadjuu 😂😂
@MaryamAhmedMohammad
@MaryamAhmedMohammad 3 месяца назад
Amiishiirii oduu namoota gaadhe hin dhaagayiin
@AliimohammedWallo
@AliimohammedWallo 3 месяца назад
Wandi Wallaahi jiraadhu hawwii
@Hawaii-ev1xf
@Hawaii-ev1xf 3 месяца назад
Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Yarabbiiyaallaah
@Yarabbiiyaallaah 3 месяца назад
Rabbii walliin urmii siin haa dheresuu insha allaah sanyii ofii
@bbbbjjjj5979
@bbbbjjjj5979 3 месяца назад
Dhiisi dubbi nama
@amziajbril3941
@amziajbril3941 3 месяца назад
Baga herumee Horaa bulla🎉🎉❤❤mashaallah
@SafisaaOromoo
@SafisaaOromoo 3 месяца назад
❤❤❤❤
@Shirkaajjb
@Shirkaajjb 3 месяца назад
Abshiir
@ZaraBh-sz6ct
@ZaraBh-sz6ct 3 месяца назад
Abshir jbaadhu❤
@FakiaAthiopi-gz7xj
@FakiaAthiopi-gz7xj 3 месяца назад
👍👍👍👌👌👌👈
Далее
Трудности СГОРЕВШЕЙ BMW M4!
49:41
Просмотров 1,6 млн
Inside Out 2: BABY JOY VS SHIN SONIC 4
00:16
Просмотров 4,6 млн
I Took An iPhone 16 From A POSTER! 😱📱 #shorts
00:18
May 4, 2024
5:14
Просмотров 4,2 тыс.
Трудности СГОРЕВШЕЙ BMW M4!
49:41
Просмотров 1,6 млн