Тёмный

HIR-KOO KUTAA 27FFAA 

Подписаться
Просмотров 283 тыс.
% 8 265

HIR-KOO KUTAA 27FFAA

Опубликовано:

 

8 янв 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 562   
@AleKognaEntertainment
@AleKognaEntertainment 6 месяцев назад
Hirkoo siif jedheen library dhiisee bahe kolfa koo qabachuu dadhabeen😂😂😂...Hojii kee argadhu ati. Madda kolfa kootiti ati. Much respect for all of U🙏🙏.
@iftiyoomabu
@iftiyoomabu 6 месяцев назад
Waw kan akkaa koos jiraam edaa anis hirkooma ilaaluf kino bor fayiinali osoon qabu taadhe isaan ilaala jiraam
@dejenegadissie1871
@dejenegadissie1871 6 месяцев назад
Akka qorannoo saayikoloojistootaatti Hirkoo ilaalanii qo'annaa jalqabuun qo'annaa bu'aa qabeessaaf ni gorfama.Hhh really....
@danielmerga4726
@danielmerga4726 6 месяцев назад
WoW!! Hojii ajaa'ibaa aartii Oromoo tarkaanfii lama fuulduratti butu hojjechaa jirtu. Jabaadhaa qaaliiwwan keenya. Keessumaa kolfa Hirkoon, aariidhaan walmakee kolfe ajaa'iba. Akkasi taatoo jechuun!!
@bilanharawa45
@bilanharawa45 6 месяцев назад
Biyyoo na nyaachistanii Instructor? Biyyoo nyaadhu 😂😂😂 Really what a generation!👍👍👍
@NasuruuMohammed
@NasuruuMohammed 6 месяцев назад
Jabaadhaa mi'eessaa tuma deemaa jirtanii haaluma kanaan itti fufaa. Nuuf addan kutinaa nurraa akka dhaamsaatti kanaan qaba. Hedduu galatoomaa. Isin duuka jirra.
@musabhasen
@musabhasen 6 месяцев назад
The most funny oromoo sitcom ever 🤣 😂
@chalasefisa5109
@chalasefisa5109 6 месяцев назад
Qq
@DambobiElema
@DambobiElema 6 месяцев назад
Baay'ee isn jaalanna Isin faana jirra jabaadha Galanni keesaan akkuma itti fufeti jira❤❤❤
@Kulu2422
@Kulu2422 6 месяцев назад
www.youtube.com/@Kulu2422sub_confirmation =1
@MrBilisan
@MrBilisan 3 месяца назад
I can say best comedians! This should be award winning comedy for the year !
@Kajela1234
@Kajela1234 6 месяцев назад
It’s so funny I really love it keep it up guys 🥰🥰
@BaahuddiinWallaggaa
@BaahuddiinWallaggaa 5 месяцев назад
Dhugaa keeti afaan hirkoorra dhagahutu siif tola tiyyaa💖💚💖
@user-lx7oo4nx8q
@user-lx7oo4nx8q 6 месяцев назад
I Like hirko❤❤❤❤❤❤
@masckalehmasckaleh9084
@masckalehmasckaleh9084 6 месяцев назад
Baayyee ❤
@user-oc1iq4wb4e
@user-oc1iq4wb4e 6 месяцев назад
I like gamta😂
@user-lx7oo4nx8q
@user-lx7oo4nx8q 6 месяцев назад
Hirko is smart man
@user-wl3dd8bt1x
@user-wl3dd8bt1x 5 месяцев назад
Hirkoo you are best comedian bro keep it up ❤❤❤❤❤
@dessialiy7600
@dessialiy7600 6 месяцев назад
Hirkoo Koo Hin Nyaatamte gaa 😂😂😂 Hundi Kessan jabadha Dhugaa ❤❤❤❤❤
@DanieTadele
@DanieTadele 6 месяцев назад
Baay'ee namatti toltu🥰🥰💯
@BonaWest-fk9wo
@BonaWest-fk9wo 6 месяцев назад
I am from USA utuuman diraama kana ilaaluun afaan oromo bare😂😂
@milkesatube4981
@milkesatube4981 6 месяцев назад
Hirko is so funny for real😂😂😂😂
@RamadanTijani
@RamadanTijani 6 месяцев назад
😂😂
@GammeeSabaa-qt9xx
@GammeeSabaa-qt9xx 6 месяцев назад
Hirkoo jabaadhu leencako sifi saahibban keetis halumakanan itti fufaa❤
@gemechugelan9526
@gemechugelan9526 6 месяцев назад
Hirko and Instructor👍❤️
@obsinnettokkumma40
@obsinnettokkumma40 6 месяцев назад
Wooooowwww bay'ee namatti toltu dhugaa jabadha dirama barumsaa gudaa qabu😍😍😍😍😍😍👌
@RobsanItana-wp7gl
@RobsanItana-wp7gl 6 месяцев назад
Great job guys!
@user-om1md9ym1x
@user-om1md9ym1x 6 месяцев назад
Ani walliyadha moo jedala Dimtudga😀😀 👍👍👍👍❤️❤ 21:47
@baqqaluugaddisaa
@baqqaluugaddisaa 6 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂😂
@user-yw5nu5hc2l
@user-yw5nu5hc2l 6 месяцев назад
Keep up I like hirko!!!❤
@user-dt8hf5wz3c
@user-dt8hf5wz3c 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ amazing amazing ❣️❤️😍❤️❤️😍😍❣️😍❣️❣️❣️❣️❤️❣️
@FayeJesus
@FayeJesus 6 месяцев назад
woow...nuf jiraadha ijoollee qallii nana.
@alimaaoromoofirist8472
@alimaaoromoofirist8472 6 месяцев назад
Keep up the good work
@kafaneeaebba8773
@kafaneeaebba8773 6 месяцев назад
Ajaa'ibadha dhugaa ❤ Baay'ee namatti tola 🥰
@joobiratube
@joobiratube 6 месяцев назад
baga jiraattan yeroo kolfi miyaa'e keessa nu kofalchiisaa jirtu!
@gjfgcvz4sfhgjgg929
@gjfgcvz4sfhgjgg929 6 месяцев назад
Welcome hirko ❤❤❤❤❤ bayye sijalanna ❤❤❤
@jiruulfata53
@jiruulfata53 6 месяцев назад
It's a great movie and keep it up
@Wankooshow
@Wankooshow 6 месяцев назад
Dansaadha. Continue more jajjabaadha🎉❤. Isiniis baga nagahan dhuftan.
@AyanBule
@AyanBule 6 месяцев назад
Best oromo dirama
@kiyyawakjira8139
@kiyyawakjira8139 6 месяцев назад
Hirkoon geedaramuun dura maqaan kun geeddaramu wayya
@user-hl9wq6rk4s
@user-hl9wq6rk4s 6 месяцев назад
Wow baayyee isin jaalanna ayyaana sababeeffattanii muudiidhaan nu jalaa hambisuu dhiisuun keessan baayyee namatti tola ❤
@gadaa805
@gadaa805 6 месяцев назад
Kennaa addaa qabduum, ijoollee keenya❤❤❤❤
@DagneLemma-qv5ys
@DagneLemma-qv5ys 6 месяцев назад
keep up the good work!! ❤❤❤❤❤❤❤❤
@kennadubaro2910
@kennadubaro2910 6 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂wayoo hirkoo nii salphatee Atoo ufataa kee kannaf mana gurtee fixee😅😅😅😅😅😅
@henoktefera7940
@henoktefera7940 5 месяцев назад
Gamtan maqaan isaa Haa jijjiramu gamnatti
@user-gi3om7mg8z
@user-gi3om7mg8z 6 месяцев назад
Bay'ee rajiidha jabadha. Sanyiiwwaan koooooo addummatii hirkoon❤❤❤❤❤❤❤
@user-gh8gm7sx5n
@user-gh8gm7sx5n 6 месяцев назад
😂😂hirkoo❤❤
@Dosad22
@Dosad22 6 месяцев назад
Baay'een Kolfe Dhugaa Galatoomaa!
@NasuruuMohammed
@NasuruuMohammed 6 месяцев назад
❤❤❤
@yusufsultan7293
@yusufsultan7293 6 месяцев назад
Bakka guddaa akka geettan abdii guddaa qaba hanqina nuti fiilmi afaan keenyarratti qabnu hunda jijjiira jirtan galatoomaa kabaja guddaa isiniif qaba
@MarkosSori
@MarkosSori 6 месяцев назад
Baay'ee namatti tola wow wow❤❤❤❤
@kibrebanti5171
@kibrebanti5171 6 месяцев назад
yaa hirkoo❤❤❤❤ baay'ee namatti toltuu...instructor mootummaa❤❤❤❤❤
@SebonsaAbera
@SebonsaAbera 5 месяцев назад
Hirkookoo moo? Dhugumaa Baalchaa Saafoo Amazing Job!
@WeyisAman
@WeyisAman 6 месяцев назад
Wow maashaaAllah waan bareeda hojjataa jirtu dhugaa rabbii akkana Ummata ofiiti yaadu jechuun shoora keessan taphataa jirtu
@hayatabdallah2639
@hayatabdallah2639 5 месяцев назад
Mali mashaa allah jechun ni marate
@user-qm7sn1px9v
@user-qm7sn1px9v 6 месяцев назад
Ani dhugaa dubbachuuf baayyee dhadhabeera hojii ijoollee kanaa. garuu dubbiif qindoominni Tiyyaa filatamtuu ishee taasisa.
@user-hc1dx8tp3d
@user-hc1dx8tp3d 6 месяцев назад
Jabaadha baay'ee namtti tola
@gininatube8222
@gininatube8222 5 месяцев назад
Hirkoon qoosaa level biraarra ga'eera😂😂
@SingerTujubaMogora
@SingerTujubaMogora 6 месяцев назад
Woow dhugaa dubbachuuf baayyee ojii gaarii ojjechuutti caalaa jirtu
@ayanabultuma5550
@ayanabultuma5550 6 месяцев назад
I am truly grateful for your love and support. You are truly precious to this comedy,and I don't believe anyone loves you as much as I do. The message I have for the audience goes beyond mere laughter; it aims to foster understanding. If you grasp the profound message being conveyed, I am extremely proud of you.of eeggannoo godhaa kanaa booda namoonni hiriyya garaagaraatti hasooftan akka hirkoo akka hin taanee.❤❤❤❤❤
@user-ed8sb5dh7c
@user-ed8sb5dh7c 6 месяцев назад
Ani akkamuman isinii ta'aa laata baayyeen isin jaalladhaam!hunda keessan hamtuun isin hin argin ❤❤❤ijoollee oro ko❤❤❤❤baayyeen kolfe dhugaa waaqaa🤩🤩🤩
@wal-male
@wal-male 6 месяцев назад
Baay'ee namatti tolu dhugaa, komeedi erga qabdu 🙏galatoomaa baay'ee isin jaalannaa
@KemalTube78
@KemalTube78 6 месяцев назад
I like hirko❤❤❤❤
@Bayeeasefa
@Bayeeasefa 6 месяцев назад
uuuffeekaa! our funniest 1!!!! jiraadha👊👊👊
@user-rw3gj1sy4y
@user-rw3gj1sy4y 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤
@adamnegari3539
@adamnegari3539 6 месяцев назад
Wayii Gamtaa
@user-fj2rx4bp2w
@user-fj2rx4bp2w 5 месяцев назад
Hedduu ñamatti tolaa jabaadha
@JahaLetaofficial
@JahaLetaofficial 6 месяцев назад
What a generation 😊
@kuliyeejawar8935
@kuliyeejawar8935 6 месяцев назад
Ayyyyyyyyiiiiiiiiii Hirkoo good job 🤣🤣🤣❤❤
@dagogirma-oh9tq
@dagogirma-oh9tq 6 месяцев назад
Wow 😂😂 namatti toltuu dhugaa nu jabadha qaaliiwwaan keenya🥰
@ferhankediraliyi589
@ferhankediraliyi589 6 месяцев назад
Comedian hirko jabadhu heddu nama toola 😂😂😂😂😂😂
@anawarekalifa4781
@anawarekalifa4781 6 месяцев назад
Yeeroo bayeee sin hordofaa sin jadhadhaa Jabadhuu hirkoo
@user-ym9pr5xm6d
@user-ym9pr5xm6d 6 месяцев назад
Hirko Koo baayye sii jaaladha❤❤❤
@nabiyoutube9186
@nabiyoutube9186 6 месяцев назад
What a jeneration 😂😂🤣
@megersageneti5230
@megersageneti5230 6 месяцев назад
Tiyya hojiikee nyaadhu nuunuu nu gawoomsiteem ❤❤❤❤
@yadetakitila7126
@yadetakitila7126 6 месяцев назад
I like it. ❤
@AyishaAbaOli-wj8jl
@AyishaAbaOli-wj8jl 6 месяцев назад
Tiyyaa hin dhiisin itti muddi Hirko hojii kee nyaadhu❤
@Orolove5
@Orolove5 6 месяцев назад
Wayyoo hirkoo nujeestee maaloo kolfaan
@nimoonaajj1367
@nimoonaajj1367 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@edaekebede4522
@edaekebede4522 2 месяца назад
Wow amazing ❤❤❤❤❤❤
@AbewuZelalm
@AbewuZelalm 6 месяцев назад
Hirko and or Wako ilove 💕 💕 💗 💓 💖 ❤️
@desalegngetachew2487
@desalegngetachew2487 6 месяцев назад
What a generation!!!!!!!!!!!!!!!!!
@GadiseTolasa
@GadiseTolasa 6 месяцев назад
Hirkoo uuuu demuufi moo
@danilyricsmezmurtranslatio3271
@danilyricsmezmurtranslatio3271 6 месяцев назад
those guys so funny😁😆😅🤣
@nimonamesgebu
@nimonamesgebu 6 месяцев назад
Diraamaan kun waan ajaa'ibaa ta'aa deemaa jiraam😮😮😮😮
@WabiiOromiaa
@WabiiOromiaa 6 месяцев назад
Waaqoo keenya baay'ee si jaallannaa jabaadhu!
@Oberrashow
@Oberrashow 6 месяцев назад
hedduu nutti tolaa jira. jabaadhaa
@user-do5qi1he2p
@user-do5qi1he2p 6 месяцев назад
Kkkkkkk kolfan dhumne dhiraman hirkoo bayye nuti tolee jiraa nuf jabadhaa
@vjxfhc7023
@vjxfhc7023 6 месяцев назад
Woyoo garaa Koo kolfaan du ee wly uuuuuuufii wojii kesaan nyadhaa
@garumakelbesa151
@garumakelbesa151 6 месяцев назад
Mar'ummaan namaa gubdi ijoolleen kun😁😁😁😁😁😁
@FTM6BF
@FTM6BF 6 месяцев назад
Wahii gamtaa fi hirkoo❤❤❤❤❤❤❤❤
@ayantuogaroma
@ayantuogaroma 6 месяцев назад
Bayee namati tola ittii jabaadha. Sanyiiwaanko❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@maskaramdarajee4970
@maskaramdarajee4970 6 месяцев назад
𝐇𝐢𝐫𝐤𝐨 𝐥𝐞𝐧𝐜𝐚😂😂❤
@NeolAlemu-jp2fl
@NeolAlemu-jp2fl 6 месяцев назад
ayi Tiyyaa Obsee
@negeroabdisa
@negeroabdisa 6 месяцев назад
Wayi Gamtaa ❤❤❤😅😅😅
@BirkiGizawu
@BirkiGizawu 6 месяцев назад
❤❤❤❤ ayii hirkoo gowwoofamee hin gamuufkaa
@fahmiorotube3829
@fahmiorotube3829 6 месяцев назад
Akkana takka koflee hin beeku Ayi hirkoo
@abrahimahmad-zo4hf
@abrahimahmad-zo4hf 6 месяцев назад
Wow qaaliiwan 🎉
@gadisabedane700
@gadisabedane700 6 месяцев назад
Best funny ❤️💚❤️💚❤️👌💯 Baay'een isin jaaladhe itti fufaa
@user-kd7qp1tl6j
@user-kd7qp1tl6j 6 месяцев назад
I love you. Hirkoo❤❤😢
@nasraddinabdusamad6761
@nasraddinabdusamad6761 6 месяцев назад
Dhuguma balcha safoo😂😂😂😂😂😂😂😂
@user-gl6il4fo3u
@user-gl6il4fo3u 6 месяцев назад
Dhugaa tiyyaan ofirraa kutuu qabdi Hirkocha😢😂
@tefal1237
@tefal1237 6 месяцев назад
Ojiike sanii❤😂😂😂😂
@nazirojohare
@nazirojohare 6 месяцев назад
It's best!!!!
@jimliban.
@jimliban. 6 месяцев назад
"Jaalala bulee haaromuttu na haaromsa"kkkkkkk
@user-ht1dq9vz2b
@user-ht1dq9vz2b 6 месяцев назад
hirko jabaadhu
@dechasajundi5207
@dechasajundi5207 5 месяцев назад
Jaalalli 😮keessan lamaan jaalal Biraa name qabsiisa!!!!!!!
@talilaboka2345
@talilaboka2345 6 месяцев назад
Baayyee nama bohaarsa. Hirko.. Instructor.fataa nu gootan
@user-gw7we1dv1g
@user-gw7we1dv1g 6 месяцев назад
Jedhaa dhugaa namati tokaa
@user-xe9fk4tn4o
@user-xe9fk4tn4o 6 месяцев назад
Kann hrdhaa bayyee midhagaa ittii mudaa daqiiqaa dabalaa