Тёмный
No video :(

Hir-koo Kutaa 17ffaa 

Etv Afaan Oromoo
Подписаться 202 тыс.
Просмотров 260 тыс.
50% 1

Hir-koo Kutaa 17ffaa

Опубликовано:

 

28 окт 2023

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 478   
@onlyjesus7594
@onlyjesus7594 9 месяцев назад
Issiin mee jireenyaa dhaaloota keenyaa bifa Artiin ibsa jiirtuu 😢😢baayyee namati tolaa jabbaadha Qaallii waan keenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
@kumemiessa9007
@kumemiessa9007 9 месяцев назад
❤❤wawoo 😂😂❤🎉kan seene laale ba.utu caala maloo Lake godhafii dhugaa ❤
@martagemeda3284
@martagemeda3284 9 месяцев назад
Iddoo birattii bo'enii dhufe, asiti immoo fedhi malee kolfaa jiraa😂😂😂😂😂😂😂
@ethio360.l
@ethio360.l 9 месяцев назад
😂😂😂
@ictclubtutorial
@ictclubtutorial 9 месяцев назад
Maaltu si boossisa, maaltu si kofalsiisa 😂😂😂😭😭
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 9 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤
@yasuoro
@yasuoro 9 месяцев назад
Maal anatti ha boo'u giifti koo
@etagegndemena2069
@etagegndemena2069 9 месяцев назад
Maal Tate boose ?
@munirataju1355
@munirataju1355 9 месяцев назад
Oromoo koo nu jiradha hawiin sin egaam ani bayy.een dasi namaa jetuu wallah ❤❤❤😢hirkoo abbaa qosaa
@ayyaantuuayyaantuu4826
@ayyaantuuayyaantuu4826 9 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂😂eebbifamtoota ijoollee gooftaa nuuf jiraadhaa qaxaleewwan keenyaa sabni martuu jajjabeessaa please jabaa ofii abbaatu jabeeffata❤❤❤❤❤❤
@Robsanko
@Robsanko 9 месяцев назад
Maalo ijoollee nana waaqumti isin haa guddisu 😂😂bal'adhaa❤❤
@Geta123tade
@Geta123tade 9 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤ annoo ka’e hirkoo maalan gaadhafi ijoo
@abdulayiijihad3017
@abdulayiijihad3017 9 месяцев назад
Ijoollee sammuun jajjaboo kana jabeeffachuu qabna dhugaa rabbii ❤❤❤😂
@user-qj1sw1zv4l
@user-qj1sw1zv4l 9 месяцев назад
Wowowowow bayee namatii tolluu Dhugaa jabaadhaa irkoo❤❤
@FikaduBoche
@FikaduBoche 9 месяцев назад
Jabbadha wan gariidha aradaa natii tataan malee❤❤❤❤❤❤❤
@user-gl5tz9zs2m
@user-gl5tz9zs2m 9 месяцев назад
Welcome hir koo ❤❤❤❤❤❤❤ isiini dinqisifadhaa waraqaa wahii naa gafatanii
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 9 месяцев назад
Wwwwwooo baayee namaa toltu jabadhaa ijoollee keenyaa🥰🥰🥰🥰
@ashenafiasefa7506
@ashenafiasefa7506 9 месяцев назад
Ijoolee qaalii hafaa nuuf jiraadhaa baayee isin jallaadha jabaadhaa!
@safia1290
@safia1290 9 месяцев назад
Ijjollee jajjabedha jaabadha rabbin hojii isiin haa hiruu
@daraartuuoro6694
@daraartuuoro6694 9 месяцев назад
Jabaadhaa baay'ee namatti tola❤
@comecell1995
@comecell1995 9 месяцев назад
Jabaadha dhugaa Ijoollee qossa❤ hedduu sinni Jaaladha
@teshomedaba8161
@teshomedaba8161 9 месяцев назад
Wow it's amazing Kipp it up
@miserms4091
@miserms4091 9 месяцев назад
Wow dhugaa 😂seena barsiise ergaa barsise❤ jabaadhaa sanyiikoo
@chaltufikadu4487
@chaltufikadu4487 9 месяцев назад
Ergaa guddaa qaba jabaadhaa qaaliiwwan keenyaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@megersagudina3583
@megersagudina3583 9 месяцев назад
Ajaa'iba kolfaan dhumne ijoollee kana harkatti
@user-zg7pz4rv7e
@user-zg7pz4rv7e 9 месяцев назад
Wow Baayyee Namaatti toltum nuuf jiraadha Qaaliiwan keenyaa❤❤😂😂😂
@FayeJesus
@FayeJesus 9 месяцев назад
ayii waqoo hara'aa na kofalchiftee dandeettin kessaan hedduu dabalaa jiraa jabaadha
@drdr5114
@drdr5114 9 месяцев назад
Wow ba'yee namatii tolaa nufi jiradhaa❤❤❤
@user-yh1jr6uz5g
@user-yh1jr6uz5g 9 месяцев назад
Rabbii woliin isiin haa dhisuu ❤❤❤❤❤❤
@WallooKing
@WallooKing 9 месяцев назад
takkaa akka har,attii kolfee hin beeku. Osoo wantii akkatti kolfan argamee qarshii binnee dabalanna dhugaa hirkoo fii gammachuu galatoomaa
@user-yw5nu5hc2l
@user-yw5nu5hc2l 9 месяцев назад
Very best film!!!!!!!!!!
@dawitsileshi5042
@dawitsileshi5042 9 месяцев назад
Waan isheen baachuun dandeenye itti fe'een ishee raffise jedhe! Isaafin siin jedhe jedhe ammammoo
@MasaratUlfina-hr7tz
@MasaratUlfina-hr7tz 9 месяцев назад
Jiradhaa obbolotaa nama marartuu❤❤❤❤❤ Waqoof milkoo❤❤❤
@merrymerry1232
@merrymerry1232 9 месяцев назад
Na marartuum bayee 😍😍😍😍
@hadhaako
@hadhaako 9 месяцев назад
Waqoo❤Amoo❤milko❤lalo❤ jiraadhaa bashaa wanii keenyaa❤❤
@martagemeda3284
@martagemeda3284 9 месяцев назад
Wayyoo abbaa hereggattuu naa koffalchiseem.🤣🤣🤣🤣🤣
@kuliyeejawar8935
@kuliyeejawar8935 9 месяцев назад
Gamtaa Kee haa caalluu Kaa barumsii 😅😅❤💚❤️👍
@hawwiiintalaatawayidootube9335
@hawwiiintalaatawayidootube9335 9 месяцев назад
baredaa jabadhaa kolfaan nuu fixan malee😍😍
@samuelbekele7593
@samuelbekele7593 9 месяцев назад
Hirkoo, eeeeeeeeeeeeeeeeee😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅 .Baayee gaariidha itti fufaa❤❤❤❤❤❤❤
@Hail-my7ns
@Hail-my7ns 9 месяцев назад
❤❤❤❤❤ bagaa ngyn dhuufttaan
@myphone7481
@myphone7481 9 месяцев назад
Very nice funny video ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-xs4zt3tu8e
@user-xs4zt3tu8e 9 месяцев назад
What a generation.❤❤❤❤❤
@kulaanitashe9401
@kulaanitashe9401 9 месяцев назад
What a generation 😂Amazin ❤❤❤🎉
@daniteckcstube
@daniteckcstube 9 месяцев назад
😂😂baye nama kolfisisa jabadhaa
@Robsanko
@Robsanko 9 месяцев назад
ETV Afaan Oromoo ho'isaa jirtu jabaadha ❤️
@user-wh7up2mh9i
@user-wh7up2mh9i 8 месяцев назад
Kkkkk wayyoo hirkoo😂😂 in du'an jennan "Maal ofiin jedhu "jedhe😄
@waybartube7211
@waybartube7211 9 месяцев назад
irko dhugaa osoo birrii dheengaddaa isa karaatti dhaabdan sana xumurtanii das nama jedha dhugaa rabbii
@mashoosendaafa3129
@mashoosendaafa3129 9 месяцев назад
Amazing be strong❤❤❤
@user-dp7lh1op7q
@user-dp7lh1op7q 9 месяцев назад
❤❤❤❤ qaxxalee ijolee jabbaa dha❤
@dibaleedubai1193
@dibaleedubai1193 9 месяцев назад
Wowo barnotaa qabaa ❤❤❤❤
@Koket439
@Koket439 9 месяцев назад
Jabadhaa nuf jiradhaa ❤❤😍😍🙏🙏
@user-dm4kg3zu7c
@user-dm4kg3zu7c 9 месяцев назад
Hojii kee nyadhu waqo❤
@hachalufayera
@hachalufayera 9 месяцев назад
Jabaadha isin hordofaa jira
@WizNaol
@WizNaol 9 месяцев назад
Hirkoo diramaa bareedadha itti fufa❤❤
@user-un6kz3vq6r
@user-un6kz3vq6r 9 месяцев назад
wow bay,ee baredadhaa jabadhaa.
@GraceShowtube
@GraceShowtube 9 месяцев назад
Woooow baayee namaati tola
@SaifAlbawardi
@SaifAlbawardi 9 месяцев назад
😍😍😍😍😍😍 uuufff malumaa godhuuu hirkoo
@user-td2ie4co7v
@user-td2ie4co7v 9 месяцев назад
Dinqisisadha itti fufa😍😍
@user-rn5uu5ro8p
@user-rn5uu5ro8p 9 месяцев назад
Baga nagaan dhuftan!
@anwaramiin2369
@anwaramiin2369 9 месяцев назад
Vido Ajaa'ibati Lakki godhaafi wwww❤❤❤
@BaalchaaTolosaa
@BaalchaaTolosaa 9 месяцев назад
Waaqoo Amazing❤❤❤❤👍👍👍👍
@EzekielBiranu
@EzekielBiranu 9 месяцев назад
Baga nagaan dhuftaan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@qabsuuraqulqullootaa8144
@qabsuuraqulqullootaa8144 9 месяцев назад
maalinni qarshiin hirkoo hoo attam tahee ? hirkoof gamtaan wal lolanii hin turree ?
@user-hc6qz8om9z
@user-hc6qz8om9z 9 месяцев назад
😅namati toltan dhugaa jabadha❤
@makiyamohaammed-lv7dz
@makiyamohaammed-lv7dz 9 месяцев назад
Well come waqoo thank you❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-md5zb3mt6o
@user-md5zb3mt6o 9 месяцев назад
Woowww jajjaboo keenya jabaadhaa
@obsinnettokkumma40
@obsinnettokkumma40 9 месяцев назад
😂😂😂😂😂waqoo englifaa lafara dhabamsifte😍😍😍😍😍
@songslyrics-n5j
@songslyrics-n5j 9 месяцев назад
The best SitCom drama in the country, this ain't a bias, it is a reality !
@MamudMieso-wi8vr
@MamudMieso-wi8vr 9 месяцев назад
Bayyee Namatti tolaa👌👌
@workienugusie
@workienugusie 9 месяцев назад
Wowo baga nagaa dhufatani❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@BonaGanale-mp3jg
@BonaGanale-mp3jg 9 месяцев назад
What a generation 😊😊😊❤❤
@As-siddiiqii
@As-siddiiqii 9 месяцев назад
@Ofgea
@Ofgea 9 месяцев назад
Waa'ee faranjichaa itti fufaa
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 9 месяцев назад
Wowww nuuf jiraadhaa❤❤❤❤❤
@keenaakoo9378
@keenaakoo9378 9 месяцев назад
Wayoo irkoofi milkoo jiiradhaa ❤❤❤❤❤
@gamteessaaentertainment3565
@gamteessaaentertainment3565 9 месяцев назад
Garuu dhumniif jalqabnii wal simachaa jiruu.
@Hardwords
@Hardwords 9 месяцев назад
I loved th episode
@abebechbusa4867
@abebechbusa4867 9 месяцев назад
Wow welcome Hir koo❤❤❤😂😂😂😂
@kuliyeejawar8935
@kuliyeejawar8935 9 месяцев назад
Omg Hirkoo good job 👍😁😂😂😂❤❤❤
@Gammetakkalign-vg8uv
@Gammetakkalign-vg8uv 9 месяцев назад
Lamman kessaniuu😂fayyaa hin qabdanii😅
@ShawBahrain-kk5kk
@ShawBahrain-kk5kk 9 месяцев назад
😂😂❤❤❤❤❤❤welcomee hirkoo
@waybartube7211
@waybartube7211 9 месяцев назад
birrii dheengaddaa siif deebisee 😂😂😂
@naolabebe402
@naolabebe402 9 месяцев назад
Good job done!!
@UaeUae-os8eg
@UaeUae-os8eg 9 месяцев назад
Jabbaadhaa ijoolee kenyaa❤❤❤❤
@user-qj1sw1zv4l
@user-qj1sw1zv4l 9 месяцев назад
Hhhhhhhhhh 🤣🤣🤣🤣🤣 wayoo irkoo kolfaan dhumnee Gara na dhukkuubee wayoo🤣🤣🤣
@kamiljihad8411
@kamiljihad8411 9 месяцев назад
Qoosaa fakkaata ergaa guddaa of keessa qaba galatoma❤❤❤
@jethior
@jethior 9 месяцев назад
kolfaanan du'e, waanan library guutu kolfaan jeeqedha bar 🤣
@UfjfJfighd-tq8sh
@UfjfJfighd-tq8sh 9 месяцев назад
Baaye namatti tola dhugaa😂😂
@hewanware123
@hewanware123 9 месяцев назад
What a generation 😅😅😅😅😅 Amazing
@hewanware123
@hewanware123 9 месяцев назад
Like godhaa haa jajjabeesinuu
@Hir-koo900
@Hir-koo900 9 месяцев назад
Welcome back from ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Hir-koo900
@Hir-koo900 9 месяцев назад
❤❤❤❤❤
@dareeofficial7698
@dareeofficial7698 9 месяцев назад
Yaa dhalota kenyaa 😂😂😂😂 dhugumadham
@burtukanasefa6069
@burtukanasefa6069 9 месяцев назад
Bagaa nagaan dhuftan
@user-jp3pe5ud6x
@user-jp3pe5ud6x 9 месяцев назад
Hirkoo fedhii male kolfiita edda??
@sabaafkadir5785
@sabaafkadir5785 9 месяцев назад
Welcome hirko 🥰🥰🎉🎉
@oliyanaofficial
@oliyanaofficial 9 месяцев назад
❤❤❤❤ nuu jiraadhaa
@sisimarr1510
@sisimarr1510 9 месяцев назад
Maloo nufi jirradhaa hir.koo kolifan nu ajeseeee😂😂😂😂😂
@lamesaabera7208
@lamesaabera7208 9 месяцев назад
very good video keep it
@user-en8fw7ou4t
@user-en8fw7ou4t 9 месяцев назад
Bayee baredaa jabadhaa
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa 9 месяцев назад
Uuuuufffffeee dhugaadha ebifama 😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊
@TsigeImana
@TsigeImana 9 месяцев назад
Barumsaa guddaa ofii keessa qaba 😊
@tejituurgaa2902
@tejituurgaa2902 9 месяцев назад
Hirkoon kolfaan nuuh fiixe maloo😊😊😊😊
@mammadabduraman66
@mammadabduraman66 9 месяцев назад
Hiy
@user-vp8sb9fy8r
@user-vp8sb9fy8r 9 месяцев назад
Dhugaa.bayyee.namatii.tolaa😅❤
@user-hv2ts6yv1n
@user-hv2ts6yv1n 9 месяцев назад
Ergaa eebbbifamnee lama immoo gidduu galchaan fakkataa kkkk
@user-mv6ol5yl9m
@user-mv6ol5yl9m 9 месяцев назад
Very Funny 😂😂😂❤❤❤❤
@genetgenet9909
@genetgenet9909 9 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤ what generation ❤❤❤
@user-uy6wq8zt8e
@user-uy6wq8zt8e 9 месяцев назад
Jaabadhaa baayee namatii tolaa dhugaa raabii
Далее
Hir-koo Kutaa 18ffaa
32:04
Просмотров 312 тыс.
EGEREE COMEDY: MATAA GADI QABACHUU
11:37
Просмотров 280 тыс.
Hojjataa Diishii bultii nama diige! daawwadhaa
17:46
Просмотров 117 тыс.
Hir-koo Kutaa 23ffaa
26:09
Просмотров 194 тыс.
Maanguddoo Kana Waliin....Sh....Jedhaa!
2:18
Просмотров 27 тыс.
Hir-koo Kutaa 16ffaa
27:36
Просмотров 452 тыс.
ABSHAALOO - Hin Ciniine -kutaa 25
21:23
Просмотров 132 тыс.